𝐌𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚
前往频道在 Telegram
📚 Maddaa Seenaa ┈┈••✦🌙✦••┈┈ Channel kana keessatti: 📖 Seenaa Nabiyyootaa 📚 Barnoota Islaamaa 🕌 Gorsa Jireenyaa 💡 Hubannoo fi Beekumsa 🕊️ Jechoota Qalbii nama booj'ani ✨ Icciitii Jireenyaa fi Milkaa’inaa argattu
显示更多未指定国家宗教与灵性37 229
2 121
订阅者
-424 小时
-27 天
-930 天
帖子存档
2 121
Isheen "selfish" miti. Yeroo Natti Aaraa Qabaattellee Galma Keenyaaf Dursa Kenniti, Aarii San Yeroo Sanitti Yoo Ka'e Waan Balleessu Baay'ee Qaba Yoo Ta'e Liqimsitee Dabarsiteeti Gaafa Lafti Nagaa Natti Kaafti, Anaa Qorumsa Jireenyaa Keessa Darbu Qorumsa Biraa Natti Hin Laattu. Lola Keessatti Kan Isheen Loltuun Ana Odoo Hintaane Taate Tahe Saniini, Lolaa Na Kabajji, Lolli Jaalala Keenya Akka Hinbane Eeggatti
Anaa Lafee Harka Kannuuf Deemu Argitee Natti Hin hin Callistu, Na Jaallatti , Naaf Dhimmamti, Jaalala Keenya Kana Akka Carraa fii Hiree Guddatti Laltee Nuuf Kunuunsuuf Waan Dandeessu Fii Hin Dandeenye Hunda Gooti , Tanaaf Ani Ishee Dhabuufii Ganuus Yaadeellee Hin Beeku Tanaaf Yaadaf Qalbii Koo Na Boojite.
Gaafaan Irraa fagaadhe Hangaan Deebisee Sagalee Ishee Mi'oytu San Dhagahu, Ija Kiyyaan Ija Ishee Arguun Hawwa, Isheeniis Namuma, Garuu Namoota Keessaa Isheen Takkittiidha Anaf Hedduun Si Jaalladha ! ❤️
2 121
Repost from 𝙲𝙰𝙰𝚈𝙰𝙰 𝙳𝙸𝙸𝙽𝙰𝙰𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼 🇵🇸
🔸Wantoota sadii gonkuma social media irratti hin hojjaatin.
🔹 Dhaamsa Hayyuu keenyaa beekkama daa'ii Gameessa Ustaaz ibsa Hassen kan Dhaggeeffadha akkasumas obboleewwan keessaniif Share gochu hin dagaatin.
♦️ Wallaahi gorsa jireenya ilma namaaf ta’uu video kan irratti hubadhe.
Dhaamsa Ustaaz ibsa Hassen
2 121
Wanni waxxarree hojjachuu qabnuuf garaarummaaa “Baga Nagayaan dhuftanii’ fi ‘Ammallee debiteee’ jattu jidduu jirtu waan beeynuufi 🥹
Let’s go to work Folk Family 💪
2 121
“Hiriyyaa dhugaa jachuun yeroo addunyaan hundi si dhiiftee deemtetti, isa gara kee dhufuudha.”
2 121
“Hiriyyaa dhugaa jachuun yeroo addunyaan hundi si dhiiftee deemtetti, isa gara kee dhufuudha.”
2 121
Biyyaa Ani Itti Mootummaa Ta'e Bulchu Osoon Qabaadhe................
Sagalee Kolfa Keeti Faaruu Biyyooleessaa Biyyatti Taasisa ture Haadha Too Ngha Keessa Naaf Jiraadhu Ummaa too Ilma Kee M/R Irra
2 121
Gaafa Ati Cinqamu Si Arge Hirribnis Si dheessee, Guyyaanis Siif Dhihu Didee Dhihus Siif Bari'uu Didaa Yaa Allah Koo Me Gahi Jedhii Duumessa Gaddaa Kana Narra Mulqii.
2 121
Bu'uurri milkaa’innaa waa afur(➍);
➦Karoora baasuu.
➦waan karoorsan sana hujitti hiikuu.
➦obsa bareeda qabaachuu.
➦Rabbirratti irkachuu.
✴ Namni milkaa’uu barbaadu barnootarraa yoomuun dhaabatu;kufaatii irraa ni barata,milkaa'inna irraa ni barata,xiqqaa fi guddaa irraa ni barata,mataa ufii irraa ni barata,namoota biroo irraahis ni barata.
@MADDA_SEENAA
2 121
𝘕𝘢𝘮𝘰𝘰𝘯𝘯𝘪 𝘏𝘦𝘥𝘥𝘶𝘯 𝘠𝘰𝘰 𝘕𝘶 𝘎𝘰𝘳𝘴𝘢𝘯 𝘈𝘣𝘴𝘩𝘪𝘳 𝘕𝘪 𝘋𝘢𝘳𝘣𝘢 𝘕𝘶𝘯 𝘑𝘦𝘥𝘩𝘶 𝘛𝘰𝘭𝘦 𝘑𝘦𝘯𝘯𝘦 𝘈𝘥𝘩𝘢 𝘎𝘦𝘦𝘯𝘺𝘦......
