ch
Feedback
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY

前往频道在 Telegram

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.

显示更多
3 317
订阅者
+124 小时
+257
+10130
帖子存档
የልጆች አስተዳደግና አያያዝ በሚል አርዕስት ስልጠና ተሰጠ * * * * * በሚሲዮን እና ቲኦሎጂ ዲፓርትመንት የቤተሰብ ህይወት ዋና ክፍል አዘጋጅነት የግማሽ ቀን ስልጠና በዋና ቢሮ የጸሎት አዳራሽ ተሰጠ። በስልጠናውም ላይ ከቤተክርስቲያኒቱ ዋና ቢሮ፣ ከመአከላዊ ኢትዮጲያ ሲኖዶስ እና ከአዲስ አበባ ሲኖዶስ ቢሮዎች የመጡ 46 ሴት አገልጋዮችና የቢሮ ሰራተኞች ተካፍለውበታል። - - - - - - - - Mata dueee guddisaa fi qabiinsa ijoollee jedhu irratti leenjiin kenname * * * * * Dippaartimentii Ergaa Wangeelaa fi Ti'oolojiittii Kutaa Tajaajila Maatiitiin kan qophaa'e leenjiin walakkaa guyyaatiif kennameera. Leenjicha irratti Waajjira ol-aanaa Waldattii irraa, Sinoodosii Giddu Galeessa Itiyoophiyaa fi Sinoodosii Addis Ababaa irraa kan walitti qabaman tajaajiltootni Dubartootaa fi hojjetootni waajjiroota garaa garaa 46 irratti hirmaataniiru. - - - - - - - - Training was given under the title of “children raising and management” * * * * * Organized by the Department of Mission and Theology, Family Life ministry division, half day training was given at the head office chapel. On the training, 46 female ministers and office workers have participated from EECMY head office, Central Ethiopia Synod, and Addis Ababa Synod.

የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ለበርካታ አመታት ቤተ ክርስቲያንን እና ህዝብን በሙያቸው ሲያገለግሉ የቆዩትን የሲስተር ደስታ ዱጉማን ድንገተና ዜና እረፍት በታላቅ ሀዘን ሰምታለች። የሲስተር ደስታ ዱጉማ አስከሬን ሽኝት ቅዳሜ ጳጉሜ 4 ቀን 2015 ዓ.ም ስድስት ኪሎ በሚገኘዉ የአዲስ አበባ መካነ ኢየሱስ ማህበረ ምዕመናን በ5 ሰዓት ሦርዐተ ፀሎት ከተደረገ በኀላ የቀብራቸዉ ሦነ ሦርዓት በጴጥሮስ ወጳዉሎስ መካነ መቃብር ከቀኑ በ6 ሰዓት ይፈፀማል። ቤተ ክርስቲያን ለባለቤታቸው አቶ ታፈሰ ካሳሁን፣ ለልጆቻቸው፣ ለቤተሰባቸው እና ላገለገሉት ምዕመን መጽናናት ትጸልያለች። - - - - - - - - Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus baroota dheeraaf Waldaadhaa fi Saba isaani beekumsa isaanii fi waan qaban hundaan tajaajilaa kan turan Sister Dastaa Dhugumaa du'a dingataan darbuu sanii dhaga'uu ishee gadda guddaan ibsiti. Sirni kadhataa fi geggeessaa reeffa Sis. Dastaa Dhugumaa Qaammee 4 bara 2015 Waldaa Amantootaa Makaana Yesuus Addis Ababaa isa Kiiloo 5 jirutti waaree dura sa'a 5 irratti erga geggeeffamee booda sirni Awwaalcha isaanii immoo bakka awwaalchaa Qiddus Phaawuloos isa Wiingeetitti argamutti raawwatama. Waldaan Keenya maatii isaanii Obb. Taaffase Kaasahuuniif, ijoollee isaaniif, maatii fi saba isaan tajaajilaa turan hundaaf jajjabina kadhattiif. - - - - - - - - The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus sadly heard the sudden death of Sister Desta Dhuguma, who has been serving the church and the community for many years. Farewell and Funeral service of Sister Desta Dhuguma will be held on Saturday, September 9, 11:00 am at Addis Ababa Mekane Yesus congregation and the burial will be held 12:00 pm at Petros Paulos cemetery. The church prays for the comfort of her husband (Mr. Tafese Kasahun), children, family, and parishioners she served.

