uz
Feedback
DIRAAMAA BUBBEE

DIRAAMAA BUBBEE

Yopiq kanal

Bubbee Kutaa 29ffaa Daqiiqaa 2 booda hin bada amma bakka REQUEST TO JOIN CHANNEL jedhu tuqaa seenaa 👇👇👇👇👇👇

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali DIRAAMAA BUBBEE analitikasi

DIRAAMAA BUBBEE kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 58 506 obunachidan iborat bo'lib, Texnologiyalar & Aralashmalar toifasida 2 190-o'rinni va Hindiston mintaqasida 5 793-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 58 506 obunachiga ega bo‘ldi.

28 Sentabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 2 634 ga, so‘nggi 24 soatda esa 66 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 0.53% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 1.27% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 312 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 744 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 6 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“Bubbee Kutaa 29ffaa Daqiiqaa 2 booda hin bada amma bakka REQUEST TO JOIN CHANNEL jedhu tuqaa seenaa 👇👇👇👇👇👇”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 29 Sentabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Texnologiyalar & Aralashmalar toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

58 506
Obunachilar
+6624 soatlar
+3067 kun
+2 63430 kun
Postlar arxiv
#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇
#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇

#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇
#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇

Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan! Bu'aa qormaata
Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan! Bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ifoomeen, barattoonni manneen barnootaa bultii addaa Oromiyaa keessaa qoraman qabxii ajaa'ibsiisaa galmeessisuun sadarkaa duraa qabataniiru. Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) Adaamaa kan ta'e Barataa Jaalal Girmaa qabxii 591.6 fiduudhaan sadarkaa biyyaalessaatti tokkoffaa ta'eera. Haaluma walfakkaatuun, damee Saayinsii Hawaasaatiin (Social Science) immoo, barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Iifaa Boruu Dodolaa kan ta'e Barataa Saadaam Abdulaaziiz Umar qabxii 576.25 galmeessisuun guutummaa biyyattii keessaa sadarkaa 1ffaa irra taa'eera. Milkaa'inni guddaan barattoota kanaa ciminnaa fi qulqullina barnootaa manneen barnootaa bultii addaa keessa jiru ragaa kan ba'uu fi hawaasa mara kan boonse dha. Baga gammadanii, baga gammanne! ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🕹️ Urjii dirree barnootaa! 🔰 Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa Mana barumsaa WMO Adaamaa irraa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffa
🕹️ Urjii dirree barnootaa! 🔰 Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa Mana barumsaa WMO Adaamaa irraa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Akka Biyyaatti Qabxii Olaanaa 591.6/600 Galmeesseera ! 🔰 Bu’aan hunda kessaanii halkan kana sa’aatii 6 irratti Yeroo Gadhifamuu Rakko connection mudachuu waan maluuf Barattoota bayyeef nii ilaalla kanaaf yaaddo hin qabatiina Chanalii keenyaa Kana Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf Share taasisaa Rection hin jiru family 🫣 ♥️💙 ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom gadhifaama bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇
Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom gadhifaama bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

Repost from N/a
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇

Repost from ODUU LIVERPOOL
Bu'aan qormaata Interaansii Kutaa 12ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Namoonni ilaallachuu barbaaddan ammuma bakka GET jed
Bu'aan qormaata Interaansii Kutaa 12ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Namoonni ilaallachuu barbaaddan ammuma bakka GET jedhu quqaa.

🟢Kutaa 12ffaa Buhaan kessaan Yeroo Gadhifamuu Rakko connection mudachuu waan maluuf Barattoota bayyeef nii ilaalla kanaaf yaaddo hin qabatiina Chanalii keenyaa Kana Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf Share taasisaa ➡️❤️Join and Share 👇👇 ✅ @BirooBarnotaaOromiya1 ✅ @BirooBarnotaaOromiya1 ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

Repost from N/a
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #update #Grade_12 🔴Barattootaaf Maatii Barattoota hundaaf ⚠️ Qabxiin amma gad hin dhiifamu!! Amma gadhiif
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #update #Grade_12 🔴Barattootaaf Maatii Barattoota hundaaf ⚠️ Qabxiin amma gad hin dhiifamu!! Amma gadhiifameera jedhanii odeeffannoo sobaa kennuun barattoota dhiphisaafi burjaajii keessa galchaa kan Jiran chaanaalota sobaa irraa of eeggadhaa!! 📣 Qabxiin kan gadhiifamu har’a galgala sa’aatii 5:30 ykn boru ganama gadhiifama jedhameera. ✅Maatiin keenyaa of egaannoo godhaa qabxii Gadhifaamee hin jiru oddefannoo dhugaaf nuu Hordoofaa ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢yeroo bu'aan qormaata gadhiifamu website armaan gadii irratti ilaallachuu dandeessu 1. https://result.eaes.et/ 2. https://t
🟢yeroo bu'aan qormaata gadhiifamu website armaan gadii irratti ilaallachuu dandeessu 1. https://result.eaes.et/ 2. https://t.me/EAESbot ✔️ Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢 Bu’aan Qormaata Entrance har’a yookaan boru akka ifa ta’u himameera. Barattootni qabxii darbiinsaa argattan, karaa barnoot
🟢 Bu’aan Qormaata Entrance har’a yookaan boru akka ifa ta’u himameera. Barattootni qabxii darbiinsaa argattan, karaa barnootaatiin ta'e barnootaan ala milkaa’ina irra ga’uu dandeessu. Yoo barnootaan milkaa’uu barbaaddan, caalaatti jabaattanii hojjechuu qabdu. Barattoota qabxii darbiinsaa argachuu hin dandeenyeefis, karaa barnootaatiin yookaan barnoota alaa milkaa’ina irra ga’uuf carraan jira. Bu’aan Qormaata Entrance isiniif hin dhufne jechuun barnoonni keessan xumurame jechuu miti. Yoo Remedial irratti qabxii darbii argattan, karaa sanaan barnoota itti fufuu dandeessu. Akkasumas, yoo fedhii qabaattan, akkuma kanaan dura Private ta’uun irra deebitanii qormaata fudhattanii, yoo darbitan, Yuunivarsiitii seenuu dandeessu. Kanaaf, bu’aa Qormaata Entrance kana akka xumura jireenya keessaniitti hin ilaalinaa. Milkaa’inni karaa tokko qofaan hin daangeffamu. 💪❤️ Abdiin hin kutin! Carraan ammallee isiniif jira. 🌟 Yeroo qormaatni Kun gad lakkifamu hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a. ✅Odeeffannoo dabalataa argachuuf chaanaalii keenya join godha ✔️ Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇

✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa Gadhiifameera karaa ittin ilaalattan ifoomee amumma Seenaa ilaaladha.
✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa  Gadhiifameera karaa ittin ilaalattan ifoomee amumma Seenaa ilaaladha.

✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇

🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa yoom akka gadhifaamuu himaame bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇
🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa yoom akka gadhifaamuu himaame bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

#Oduu_Ammee ✔️ Bu'aan Kutaa 12ffaa ifoomee 🔥 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun ID kee
#Oduu_Ammee ✔️ Bu'aan Kutaa 12ffaa ifoomee 🔥 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun ID keessan qofaa itti ergaa 👇👇👇👇👇👇