Beki Bekam Academy
رفتن به کانال در Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
738
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+17 روز
+7730 روز
آرشیو پست ها
https://www.tiktok.com/t/ZP8pEvxMC/
Video Beki Bekam Academy kan jalqabaattidha, seenaa ilaalaa.
Follow
Copylink
Share
Godhaa guyyoota hafan waliin itti deemna. Barattoota baay'ee bira gahuu qaba.
@BekiBekam_academy
@BekiBekam_academy_chat
https://youtu.be/qf9r0sZvQDM
Engilliffi akkuma itti fufetti jira, please sirritti ilaalaa subject kun homaa waan addaa hin qabu content nuti siniif gadhiisnu qofa sirritti fayyadamnaan.
share
subscribe godhaa, hunduu hin ilaalaa garuu subscribe hin goone, subscribe gochuudhaan nu jajjabeessaa, nuti saatii keenya siniif kenninee hojjechaa jirra waan ta'eef.
mee hundumtuu challenge fudhadhaatii subscribe godhaa, nu jajjabeessaa. Galatoomaa
https://youtu.be/0K2mqu4TJss
video kana irratti comment nuuf godhaa.
guyyaa 39 - 40 tu sin hafa yoon doggogoruu baadhe.
https://www.tiktok.com/t/ZP8p4pGV2/
Another video for chemistry entrance exam
Follow
Copylink
Share
Our tiktok
Waanta argattan hiriyyoota keessaniif qoodaa please. Jabaadhaa qabxii yaaddan biran waaqni sin haa gahu.👍
https://youtu.be/0K2mqu4TJss
share
like and subscribe
barattoota baay'ee bira haa gahu sirritti share godhaa part baay'ee murteessaa waan ta'eef.
https://youtu.be/0RgyXILKKOY
subscribe our youtube channel, waantota baay'ee achiratti siniif gadhiifna waan ta'eef. waan barbaaddan immoo comment nuuf godhaa.
https://www.tiktok.com/t/ZP8p58JfC/
Check godhaa chemistry entrance.
Follow
Share
Copy link godhaa tiktok keenya baay'ee bira gahuu akka dandeenyuuf, galatoomaa.
https://www.facebook.com/share/v/17TCnXKh66/
Topic math kana qofaa irraa bara 2017 gaaffii 23 ta'utu bahe kanaaf sirritti ilaalaa part kana.
@BekiBekam_academy
Share to your friends.
https://www.facebook.com/share/v/18d2ZSgZg9/
Follow
Like
share our page on Facebook. New video is uploaded 👍
https://www.tiktok.com/t/ZP8pykjYE/
Waa'ee continuous tense video kana irratti sirritti ibsame, check it out.
Follow
Like
Share our account.
Thanks
https://youtu.be/lCvnIxdKrkw
👉Video kana sirritti ilaalaa, waa'ee matrices and determinant bifa salphaa ta'een revise godhamee jira, na amanaa video biraa sin hin barbaachisu baay'ee itti dhamaanee qopheessine. Feedback immoo nuuf barreessaa waanta sirrachuu qabu.
🔥Subscribe
☑️Share to your friends.
Youtube Channel keenyas subscribe godhaa videowwan siniif gadhiisuuf jenna waan ta'eef.: https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=uQWfKrHO8XTo3Zg_
subscribe
share godhaa new video is coming....
https://t.me/BekiBekam_academy
Yeroo dubbisuu barbaaddan bifa kanaan dubbisaa, gaaffii of keessaa qaba waan ta'eef .
Maatiin Beki Bekam Academy akkam jirtu dubbisni akkamitti siniif deemaa jira, jabaadhaa yeroon hafte kun waan baay'ee murteessiti waan ta'eef, waanta sin gargaarru immoo nuuf barreessaa group armaan gadii irratti. https://t.me/BekiBekam_academy_chat
Tiktok keenya immoo follow godhaa: https://www.tiktok.com/@beki.bekam.academ?_r=1&_t=ZP-96ENDgpRem7
Youtube Channel keenyas subscribe godhaa videowwan siniif gadhiisuuf jenna waan ta'eef.: https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=uQWfKrHO8XTo3Zg_
Facebook: https://web.facebook.com/BekiBekamAcademy
https://www.tiktok.com/@beki.bekam.academ?_r=1&_t=ZP-96ENDgpRem7
Follow our Tiktok account
New content is coming
@BekiBekam_academy