የጳጉሜ ፫ - ፬ የጸሎት ርዕስ እና የንባብ ክፍሎች የጸሎት ርዕስ :- ስለ ወንጌል አገልግሎት እና ስለ አገልጋዮች (መሪዎች) #ጳጉሜ ፫ • ወንጌል ባልደረሰባቸው ቦታዎች ወንጌል እንዲደርስ እግዚአብሔር ሰራተኞችን እንዲልክና አገልጋዮች ፈተናዎችን ተቋቁመው እንዲያገለግሉ • ለዓለም አቀፍ ሚሲዮን ማህበር አገልግሎት ተጠርተው በውጪ አገር በማገልገል ላይ የሚገኙ አገልጋዮች በማስተዋል፣ በጥበብ እንዲያገለግሉ እና እግዚአብሔር እንዲረዳቸው • በሁሉም የአገሪቱ ክፍል በተለያዩ ምክንያቶች ከቤት ከንብረታቸው ለተፈናቀሉ፣ ለተሰደዱ፣ ወዳጅ ዘመዶቻቸውን በጦርነትና በተፈጥሮ አደጋ ላጡ ወገኖች መጽናናት • ለመላው የሀገራችን ተማሪዎች፤ ትምህርታቸውን አጠናቅቀው ሥራ ላጡ ወጣቶች የንባብ ክፍል፦ የሐዋ 12 ፥ 1-5, 1ኛ ጴጥ 5 ፥ 6-11 #የጳጉሜ ፬ • ምዕመናን እየተስፋፋ ካለው የስህተት ትምህርቶችና ልምምዶች እንዲጠበቁ ፤ ማስተዋልንና ጥበብን እንዲሰጠን • ስለምዕመናን ጥበቃ • በየደረጃው ለሚያገለግሉ የቤተ ክርስቲያናችን አገልጋዮች (መሪዎች)፤ እግዚአብሔር ጥበብና ማስተዋል እንዲሰጣቸው • ስለ 20ኛው የቤተክርስቲያኒቱ የካውንስል ስብሰባ(አብይ ጉባዬ) የንባብ ክፍል፦ 2ኛ ጢሞ 3 ፥ 1-3, ኤፌ 5 ፥ 14-19

Akka warra sammuu qabuuttis yaaduu fi gaarii kan ta’e filachuu dadhabuudha; yaada ofittumma isa hundumtuu ana duwwaaf mala jedhuun guutamuu fi kan ofii caalchifachuu fi kan warra biraa immoo xiqeessuudha. Erga akkas ta’ee maaltu malaree? Malli isaa jireenya faallaa qajeelinaa ta’e irraa hiikamuu qofa. Kana yoo hin taane garuu, jireenya jireenya hin taane jiraachuu ta’a. Walumaa galatti, rakkina amma biyya keenya qunname jiruuf malli furmaataa wal-hubannaa marii irratti hundaa’e qofa. Yoo akkas ta’e, biyyi karaa guddinaa qabattee jirtu kanaaf ifni dukkana saafaatti jijjiiru suni in ba’aaf. Lafti keenyas burqaa eebbaa taati. Waaqayyotti kan jaallatamtan kabajamtoota uummata keenyaa! Dhukkuba beekuun qoricha barbaaduuf mala. Qorichichis numa bira jira. Raajichi Ermiyaas (46:11) akkuma dubbatu, qoricha dhukkubicha hin fayyifne barbaacha karaa dheeraa adeemuun hin malu. Qorichichi aadaa, dudhaa fi oguma sabummaa keenyaa keessa jira, amantii keenya keessas jira. Kun hunduu utuu jiruu garuu, Ermiyaas raajefachuudhaan akkuma dubbate, Wanti dibatan Gili’aadiin hin jiruu? Namni madaa wal’aanee fayyisus achii hin argamuu? Maaliif sabni koo wala’anamee hin fayyineree? Kanaaf qorichichis abbaan qorichaas nu’uma erga ta’ee yaada qajeelinaatiin wal-qabannee yoo itti bobbaane dhukkubicha irraa sabni keenya in fayya, Waaqayyos akkuma abdachiisuu isaatti nu gargaara. Kanaafis, geggeessitootni biyya keenyaa fi qaamoliin Siyaasaa, akkasumas daree adda addaa irratti biyyaaf kan dhamaatan hundumtuu, biyya keenyaaf fayyinni ariifatee akka dhufuuf dammaqinaan kan duraa irra caalchiftanii, aarsaa amma kaffalchiisutti illee yoo ta’e kutannoodhaan sochii akka gootan Waldaan Kiristiyaanaa keenya akkuma duraanii maqaa Waaqayyootiin waamicha gooti. Kanumaan wal-qabatee, lammiiwwan keenya karaa Midiyaa Hawwaasummaatiin ergaa adda addaa dabarsuu irratti bobbaatan biyya kanaaf gaarii kan ta’u duwwaa dalaguudhaan nagaa fi araara buusuuf tattaaffii godhamaa jiru duwwaa irratti akka xiyyeeffattaniif maqaa Waaqayyootiin