ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

ORO ISPOORTII

ORO ISPOORTII

关闭频道

༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Request jo

显示更多

📈 Telegram 频道 ORO ISPOORTII 的分析概览

频道 ORO ISPOORTII 是活跃参与者。目前社区聚集了 58 680 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 2 251,并在 印度 地区排名第 5 659 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 58 680 名订阅者。

根据 13 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -360,过去 24 小时变化为 -68,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.45%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.29% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 266 次浏览,首日通常累积 169 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 2。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Reque...”

凭借高频更新(最新数据采集于 14 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

58 680
订阅者
-6824 小时
-1787 天
-36030 天
帖子存档
Morkiin Laamin Yamaal fi Kukureellaa giddduu jiru har'a akkaan nii eegama! 🥶
Morkiin Laamin Yamaal fi Kukureellaa giddduu jiru har'a akkaan nii eegama! 🥶

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Hiriira garee lamaanii 11:00 || Livarpuul Biraayteen waliin ⚽️⚽️
+1
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Hiriira garee lamaanii 11:00 || Livarpuul Biraayteen waliin ⚽️⚽️

⚽️Hiriira garee lamaanii 11:00 || Maan Yuunaayitid Baarnimaawuuz waliin ⚽️⚽️
+1
⚽️Hiriira garee lamaanii 11:00 || Maan Yuunaayitid Baarnimaawuuz waliin ⚽️⚽️

🚨 Taphataan Bayern Uli Hoeneß Oliise fi Riyaal Maadriid irratti: “Kun hundi waanuma hin jirredha. Maayikeel hanga bara 2029t
+1
🚨 Taphataan Bayern Uli Hoeneß Oliise fi Riyaal Maadriid irratti: “Kun hundi waanuma hin jirredha. Maayikeel hanga bara 2029tti kontiraata nu waliin qaba.Kanaaf yeroo ammaa kana waa’ee kanaa hin yaadnu”. "Waa'ee bara dorgommii kanaa kontiraata isaa dheeressuuf isa haasofna. Yoo inni yeroo sanatti hin barbaanne bara 2029 maal akka ta'u qofa eegna.Ani tasuma hin yaaddofne".

🚨 Luuniin tapha Eel Kilaasikoo irratti Riyaal Maadriidif goolii irraa eegala sababiin isaas Tiibaa Kortiwaan dhukkuba itti d
🚨 Luuniin tapha Eel Kilaasikoo irratti Riyaal Maadriidif goolii irraa eegala sababiin isaas Tiibaa Kortiwaan dhukkuba itti dhagahama. 🇺🇦

🚨Taphataan Bayern Uli Hoeneß: “Maayikil Ooliise taphataa cimaa addunyaa ta’uuf karaa gaarii irra jira.Anaaf Laamiin Yamaal c
+1
🚨Taphataan Bayern Uli Hoeneß: “Maayikil Ooliise taphataa cimaa addunyaa ta’uuf karaa gaarii irra jira.Anaaf Laamiin Yamaal caala”. “Goolii galcha, kubbaawwan mijeessee kenna, saffisaa dha – qabatamaan taphataa mudaa hin qabnedha”.

🚨Taphataan Baayernii Uli Hoeneß: “Filooriyaan Wiirtz Liivarpuul keessatti taphatu caalaa Baayerniif baay’ee gaarii taphata t
+1
🚨Taphataan Baayernii Uli Hoeneß: “Filooriyaan Wiirtz Liivarpuul keessatti taphatu caalaa Baayerniif baay’ee gaarii taphata ture”. "Taphoota isaa baay'een ilaala. Tasumaa sirnaan isa hin walitti makne". “Leverkusen keessatti kubbaa hunda argate;Liivarpuul keessatti hedduu keessaa tokko qofa”.

