en
Feedback
Dhaamsa Gaarii

Dhaamsa Gaarii

Open in Telegram

Qajeelffama, Gorsa Fi Beekumsa

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 801
Subscribers
-224 hours
+127 days
+22230 days
Posts Archive
Gaafii 1 Haati wareegamtoota/shuhadaa'a/ afurii eenyu?? deebii keessa comment jala nuf kayaπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

photo content

photo content

Repost from Dhaamsa Gaarii
Darsii Mukhtasara Hilyatu Talibl ilm 3ffaan har'allee itti fufnee qaraana inshaa allaah Waliif share gochuu qofatuu isin irraa eeggama jzkπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Sagantaa kana hadha waan nutti hin mijjatinif sagalee qofa isnif waraaba nu offolchaa

Darsii Mukhtasara Hilyatu Talibl ilm 3ffaan har'allee itti fufnee qaraana inshaa allaah Waliif share gochuu qofatuu isin irraa eeggama jzkπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

10. Xaalibni ilmii beekumsa argate maal gochuu qaba?
Anonymous voting

9. Xaalibni ilmii dhugaan yeroo dogoggora isaatti maal gochuu qaba?
Anonymous voting

8. Hadiisa Nabiyyii ο·Ί keessatti karaa ilmii barbaadu qabachuun maal namaaf ta'a?
Anonymous voting

7. Amala kamtu xaaliba ilmii irraa hin eegamu?
Anonymous voting

6. Xaalibni ilmii yeroo isaa baay'inaan maal irratti oolchuu qaba?
Anonymous voting

5. Yeroo waan hin beekne argu, xaalibni ilmii maal gochuu qaba?
Anonymous voting

4. Xaalibni ilmii hiriyoota akkamii filachuu qaba?
Anonymous voting

3. Yeroo barsiisaan barsiisu, xaalibni ilmii maal gochuu qaba?
Anonymous voting

2. Amala kamtu xaaliba ilmii milkaa'ina isaaf baay'ee gargaara?
Anonymous voting

1. Kaayyoon guddaan xaalibni ilmii Islaamaa ilmii baratuuf maal ta'uu qaba?
Anonymous voting

Gaaffii fi Deebiin Keenya jalqabuudhafi dafaa seenaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

Guyyaan qur'aanni isa keessa bu'uu jalqabe kami?? deebii keessa comment jala nuf kayaπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Dhaamsa_Gaarii

4_5987628793710256964.mp310.18 MB

Kutaa Sadaffaa- Hadith Sim 1ffaa.pdf1.69 MB