isin kadhanna. Biyyi tokko seenaa qabdi. Seenaan garuu beekumsaa fi ijaarsa duwwaaf fayyaduutu mala. Seenaa darbe keessatti haalonni hin malle yoo jiraatan yaada ammayyummaatiin sirreessanii darbuu, yaada ija-ba’umsaa irraa of bilisoomsuunis ni mala. Caalaadhumatti immoo Kiristiyaanononni Seenaa hammenyaa isa darbe araaraan cufuun maal akka ta’e beektu. Waaqayyo yaada ilmaan namaa isa diinummaan mo’ame araaraa fi dhiifamaan jijjiiree gara boqonnaa haaratti nu ceesisuun isaa ofii keenya duwwaaf utuu hin ta’in ormaafis akka jiraannu; ergamoota araaraas taanee akka mul’annuuf. Egaa erga kana ta’e haala amma jiru keessatti gara kamiin dhaabannee jirra laata? Gama biraadhaan Nageenya buusuudhaaf bifa adda addaatiin yaaliin godhamaa jiru jabaatee akka itti fufu yaadachiisuu jaallanna. Caalaadhumatti rakkina Oromiyaa keessa jiru karaa nagaatiin hiikuuf yaaliin jalqabame kutannoodhaan akka itti fufu, akkasumas immo Mootuma naannoo Amaaraa keessatti tateen adeemaa jiru haalaan yaaddessa waan ta’eef xiyyeffannaan itti kennamee karaa nagaatiin akka hiikamu daballee waamicha gochuu jaallanna. Dhuma irratti, barri dhufu kun kan nagaa, kan araaraa, kan jaalalaa fi kan tasgabii isiniif haa ta’u. Saboota keenya gidduutti jaalalli haa dagaagu, araarri lalisee tokkummaan haa calaqqisu. Ayyaana kana yeroo ayyaaneffatanitti kan rakkatanii fi harka qalleeyyii yaadadha’a. Ayyana gaari isiniif haa ta’u. Waaqayyo biyya keenya haa eebbisu, haa eegu, fuula araara isaas haa deebisuuf. Luba Dr. Yonas Yigezu, Prezidantii WKWW Makane Yesus Itiyophiya.

WKWW Makane Yesus Itiyoophiyaa, Ayyaana Waggaa Haaraa kan bara 2016 irratti hundaa’uun Ergaa karaa Prezidaantii Waldichaatiin uummata biyyattii maraaf darbe. Maqaa Abbaatti, kan Ilmaatti, kan Hafuura Qulqulluuttis Waaqayyo tokko. Ameen! Isin nama cunqursuu yoo dhiiftan, quba namatti qabdanii jal’ina nama irratti dubbachuus yoo dhiiftan, isa beela’eef nyaata yoo kennitan, isa rakkates yoo gargaartan, Ifni keessan Dukkana keessatti in ba’a, dukkanni keessanis akka Guyaa Saafaa in ta’a. Ani Waaqayyo yeroo hundaa isin nan geggeessa; lafa gogaa keessatti iyyuu isin nan quufsa; namummaa keessanis nan jabeessa. Isin warra “isa caccabe deebisan, warra karaa isa duudee ture tolchanis” in jedhamtu (Isa 58:9-12). Waaqayyotti kan jaallatamtan uummata biyya keenyaa fi amantoota hundaa. Biyya keessaa fi biyya ambaa akkasumas iddoo adda addaatti ayyaana wagaa haaraa isa bara 2016 ayyaneffachuuf qopheetti kan jirtan hundumaaf. Ayyaanni Waaqayyo bakka jirtan hundumaatti isin haa qaqabu. Waaqayyo araara isaa fi gargaarsa isaatiin hunduma keessan nagaatti eegee bara 2015nii gara bara 2016tti baga nagaadhaan isin ceesise jechuudhaan Maqaa Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makane