QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial
显示更多📈 Telegram 频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 的分析概览
频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 (@qubeetutorial) 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 286 名订阅者,在 教育 类别中位列第 15 061,并在 芬兰 地区排名第 349 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 286 名订阅者。
根据 25 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 161,过去 24 小时变化为 9,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 12.53%。内容发布后 24 小时内通常能获得 6.59% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 665 次浏览,首日通常累积 876 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 9。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu
Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu.
Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
#Qubeetutorial #Qubeetutrial”
凭借高频更新(最新数据采集于 26 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
数据加载中...
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 26 八月 | 0 | |||
| 25 八月 | +9 | |||
| 24 八月 | +114 | |||
| 23 八月 | +189 | |||
| 22 八月 | +84 | |||
| 21 八月 | +39 | |||
| 20 八月 | +5 | |||
| 19 八月 | +3 | |||
| 18 八月 | +2 | |||
| 17 八月 | +2 | |||
| 16 八月 | +7 | |||
| 15 八月 | +1 | |||
| 14 八月 | +8 | |||
| 13 八月 | +9 | |||
| 12 八月 | +5 | |||
| 11 八月 | +6 | |||
| 10 八月 | +7 | |||
| 09 八月 | +16 | |||
| 08 八月 | +9 | |||
| 07 八月 | +20 | |||
| 06 八月 | +335 | |||
| 05 八月 | +155 | |||
| 04 八月 | +175 |
| 2 | 🔥 WEAK 4 STUDY PLAN 🔥
✅Sagantaan torbee 3ffaa kana fakkaata.
🎬Walii-galatti Viidiyoo 19
haala sagantaa irra jiru kanaan qayyabadhaa.
📱Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu. | 394 |
| 3 | The word "biology" is derived from two Greek words meaning: | 618 |
| 4 | 🔥 NEJO BOARDING SCHOOL MAKES ITS MARK! 🔥
These are not just numbers. These are the results of discipline, sacrifice, and years of hard work.
👏 Congratulations to all the students of Nejo Boarding School!
Your hard work deserves to be seen. Your achievement deserves to be celebrated. 🏆 | 938 |
| 5 | **OUTSTANDING PERFORMANCE 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Barattootni keessan nu qunnamuu feetan
👉 @qubee_tutorial
Nu qunnamaa. | 1 345 |
| 6 | Barattoonni networkiin isin rakkisu lakk admission fi maqaa keessan ergaa isinii laalla.👇
https://t.me/+QldXRRUgERg5NzY0 | 1 670 |
| 7 | Carraa gaarii | 1 630 |
| 8 | Hojjataa jira | 2 |
| 9 | 🔥Hojjatuu eegalee jira | 1 655 |
| 10 | Qabxiin hara'a galgala sa'aatii 1 irraa kaasee laaluun akka danda'amu ministeerri barnootaa ibse.👇
Karaa ittiin laaltan👇
- 🌐website ፡ https://result.eaes.et
- 🚦Telegram፡ https://t.me/EAESbot
- ✉️SMS፡ 👉 6284
Networkiin yoo kan isin rakkisu ta'e chanaalii kana join godhaa👇
👇
👉 EUEE 2018 RESULT 👈
👆 | 1 679 |
| 11 | 📚 GALMEEN KEENYA AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA. 🔥
Qubee Tutorial barattoota kutaa 9 irraa kaasee hanga sadarkaa yuniivarsiitiitti woggoottan darbaniif barsiisaa turree jirra.
Maarree ammas galmee kutaa 12 kan bara barnoota 2019 kana dura eegaluun keenya ni beekkama, maarree ammas galmeen akkuma itti fufetti jira. 📝⏳
🎯 Wantootni isin nu biraa argattan.
🎥 Video barnootaa guutuu
🧠 Quiz torbee torbeedhaan
📖 Note fi wantoota qu'annaaf isin barbaachisan guutuu
📝 Dhuma marsaawwanii irratti qoruumsa modeelaa fi
📂 File qormaata baay'ee nu biratti ni argattu.
OSOO YEROON HIN DARBIN AMMUMA GALMAA'AA!!!!!
Galmaa'uuf 👉 @Toturegister_bot
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ | 1 870 |
| 12 | Hanga ammaa wanti ifa ta'e hin jiru
Tasgabaayaa , bu'aan buru gadi dhiifama ta'a
Nagaan bulaa | 1 |
| 13 | IJOOLLEEN TEENYA HIN DANDA'MNE 🌟
KING 🤴 OF SOCIAL SCIENCE
ITTI MUDDI🔥🔥🔥🔥🔥 | 1 994 |
| 14 | LET'S GOOOOOOO 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
GOOTA KEENYA | 2 138 |
| 15 | 📚 GUYYAA TOKKO MAALIIF BARACHUUN KEE DIRQAMA AKKA SIRRATTI TA'E NI HUBATTA.
🌙 Halkan har'aa kana iddoo tokkotti, barataan tokko kurraazii ykn ibidda jela taa'ee qu'achaa jira ta'a.