🚨 Taphataan Bayern Uli Hoeneß: “Lennart Karl waliin haasawa cimaa gochuuf karoorfadheera.Inni superstar ta’uu irraa FAR dha”
+1
🚨 Taphataan Bayern Uli Hoeneß: “Lennart Karl waliin haasawa cimaa gochuuf karoorfadheera.Inni superstar ta’uu irraa FAR dha”. "Taphattoonni dargaggootaa gad of qabuu barbaadu. Oliisee wajjin wal bira qabuun faayidaa tokkollee isaaf hin argamsiisu; ammallee garaagarummaan addunyaa isaan gidduu jira".

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Manchister Yuunaayitid leenjisuun si rakkiseera? Kaarik 🗣️ “Lakki, na hin rakkisne.”
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Manchister Yuunaayitid leenjisuun si rakkiseera? Kaarik 🗣️ “Lakki, na hin rakkisne.”

🟢Liivarpuul Instagram isaanii irratti tapha har'aaf qophii ta'uu isaanii beeksisaniiru.
🟢Liivarpuul Instagram isaanii irratti tapha har'aaf qophii ta'uu isaanii beeksisaniiru.

🚨 Hansi Flick: “Kabajni ani Mooriinihoof qabu guddaadha. Mooriinihoon kilabii leenjise hunda keessatti dandeettii isaa agars
+1
🚨 Hansi Flick: “Kabajni ani Mooriinihoof qabu guddaadha. Mooriinihoon kilabii leenjise hunda keessatti dandeettii isaa agarsiiseera”. “Yeroo tokko Maadriiditti isa waliin wal arguu nan yaadadha, yeroon Jarmanii waliin gargaaraa Joachim Löw ture”. "Taphattoonni keenya tokko tokko waan achi turaniif isa daawwachuuf deemne. Wanti ani jechuu danda'u taphattoonni isa jalatti hojjetan hundi kabaja guddaadhaan waa'ee isaa dubbataniiru, anis yaada kana qaba". “Inni michuu hojii milkaa’ina guddaa argatee fi leenjisaa guddaa ani baay’ee kabajudha”.

🚨 Hansi Flick: “Kabajni ani Mooriinihoof qabu guddaadha. Mooriinihoon kilabii leenjise hunda keessatti dandeettii isaa agars
🚨 Hansi Flick: “Kabajni ani Mooriinihoof qabu guddaadha. Mooriinihoon kilabii leenjise hunda keessatti dandeettii isaa agarsiiseera”. “Yeroo tokko Maadriiditti isa waliin wal arguu nan yaadadha, yeroon Jarmanii waliin gargaaraa Joachim Löw ture”. "Taphattoonni keenya tokko tokko waan achi turaniif isa daawwachuuf deemne. Wanti ani jechuu danda'u taphattoonni isa jalatti hojjetan hundi kabaja guddaadhaan waa'ee isaa dubbataniiru, anis yaada kana qaba". “Inni michuu hojii milkaa’ina guddaa argatee fi leenjisaa guddaa ani baay’ee kabajudha”.

🚨 Maayikeel Kaariik namni sadarkaa olaanaa irraa deeggarsa dabalataa argachuu akka danda’u amanee jiraa jedhamee gaafatamee:
🚨 Maayikeel Kaariik namni sadarkaa olaanaa irraa deeggarsa dabalataa argachuu akka danda’u amanee jiraa jedhamee gaafatamee: “Deeggarsa dabalataa argachuu miti... ...bu’aa argachuuf dirree kubbaa miilaa irratti waan sirrii ta’e hojjechuu waan ta’eef yeroo dhiyoo asitti sana gahaa hin hojjenne”.

🗣️ Maanchistar Yunaayitid kan hin to'atamne ta'ee? Maayikeel Kaariik: “Lakki”.
🗣️ Maanchistar Yunaayitid kan hin to'atamne ta'ee? Maayikeel Kaariik: “Lakki”.