Yesus Itiyoophiyaa fi maqaa kootiin hawwii gaarii isiniif isniif ibsuun jaal’adha. Baga Waaqayyo ittiin isin ga’e. Bara darbe kana hubannaadhaan deebinee yoo ilaalle, barichi akka waliigalaatti bara gamachuu, bara milkaa’inaan eebbifamne, bara gara boqonnaa haaraatti ceenee fi bara abdii haaraa itti horanne ta’uu danda’a. Gara biraadhaan garuu, bara naasuu fi rom’aa, bara yaaddoon guutee fi bara abdiin jireenyaa dukkanaa’e, bara waa danuu itti dhabne, bara gidiraa ta’ee argamuu danda’a. Haa ta’u iyyuu malee gaarummaadhaafi araaraan kan guute Waaqayyo gooftaan keenya, kana hundumaa keessa nu dabarsee bara haaraa kanatti nu ceesiseera. Erga akkas ta’e bara dhufu kana immoo abdii attamiitiin simannaree. Barichis maal fakkachuu mala? Akka namaatti har’a irraa kan darbe bori maal ta’uuf akka jiru raajuun nu rakkisuu danda’a. Haa ta’u malee Waaqayyo irratti abdiin qabnu jabaadha. Isatti abdiin hin kutatamu. Warra yaada qajeelaa fi garraamummaadhaan fedhii isaa raawwachuuf amanamummaadhaan jiraatan kakaasee Waaqayyo yaada isaa isa gaarii hin raawwata. Karaa biraa yoo ilaalles, Waqayyo kuni ilmaan namootaataa hundumaafiyyuu qalbii gaarii fi yaada qajeelinaa qoodeera. Warra isa amananii isa duukaa bu’ani irra immoo caalaatu eegama. Raajichi Isaayyaas baroota dura Saba Israa’elii abdiin inni raaje suni biyya keenya Itiyoophiyaaf ergaa jajabinaa fi abdii mul’achuuf jiru nutti horuu mala. Bara sanatti, uummata boojuu jala jiraatuuf waamicha abdii dabarse sana njtis har’a dhaggeeffachuun nuuf mala. Ergichi namni yaada garaa isaatii jijjiirratee qalbii gaariidhaa fi yaada qul’adhaan abdii waaqayyoo sana akka eeguu fi. Akka eegu duwwaa immoo utuu hin ta’in waan isa irraa eegamus akka raawwatuuf. Yeroo ammaa kana akka biyyaatti haalli keessa jirru hubatamaadha. Nageenyi boora’ee, tasgabbiinis achi fagaatee, haalli hawwasummaa fi dinagdees gara dhabee yeroo jiru kanatti furmaatnii fi malli isaa numa harka jira. Abdii ifa jireenyaa isa Saba Israaleliif baroota dura gale sana nuufis raawwachuuf Waaqayyo amanamaadha. Garuu, gama keenyaan immo yaada garaa keenyaa jijjiirachuu fi qalbii ofiitti deebi’uun in eegama. Biyya keenya yeroo ammaatti rakkina qunnamee jiruuf karaan gara furmaataatti geessu tarkaanfiin inni dura qajeelummaa dha. Yaadni qajeelaan qajeelummaa daneessuuf tattaafata, rakkina utuu hin dheessin rakkkinicha gara gaariiti jijjiruuf dhama’a. Maaliree, akka namoota yaada qajeelaa gonfataniitti, haala amma keessa jirru haa ilaallu. Rakkinichi takka takka maal akka ta’e nuuf galuu dhiisuu danda’a. Haa ta’u iyyuu malee wanti nuuf galummoo hin dhibu. Hunduma caalaa rakkinni bara kana nu qunname rakkina wal-dhaggeeffachuu dadhabuu fi tasgabbiidhaan waliin dudubbachuu dhabuuti.

