QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial
显示更多📈 Telegram 频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 的分析概览
频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 (@qubeetutorial) 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 291 名订阅者,在 教育 类别中位列第 14 949,并在 芬兰 地区排名第 346 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 291 名订阅者。
根据 26 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 159,过去 24 小时变化为 -2,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 13.52%。内容发布后 24 小时内通常能获得 7.81% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 796 次浏览,首日通常累积 1 037 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 9。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu
Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu.
Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
#Qubeetutorial #Qubeetutrial”
凭借高频更新(最新数据采集于 27 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
1. Barattoonni kana dura marsaa1ffaagalmooftanii barataa turtan amma qarshii350kaffaltanii marsaa2ffaagalmooftu
2. Barattoonni haarawaa immoo kan marsaa☑️Liinkii asii gadii fayyadamuun galmaa'uu ni dandeettu. 👉 @Grade12registration12bot ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜1ffaa+ kan marsaa2ffaakaffaltu. Kana jechuun350+350=700birr kaffaltu jechuudha.
12ffaa hundaaf🔥
🔰Galmeen marsaa 2ffaa boru eegala.
☑️Akkuma kanaan dura ibsine gatiin marsaa tokkoo qarshii 350 ta'uun ni yaadatama.
1. Barattoonni kana dura marsaa1ffaagalmooftanii barataa turtan amma qarshii350kaffaltanii marsaa2ffaagalmooftu.
2. Barattoonni haarawaa immoo kan marsaa✅As biratti wanti isin hubachuu qabdan, gatii waggaa tokkoo bakka tokkotti isin kan hin gaafanneef akka isinitti hin ulfaanneef. Waggaan tokko ammoo marsaa sadi akka qabu kana dura ilaallee jirra. Kanaaf barataan tokko marsaa tokko galmaa'uuf marsaa isa dura jiru kaffaluun dirqama itti ta'a. Hub: Barataan kana dura marsaa1ffaa+ kan marsaa2ffaakaffaltu. Kana jechuun350+350=700birr kaffaltu jechuudha.
1ffaa hin galmaa'in, amma marsaa 2ffaa irra waan jirruuf kan marsaa lamaanii bakka tokkotti galmaa'a jechuudha..
Barattoonni kutaa 9-11 jirtan marsaan tokkoffaan waan hin xumuraminiif, yeroo keessan ga'u isin beeksisna.╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
12ffaa hundaaf🔥
🔰Galmeen marsaa 2ffaa wiixata(13/4/2018) eegala.
✔️Akkuma beekamu marsaa 1ffaa galmooftanii barataa turuun keessan ni yaadatama, kanaaf wiixata irraa eegaltanii marsaa 2ffaa galmaa'uun baratuu ni dandeettu.
📌Hubachiisa:
Barattoonni marsaa 1ffaa galmooftan, lakkoofsa bilbilaa marsaa tokkoffaa nuu ergitanii ittiin galmooftanii fi koodii isiinii ergine fayyadamuun galmooftu.
Barattoonni marsaa❌Akeekkachiisa:1ffaahin galmaa'in immoo kan marsaa1ffaafi2ffaabakka tokkotti galmaa'uun dirqama isinitti ta'a. Kana jechuun barataan tokko marsaa2ffaagalmaa'uuf marsaa1ffaagalmaa'uun dirqama itti ta'a jechuudha.
Akkuma kanaan dura ibsuuf yaalletti channeliiwwan sobaa channel keenna fakkaatanii isin gowwoomsuuf yaalan waan jiraniif channel keenna qofa irraan akka galmooftan isin beeksifna, dabalataanis hiriyyoota keessaniifis share akka gootaniif isin gaafanna.
