en
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

Open in Telegram

☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
735
Subscribers
-224 hours
+177 days
+8430 days
Number of Posts

Data loading in progress...

Reactions
Comments
Telegram Stars
TOP posts by

Data loading in progress...

Publication analysis
Posts
Views dynamics
Reaction hin jiru, hin jaallanne moo video sana, yaada keessan naaf kennamee.
1590910Loading...
https://www.tiktok.com/t/ZP8cKh3gw/ Filannoo university guutuun dura kana ilaalaa
117006Loading...
https://www.tiktok.com/t/ZP8cKdQ1N/ Filannoo university guutuun dura kana ilaalaa
12000Loading...
https://youtu.be/FG97mdjiixE?si=SLOU4fc5W_mN3uqU
185107Loading...
https://youtu.be/IcrujWu1Syg kunoo share godhaa waliif, reaction keessanis natti agarsiisaamee
150006Loading...
Waliif share gochaa hin jirtan, reaction keessanis hin jiru. Mee reaction keessan.
246001Loading...
https://youtu.be/0ToVjPKV0YE?si=KwsExIECkGgTcdaN This Video for You
194003Loading...
Voice message
267003Loading...
https://youtu.be/WHAAQzvW848?si=djLCzqvPow8b0IXv
264003Loading...
https://youtu.be/IcrujWu1Syg kunoo share godhaa waliif, reaction keessanis natti agarsiisaamee
126102Loading...
Dhiifama barattoonni bara kana entrance fudhataniifii 9-12 taatan wal hin barre natti fakkaata, Maqaan koo Barnaaf Taarikuun jedhama barataa SIT(shaggar institute of technology) ti dha. Kaayyoon akkadamii kana waantota inni irratti hundaa'uu inni jalqabaa waamamni maqaa beki bekam jedhu maqaa obboleessa kootii yoo ta'uu channalii kanas gaafan isaan moggaasuu yaadannoo saatiif jedheenidha, inni kan biraan immoo akkuma beektan biyya keenya keessatti system barnootaa jiru baay'ee kan nama ijaaruu osoo hin taane kan abdii nama kutachiisudha animmoo ofii kootii waantotan keessa darbe garuu sin obboloonni koo na booda jirtan immoo akka itti miidhamtan waanan hin barbaanneef chaannalii kana Afaan oromoo dhaan hojjechuu murteesse, sababni isaas midiyaan afaan oromoon guidance kennu argachuu waanan hin dandeenyeef yoon osoon lubbuun jiruu waan tokko impact godhee system barnoota barattoonni ittiin karaa ittiin yaadaniin milkaa'aan ijaaruuf murteesseen ammarratti hojjechaa jira, akkuma beekamu kaa fedha qofaa osoo hin taane waantonni barbaachisan hedduun jiru Sanaafis immoo galgalaaf ganama hojiirran jira. Dhugaan tokko sinitti himuu barbaadu barattoonni bara kana waliin turre sinitti himuu danda'u akkaataa jalqabbii keenyaa fi nuffii tokko malee akka tajaajilaa turre, ammas kanuma caalaatti itti fufna. Adaraa tokko sinitti kennuu barbaadu garuu hundumti keessan obboloota siin booda jiraniif akka obboleessatti taatanii guide akka gootanin dhaamsa siniif dhaamuu barbaada, yeroo sana kaayyoo ani qabadhee ka'es galma ga'ee akka biyyaatti jijjiirama fiduu dandeenya malee ani qofaa koo waanin dhamahuuf qofaa miti kana waadaa galuu keessaniifi iddoo jirtan kamitti kana fudhatanii akka apply gootan immoo comment irratti arguun barbaada. Ani fi sin waliin taanee haala barnootaa fi barataan itti dabarsu sirreessuu hin dandeenye taanaan dhaloota dhufaa jiruufis gufuu guddaa osoo arginuu bira darbuudha, kanaaf dhaamsa koo ani siniif qabu koottaa waliin system barnoota biyya keenyaa jijjiiree waliin guddanne, wal guddisna jechuun barbaada. waantota garaagaraa moo siniif qabadheen dhufa jira channalii akkasumas immoo page keenya follow godhaa. asiin gaditti argattu: Academy telegram: https://t.me/BekiBekam_academy Academy university content: https://t.me/BekiBekamUniversity Youtube channel: https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 facebook page: https://web.facebook.com/BekiBekamAcademy TikTok account: https://www.tiktok.com/@bekibekam_academy?_r=1&_t=ZP-99TzZxCDYp5
853467Loading...
Qophooftaniiree?
245010Loading...
barattoonni hin jirtani moo?
342106Loading...
Barattoonni bara kana entrance fudhatan jirtu? react godhaa akkasumas comment godhaa, maaltu siniif haa jalqabamu. https://t.me/BekiBekam_academy
357005Loading...
https://youtu.be/17uuxf9rdZk?si=N0Bh1a5DJgzzUC_2
254100Loading...
https://linkedin.com/feed/update/urn:li:activity:7501590714309435392 waan jiru kan ittiin bartan waan ta'eef carraa kanatti fayyadamaatii hordofaa.
450100Loading...