ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

QUBEE TUTORIAL 🎓

QUBEE TUTORIAL 🎓

前往频道在 Telegram

✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

显示更多

📈 Telegram 频道 QUBEE TUTORIAL 🎓 的分析概览

频道 QUBEE TUTORIAL 🎓 (@qubeetutorial) 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 767 名订阅者,在 教育 类别中位列第 14 858,并在 芬兰 地区排名第 353 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 767 名订阅者。

根据 28 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 327,过去 24 小时变化为 -1,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 20.14%。内容发布后 24 小时内通常能获得 5.78% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 2 772 次浏览,首日通常累积 796 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 22。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial”

凭借高频更新(最新数据采集于 29 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

13 767
订阅者
-124 小时
+537 天
+32730 天
帖子存档
🔥 WEAK 2 STUDY PLAN 🔥 ✅Sagantaan torbee 2ffaa kana fakkaata. 🎬Walii-galatti Viidiyoo 20 kan hammatedha. 📱Xumura torbee {d
🔥 WEAK 2 STUDY PLAN 🔥 ✅Sagantaan torbee 2ffaa kana fakkaata. 🎬Walii-galatti Viidiyoo 20 kan hammatedha. 📱Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu. Viidiyoowwan har'a galgala gadi isinii lakkifama Hanga sanii QUIZ torbee 1ffaa hojjadhaa 👉🏻 @Qubeetutorialquizbot #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

🟢Barattoonni quiz(qormaata) waan torbee kana barattan irraa hojjachuu barbaaddan link asii gadii fayyadamuu hojjachuu ni dandeettu👇 @QubeetutorialquizBot

QUIZ hojjattanii ?

🔥Akkam jirtu maatii Qubee Tutorial🔥 🔰Barattoonni gariin keessan viidiyoo marsaa tokkoffaa yeroma tokkotti nuu kennee jettanii nu gaafataa jirtu.
1. Wanti isinitti himuu bararbaannu tokko viidiyoon guutuun xumuramee qophaa’ee jira. Nutis kana irratti hundaa’uun barnoota keessan ji’a 6 keessatti isinii xumuruuf karoora baasnee karoora keennaan isiinii kennaa jirra.
2. Sababni viidiyoo torbee torbeen qoodnee isinii kenninuuf, haala qophii ENTRANCE keessaniif jecha. Sababni isaas, viidiyoo torbee torbee qoodnee yoo isinii kenninuu, waan torbaan tokkotti isinii kenninu gadi fageenyaa fi irra deddeebiin akka hubattanii. ✔️Akkasuma waan torbee tokkotti barattan irraa qormaata(quiz) fudhataa deemtu, kuni immooo akka isin Entrance dhaaf sirritti qophooftan isin taasisa. Haaluma kanaan ji’a 6tti erga xumurree booda Moodelii bifa Entrance tiin isinii kennina. ✔️Kanaaf, karaa kana kan filanneef gadi fageenyaan hubattanii Entrance dhaaf akka qophooftaniif. 🔸Haaluma Kanaan ji’a 6tti isinii xumurraa jechuudha. Viidiyoon immoo hanga guyyaa Entrance fudhattanii kan isiniif turu ta’a.
#qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

📯WEEK -1 QUIZ ✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee 1ffaa ni fudhattu. 📅Sanbata dabre viidiyoon torbee
📯WEEK -1 QUIZ ✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee 1ffaa ni fudhattu. 📅Sanbata dabre viidiyoon torbee tokkoo gadi sinii lakkifamee qayyabataa turtanii jirtu. ➡️Har'a immoo waan torbee tokkoof qayyabataa turtan hangam akka bubattan kan ittiin uf madaaltaniidha. ❗️Qurumsi kuni Gaafilee 56 kan qabate yoo ta'u gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) iraa bahe. Qurmaata kana fudhatuuf bot armaan gadii seenaa 👇 👉 @QubeetutorialquizBot Jalqaba "Start bot" bakka jedhu tuqxu Itti aansee 📝 This Week's Quiz tuqxu San booda "📝Open quiz" kan jedhu tuquun gaafilee hojjatuu ni dandeettu. #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖                                               ⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢ ⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶

🔥 Qophiidhaa?

🚨QORMAATAAF QOPHIIDHAA? 📝 📢 Akka kana dura jedhametti, waan torbee guutuu barattan,haala sagantaa keessanii irratti hundaa
🚨QORMAATAAF QOPHIIDHAA? 📝 📢 Akka kana dura jedhametti, waan torbee guutuu barattan,haala sagantaa keessanii irratti hundaa'uun, Sanbata irratti qormaatni isiniif ni kennama. ⏰ Kanaafuu boru ganama sa'aatii tokko irraa kaasee karaa Mini App keenyaatiin qormaata keessan qoramuu ni dandeessu. 📌 Qormaanni keenya: ✅ Kan isin hubannoo keessan ittiin of madaaltaniin. 📊 Kan hanqinaa fi jabina keessan ittiin of ilaaltaniin fi 🎯 Qormaata fuulduraatiif kan ittiin of qopheessitaniidha. 📖 Maarree kana beektanii sagantaa torbee kanaa irratti hundaa'uun qorumsa boruutiif akka of qopheessitan isiniif dhaamuu barbaanna. 🔗 Maarree boru ganama liinkiin Mini App keenyaa kan isiniif gadi dhiifnu ni ta'a. 📅 Qormaanni keenya kun yeroo hunda torbee torbeedhaan isiniif kan kennamu ni ta'a. Guddaa galatoomaa 🙏 #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶

🌠 BAGA GAMMADDAN. 🎊 Barattoota 1 hanga 3 baataniif. Akkuma dura waadaa isiniif galle barnoota bilisaa kan marsaa tokkoo injifattanii jirtu. Dabalataanis, waan xaarii keessanii jechuun barattoota 4 hanga 10 sadarkaadhaan kaardii bilbilaa waan isinii erginuuf, worri sadarkaan keessan 4 hanga 10 jirtanis keessaan nu qunnamaa. 👉 @Qubee_Tutorial

Yommuu keessan nu qunnamtan maqaa keessan kan as irra jiru nutti himuun dubbii jalqabaa.

