The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
前往频道在 Telegram
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
显示更多3 317
订阅者
+124 小时
+257 天
+10130 天
帖子存档
Children & Teenagers Summer Camp Festival EECMY Tabor Congregation
'ልጅን በሚሄድበት መንገድ ምራው፥ በሸመገለም ጊዜ ከእርሱ ፈቀቅ አይልም።' ምሳሌ 22:6
'Train a child in the way he should go,
and when he is old he will not turn from it.' Proverbs 22:6
'Akka itti jiraachuun ta'u mucaa barsiisi! Innis yommuu dulloomu iyyuu irraa hin kaatu.' Fakkeenya 22:6
ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆቻችን!
EECMY Children Ministry
https://t.me/MYSundaySchool
ለዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች እና ለማህበረ ምዕመናን የወጣት አገልግሎት መሪዎች ስልጠና ተሰጠ
* * * *
በአዲስ አበባ እና ሸገር ከተማ ከሚገኙ ማህበረ ምዕመናት ለተወጣጡ 200 የቤተክርስቲያኒቱ የወጣት አገልግሎት መሪዎች እና የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች “የቤተክርስቲያንን ዶክትሪን ማወቅና ሀሰተኛ አስተምህሮን መከላከል” በሚል ርዕስ የሁለት ቀን ስልጠና በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል ተሰጥቷል።
ስልጠናውን የቤተክርስቲያኒቱ የልጆችና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ እና የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎችና የከተሞች የወንጌል ማዳረስ አገልግሎት ዋና ክፍል ከፕሬዚዳንት ቢሮ ጋር በጋራ ያዘጋጁት ሲሆን በስልጠናውም ላይ የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ በመገኘት ለወጣቶቹ መልዕክት አስተላልፈዋል።
በስልጠናውም ማጠቃለያ በአማሪኛ እና በአፋን ኦሮሞ የተዘጋጀ የሉተር ትንሹ ካቴኪዝም ለሰልጣኞች ተከፋፍሏል።
- - - - - -
Geggeessitoota Barattoota Universiitii fi Dura Bu'oota Dargaggootaa Waldoota Amantootaaf Leenjiin Kennameera.
* * * *
Waldoota Amantootaa Magaalota Finfinnee fi Shaggar keessa jiran keessaa kan walitti qabaman geggeesitoota dargaggootaa 200 fi barattoota Universitiif dhimma hundee Waldaa Kiristiyaanaa (doctrine of the church) irratti; akkasumas "barsiisota sabaa yeroo ammaa bal'inaan deemaa jiran irraa of eeggachuu" kan jedhu irratti leenjiin guyyaa 2 Giddu Gala Leenjii Walii Galaa Guddinaa Tumsaatti kennameera.
Leenjicha Qajeelcha Tajajila Dargaggootaa fi Mucoolii Waldattii fi Kutaan Tajaajila Barattoota Universiitii fi Magaalota keessatti Bal'isuu Wangeelaa waliin ta'uudhaan kan qopheessan yammuu ta'u; Pirezedaantiin Waldatti Lubni Dr. Yonaas Yiggazuu irratti argamuudhaan leenjifamtoota kanaaf ergaa dabarsaniiru.
Dhuma leenjichaa irratti Macaafni Barsiisa Kiristiyaanaa Luuter inni xinnaan (Kaateeksimoos) leenjifamtootaaf gatii malee hirameera.
- - - - - -
Training was given to university students and congregation youth leaders
* * * *
Under the title of “Knowing church doctrine and refuting heretical teaching” two days of training was given at GTWTC for 200 university students and youth leaders of the church that came from congregations in Addis Ababa and Shuger city.
The training was jointly organized by the Children & Youth department and Campus Ministry & urban mission division in collaboration with the president office. In one of the training sessions, the president of the church Rev. Dr Yonas Yigezu visited the youth on training and conveyed a massage.
