ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

𝐌𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚

𝐌𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚

前往频道在 Telegram

📚 Maddaa Seenaa ┈┈••✦🌙✦••┈┈ Channel kana keessatti: 📖 Seenaa Nabiyyootaa 📚 Barnoota Islaamaa 🕌 Gorsa Jireenyaa 💡 Hubannoo fi Beekumsa 🕊️ Jechoota Qalbii nama booji'ani ✨ Icciitii Jireenyaa fi Milkaa’inaa argattu. For Contans @Mujesh_R

显示更多
未指定国家宗教与灵性35 753
2 122
订阅者
无数据24 小时
-17 天
-630 天

正在加载数据

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
11月 '26
十一月 '26
+42
在3个频道中
十月 '26
+50
在2个频道中
Get PRO
九月 '26
+52
在3个频道中
Get PRO
八月 '26
+41
在2个频道中
Get PRO
七月 '26
+946
在2个频道中
Get PRO
六月 '26
+549
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+509
在3个频道中
Get PRO
四月 '26
+201
在31个频道中
Get PRO
三月 '26
+75
在23个频道中
Get PRO
二月 '26
+17
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+24
在1个频道中
Get PRO
十二月 '25
+212
在0个频道中
Get PRO
十一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十月 '250
在0个频道中
Get PRO
九月 '250
在0个频道中
Get PRO
八月 '250
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+10
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
26 十一月0
25 十一月0
24 十一月0
23 十一月+3
22 十一月0
21 十一月+3
20 十一月0
19 十一月+2
18 十一月+4
17 十一月0
16 十一月0
15 十一月+2
14 十一月+2
13 十一月0
12 十一月0
11 十一月+2
10 十一月+4
09 十一月+1
08 十一月+3
07 十一月+1
06 十一月0
05 十一月+1
04 十一月+1
03 十一月+3
02 十一月+2
01 十一月+8
频道帖子
Ergaa isheen bilbila koo irratti naaf ergite si'a sagalin irra deddeebi'ee ilaale. Har'an nama Afaan oromoo dubbisuu hin dandeenye ta'e. Hiriyaa ana bira jirutti kennuuf yaadeen lakki iccitii koo hin baasu jedhee dhiise. Ergan gaaffii jaalala isheedhaaf dhiyeessee Goromsi warra keenyaa ariitee turte amma dibicha dhaltee; Dibichi sun qonnaa ga'eera. Eessaa akka isheen baate hin beeku akka tasaa bilbiltee waanin sitti himun qaba, Amma nan eegin gaafa naaf mijaten kara ergaa gabaabaa sitti hima naan jettee bilbila cufatte. Erga isheen akkas naan jettee eegalee sagaleen bilbila kootii yemmuu iyyu onneen koo na tatarsa'a. Akka kanaan utuun jiruun turtii guyyaa sadii booda ergaa gabaabaa bilbila koo irratti naaf ergite. Kan ishee akkan adda baafadhuuf jedheen sagalee waamicha bilbila ishee adda godheen jira. Akkuma bilbilli koo gadooddeen kan ishee ta'uu bare. Bilbila koo baneen ilaale. Ija koon shakke, akka waan ciimmaan ijatti na jiruun sagal ijakoo susukkuume. Wanti jijjiirame hin jiru barreeffamni ishee isuma jalqabaati. Anatu sukkuummaadhaan ija koo silayyuu hin mullanne balleesse malee. Barreeffama isheen naaf ergite hubachuuf si'a sagalin irra deddeebi'ee dubbise. Ta'us wanti isheen jechuu yaadde hin jijjiiramne. Isuma afaan ishee keessaa ba'edha. Akkan ta'e ta'ee si'a salgaffaaf yemmuun dubbisu akkas jedha "Yeroo Baay'ee Bu'aa Ba'ii Jireenyaa Keessatti Waantoota Akka Eegnetti Arguu Dhiisuu Dandeenya, Kanaaf Immoo Dhiphachuu Hin Qabnu. Har'a Waa Tokko Sitti Himuu Barbaadeeni Innis Kana Booddee Akka Na Eegdu Hin Barbaadu! Yaada Naaf Qabdu Jijjiiri! Jaalala Obbolummaa Ani Si Jaaladhu Na jaaladhu Naaf Bilbili Siifan Bilbila. Waanta Hundaaf Galatoomi. Akkatti Na Yaaddetti Argamuu Waanta Hin Dandeenyeef Garuu Dhiifama. YOO MIYYUU FILANNOO HIN BADIN". kan jedhu ture. Akkuman jiruttan gaaffii of gaafadhe. An edaa Filannoo badeen jiraa? kan jedhu. Ha ta'u malee an deebii akkasii isheerraa hin eegne. Maalif akkas naan jette jedhee ishee gaafachuun dirqama natti ta'e. Lakkoofsi bilbila ishee jalqabarratti waan argamuuf battala baaseen isheetti bilbile. "Dhiifama hafteen herrega keessanii ga'aa miti"! Naan jette niitiin isheen halkaniif guyyaa hin boqonne sun. aariin koo ittuu itti caale. kofoo koo keessaa qarshii fudheen tajaajila qilleensaa bitachuuf yemmuun jedhu dhugumattuu hafteen herrega kootii ga'aa miti. Maal naaf wayyamee yaa firaa.?
23 11月, 22:35

2
Maallaqa malee kan si jaalatu HARMEE kee qofa. @MADDAA_SEENAA
425
3
Gameessa Gaanfa Afrika Maaf Doorsisama Maali Badin Isaani Islaama Ta'u Mo Oromoo Ta'u...........? Nun Tuttuqina Nu Tuttuqxani+1
Gameessa Gaanfa Afrika Maaf Doorsisama Maali Badin Isaani Islaama Ta'u Mo Oromoo Ta'u...........? Nun Tuttuqina Nu Tuttuqxani Ofitti Nun Kaasina.....
175
4
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream=1e52d58474ad6fcf89
12
5
Nagaan Naaf Buli Urjii koo 🌷
1
6
Nagaan Naaf Buli Urjii koo 🌷
190
7
"Nu Waan Dhibe Dhibee Addunyaan Nuuf Hin Barree". "Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa"
730
8
"NAMNI GARIIN KITAABA. ●Bu'aan saahiba irraa arkattu bu'aa kitaaba irraa arkatturra siif caala, namni kitaaba qaba kitaabni isaas jabaadha. @MADDAA_SEENAA
730
9
https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream
16
10
🌸💐AssalaamAleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu....🌹 Sagantaa Daaw'aa...Ustaaz Nuuraddiin Zaanki kan dhihaatu jalqabameera.... Akka isin hin dabarre🌺👇👇 https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream=e9124da369b66eb23f
13
11
Ati nama biraa waliin of hin madaalin. Daandii kee irratti guddadhu, yeroo kee eegadhu, akkuma of taateetti ifii mulladhu. Halkan Gaarii 🫰
485
12
Barnoonni akka faayidaa hin qabne Wanni labsu jirruuf, lafaafi Soshaal midiyaarrattis namoota hin baratinii wajjiin waan oolluufi. Period. ✍️
518
13
Barnoonni akka faayidaa hin qabne Wanni labsu jirruuf, lafaafi Soshaal midiyaarrattis namoota hin baratinii wajjiin waan oolluufi. Period. ✍️
1
14
ʸᵉʳᵒᵒⁿ ᵏᵘⁿ ʸᵉʳᵒᵒ ˢᵉᵉⁿᵃᵃ ᵒᵈᵉᵉˢˢⁱⁿᵘ ᵒˢᵒᵒ ʰⁱⁿ ᵗᵃᵃⁿᵉ ʸᵉʳᵒᵒ ˢᵉᵉⁿᵃᵃ ʰᵒʲʲᵃⁿⁿᵘ ᵗᵃ'ᵘ ᵠᵃᵇᵃ ᵒʳᵒᵐᵒᵒ ʳᵃˢᵃᵃˢᵃ ᵐᵒᵒᵗᵘᵐᵐᵃᵃ ᵃᵇᵇᵃᵃ ⁱʳʳᵉᵉᵗⁱⁿ ᵃʲʲᵉᵉᶠᵃᵐᵃ ʲⁱʳᵘ ʸᵉʳᵒᵒ ⁱᵗᵗⁱ ᵒʳᵒᵐᵒᵒⁿ ᵠᵉ'ᵉᵉᶠ ᵠᵃᵇᵉᵉⁿʸᵃ ⁱˢᵃᵃ ᵈʰᵃᵇᵉ ᵍᵒᵈᵃᵃⁿᵃ ʲⁱʳᵘ ʸᵉʳᵒᵒ ⁱᵗᵗⁱ ᵈᵃʳᵃʳᵃᵃⁿ ʰᵃⁿᵍᵃⁿᵃ ʰⁱⁿ ʲᵉᵈʰᵃᵐⁿᵉ ᵈʰᵃˡᵃ ᵒʳᵒᵐᵒᵒ ⁱʳʳᵃ ᵍᵃ'ᵃ ʲⁱʳᵘᵗᵗⁱ ᵗᵉᵉⁿʸᵉ ˢᵉᵉⁿᵃᵃ ᵒᵈᵉᵉˢˢᵘⁿ ʰᵘᵇᵃⁿⁿᵃ ᶠⁱᵈᵘ ᵗᵃᵏᵏᵃˡˡᵉᵉ ʰⁱⁿ ᵠᵃᵇᵘ ᵃᵐᵐᵃᵗᵗⁱ ᵏᵃⁿ ᵇᵃʳᵇᵃᵃᶜʰⁱˢᵘ ᵒʳᵒᵐᵒᵒ ᵇᵃᵏᵏᵃʸʸᵘᵘᵗᵗⁱ ʰⁱᵈʰᵃᵗᵉ ⁿᵘᵍᵘˢᵃ ᵃᵇᵇᵃᵃ ⁱʳʳᵉᵉ ᵒᶠ ⁱʳʳᵃ ᵈᵃʳᵇᵃᵗᵘ ᵠᵒᶠᵃᵈʰᵃ ᵃʳᵍᵃ ᵈʰᵃᵍᵃʰᵃ ʸᵃᵃ ˢᵃᵇᵃ ᵏᵒᵒ ʷᵃʳᵗᵉᵉ ᵏᵘᵘˢʰ ᵈᵃⁿᵐᵃᵠᵃ ⁿⁱ ᵍᵃʰᵃ ᵐᵉ @𝙾𝚕𝚒𝚚𝚊_𝙳𝚒𝚗𝚐𝚒𝚕_𝙺𝚒𝚋𝚋𝚊_𝙱𝚊𝚑𝚊_𝙾𝚛𝚘𝚖𝚒𝚢𝚊𝚊_𝚒𝚛𝚛𝚊. 𝐋𝐢𝐪𝐢𝐦𝐬𝐢 𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞💊
561
15