Barattootni maqaan keessan 1 hanga 3 jirtan user name armaan gadiitiin nu qunnamaa. 👉 @Qubee_Tutorial

Tartiibni hirmaattota 1 hanga 10 jiran kana fakkaata. Hirmaannaa keessaniif guddaa galatoomaa. Keessaan kan isin qunnamnu ta'
Tartiibni hirmaattota 1 hanga 10 jiran kana fakkaata. Hirmaannaa keessaniif guddaa galatoomaa. Keessaan kan isin qunnamnu ta'a. Guddaa galatoomaa 🙏.

XUMURAMEE JIRA. Injifattoota daqiiqaa muraasa booda kan isiniif beeksifnu ta'a. Galatoomaa 🙏

⏳Xumuramuuf daqiiqaa muraasatu isin hafe. Hanga dandeessaniin yeroo keessanitti fayyedamaa.

💥 HAR'A GALGALA NI XUMURAMA.⏰ 🎓 Barattootni baay'een keessan waa'ee carraa barnoota bilisaatiin wal qabatee guyyaan xumuraa
💥 HAR'A GALGALA NI XUMURAMA.⏰ 🎓 Barattootni baay'een keessan waa'ee carraa barnoota bilisaatiin wal qabatee guyyaan xumuraa nutti dheerate jechuun yaada baay'ee nuuf dhiyeessaa turtaniirtu. 📝 Maarree nutis kana yaada keessa galchuun, dorgommii dura torbee lamaaf karoorfanne, guyyaa har'aa 🕒 galgala sa'aatii 3:00 irratti xumuruuf murteessinee jirra. 🔥 Maarree hirmaannaa keessan daran cimsuun injifadhaa! 💪🏆 🙏 Guddaa galatoomaa. #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶

📹 Video akkaataa galmee agarsiisu kana ilaalaa.

🎉 ODUU GAMMACHIISAA!!🎉 🎓 Qubee Tutorial barattoota 3f carraa barnoota bilisaa kennuuf challenge salphaa qopheessee jira. 📌 Challenge kun maaliidha? ✅ Jalqaba gara Bot Qubee Tutorial kan liinkiin isaa armaan gadi jiruutti seenaa. 🔗 Erga bot keessa seentanii booda iddoo /link jedhu tuqaa. 📩 Botichi liinkii keessan ergaa ykn message guutuu waliin isiniif kenna. 👥 Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan waliin barattaniif forward godhaa ykn isaaniif ergaa. 🏆 Namootni liinkii keessaniin erga join godhaniin booda baay’inna isaanii irratti hundaa’uun sadarkaa 1ffaa – 3ffaa keessa yommuu seentan, carraa barnoota bilisaa ni argattu jechuudha. 📊 Bot keessatti yeroo kamiyyuu sadarkaa keessanii fi sadarkaa hirmaattota biroo ilaaluu ni dandeessu. ⏳ Challenge kun har’a irraa eegalee torbaan lama ni tura. Kanaaf ammuma irraa jalqabuun dursitoota keessaa tokko ta’aa! ⚠️ Hubachiisa Namni isin liinkii ergitaniif, liinkii sanaan gara channel keenyaa seenee channel keenya dirqama join gochuu qaba. Sana booda qofa lakkoofsi nama isin affeertanii bot irratti kan isiniif galmaa'uu danda'u. Dabalataanis barattootni gara private group keenyaa seentanii barachaa jirtan challenge kana irratti hirmaachuu akka dandeettan kabajaan isin beeksisuu barbaadna. 👉 Challenge kana irratti hirmaachuuf liinkii gara Bot Qubee Tutorial isin geessu kan armaan gadii kana tuquun challenge kanatti makamaa. 👉🏿@qtinvitationbot Waa'ee kanaan walqabatee gaaffii fi yaada yoo qabaattan lakkofsa bibilaa armaan gadiitiin nuuf bilbilaa. lakk bill:- 0718585253 🌟🌟🌟Amma irraa kaasee eegaluu ni dandeessu. 🌟🌟🌟 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

photo content

💥💥WELCOME 🤗 👉 Barattoota haaraa dhuftaniif. GALMEEN KEENYA KAN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA 📝 ✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot ✅ Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf 👉🏻 Viidiyoo 🤙 Wanti isiniif ifa hin taane yoo jiraate lakkofsa bilbila armaan gadi jiruun nuuf bilbilaa. 0966860278 0777203655 #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

WELCOME Barattoota haarawa dhuftaniif. Galmee keenya kan kutaa 12 akkuma itti fufetti jira. ✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot ✅ Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf 👉🏻 Viidiyoo 🤙 Wanti isiniif ifa hin taane yoo jiraate lakkofsa bilbila armaan gadi jiruun nuuf bilbilaa. 0966860278 0777203655 #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