At the end of the training, Luther’s Small Catechism, which is prepared in Amharic and Afaan Oromo languages, was gifted to the trainees.
የኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የስራ አስፈፃሚ ቦርድ 59ኛ መደበኛ ስብስባውን በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና አካሄደ
* * * * ሐሙስ ነሐሴ 18/2015 ዓ.ም ማለዳ በጌታ እራት አገልግሎት የተጀመረው የቦርዱ ስብሰባ ቀጥሎ የቤተ ክርስቲያኒቱን ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙን የመክፈቻ ንግግር አድምጧል። በእለቱም በቤተ ክርስቲያኒቱ ጠቅላይ ፀሐፊ ቄስ ተሾመ አመኑ የመወያያ አጀንዳዎች የቀረቡ ሲሆን በቤተ ክርስቲያኒቱ ፕሬዚደንት ንግግር እና በቀረቡ አጀንዳዎች ላይ በዝርዝር ውይይቶች ተደርጓል።
የቦርዱ ውይይት በቀጣይ ቀን የቀጠለ ሲሆን በቤተ ክርስቲያኒቱ እና በሀገሪቱ ወቅታዊና ነባራዊ ጉዳዮች ዙሪያ መክሯል። ተያይዞም ውሳኔዎችን አሳልፏል። 59ኛው የቦርዱ ስብሰባ ለያዝነው አመት የመጨረሻ ስብሰባ ሲሆን ቦርዱ አዲስ ለተመረጡና ቦርዱን ለተቀላቀሉ የአዳዲስ እና ነባር ሲኖዶስ ፕሬዚዳንቶች አቀባበል አድርጓል።
- - - - - -
Bordiin Hojii Raawwachiiftuu Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Walga'ii idilee isaa isa 59ffaa Gidduu Gala Leenjii Walii Galaa Guddinaa Tumsaatti geggeeffateera.
* * * *
Kamisa Agayya 18 bara 2015 ganama sirna Irbaata Gooftaa geggeeffachuudhaan kan jalqabe walga'iin kun haasaa baniinsaa Pirezedaantiin Waldattii Lubni Dr.
Yonaas Yiggazuu taasisan dhaggeeffachuudhaan itti fufeera. Guyyuma kanatti ajandaa walga'ii Lubni Tashoomee Amanuu kan dhiyeessan yammuu ta'u; haasaa Pirezedaantiin godhanii fi ajandaawwan dhiyaatan irratti bal'inaan mariyatamaa ooleera.
Mareen Boordichaa guyyaa itti aanuttis kan itti fufee yammuu ta'u; haala biyyattii keessa jiru garaa garaa irratti mariyateera. Kanumaan wal qabatees mortoowwan garaa garaa dabarseera. Walga'iin kun waggaa kana keessa walga'ii Boordichaa isa dhumaa yaammuu ta'u; Pirezedaantoota Sinoodosoota haaraa irraa Boordichatti dabalamii fi warra dhiyeenya filatamaniif simannaan taasifameera.
- - - - - - EECMY Executive Board held its 59th regular meeting at GTWTC
* * * * Thursday morning, 24th of August, the board started its session with a Holy Communion service and followed with hearing the church’s president Rev. Dr Yonas Yigezu opening speech. On that day, the church’s general secretary Rev. Teshome Amenu presented discussion agendas, and detailed converse was held over the opening speech and presented agendas.
The meeting has also continued the following day. Hence, the board advised on existing issues of the church and current scenarios of the country. As a result, the board passed a few decisions. The executive board’s 59th regular meeting was the last meeting of the year, and the board welcomed newly elected and joined presidents of the existing and newly formed synods.
Daddaftii Ta'uu Dhuga Ba'iinsa Wangeelaa/Urgency of Evangelism
Duulli Dhuga Ba'umsa Wangeelaa inni yeroo gannaa adeemsifamu itti fufee jira.
Agayya 8 - Qaammee 6, bara 2015tti geggeeffamaa jira.
Mata Dure "Dhuga Akka Baanuuf Ajajajamneera" (Ho.Er. 10:42) jedhu irratti hundaa'uudhaan torban lammaffaa qabatee jira.
Macaafni Qulqulluun "Waaqayyo namni hundinuu akka fayyu gara dhugaa beekuuttis akka dhufu... barbaada jedha (1Xim. 2: 2-4). Waaqayyo fayyuu nama hundaa barbaadaa jechuu dha. Haa ta'u malee garuu faallaa kanaan du'i nama hundumaa hariitiidhaan sassaabachuutti akka jiru odeeffanoon garaa garaa mul'isaa jiru. Sababa kanaaf immoo Wangeela Dhugaa Ba'uun xiyyeeffannoo cimaa barbaada.
Bara ammaa keessa keessumattuu Afrikaa keessaa namootni hedduminaan du'aa akka jiran qorawwan mul'isaa jiru. Akka odeeffannoon Baankii Addunyaa mul'isetti bara 2023 kana keessa Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu keessatti duutni daran dabalee jira.
Kan biraan immoo dhiyeenya kan Itiyoophiaa keessaa bakka Awwaalchaa Afuri (4) irratti qorannoo geggeffameen guyyoota walitti aanoo sadi'i keessatti namoota 163 awwaalamaniiru. Warra kana keessaa Wangeelli dhugaa ba'ameefii Kiristoositti Amananii kan boqotan namoota 6 qofaa dha. Kun immoo kan agarsiisu namootni utuu hin amanin boollatti naqamaa jiraachuu isaanii ti.
Sababa kanaaf namootni Kiristoosiin malee awwaalamuu isaanii dura Wangeela dhugaa ba'uufiin hariitiidhaan nu irraa eegama.
Kanaaf dhuga ba'umsi Wangeelaa yeroo gannaa itti fufee jira.
"wangeela yoon lallabuu dhaabaadhe garuu, anaaf wayyoo!" (1Qor. 9:16)
W/K/W/W/M/Y/I- Deppaartmentii Ergaa Wangeelaa fi Ti'oloojiitti Kutaa Bal'isuu Wangeelaa.
#Beeksisa_Jijjiirraa_Bakkaa(Iddoo)
Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaatti, YDCS (Yemisrach Dimts Communication Service), Giddugala Raabsaa Newaye Qulqulluu, Piyaassaa waajjira poostaa durii fuuldura, gamoo xiqqaa Aradaa, darbii 1ffaa irratti tajaajila keennaa kan ture, Hagayya 16, 2015 irraa eegalee, gara Giddugala Gabaa Piyaassaa Kiliniika Yadii Dental Darbii 6ffaa irratti jijjiramuu isaa Maamiltoota keenya Kabajaan beeksisuu barbaanna.
Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa harkaa 0911144165 irratti nu bilbiluu ni dandeessu.
Galatoomaa!
