Beki Bekam Academy
Open in Telegram
☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
735
Subscribers
-224 hours
+177 days
+8430 days
Posts Archive
Repost from Sami PL
https://youtu.be/xKNQNj3oKcM?si=1u2tebEJsl_I-4qP
#BIOLOGY Linked Units
Please , Video kan like godha , share
Repost from Beki Bekam Academy | University
recording immoo interneetiidhaaf waan hin dhagahamneef akkasumas immoo screen record waan hin gooneef material dhuma kana fayyadamaan siniin jedha.
https://t.me/BekiBekamUniversity
https://t.me/BekiBekamUniversity
https://t.me/BekiBekamUniversity
Repost from Beki Bekam Academy | University
Qophii interview keessaniif akka sin gargaaruuf material kaleessa live session irratti siniif dhiyeessedha waliif share gochuu hin dagatiinaa.
reaction keessan immoo arguun barbaada.
channalii kana barattoota university dhaaf qoodaan siniin jedha.
https://t.me/BekiBekamUniversity
https://t.me/BekiBekamUniversity
https://t.me/BekiBekamUniversity
Repost from Beki Bekam Academy | University
Yunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Haaraa Bara 2019'f Simachuuf Galmee Eegale!
Yunivarsiitiin Finfinnee sagantaa barnootaa idilee (iskoolaarshiippii mootummaa fi kaffaltii dhuunfaatiin), akkasumas sagantaa galgalaa fi walitti fufaatiin (extension) barattoota haaraa digirii jalqabaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) simatee barsiisuu akka barbaadu beeksiseera.
Ulaagaaleen galmee kanaaf taa'an, barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015, 2016, 2017 fi 2018 (A.L.I) fudhatanii qabxii seensa yunivarsiitii fidan, ykn immoo barnoota sadarkaa 4ffaa (Level 4) xumuranii madaallii gahumsaa (COC) darban kan hammatuudha. Barattoonni galmaa'an hundi Qormaata Seensa Yunivarsiitii Finfinnee (UAT - University Admission Test) kan fudhatan ta'uun isaa ibsameera.
Yeroon galmee karaa toora interneetii (Online) eegaleera; kan turus hanga Hagayya 29, 2018 (A.L.I) qofa akka ta'e hubachiifameera. Qormaanni seensaa (UAT) Qaam'ee 02 hanga 04, 2018 (A.L.I) gidduutti kan kennamu ta'a. Kanaafuu, barattoonni ulaagaa kana guuttan marsariitii dhiyaate (https://admission.aau.edu.et) fayyadamuun yeroon akka galmooftan hubachiifameera.
https://t.me/BekiBekamUniversity
Barattoonni sit apply godhaa jirtan carraan hin beekamu waan ta'eef university finfinnee filannoo keessan yoo ta'e galmaa'uu hin dagatiinaa akka second option tti qabattu waan ta'eef.
Repost from Beki Bekam Academy | University
Join godhaa eeggalee jira.
https://t.me/BekiBekamUniversity
https://t.me/BekiBekamUniversity
As irratti join godhaatii in jalqabna.
barattootaafis share godhaa.
Barattoonni sit apply gochaa jirtan step itti aanu interview dha kanaaf akka isin gargaaruuf immoo live session har'a galgala saatii 12 irraa kaasee akkamitti interview dhaaf qophaahuu akka qabdan akkasumas immoo gaaffiiwwan akkamii akka gaafatamuu dandeessan kan waliin ilaallu ta'a, kanaaf hundumti keessan waliif share gochuun irratti argama isiniin jechuun barbaada, galgala hamma wal arginuttimoo gaaffii qabdan qopheeffadhaa siniin jedha, sababni isaas stage inni kun stage callallii isa guddaa waan ta'eef sirritti qophii isin gaafata.
qophaahummaa keessan immoo reaction dhaan natti agarsiisaamee.
tiktok video: https://www.tiktok.com/t/ZP8vVLXaf/
We'll cover:
🎤 Interview questions
🧠 Answer strategy
❌ Common mistakes
🎯 Mock interview
❓ Live Q&A
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/BekiBekam_academy
https://t.me/BekiBekam_academy
https://www.tiktok.com/t/ZP8vVLXaf/
Barattoonni baay'een egaa keessanis as irrattis gaaffii gaafataa turtan furmaata itti godheen jira baga gammaddan reaction garuu sirritti nan eega.
Barattoonni sit apply gootan interview dhaaf qophiin maal fakkaata?
https://t.me/BekiBekam_academy
challenge kana hammam keessantu share godhemee? ammayyuu channaliin telegraamii irratti 1K seenuu qaba kanaaf immoo barattoonni as keessa jirtan obboloonni keessan akka fayyadamaniif share godhaa.