🚨 Maayikeel Kaariik: “Nuti ‘hin fiignu’ jechuu qofa irraa of eeggachuu qabdu”. “Yeroo muraasa keessatti taphoota baay’ee inj
🚨 Maayikeel Kaariik: “Nuti ‘hin fiignu’ jechuu qofa irraa of eeggachuu qabdu”. “Yeroo muraasa keessatti taphoota baay’ee injifanneerra wanti dhiibbaa qabu kun, akka tasaa namni hundi waa’ee dhiibuu akka yaadu. Dhiibuun kutaa kubbaa miilaa xiqqaa keessaa tokko. Karaan adda addaa hunda kan namoonni akka presslztti ramadan ni jiru “Dhugumatti maali? Maaliif hojjechaa jirta? Humna keessaniif ta'aa? Bakka biraa haguugee jiraa? Daqiiqaa dhiibuu irratti akka jecha xiqqootti qofa darbatama”. “Taphoota kubbaa miilaa injifachuuf dhiibbaa gochuun dirqama HIN BARBAACHISAA. Yeroo tokko tokko ni goota, yeroo tokko tokko hin gootu. Waan itti darbatamu qofaadha.”

📊🔥 Bu’aa taphoota El Clásico 5n darban: ● Barcelona 2–0 Real Madrid (2026) ● Barcelona 3–2 Real Madrid (2026) ● Real Madrid
📊🔥 Bu’aa taphoota El Clásico 5n darban: ● Barcelona 2–0 Real Madrid (2026) ● Barcelona 3–2 Real Madrid (2026) ● Real Madrid 2–1 Barcelona (2025) ● Barcelona 4–3 Real Madrid (2025) ● Barcelona 3–2 Real Madrid (2025) Barcelona taphoota 5 keessaa 4 injifateera!

📊 Riikordii Hansi Flick, leenjisaan Barcelona, Real Madrid waliin qabu: 🏟️ Taphoota 7 taphate ✅ Taphoota 6 injifate ❌ Tapha
📊 Riikordii Hansi Flick, leenjisaan Barcelona, Real Madrid waliin qabu: 🏟️ Taphoota 7 taphate ✅ Taphoota 6 injifate ❌ Tapha 1 qofa mo’ame ⚽️ Barcelona’n goolii 22 galche 🏆 Taphoota xumuraa (Final) 3 inji Jfate

🚨 Diego Simeone on Julián Álvarez: “Namoota dhiifama gaafataniif kabaja guddaa qaba.Yeroo hunda rakkisaadha”. “Juliyan’f gam
🚨 Diego Simeone on Julián Álvarez: “Namoota dhiifama gaafataniif kabaja guddaa qaba.Yeroo hunda rakkisaadha”. “Juliyan’f gammadeera. Amma nagaa baay’ee itti dhaga’ama. Yeroo waan akkanaa jedhu dhugaadhaan waan jechuu barbaadeedha”. "Isa barbaanna. Kilabichi olka'iinsa deeggartoonni abjootan irra gahuu yoo barbaade Juuliyaan sadarkaa isaa hundarra akka ta'u nu barbaachisa".

🟢Juuliyaan Alvaareez,haasa'aa waancaa adduunyaa booddee Atileetikoo Maadrid gad dhiisuuf akka jedhu taasiseen booddee halkan
🟢Juuliyaan Alvaareez,haasa'aa waancaa adduunyaa booddee Atileetikoo Maadrid gad dhiisuuf akka jedhu taasiseen booddee halkan edaa deegartoota Atileetikoo Maadrid dhiifama gaafateera.

Real Madrid fi Barcelona hanga ammaatti Laaligaa keessatti taphoota 192 waliin taphatan. ● Real Madrid — 80 injifate ● Walqix
Real Madrid fi Barcelona hanga ammaatti Laaligaa keessatti taphoota 192 waliin taphatan. ● Real Madrid — 80 injifate ● Walqixa — 35 ●Barcelona — 77 injifate 𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII