es
Feedback

Ā”No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales šŸ‘‰ Si quieres ver la etiqueta, suscrĆ­bete

šŒšššššššš š’šžšžš§šššš

šŒšššššššš š’šžšžš§šššš

Ir al canal en Telegram

šŸ“š Maddaa Seenaa ā”ˆā”ˆā€¢ā€¢āœ¦šŸŒ™āœ¦ā€¢ā€¢ā”ˆā”ˆ Channel kana keessatti: šŸ“– Seenaa Nabiyyootaa šŸ“š Barnoota Islaamaa šŸ•Œ Gorsa Jireenyaa šŸ’” Hubannoo fi Beekumsa šŸ•Šļø Jechoota Qalbii nama booji'ani ✨ Icciitii Jireenyaa fi Milkaa’inaa argattu. For Contans @Mujesh_R

Mostrar mƔs
El país no estÔ especificadoReligión y espiritualidad35 753
2 122
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 dĆ­as
-630 dĆ­as
Archivo de publicaciones
Ergaa isheen bilbila koo irratti naaf ergite si'a sagalin irra deddeebi'ee ilaale. Har'an nama Afaan oromoo dubbisuu hin dandeenye ta'e. Hiriyaa ana bira jirutti kennuuf yaadeen lakki iccitii koo hin baasu jedhee dhiise. Ergan gaaffii jaalala isheedhaaf dhiyeessee Goromsi warra keenyaa ariitee turte amma dibicha dhaltee; Dibichi sun qonnaa ga'eera. Eessaa akka isheen baate hin beeku akka tasaa bilbiltee waanin sitti himun qaba, Amma nan eegin gaafa naaf mijaten kara ergaa gabaabaa sitti hima naan jettee bilbila cufatte. Erga isheen akkas naan jettee eegalee sagaleen bilbila kootii yemmuu iyyu onneen koo na tatarsa'a. Akka kanaan utuun jiruun turtii guyyaa sadii booda ergaa gabaabaa bilbila koo irratti naaf ergite. Kan ishee akkan adda baafadhuuf jedheen sagalee waamicha bilbila ishee adda godheen jira. Akkuma bilbilli koo gadooddeen kan ishee ta'uu bare. Bilbila koo baneen ilaale. Ija koon shakke, akka waan ciimmaan ijatti na jiruun sagal ijakoo susukkuume. Wanti jijjiirame hin jiru barreeffamni ishee isuma jalqabaati. Anatu sukkuummaadhaan ija koo silayyuu hin mullanne balleesse malee. Barreeffama isheen naaf ergite hubachuuf si'a sagalin irra deddeebi'ee dubbise. Ta'us wanti isheen jechuu yaadde hin jijjiiramne. Isuma afaan ishee keessaa ba'edha. Akkan ta'e ta'ee si'a salgaffaaf yemmuun dubbisu akkas jedha "Yeroo Baay'ee Bu'aa Ba'ii Jireenyaa Keessatti Waantoota Akka Eegnetti Arguu Dhiisuu Dandeenya, Kanaaf Immoo Dhiphachuu Hin Qabnu. Har'a Waa Tokko Sitti Himuu Barbaadeeni Innis Kana Booddee Akka Na Eegdu Hin Barbaadu! Yaada Naaf Qabdu Jijjiiri! Jaalala Obbolummaa Ani Si Jaaladhu Na jaaladhu Naaf Bilbili Siifan Bilbila. Waanta Hundaaf Galatoomi. Akkatti Na Yaaddetti Argamuu Waanta Hin Dandeenyeef Garuu Dhiifama. YOO MIYYUU FILANNOO HIN BADIN". kan jedhu ture. Akkuman jiruttan gaaffii of gaafadhe. An edaa Filannoo badeen jiraa? kan jedhu. Ha ta'u malee an deebii akkasii isheerraa hin eegne. Maalif akkas naan jette jedhee ishee gaafachuun dirqama natti ta'e. Lakkoofsi bilbila ishee jalqabarratti waan argamuuf battala baaseen isheetti bilbile. "Dhiifama hafteen herrega keessanii ga'aa miti"! Naan jette niitiin isheen halkaniif guyyaa hin boqonne sun. aariin koo ittuu itti caale. kofoo koo keessaa qarshii fudheen tajaajila qilleensaa bitachuuf yemmuun jedhu dhugumattuu hafteen herrega kootii ga'aa miti. Maal naaf wayyamee yaa firaa.?
23 nov, 22:35

Maallaqa malee kan si jaalatu HARMEE kee qofa. @MADDAA_SEENAA
23 nov, 11:29

Gameessa Gaanfa Afrika Maaf Doorsisama Maali Badin Isaani Islaama Ta'u Mo Oromoo Ta'u...........? Nun Tuttuqina Nu Tuttuqxani
+1
Gameessa Gaanfa Afrika Maaf Doorsisama Maali Badin Isaani Islaama Ta'u Mo Oromoo Ta'u...........? Nun Tuttuqina Nu Tuttuqxani Ofitti Nun Kaasina.....
23 nov, 01:01

