ch
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

前往频道在 Telegram

☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

显示更多
未指定国家未指定类别
735
订阅者
无数据24 小时
+197 天
+8530 天
帖子存档
+9
These are demo exams from the past years. In recent years, the exam has been online. There might be curriculum and portion changes, but this is just to let you see how it is. Please try to prepare as you did for your matric exams before. Astu/ AASTU past exam and demo exams Join: https://t.me/BekiBekamUniversity https://t.me/BekiBekamUniversity https://t.me/BekiBekamUniversity

Repost from Sami PL
https://youtu.be/xKNQNj3oKcM?si=1u2tebEJsl_I-4qP #BIOLOGY Linked Units Please , Video kan like godha , share

recording immoo interneetiidhaaf waan hin dhagahamneef akkasumas immoo screen record waan hin gooneef material dhuma kana fayyadamaan siniin jedha. https://t.me/BekiBekamUniversity https://t.me/BekiBekamUniversity https://t.me/BekiBekamUniversity

Qophii interview keessaniif akka sin gargaaruuf material kaleessa live session irratti siniif dhiyeessedha waliif share gochuu hin dagatiinaa. reaction keessan immoo arguun barbaada. channalii kana barattoota university dhaaf qoodaan siniin jedha. https://t.me/BekiBekamUniversity https://t.me/BekiBekamUniversity https://t.me/BekiBekamUniversity

Yunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Haaraa Bara 2019'f Simachuuf Galmee Eegale! Yunivarsiitiin Finfinnee sagantaa barnootaa idilee (iskoolaarshiippii mootummaa fi kaffaltii dhuunfaatiin), akkasumas sagantaa galgalaa fi walitti fufaatiin (extension) barattoota haaraa digirii jalqabaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) simatee barsiisuu akka barbaadu beeksiseera. Ulaagaaleen galmee kanaaf taa'an, barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015, 2016, 2017 fi 2018 (A.L.I) fudhatanii qabxii seensa yunivarsiitii fidan, ykn immoo barnoota sadarkaa 4ffaa (Level 4) xumuranii madaallii gahumsaa (COC) darban kan hammatuudha. Barattoonni galmaa'an hundi Qormaata Seensa Yunivarsiitii Finfinnee (UAT - University Admission Test) kan fudhatan ta'uun isaa ibsameera. Yeroon galmee karaa toora interneetii (Online) eegaleera; kan turus hanga Hagayya 29, 2018 (A.L.I) qofa akka ta'e hubachiifameera. Qormaanni seensaa (UAT) Qaam'ee 02 hanga 04, 2018 (A.L.I) gidduutti kan kennamu ta'a. Kanaafuu, barattoonni ulaagaa kana guuttan marsariitii dhiyaate (https://admission.aau.edu.et) fayyadamuun yeroon akka galmooftan hubachiifameera. https://t.me/BekiBekamUniversity

Barattoonni sit apply godhaa jirtan carraan hin beekamu waan ta'eef university finfinnee filannoo keessan yoo ta'e galmaa'uu hin dagatiinaa akka second option tti qabattu waan ta'eef.

deebineerra.

interneetii ture join godhaa amma.

Join godhaa eeggalee jira. https://t.me/BekiBekamUniversity

https://t.me/BekiBekamUniversity As irratti join godhaatii in jalqabna. barattootaafis share godhaa.

jirtuu? mee reaction dhaan natti agarsiisaa. https://t.me/BekiBekam_academy

reaction keessan hin jiru qophooftanii?

Barattoonni sit apply gochaa jirtan step itti aanu interview dha kanaaf akka isin gargaaruuf immoo live session har'a galgala
Barattoonni sit apply gochaa jirtan step itti aanu interview dha kanaaf akka isin gargaaruuf immoo live session har'a galgala saatii 12 irraa kaasee akkamitti interview dhaaf qophaahuu akka qabdan akkasumas immoo gaaffiiwwan akkamii akka gaafatamuu dandeessan kan waliin ilaallu ta'a, kanaaf hundumti keessan waliif share gochuun irratti argama isiniin jechuun barbaada, galgala hamma wal arginuttimoo gaaffii qabdan qopheeffadhaa siniin jedha, sababni isaas stage inni kun stage callallii isa guddaa waan ta'eef sirritti qophii isin gaafata. qophaahummaa keessan immoo reaction dhaan natti agarsiisaamee. tiktok video: https://www.tiktok.com/t/ZP8vVLXaf/ We'll cover: 🎤 Interview questions 🧠 Answer strategy ❌ Common mistakes 🎯 Mock interview ❓ Live Q&A https://t.me/BekiBekam_academy https://t.me/BekiBekam_academy https://t.me/BekiBekam_academy

https://www.tiktok.com/t/ZP8vVLXaf/ Barattoonni baay'een egaa keessanis as irrattis gaaffii gaafataa turtan furmaata itti godheen jira baga gammaddan reaction garuu sirritti nan eega.

Barattoonni sit apply gootan interview dhaaf qophiin maal fakkaata? https://t.me/BekiBekam_academy

Barattoonni sit apply gootan interview dhaaf qophiin maal fakkaata?

reaction keessan xiqqaateera ☝️☝️☝️☝️ https://t.me/BekiBekam_academy