💔 Maatiin isaa garmalee harka qalleeyyii ta'uu malu.
👕 Uffata isaa waan miiccatuun dhabee ji'aa oliif uffata xuriin deemaa jiraachuu mala.
📱 Bilbila ittiin fayyedamu dhabee, ergifatee ykn hiriyyoota isaa kadhatee ittiin barachaa jiraachuu mala.
💔 Nama isa jajjabeessu dhabee, onneen isaa cabuus mala.
Maarree wanti kun hundi hamilee isa cabsee gaaffii tokko of gaafata:
❓ “Maaliif, maaliif osoo beeku miidhaan kun hundi akka narra gahu eeyyama?”
Sababni gaaffii kana of gaafateefis.
⏳ Yeroo ammaa kana barachuun, qu'achuun akka adabbiitti itti dhaga’amuu danda’a.
👥 Hiriyyootni isaa yeroo bashannanitti, inni garuu kutaa isaa keessa taa’ee ganamaa fi galgala, dadhabe osoo hin jedhiin dubbisa.
📖 Iddoo tokko sirritti hubachuun isa dhibee fuula tokko guyyaa guutuu dubbisuu irraa kan ka’e mataan isa dhukkubees ta’uu danda’a.
😔 Yeroo tokko tokko immoo hamilee dhabuu irraa kan ka’e barnoota dhiisuuf fa'a yeroo barbaadutu jiraata.
🌅 Garuu Mucaan kun wanta nuti baay'inaan hin hubanne tokko hubatee jira: innis
💡 “yeroon kun hundi darbee, guyyaan ifaa tokko akka dhufu ni beeka. Guyyoota namni tokko illee isa hin ilaallee kanatti, jireenyi isa fuulduraa suuta suutaan, yeroo yeroodhaan akka ijaarramaa jiru ni beeka.”
Kanaaf gaaffiin akkanaa kun salphumatti isa hin dogongorsine.
___
🎓 Maarree barataa koo yeroon ati har’a barnootaaf gubdu kun, boru beekumsa rakkoo kee ittiin furtu ta’uu hin dagatin.
📚 Dubbisni har’a ati ganamaa fi galgala dubbistu kun boru furtuu kee ta’uu hin dagatiin.
👉 Kanaafuu barataan kamis gatii barnootaa hubachuu qabaatta.
👨👧👧 Maatiin kee akka ati barattuuf aarsaa guddaa kafalaa jiran ta’a, garuu aarsaa kana faayidaa keetiif, jiruu fuulduraa keetiif jedhanii akka kaffalaa jiran hubachuu qabaatta.
⏳ YEROON NI DABARTI
🔥 Kanaafuu booddee maaf kana hin raawwanne jettee gaabbuu irra, yeroo kana ganamaa fi galgala, dadhabe osoo hin jedhiin waan sirraa eeggamu hundaa raawwachutu caala.
❤️ NUUF JIRAADHAA
Qubee Tutorial
Education without limits!!!!
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ | 2 148 |
| 16 | 没有文字... | 1 983 |
| 17 | Bu'aan qormaataa yoo gadi lakkifame karaalee kanaan laaluu ni dandeettu👇
🌐website
👉 https://result.neaea.gov.et
👉 https://result.eaes.et 👈
🚦Telegram
👉 https://t.me/eaesbot
✉️SMS 👉 6284
Networkiin yoo kan isin rakkisu ta'e chanaalii kana join godhaa👇
👇
👉 EUEE 2018 RESULT 👈
👆 | 2 353 |
| 18 | CHAALENGIIN XUMURAMEE JIRA
Namoonni 1 hanga 4 baattan keessaan isin qunnamna
Yeroo biraas chaalenjii biraatiin walitti deebina
Hirmaannaa keessaniif galatoomaa🙏 | 2 336 |
| 19 | 🏮CHALLENGIIN XUMURAMUUF SA'AATII MURAASATU HAFE..🔥
🔗Liinkii bot armaan gadi jiru tuquun gara bot seenuun eegalaa.🤖
👉 @qtinvitationbot
📲Amma irraa kaasaatiin eegalaa.
Yeroo muraasatu hafe waan ta'eef, yeroo keessanitti fayyadamaa.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ | 1 411 |
| 20 | 🔥EEGALEE JIRA🚨
📯WEEK -3 QUIZ*
✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee kanaa ni fudhattu.
📅 Maarree haaluma sagantaa keennaatiin torbee torbeedhaan quiz ni kennina.
❗️Qurumsi kuni Gaafilee gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) irraa kan baheedha.
😊 Barataan hunduu seenee quiz kana fudhachuu ni danda'a.
▫️ Qormaata kana fudhatuuf gara bot armaan gadii seenaa.
👇
👉 @QubeetutorialquizBot 👈
👆
👬👭 Hiriyyoottan keessaniif share ykn forward gochuun ammuma waliin qoramaa !!!!!
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶ | 2 562 |