በአገራዊ አንድነት ጉዳይ ሊያግባባን የሚችለው ዋናው ነገር ልዩነትን ያከበረ መቀባበል ብቻ ነው፡፡ ደግሞም ያለፈውን እንደ ታሪክ አውቆ አዎንታዊውን ጎን አጎልብቶ መሄድ በቂ ሲሆን፤ በታሪክ ሂደት በአንድ ወቅት የተከሰተ አሉታዊ እውነትን ዛሬ ላይ ቆሞ በዘመነ አስተሳሰብ ከማረም ባለፈ ወደ ሌላ የበቀል እርምጃ ልንጋበዝ አይገባም፡፡ በተለይም እኛ ክርስቲያኖች ይህ እውነት ከማንም በላቀ የሚገባን ይመስለኛል፡፡ እግዚአብሔር ያለፈውን መተላለፋችንና አሳዛኝ ታሪካችንን በልጁ በኩል ይቅር ብሎ ከራሱ ጋር ያስታረቀን ወገኖች ከመሆናችንም ሌላ የማስታረቅ ጸጋም የተሰጠን መልእክተኞቹ መሆናችንን ልንገነዘብ ይገባል፡፡ ታዲያ እውነቱ ይህ ከሆነ እኛስ ከወዴት ነን? ፍቅር ይሻለናል፤ የምህረት ጎዳና ብቻ ያዋጣናል፤ ከተዋደድን ሁሉ የኛና ለኛው ብቻ ይሆናልና በብርቱ ከተያያዘን ከዚህ ከሚገዳደረን የመለያየት መንፈስ ጠንክረን መላቀቅ አይከብድም፡፡ በበጎነት የሚቀኑና የሚተጉ ወገኖች ላሏት ለዚህች አገራችን ተስፋ አለ፡፡ እግዚአብሔር ሰላሙን ይሰጠናል፤ ግን እኛም በጸሎትና በመልካም ስራ ሁሉ እንትጋ፡፡ በጸሎትና በመንሳዊ ምክር እንጂ እርስ በርሳችንን ለሌላ ነገር አናነሳሳ፡፡ በአገር ደረጃ የተጀመሩ አንዳንድ የሰላም ጥረቶችን ህዝባችን እንዲያበረታታ ለመለመን እንወዳለን፡፡ በተለይም በኦሮሚያ ያለውን ችግር በሰላማዊ ምክክር ለመፍታት የተጀመረው ጥረት ተጠናክሮ እንዲቀጥል፤ በአማራ ክልል እየተስተዋለ ያለውም የወቅቱ አሳሳቢ ሁኔታ ትኩረት ተሰጥቶት ሰላማዊ የመፍትሔ አቅጣጫ እንዲበጅለት ቤተ ክርስቲያናችን በታላቅ ትህትና ደግማ ጥሪ ታደርጋለች፡፡ በመጨረሻም ይህ ዓመት ለአገራችን ህዝብ በሙሉ፤ የሰላም፤ የእረፍት፤ የመረጋጋት ዓመት እንዲሆን እመኛለሁ፡፡ በምድራችንና በህዝባችን መካከል ፍቅር ይንገስ፤ ይቅርታ ይስፈን፤ መማርና መዋደድ ይብዛልን፡፡ በዓሉን ስታከብሩ ችግር ያለባቸውን ሁሉ በማሰብና፤ ቸርነትን ለማድረግ በመትጋት እንድታከብሩ እናሳስባለን፡፡ ዓመት በዓሉ የደስታ፤ የሐሴትና የመተሳሰብ በዓል ይሁንላችሁ፡፡ እግዚአብሔር አገራችንን ይባርካት ይጠብቃት፤ ፊቱን ይመልስላት፤ ሰላሙንም ይስጣት! ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ፕሬዚዳንት

የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ፤ ከቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት የተላለፈ የአዲስ ዓመት (2016) መልዕክት በስመ አብ፤ በወልድ፤ በመንፈስ ቅዱስ ስም አንድ አምላክ፤ አሜን! በመካከልሽ ቀንበርን ብታርቅ፤ ጣትህንም መጥቀስ ብትተው፤ ባታንጎራጉርም፤ ነፍስህንም ለተራበ ብታፈስስ፤ የተጨነቀውንም ነፍስ ብታጠግብ ብርሃንህ በጨለማ ይወጣል፤ ጨለማም እንደ ቀትር ይሆናል፡፡ እግዚአብሔርም ሁልጊዜ ይመራሃል፤ ነፍስህንም በመልካም ነገር ያጠግባል፤ አጥንትህንም ያጠናል፤ አንተም እንደሚጠጣ ገነት፤ ውሃውም እንደማያቋርጥ ምንጭ ትሆናለህ፡፡ ከዱሮ ዘመን የፈረሱት ሥፍራዎች ይሠራሉ፤ የብዙ ትውልድም መሠረት ይታነጻል፤ አንተም ሰባራውን ጠጋኝ፤ የመኖሪያ መንገድን አዳሽ ትሆናለህ (ኢሳ 58፡ 9-12)፡፡ በእግዚአብሔር የተወደዳችሁና የተከበራችሁ ያገራችን ህዝቦች፤ ህዝበ ምዕመን፤ በአገር ውስጥም ሆነ ከአገር ውጭ በተለያዩ ሁኔታዎች ውስጥ በመሆን አዲሱን ዓመት ለመቀበል እየተጠባበቃችሁ ላላችሁት ወገኖች፡፡ በያላችሁበት ሁሉ የእግዚአብሔር ጸጋና ሰላም ይብዛላችሁ፡፡ ከሁሉ በማስቀድም ቸሩ አምላካችን ሁላችሁንም በምህረቱ ጠብቆ፤ በቸርነቱም ደግፎ ከ2015 ዓ.