𝘛𝘰𝘭𝘦 𝘠𝘰𝘰𝘮𝘪𝘳𝘦 𝘒𝘢𝘯 𝘋𝘢𝘳𝘣𝘶𝘶 𝘔𝘰𝘰 𝘕𝘪 𝘋𝘢𝘳𝘣𝘢𝘯 𝘚𝘶𝘯 𝘚𝘰𝘣𝘢 𝘴𝘪𝘭𝘢....? 🤔
𝘠𝘢𝘢 𝘈𝘭𝘭𝘢𝘩𝘢 𝘔𝘦 𝘞𝘢𝘢𝘯 𝘏𝘶𝘯𝘥𝘢𝘢𝘧𝘶 𝘍𝘶𝘳𝘮𝘢𝘢𝘵𝘢 𝘯𝘢𝘢𝘧 𝘒𝘢𝘢𝘩𝘪 𝘈𝘩𝘢.... 😭😭😭😭
2 121
Yaa Saba tana dura seenaa dubbise Oromoo Harmaa fi Harka murani amma garuu ija kootin arga jira Kan Oromoo Morma muran 🥺
Eessuma dhaqna sila yaa Saba Koo kana Mannaa Biyyaa bahu wayyaa natti fakkata ana
2 121
Repost from 𝙲𝙰𝙰𝚈𝙰𝙰 𝙳𝙸𝙸𝙽𝙰𝙰𝙻 𝙸𝚂𝙻𝙰𝙰𝙼 🇵🇸
Ahabaabii Fillaah Seenaa sagantaa keenya ni eegala barakallaahufikum.
Linkii asii gadii kan obboleewwan keessaniif Share Share Gochu hin dagaatin 👇👇
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream=c921630dc70fdd9a30
2 121
Wa'ee Appileekshini Kana maal jettu me isin..?
Nu deeme Lakk POINTS as gahe 44460.05 Haraama dhageenye Ka Yaa dhiiroo isin ho maaltu jettu me..?
2 121
Addunyaan dhugaa HAADHA.!
Laaluu dhakkubbii fii dadhabbii yeroo garaa isaanii keessa turree sana, garaa isii keessa dhiinnee osoo dhukkubuu seeqatuu isii sana, gara jiruuttu bahuuf jennee du'a isii dhandhamsiifne sana, ciniinsuu fii cinqii gaafa irraa dhalannuu sana, booyichaa fii harma xuuxuun gursaa isii bulchinu sana, Nu raffisuuf jecha nuun sossooti akka nu rafnuuf dhamaatii isii sana, akka suuta suutaan guddannuuf ka isiin nu jala dhiphattu sana, nuu yaaddee nuuf yaaddoftee yeroo nu barsiiftu meeshaa ittiin barannu nuu qopheessuuf ijoollee ambaattii nu qixxeessuuf waan isiin taate sana, hojii akka argannuu dhiphattee mala dhabuu isii sana, fuunee ykn heerumnee Akka Nama taanuuf hirriba dhabuu isii sana, Akkasi nu waliin dhamaatee ergasiillee nu bultii qabannaan irraa fagaanne ammallee nu dhabdee nu yaadaa adda kophaa jiraatuu isii sana.
HARMEE MOO?
Qoma ishee irratti jechoota barre, nutti oo'ee itti qorre, Nama hunda dura isii agarre, haga har'aallee Nama akka ishee hin garre,
Bar Haati:
jecha xiqqoo qubee muraasa hiikkaan isii hawaa haguuguu danda'u, haadha faanti isii jannata, garaan isii rahmata, hawattuu hammattuu teenya, qoma ishee irratti taphannee, dirra ishee irratti boonyee, bobbaanee....
Ani• beelayu si waama
• rifadhu si waama
• gad bayu si waama
• ol deebi'u si waama
situ na barsiise na duuka daaquu
situ na barsiise gubattee naa baquu
situ na barsiise uf gattee naa ifuu
situ na barsiise qilee hunda naa dhaquu
Ati mee … bu’uura dha. Utubaa uumamaa. Gadameessa kee keessatti foon kee irraa qooddadheen “nama “jedhame.
Dhaabbadhee nama har’aa akkan ta’uuf Waaqaa gaditti si duwwaan maqaa dhahadha. Yogguun dadhabee mogolee buuse na cina turte, dhukkuba koof naa aaddeetta, beela koof ofii hagabuu bultee sabbataan garaa hidhattee anaan bara na Barsiisteerta
Harme… maal sitti hin obsine ani !? Jaalala dhugaa ofittummaa lagate kanin gochaan arge si biratti. Jiruu kee caalaa kiyyaaf wawwaatta.Abjuu fi mul’atni koo fiixaan ba’ee arguuf kan kee awwaalte…ani nama egeree akkan ta’uuf har’a kee wareegde. Kabajaa fi jaalalli koo yoomuu onnee irraati!
Haati mee…
Jecha tokko miti
Kan takkaa dubbatanii
Lamuu irraanfatani
Kitaaba fuula baay’ee
Kan umrii ofii guutuu
Dubbisaa jiraatani
Hangafa uumamaa ti
Aggaamtuu jiruu addunyaa
Agarsiistuu egeree
Dhikkisa onnee keenyaa
(Jaalala gita hin qabneef Harmee too ❤️🫶🏻)
2 121
Guddinni kee harka kee jira; namas hin tuffatin, ofis hin tuffatin! 🌍
🔺️Har'a jabaadhu, boru boqodhu.💪⏳
@MADDAA_SEENAA