Intala Shamarati Umrii Ishee waggaa 14_ttii Bara 2019/2/17 Sababoota Xixiqqoof Maatin Ishee manuma Sana Irra kan Meetira 7 hin caallee bulan Ishee Ammo Mana Isa Guddatti Hanbisani Ijollee bira bulchu Yeroo kana Isheen Xiqqoo Obboloota Ishee Irra kutaa Keessa waan Raftef Waraanni Ani Biyyaaf Duula Biyyaa Bilisa Baasa Jedhe Ummata Keecha Socha'u Itti Ol Seenee Qaamota Waraana Kawwan Agichatti Gad-dhoorke ofi Ajaja Waraanichati Waan ta'eef Keessa ol tare Intala arginan Akka Waraabessi Harretti Katutti Itti kaate Afaan Ishee Keessa Maqaraban Hidhe Ukkamse Kabaja Ishee Durbummaa Irra balleesse Haja isa itti bahe geeffate intala of wallalchise sana booda yeroo isheen of beektu ganama Harmee Keetin yoo dhiigni maali jedhani si gaafatan Waraanatu wol waraane jedhin jedhen Kibba Baha Oromiyaa irrayi Waanin ofi kiyyaa qabataman arge fi Dhugaa ta'u isa mirkaneesse dha Yaa Saba Wa'illii Koo Dhugaadha.
603
16
Qabsoo Fi Qabsa’oota Haqaan Daldaluun Yakka Dhiifama Hin Qabneedha!
1 281
17
Qeesiin Amaaraa waangeela lafa kaahee kilaash kaasee lolarra jira. Yoo ofii lolu dhiises jajjabeessuf cina dhaabbate jira🫪 S+1
Qeesiin Amaaraa waangeela lafa kaahee kilaash kaasee lolarra jira. Yoo ofii lolu dhiises jajjabeessuf cina dhaabbate jira🫪 Sheekiif Qeesiin Oromoo ammoo ganda keessa deemee mootummaa Impayeera deeggaraa jedhee kaadiree faanaa hawaasa cinqaa jira. Qarreef Qeerroon jarreen kana faana kokkee wal qabuun Bilisummaaf aarsaa of-gochuun ittisa jirtan baga Guyyaa Yaadannoo Sadaasa 9 Fincila Diddaa Gabrummaa geessan. Lafa jirruutti guyyaa borii hawaasi ballaan Oromoo Bilisummaa saba keenyaaf jecha kan of biraa dhabne kan itti yaadachaa oolluf kaayyoo isaani irratti nu cinaa kufan kan irbuu itti haaromsannu wan ta'eef hunduu baga guyyaa kabajamaa kana geessan. Sheeki fi Qeesi Oromoo Gaaf tokko Gaabbi dha. #OromiyaanBiyyaa Wa'illii Koo Dhugaadha
82
18
Yeroo nama filattu, bareedina bifa osoo hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!
608
19
Yeroo nama filattu, bareedina bifa osoo hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!
1
20
Please Gaaffii dha.? Hundi Keessanu Deebi Keessan Asin naaf Hima@Mujesh_R Wanti ati Hanga Adhatti Qabatte Teessun Maali Kan N
Please Gaaffii dha.? Hundi Keessanu Deebi Keessan Asin naaf Hima@Mujesh_R Wanti ati Hanga Adhatti Qabatte Teessun Maali Kan Nama Dhiifaama Hin Godhu Jette Sun Maalidha Naaf Himi Adaraa Kee Obboleessa Koo Obboleetti too Pls Naaf Hima Me Maloo
221