en
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

Open in Telegram

☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
722
Subscribers
-224 hours
-107 days
+1430 days
Posts Archive
Amma point baay'ee barbaachisaa fi gaaffiitti waan seennuuf, hundumtuu join godhaa. @BekiBekam_academy

Join godhaa live session adda ta'edha, mindset and pyschology akkasumas barnoota tokko tokkoo isaa irratti akkamitti akka tackle akka gootan haasa'aa jirra. https://t.me/BekiBekam_academy

Network keessanidha, asii natti dhagaahama

Deebinee jirra.

join godhaa eegalaa jirra waan ta'eef.

Are you ready?

https://www.tiktok.com/t/ZP8sedwHw/ Share Copylink Godhaa waliif.

"Barattoota baay'ee dubbisan keessa muraasni kan darbuuf mindset fi pyschology qormaata dura, yeroo qormaataafi booddee irraa
"Barattoota baay'ee dubbisan keessa muraasni kan darbuuf mindset fi pyschology qormaata dura, yeroo qormaataafi booddee irraa kan ka'edha." Nutis Akka Beki Bekam Academy tti ofii keenyaa waanta keessa dabarreef, sinis immoo akkamitti keessa akka darbuu qabdan irratti barattoota bara darbe qabxii entrance olaanaa fidan waliin discuss kan goonudha, kanaaf sinis carraa kanatti fayyadamtanii gaaffii gaafachuu barbaaddan hundumaa akka gaafattan isiniin jenna. ⚠️Yeroo jalqabbii sagantaa kanaa har'a saatii 11- 1 tti yoo ta'u barattoonni bara kana entrance fudhatan hunduu akka irratti hirmaataniif share waliif godhaa. Beki Bekam Academy 👉System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra. Telegram: @bekibekam_academy Time: 11 - 1(Local time)

Repost from ONLINE ENTRANCE
+9
ODA SBS ENGLISH G12 2017 FIRST WORKSHEET

https://www.tiktok.com/t/ZP8pEvxMC/ Video Beki Bekam Academy kan jalqabaattidha, seenaa ilaalaa. Follow Copylink Share Godhaa guyyoota hafan waliin itti deemna. Barattoota baay'ee bira gahuu qaba. @BekiBekam_academy @BekiBekam_academy_chat

https://youtu.be/qf9r0sZvQDM Engilliffi akkuma itti fufetti jira, please sirritti ilaalaa subject kun homaa waan addaa hin qabu content nuti siniif gadhiisnu qofa sirritti fayyadamnaan. share subscribe godhaa, hunduu hin ilaalaa garuu subscribe hin goone, subscribe gochuudhaan nu jajjabeessaa, nuti saatii keenya siniif kenninee hojjechaa jirra waan ta'eef. mee hundumtuu challenge fudhadhaatii subscribe godhaa, nu jajjabeessaa. Galatoomaa

https://youtu.be/0K2mqu4TJss video kana irratti comment nuuf godhaa. guyyaa 39 - 40 tu sin hafa yoon doggogoruu baadhe.

https://www.tiktok.com/t/ZP8p4pGV2/ Another video for chemistry entrance exam Follow Copylink Share Our tiktok Waanta argattan hiriyyoota keessaniif qoodaa please. Jabaadhaa qabxii yaaddan biran waaqni sin haa gahu.👍

for reference also, kana fayyadamaa share https://t.me/BekiBekam_academy
+1
for reference also, kana fayyadamaa share https://t.me/BekiBekam_academy

https://youtu.be/0K2mqu4TJss share like and subscribe barattoota baay'ee bira haa gahu sirritti share godhaa part baay'ee murteessaa waan ta'eef.

https://youtu.be/0RgyXILKKOY subscribe our youtube channel, waantota baay'ee achiratti siniif gadhiifna waan ta'eef. waan barbaaddan immoo comment nuuf godhaa.

https://www.tiktok.com/t/ZP8p58JfC/ Check godhaa chemistry entrance. Follow Share Copy link godhaa tiktok keenya baay'ee bira gahuu akka dandeenyuuf, galatoomaa. https://www.facebook.com/share/v/17TCnXKh66/

Topic math kana qofaa irraa bara 2017 gaaffii 23 ta'utu bahe kanaaf sirritti ilaalaa part kana. @BekiBekam_academy Share to y
Topic math kana qofaa irraa bara 2017 gaaffii 23 ta'utu bahe kanaaf sirritti ilaalaa part kana. @BekiBekam_academy Share to your friends.

https://www.facebook.com/share/v/18d2ZSgZg9/ Follow Like share our page on Facebook. New video is uploaded 👍