ም ወደ 2016 ዓ.ም እንኳን በሰላም አሸጋገራችሁ እያልኩ በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ እና በራሴ ስም ልባዊ የሆነ መልካም ምኞቴን ልገልጽላችሁ እወዳለሁ፡፡ እንኳን አደረሳችሁ! ሁላችንም ቆም ብለን በሰከነ መንፈስ ስናስበውና ስናጤነው፤ ይህ ያሳለፍነው ዓመት እንደ ህዝብም ሆነ እንደ ግለሰብ፤ በብዙ ስኬት የተባረክንበት፤ አዳዲስ የህይወት ጉዞ ምዕራፎችን የጀመርንበት እና ደስ የተሰኘንበት ዓመት ሊሆን ይችላል፡፡ በተቃራኒው ግን ዓመቱ ዘርፈ-ብዙ ተግዳሮትን የተሞላ፤ ብዙ ድንጋጤንና ስጋትን ያስተናገድንበት፤ ብዙ ያጣንበት፤ ብዙ የከሰርንበት፤ ብዙም ያፈርንበት ነው ለማለት ይቻላል፡፡ ነገር ግን እግዚአበሔር ምህረቱ ብዙ፤ ርህራሔም የማያልቅ ነውና፤ እነሆ ያንን ሁሉ አሳልፎን ወደዚህ አዲስ ዓመት አሸጋግሮናልና ክብርና ምስጋና ለርሱ ይድረስ፡፡ ታዲያ ቀጣዩን ዓመት በእንዴት ዓይነት ተስፋ እንቀበለው ይሆን? እንደሰው ልጆች ካሰብን ዛሬን እንደትላንቱ ከመገመት ያለፈ አቅም የለንም፡፡ ነገ ምን እንደሚመስልም አናውቅም፡፡ ነገር ግን በእግዚብሔር ተስፋ አይቆረጥም፡፡ በርሱ በሚታመኑትና ሐሳቡንና ፈቃዱን ለመፈጸም በሚተጉት ጥቂቶችን አነሳስቶ እግዚብሔር መልካሙን ያደርጋል፡፡ ይሁን እንጂ እግዚአብሔር ለሰው ልጆች ሁሉ በጎውን የማሰብና የማድረግ ህሊናን ሰጥቷል፤ በርሱ ለሚያምኑት ደግሞ የመልካምነትን ጸጋ አድሏልና ከሰውም በሰው ልክ የሚጠበቁ ብዙ ተግባራት ይኖራሉ፡፡ በነቢዩ ኢሳያስ በኩል ከዘመናት በፊት ለእስራኤል ህዝብ የተነገረው መልዕክተ-ተስፋ በኛ በኢትዮጵያውያንም ሊደመጥ ይገባል፡፡ እግዚአብሔር ያኔ በምርኮ ላለው ለእስራኤል ህዝብ ያቀረበውን ጥሪ፤ ዛሬም ለኛ ያቀርባል፡፡ ጥሪው የመመለስና እርሱ ሊያደርግ ያለውን አምኖ በበጎ ህሊናና በተስፋ የመጠበቅ ጥሪ ነው፡፡ አሁን አገራችንን ላጋጠማት የሰላምና የጸጥታ መደፍረስ፤ እንዲሁም ለዘርፈ ብዙው ማህበራዊና ኤኮኖሚያዊ ቀውሶች መፍትሔው በእኛው በእጃችን አለ፡፡ በነቢዩ በኢሳያስ በኩል የገባውን ያን ቃልና የተስፋ ብርሃን ዛሬ ለአገራችንም ይገልጣል፤ ነገር ግን የልብን መመለስ ይሻል፡፡ ላጋጠመን አገራዊ ችግር የመጀመሪያው የመፍትሔ እርምጃ ልበ-ቅንነት ነው፡፡ ቅን ልብ ቅንነትን ለማባዛት ይጥራል፤ ችግችሮንም ሳይሸሽ ችግሮቹን ወደ በጎ ለመለወጥ ይተጋል፡፡ ታዲያ ራሳችንን እንደ ቅኖች እናስብና ስላለንበት ሁኔታ ራሳችንን እንጠይቅ፡፡ አንዳንዱ ችግር ምን እንደሆነ ላይገባን ይችላል፡፡ ነገር ግን ብዙ የሚገባን አለ፤ ብዙም መዘርዘር ይቻላል፡፡ ችግራችን በዋናነት አለመደማመጥና አለመነጋገር፤ እንደ ባለ አእምሮ አስቦ መወሰን አለመቻል፤ ኃላፊነት እንደሚሰማው