ru
Feedback
DIRAAMAA BUBBEE

DIRAAMAA BUBBEE

Закрытый канал

Bubbee Kutaa 29ffaa Daqiiqaa 2 booda hin bada amma bakka REQUEST TO JOIN CHANNEL jedhu tuqaa seenaa 👇👇👇👇👇👇

Больше

📈 Аналитический обзор Telegram-канала DIRAAMAA BUBBEE

Канал DIRAAMAA BUBBEE является активным участником. Сейчас сообщество объединяет 58 479 подписчиков, занимая 2 190 место в категории Технологии и приложения и 5 793 место в регионе Индия.

📊 Показатели аудитории и динамика

С момента создания невідомо проект демонстрирует стремительный рост, собрав аудиторию из 58 479 подписчиков.

Согласно последним данным от 28 сентября, 2026, канал показывает стабильную активность. За последние 30 дней изменение числа участников составило 2 634, а за последние 24 часа — 66, при этом общий охват остаётся высоким.

  • Статус верификации: Не верифицирован
  • Уровень вовлечённости (ER): Средний показатель вовлечённости аудитории составляет 0.53%. В первые 24 часа после публикации контент обычно набирает 1.27% реакций от общего числа подписчиков.
  • Охват публикаций: В среднем каждый пост получает 312 просмотров. В течение первых суток публикация набирает 744 просмотров.
  • Реакции и взаимодействия: Аудитория активно поддерживает контент: среднее количество реакций на один пост — 6.

📝 Описание и контентная политика

Автор описывает ресурс как площадку для выражения субъективного мнения:
“Bubbee Kutaa 29ffaa Daqiiqaa 2 booda hin bada amma bakka REQUEST TO JOIN CHANNEL jedhu tuqaa seenaa 👇👇👇👇👇👇”

Благодаря высокой частоте обновлений (последние данные получены 29 сентября, 2026) канал поддерживает актуальность и высокий уровень охвата публикаций. Аналитика показывает, что аудитория активно взаимодействует с контентом, что делает его важной точкой влияния в категории Технологии и приложения.

58 479
Подписчики
+6624 часа
+3067 дней
+2 63430 дней
Архив постов
#Bubbee Kutaa 24ffa #React Godhaa Nu Eegaa👏

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #Kutaa_12ffaa #Sagantaa_Reemeediyaalii Waa'ee Sagantaa Reemeediyaalii maaltu jedhame? Ministeerri Barnoo
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #Kutaa_12ffaa #Sagantaa_Reemeediyaalii Waa'ee Sagantaa Reemeediyaalii maaltu jedhame? Ministeerri Barnootaa guyyaa kaleessaa waa'ee bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalachisee ibsa kennuun isaa ni yaadatama. Kanaan wal qabsiisuunis waa'ee Sagantaa Reemeediyaalii wantoonni jedhaman kan jiran yoo ta'u; Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaan bara itti aanu jechuunis bara 2019 barnoonni sagantaa Reemeediyaalii akka jiru mirkaneessaniiru. «Bara kana bu'aan argame kan baroota darbanii waliin yeroo madaalchifamu baay'inni barataa darbee fooyya'iinsa waan qabuuf, barattoonni sagantaa Reemeediyaalii seenan ni hir'ata. Meeqa ta'a kan jedhamu waliin wal qabatee garuu qabxiin seensaa gara fuulduraatti kan ibsamu ta'a.» jedhaniiru. Odeeffannoo bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa argachuuf nu hordofaa! Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii! Chanalii kana Baraattootta Kutaa 12ffaa hundaaf share tasiisaa Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

➖ Sadarkaa Naannolee akkaata baay'inaa barata darbeen ✅🥇 Finfinnee — 32.4% ✅🥈 Hararii — 22.6% ✅🥉 Amaaraa — 15% ✅• Diree Da
➖ Sadarkaa Naannolee akkaata baay'inaa barata darbeen ✅🥇 Finfinnee — 32.4% ✅🥈 Hararii — 22.6% ✅🥉 Amaaraa — 15% ✅• Diree Dawa — 11.2% ✅• Tigraay — 11.1% ✅• Oromiyaa — 10.5% ✅• Somaalee — 9.2% ✅• Sidaamaa — 6.9% ✅• Beniishaangul Gumuz — 6.1% ✅• Itoophiyaa Kibbaa — 5.8% ✅• Kibba Lixa Itoophiyaa — 4.9% ✅• Gaambeellaa — 3.7% Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢 Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa Akkuma Gadhiifameen Ilaallachuu Warri Barbaaddan ✔️ Booda Connection Akka Isin Hin Rakkisneef
🟢 Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa Akkuma Gadhiifameen Ilaallachuu Warri Barbaaddan ✔️ Booda Connection Akka Isin Hin Rakkisneef Ammuma Link Kana Fayyadamuun Code Keessan Itti Barreessaa ➡️ Hubachiisa Code Malee Maqaa Itti Hin Ergiinaa ✔️ Ilaallachuuf 👉 START

