QUBEE TUTORIAL 🎓
✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام QUBEE TUTORIAL 🎓
کانال QUBEE TUTORIAL 🎓 (@qubeetutorial) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 13 767 مشترک است و جایگاه 14 858 را در دسته آموزش و رتبه 353 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 13 767 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 28 اکتبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 327 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -1 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 20.14% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 5.78% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 2 772 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 796 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 22 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu
Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu.
Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
#Qubeetutorial #Qubeetutrial”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 29 اکتبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کردهاند.
1. Wanti isinitti himuu bararbaannu tokko viidiyoon guutuun xumuramee qophaa’ee jira. Nutis kana irratti hundaa’uun barnoota keessan ji’a 6 keessatti isinii xumuruuf karoora baasnee karoora keennaan isiinii kennaa jirra.
2. Sababni viidiyoo torbee torbeen qoodnee isinii kenninuuf, haala qophii ENTRANCE keessaniif jecha. Sababni isaas, viidiyoo torbee torbee qoodnee yoo isinii kenninuu, waan torbaan tokkotti isinii kenninu gadi fageenyaa fi irra deddeebiin akka hubattanii. ✔️Akkasuma waan torbee tokkotti barattan irraa qormaata(quiz) fudhataa deemtu, kuni immooo akka isin Entrance dhaaf sirritti qophooftan isin taasisa. Haaluma kanaan ji’a 6tti erga xumurree booda Moodelii bifa Entrance tiin isinii kennina. ✔️Kanaaf, karaa kana kan filanneef gadi fageenyaan hubattanii Entrance dhaaf akka qophooftaniif. 🔸Haaluma Kanaan ji’a 6tti isinii xumurraa jechuudha. Viidiyoon immoo hanga guyyaa Entrance fudhattanii kan isiniif turu ta’a.#qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ 📸 @QUBEETUTORIAL 📹QUBEETUTORIAL