ህዝብ የሚገባውን ለማድረግ አለመነሳሳት፤ የኔና ለኔ ብቻ የሚል የግለኝነትና የራስን ብቻ አብልጦ የሌላውን ግን አሳንሶ የመገመት አባዜ እና የመሳሰሉት ናቸው፡፡ ከሁሉም በላይ እግዚብሔር እንዲሁ በቸርነቱ የሰጠንን ሥጦታ በቸርነት በአብሮነት መንፈስ በመከፋፈል በፍቅር አብሮ ለመኖር አለመትጋት፤ ከፍቅር ይልቅ ጥላቻን፤ ከሰላም በላይ ጦርነትን፤ ከይቅርታ ይልቅ ለቂመኝነትን ሥፍራ መስጠት በእጅጉ የጎዳን ክፉ ገጽታ መሆኑን መገንዘብ አያዳግትም፡፡ ታዲያ ምን ይሻላል? መፍትሔው ከነዚህ ጎጂና የመልካም ስብዕና ተጻራሪ ከሆኑት ዝንባሌዎች ሁሉ መመለስና በይቅርታና በፍቅር ተከባብሮ፤ ልዩነትን እንደ ጠቃሚ እሴት ተንከባክቦ መኖር ነው፡፡ እንዲህ ካልሆነ ግን፤ ለጥልና ለክርክር፤ ለግዲያና ለጥፋት፤ ለብጥብጥና ለሁከት ዋጋ እየከፈልን ኑሮ ሊባል የማይችል ኑሮን መቀጠል ይሆናል፡፡ ሰላምና ፍቅር፤ ይቅርታና መቀባበል ግን ያለ ዋጋ የምናገኘውና ከልብ መስዋእትነት ያለፈ ዕዳ የሌለበት ነው፡፡ በጥቅሉ፤ አሁን በአገራችን ያለውን የአለመግባባት ችግር ጦርነት ፈጽሞ አይፈታውም፤ እኛው በኛ ስለሆነ አሸናፊ ይኖራል ብሎ ማሰብም ያስቸግራል፡፡ በጋራ በመነጋገርና በመመካከር ግን ሁሌም እንደሚባለው ሁላችን አሸናፊዎች እንሆናለን፡፡ እንዲህ ሲሆን ዛሬ በልማትና በእድገት ጎዳና ላይ፤ ብሩህ ነገን እየተመኘች በጉዞ ላይ ላለችው አገራችን ታላቅ ብርሃን ይበራል፡፡ ነቢዩ እንዳለ፤ በጨለማ ብርሃን ይወጣል፤ ጨለማም እንደ ቀትር ይሆናል፤ ምድራችንም ከማያቋርጠው የበረከት ምንጭ እንደሚጠጣ ገነት ትሆናለች፡፡ ነገአችንም ብሩህ ይሆናል፡፡ በጌታ የተወደዳችሁ ወገኖች፤ ህመሙ ምን እንደሆነ ከተረዳን የህመሙ መዲሃኒት በእኛው በእጃችን አለ፡፡ ነቢዩ ኤርምያስ በትንቢተ ቃሉ (ኤር 46፡11) እንደሚናገረው ለማይፈውስ መዲሃኒት ረዥም መንገድ ከመሄድ እዚሁ በእጃችን፤ በባህላችን፤ በእሴታችን እና በእምነታችን ያለውን መጠቀም ዘላቂ ፈውስን ያስገኛል፡፡ ነቢዩ በአድናቆት እንደተናገረው፤ በገለአድ የሚቀባ መዲሃኒት የለምን፤ ወይስ በዚያ ሐኪም የለምን፤ የወገኔ ሴት ልጅ ፈውስ ስለምን አልሆነም (ኤር 8፡ 22) የሚለውን እኛም እንጠይቅ፡፡ ስለዚህም መዲኃኒቱም ሐኪሙም እኛ ከሆንንና ልባችን ከፈቀደ እግዚአብሔር በታላቅ ምህረቱና በጸጋው ያግዘናል፤ ፈውስም ይሆናል፡፡ ስለዚህም ያገራችን መሪዎች፤ ፖለቲከኞችና በየዘርፉ ባገር ጉዳይ ላይ ለተሰማራችሁት ሁሉ፤ ላገራችን የፈውስ መዲሃኒት እንድትሆኑ፤ ይህችን የተከበረችን ታሪካዊ አገራችንን ወደ እድገት ጎዳና እንድታቀኗት ለዚህም መከፈል የሚገባውን ዋጋ ሁሉ ለመክፈል እንድትነሳሱ በእግዚአብሔር ስም ጥሪ እናደርጋለን፡፡ ከዚሁ ጋር በማያያዝ፤ አገሪቱን ባጋጠማት በዚህ ችግር ውስጥ የመፍትሔው ሂደት ተካፋዮች ከመሆን ይልቅ፤ እየነደደ ባለው እሳት ላይ ነዳጅ የመጨመርን ያህል ሁኔታዎች እንዲባባሱ የማድረግ መንገድን የተያያዛችሁ የማህበራዊ ሚዲያ ተጠቃሚዎችን፤ ሚዲያውን የሰላምና የፍቅር፤ የእርቅና የይቅርታ መንገድ በማድረግ የመልካም ዜጋ ሃላፊነታችሁን እንድትወጡ በታላቅ ትህትናና በአባትነት መንፈስ እንለምናችኋለን፡፡

Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuusitti Sagantaa Soomaa fi Kadhataa Ji'a Qaammee Keessa Geggeeffamu. Waldattiin guutummaa Waldoota Amantoota isheetiin Waggaa Waggaatti Qaammee1-5/6tti xumura bara darbee fi simannaa bara haaraa fuula Gooftaa ittiin barbasddachuuf Soomaa fi Kadhata geggeessiti. Waggaa isa kanas saganticha geggeessuudhaaf Mata duree kadhatas fi Luqqisii Macaafa Qulqulluu akka armaan gadiitti qopheesitee dhiyeessiteetti. Qaammee 1: GALATA Isa. 12: 1-5 1Tas. 5: 16-18 Qaammee 2: KADHATA QALBII JIJJIIRRANNAA Dan. 9: 3-20 Mati. 11: 20-21 Qaammee 3 fi 4: KADHATA WANGEELA BALLISUU FI TAJAALTOOTA WANGEEJAAF GODHAMU. Qaammee 3: HoEr.12: 1-5 1Phex. 5: 6-11 Qaammee 4: 2Xim. 3: 1-3 Efe. 5: 14-19 Qaammee 5: KADHATA DHAABBATOOOTA DEGGERSAAF GODHAMU 2Xim. 2: 1-5 2Tas. 3: 12 Qaammee 6: WALIIGALAAN HAALA BIYYATTIIN KEESSA JIRTU IRRATTI KADHACHUU Efe. 3: 14-19 Efe. 6: 10-18 Galataa fi Xumura

የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የጳጉሜ ወር የጾምና የጸሎት መርሃግብር - - - - - - - - ቤተክርስቲያን በሁሉም ማህበራነ ምዕመኗ በየአመቱ የአሮጌውን ዘመን መባቻ እና የአ
+1
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የጳጉሜ ወር የጾምና የጸሎት መርሃግብር - - - - - - - - ቤተክርስቲያን በሁሉም ማህበራነ ምዕመኗ በየአመቱ የአሮጌውን ዘመን መባቻ እና የአዲሱን ዘመን መቀበያ በሆኑት የጳጉሜ 5 እና 6 ቀናት የጌታን ፊት የምትፈልግበት የጾምና የጸሎት መርሃግብር ታደርጋለች። ለዘንድሮም መርሃግብር የሚወሉ የመጽሐፍ ቅዱስ የየዕለት የንባቡ ክፍሎችን እና የፀሎት አርዕስቶችን አሳውቃለች :- #ጳጉሜ ፩ :- ምስጋና ኢሳ 12 ፥ 1-5 1ኛ ተሰ 5 ፥ 16-18 #ጳጉሜ ፪ :- የንስሐ ፀሎት ዳን 9 ፥ 3-20 ማቴ 11 ፥ 20-21 #ጳጉሜ ፫ - ፬ :- ስለ ወንጌል አገልግሎት እና ስለ አገልጋዮች (መሪዎች) ጳጉሜ ፫ - የሐዋ 12 ፥ 1-5 1ኛ ጴጥ 5 ፥ 6-11 ጳጉሜ ፬ - 2ኛ ጢሞ 3 ፥ 1-3 ኤፌ 5 ፥ 14-19 #ጳጉሜ ፭ - ለአጋር እና ተባባሪ ድርጅቶች አገልግሎት 2ኛ ጢሞ 2 ፥ 1-5 2ኛ ተሰ 3 ፥ 12 #ጳጉሜ ፮ - ስለ ሀገራችን አጠቃላይ ሁኔታ እና ስለ መላው ዓለም ሰላም ኤፌ 3 ፥ 14-19 ኤፌ 6 ፥ 10-18 #ምስጋና_እና_ማጠቃለያ ፨ ዝርዝር የፀሎት አርዕስቶችን በመርሃግብሩ ሰንጠረዥ ላይ ይመልከቱ።