BARATTOOTAA FI MAATII BARATTOOTAAF! Bu’aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ilaalchisee odeeffannoowwan ji
BARATTOOTAA FI MAATII BARATTOOTAAF! Bu’aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ilaalchisee odeeffannoowwan jiran odeessaalee miidyaa Keenyaa dhiheenyaan hordofaa jirra. Akkuma beekamu, ibsi waliigalaa qabxii barattootaa Ministeera Barnootaatiin ifa godhameera; haa ta'u malee qabxiin barataa dhuunfaa karaa marsariitii (website) fi ergaa gabaabaa (SMS) hanga ammaatti guutummaatti hawaasaaf hin gadhiifamne. Kanaafuu, maatiin barattootaas ta'e barattoonni, odeeffannoowwan sobaa, oduuwwan dharaa fi liinkiiwwan (links) dogoggoraa yeroo ammaa miidiyaa hawaasaa irratti tamsa'aniin akka hin burjaajofnee fi hin dhiphanne cimsinee isinii dhaamna. Qabxiin barattootaa karaa sirrii fi ofiishaalaa ta'een akkuma ifoomeen, haala salphaan akkamitti ilaaluu akka dandeessan saffisaan isiniin kan geenyu ta'a. Hanga yeroo sanatti obsaan akka nu eegdanii fi tasgabbii keessan akka eeggattan kabajaan isin gaafanna. ✅Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

Family Maqaa channel kanaa yeroo murtaa'eef qofaa jijjiirreerra

✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa yoom akka gadhifaamuu himaame bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇
🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa yoom akka gadhifaamuu himaame bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇

Ibsa ministeerri barnoota baase guutuu isaa argachuu warreen barbaadan kunooti bakka JOIN jedhu tuquun seenaa dubbisaa !! 👇�
Ibsa ministeerri barnoota baase guutuu isaa argachuu warreen barbaadan kunooti bakka JOIN jedhu tuquun seenaa dubbisaa !! 👇👇

Warroota amma online irra jirtan maraaf! 🤝 Amma 12:36 kaasee hamma 1:20 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanalota armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃‍♂️🏃‍♂️

Gadhiifameera seenaa ilaalaa Like 👍 gochuus hin dagatiinaa 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/eJdTUwq5QpA https://youtu.be/eJdT
Gadhiifameera seenaa ilaalaa Like 👍 gochuus hin dagatiinaa 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/eJdTUwq5QpA https://youtu.be/eJdTUwq5QpA

Warroota amma online irra jirtan maraaf! 🤝 Amma 12:36 kaasee hamma 1:20 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanalota armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃‍♂️🏃‍♂️

😲Qormaata kutaa 12ffaa bara kanaa ilaalchisee MOE 'n ibsa baaseen.....See more..👇

Bu’aa olaanaa bara 2018: 🔵Natural Science ➡️Dhiira: 591 / 600 ➡️Dhalaa: 583 / 600 🟢Social Science ➡️Dhiira: 576 / 600 ➡️Dha
Bu’aa olaanaa bara 2018: 🔵Natural Science ➡️Dhiira: 591 / 600 ➡️Dhalaa: 583 / 600 🟢Social Science ➡️Dhiira: 576 / 600 ➡️Dhalaa: 569 / 600 ✅Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok Telegram Biiroo Barnoota Oromiyaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+VrW5odNg3_4zMDc8 https://t.me/+VrW5odNg3_4zMDc8

🟢 Tamsaasa Kallattii Ministeera Barnootaa irraa dhimma qormaata kutaa 12ffaa ilaalchise daqiiqaa muraasa booda kallattiin is
🟢 Tamsaasa Kallattii Ministeera Barnootaa irraa dhimma qormaata kutaa 12ffaa ilaalchise daqiiqaa muraasa booda kallattiin isin qaqqabsiisfna.        👇👇👇👇👇

#Ammee Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom Gadhiifama? bakka Get jedhuu tuqun ibsa ministeera barnoota tams
#Ammee Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom Gadhiifama? bakka Get jedhuu tuqun ibsa ministeera barnoota tamsaasa kallattiin toora telegiraamaan hordofaa !👇👇👇

#Ammee Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom Gadhiifama? bakka Get jedhuu tuqun ibsa ministeera barnoota tams
#Ammee Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom Gadhiifama? bakka Get jedhuu tuqun ibsa ministeera barnoota tamsaasa kallattiin toora telegiraamaan hordofaa !👇👇👇

Goooooooooooooooooooooooooooooooooool Tapha pirimeer liigii Ingilaand Maan Yuunaayid fi Haal Siitii giddutti geggeeffamaa jir
Goooooooooooooooooooooooooooooooooool Tapha pirimeer liigii Ingilaand Maan Yuunaayid fi Haal Siitii giddutti geggeeffamaa jiru kallattiin daawwachuuf iddoo LIVE jettu tuquun Seenaa dafaaaaaasaaas

Repost from N/a
Oddefannoo Kutaa Meqaa Barbaaddu 👇👇 Seenaa asiin
Oddefannoo Kutaa Meqaa Barbaaddu 👇👇 Seenaa  asiin