Nagaan Naaf Buli Urjii koo 🌷
22 nov, 13:36

"Nu Waan Dhibe Dhibee Addunyaan Nuuf Hin Barree". "Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa"
21 nov, 11:38

"NAMNI GARIIN KITAABA. ā—Bu'aan saahiba irraa arkattu bu'aa kitaaba irraa arkatturra siif caala, namni kitaaba qaba kitaabni isaas jabaadha. @MADDAA_SEENAA
18 nov, 23:42

šŸŒøšŸ’AssalaamAleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu....🌹
Sagantaa Daaw'aa...Ustaaz Nuuraddiin Zaanki kan dhihaatu jalqabameera.... Akka isin hin dabarrešŸŒŗšŸ‘‡šŸ‘‡ https://t.me/Caayaadiiinaalislaam?livestream=e9124da369b66eb23f
15 nov, 13:12
15 nov, ~13:32

Ati nama biraa waliin of hin madaalin. Daandii kee irratti guddadhu, yeroo kee eegadhu, akkuma of taateetti ifii mulladhu. Halkan Gaarii 🫰
15 nov, 12:57

Barnoonni akka faayidaa hin qabne Wanni labsu jirruuf, lafaafi Soshaal midiyaarrattis namoota hin baratinii wajjiin waan oolluufi. Period. āœļø
14 nov, 01:15

Barnoonni akka faayidaa hin qabne Wanni labsu jirruuf, lafaafi Soshaal midiyaarrattis namoota hin baratinii wajjiin waan oolluufi. Period. āœļø
14 nov, 01:14
14 nov, ~01:15

ʸᵉʳᵒᵒⁿ įµįµ˜āæ ʸᵉʳᵒᵒ Ė¢įµ‰įµ‰āæįµƒįµƒ įµ’įµˆįµ‰įµ‰Ė¢Ė¢ā±āæįµ˜ ᵒˢᵒᵒ ʰⁱⁿ įµ—įµƒįµƒāæįµ‰ ʸᵉʳᵒᵒ Ė¢įµ‰įµ‰āæįµƒįµƒ Ź°įµ’Ź²Ź²įµƒāæāæįµ˜ įµ—įµƒ'ᵘ įµ įµƒįµ‡įµƒ ᵒʳᵒᵐᵒᵒ ʳᵃˢᵃᵃˢᵃ įµįµ’įµ’įµ—įµ˜įµįµįµƒįµƒ įµƒįµ‡įµ‡įµƒįµƒ ⁱʳʳᵉᵉᵗⁱⁿ įµƒŹ²Ź²įµ‰įµ‰į¶ įµƒįµįµƒ ʲⁱʳᵘ ʸᵉʳᵒᵒ ⁱᵗᵗⁱ ᵒʳᵒᵐᵒᵒⁿ ᵠᵉ'ᵉᵉᶠ įµ įµƒįµ‡įµ‰įµ‰āæŹøįµƒ ⁱˢᵃᵃ įµˆŹ°įµƒįµ‡įµ‰ įµįµ’įµˆįµƒįµƒāæįµƒ ʲⁱʳᵘ ʸᵉʳᵒᵒ ⁱᵗᵗⁱ ᵈᵃʳᵃʳᵃᵃⁿ Ź°įµƒāæįµįµƒāæįµƒ ʰⁱⁿ Ź²įµ‰įµˆŹ°įµƒįµāæįµ‰ ᵈʰᵃ˔ᵃ ᵒʳᵒᵐᵒᵒ ⁱʳʳᵃ įµįµƒ'ᵃ Ź²ā±Ź³įµ˜įµ—įµ—ā± ᵗᵉᵉⁿʸᵉ Ė¢įµ‰įµ‰āæįµƒįµƒ įµ’įµˆįµ‰įµ‰Ė¢Ė¢įµ˜āæ Ź°įµ˜įµ‡įµƒāæāæįµƒ ᶠⁱᵈᵘ įµ—įµƒįµįµįµƒĖ”Ė”įµ‰įµ‰ ʰⁱⁿ įµ įµƒįµ‡įµ˜ įµƒįµįµįµƒįµ—įµ—ā± įµįµƒāæ įµ‡įµƒŹ³įµ‡įµƒįµƒį¶œŹ°ā±Ė¢įµ˜ ᵒʳᵒᵐᵒᵒ įµ‡įµƒįµįµįµƒŹøŹøįµ˜įµ˜įµ—įµ—ā± Ź°ā±įµˆŹ°įµƒįµ—įµ‰ āæįµ˜įµįµ˜Ė¢įµƒ įµƒįµ‡įµ‡įµƒįµƒ ⁱʳʳᵉᵉ įµ’į¶  ⁱʳʳᵃ įµˆįµƒŹ³įµ‡įµƒįµ—įµ˜ įµ įµ’į¶ įµƒįµˆŹ°įµƒ įµƒŹ³įµįµƒ įµˆŹ°įµƒįµįµƒŹ°įµƒ ʸᵃᵃ Ė¢įµƒįµ‡įµƒ įµįµ’įµ’ Ź·įµƒŹ³įµ—įµ‰įµ‰ įµįµ˜įµ˜Ė¢Ź° ᵈᵃⁿᵐᵃᵠᵃ ⁿⁱ įµįµƒŹ°įµƒ ᵐᵉ @š™¾šš•šš’šššššŠ_š™³šš’šš—šššš’šš•_š™ŗšš’šš‹šš‹ššŠ_š™±ššŠšš‘ššŠ_š™¾šš›šš˜šš–šš’šš¢ššŠššŠ_šš’šš›šš›ššŠ. š‹š¢šŖš¢š¦š¬š¢ š‰ššš›ššššš­š­š®š„š„šžšžšŸ’Š
11 nov, 11:04
23 nov, ~22:35

Intala Shamarati Umrii Ishee waggaa 14_ttii Bara 2019/2/17 Sababoota Xixiqqoof Maatin Ishee manuma Sana Irra kan Meetira 7 hin caallee bulan Ishee Ammo Mana Isa Guddatti Hanbisani Ijollee bira bulchu Yeroo kana Isheen Xiqqoo Obboloota Ishee Irra kutaa Keessa waan Raftef Waraanni Ani Biyyaaf Duula Biyyaa Bilisa Baasa Jedhe Ummata Keecha Socha'u Itti Ol Seenee Qaamota Waraana Kawwan Agichatti Gad-dhoorke ofi Ajaja Waraanichati Waan ta'eef Keessa ol tare Intala arginan Akka Waraabessi Harretti Katutti Itti kaate Afaan Ishee Keessa Maqaraban Hidhe Ukkamse Kabaja Ishee Durbummaa Irra balleesse Haja isa itti bahe geeffate intala of wallalchise sana booda yeroo isheen of beektu ganama Harmee Keetin yoo dhiigni maali jedhani si gaafatan Waraanatu wol waraane jedhin jedhen Kibba Baha Oromiyaa irrayi Waanin ofi kiyyaa qabataman arge fi Dhugaa ta'u isa mirkaneesse dha Yaa Saba Wa'illii Koo Dhugaadha.
11 nov, 00:12

Qabsoo Fi Qabsa’oota Haqaan Daldaluun Yakka Dhiifama Hin Qabneedha!
09 nov, 15:04

Qeesiin Amaaraa waangeela lafa kaahee kilaash kaasee lolarra jira. Yoo ofii lolu dhiises jajjabeessuf cina dhaabbate jira🫪 S
+1
Qeesiin Amaaraa waangeela lafa kaahee kilaash kaasee lolarra jira. Yoo ofii lolu dhiises jajjabeessuf cina dhaabbate jira🫪 Sheekiif Qeesiin Oromoo ammoo ganda keessa deemee mootummaa Impayeera deeggaraa jedhee kaadiree faanaa hawaasa cinqaa jira. Qarreef Qeerroon jarreen kana faana kokkee wal qabuun Bilisummaaf aarsaa of-gochuun ittisa jirtan baga Guyyaa Yaadannoo Sadaasa 9 Fincila Diddaa Gabrummaa geessan. Lafa jirruutti guyyaa borii hawaasi ballaan Oromoo Bilisummaa saba keenyaaf jecha kan of biraa dhabne kan itti yaadachaa oolluf kaayyoo isaani irratti nu cinaa kufan kan irbuu itti haaromsannu wan ta'eef hunduu baga guyyaa kabajamaa kana geessan. Sheeki fi Qeesi Oromoo Gaaf tokko Gaabbi dha. #OromiyaanBiyyaa Wa'illii Koo Dhugaadha
09 nov, 01:13
09 nov, ~13:15

Yeroo nama filattu, bareedina bifa osoo hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!
08 nov, 17:11

Yeroo nama filattu, bareedina bifa osoo hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!
08 nov, 17:11
08 nov, ~17:11

Please Gaaffii dha.? Hundi Keessanu Deebi Keessan Asin naaf Hima@Mujesh_R Wanti ati Hanga Adhatti Qabatte Teessun Maali Kan N
Please Gaaffii dha.? Hundi Keessanu Deebi Keessan Asin naaf Hima@Mujesh_R Wanti ati Hanga Adhatti Qabatte Teessun Maali Kan Nama Dhiifaama Hin Godhu Jette Sun Maalidha Naaf Himi Adaraa Kee Obboleessa Koo Obboleetti too Pls Naaf Hima Me Maloo
07 nov, 15:13
11 nov, ~12:01