#የአድራሻ_ለውጥ_ማስታወቂያ
አንጋፋዊ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የምስራች ድምጽ የመገናኛ ዘዴዎች አገልግሎት ፒያሳ የነዋየ ቅዱሳት ማከፋፈያ ቀድሞ አገልግሎት ይሰጥበት ከነበረው አሮጌ ፖስታ ቤት ፊት ለፊት ትንሿ አራዳ ህንጻ 1ኛ ፎቅ ከነሐሴ 16 ቀን 2015 ዓ.ም ጀምሮ ወደ ፒያሳ የገበያ ማዕከል 6ኛ ፎቅ ያዲ የጥርስ ህክምና ላይ መዘዋወሩን ለክቡራን ደንበኞቻችን እናሳውቃለን፡፡
ለበለጠ መረጃ
በሞባይል ስልክ ቁጥር 0911144165 መደወል ይችላሉ፡፡
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የምስራች ድምጽ የመገናኛ ዘዴዎች አገልግሎት
የሰሜን አሜሪካ ሉተራዊት ቤተክርስቲያን የሚስዮን ጉባዬ ተካሄደ
* * * *
የሰሜን አሜሪካ ሉተራዊት ቤተክርስቲያን የሚስዮን ጉባዬ ከነሐሴ 01-05/2015 ዓ.ም በአሜሪካ ኦክላሆማ ከተማ ተካሂዷል፡፡ በሚስዮን ጉባዬው የተለያዩ ዓለም-አቀፍ እና አህጉር አቀፍ ይዘት ያላቸው ፕሮግራሞች ተካሂደዋል፡፡ ከተለያየ ሀገራት የሉተራን ቤተክርስቲያናት የመጡ መሪዎች የተሳተፉበት ዓለም-ዓቀፍ ፎረም፤ የፌይዝ ፎርሜሽን ፌስቲቫል እና የሚሽን ስብሳባ በሳምንቱ ከተደረጉት ዋና ዋና ፕሮግራሞች የሚጠቀሱት ናችው። በጉባዬውም ጽሁፎች የቀረቡ ሲሆን በተለያዬ አህጉር አቀፍ እና ዓለም-ዓቀፍ ጉዳዮች ላይ ውይይቶች እና ምክክሮች ተደርገዋል።
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስን በመወከል የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕረዚደንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ፤ የመካነ ኢየሱስ ሴሚናሪዮም ፕረዚደንት ቄስ ዶ/ር ብሩክ አየለ እና የቤተ ክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬክተር ወጣት ወንድማገኝ ኡዴሳ በተጋባዥ እንግድነት ተገኝተዋል፡፡
በሚሽን ስብሰባው ላይም የቤተ ክርስቲያኒቱ ፕረዝደንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ የቤተክርስቲያኒቱን ሰላምታ እና የእግዚአብሔር ቃል ያቀረቡ ሲሆን፤ የቤተ ክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ዳይሬከተር በበኩላቸው በመምሪያው በአዲስ መልክ ተቀርጾ እየተሰራበት ያለውን ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ አቅርበዋል፡፡
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ እና የሰሜን አሜሪካ ሉተራዊት ቤተክርስቲያን እ/ኤ/አ ከ2010 ጀምሮ በትብብር የወንጌልን ሥራ አብረው እየሰሩ ይገኛሉ፡፡
- - - - -
WALGAHIIN MIISIYOONII WALDAA KIRISTAANAA WARRA LUUTARAANII AMEERIKAA KAABAA GAGGEEFFAME
* * * *
Walgahiin Miisiyoonii Waldaa Kiristaanaa Warra Luutaraanii Ameerikaa Kaabaa Hagayya 07-11, 2023 ALA Biyya Ameerikaa (USA) Magaalaa Oklaahoomaatti gaggeeffameera. Walgahii Miisiyoonii kanarratti sagantaaleen qabiyyee akka ardii fi addunyaawaatti ka’an garagaraa gaggeeffamaniiru. Gaggeessitoota Waldaa Kiristaanaa Warra Luutaraanii biyyoota addunyaa garagaraa kan hirmaachisii Foramiin Addunyaa, Sagantaan Feestivaalaa Guddina Amantii (Faith Formation Festival) fi Walgahiin Miisiyoonii hundagaleessi gaggeeffameera. Sagantoota kanneen irratti mariileen ajandaalee garagaraa irratti kan gaggeeffame yoo ta’u, barreeffamootni garagaraas dhiyaataniiru.
Sagantaa kanarratti Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa bakka bu’uudhaan: Pirezidaantiin Waldattii Lubni Dr. Yoonaas Yiggazuu, Pirezidaantiin Seeminaarii Makaana Yesuus Lubni Dr. Biruuk Ayyalaa fi Daarektarri Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo Waldattii Dargaggoon Wondimmaagany Uddeessaa affeeramanii argamaniiru.
Sagantaa miisiyoonii kanarrattis Pirezidaantiin Waldattii Lubni Dr. Yoonaas Yiggazuu nagaa waldattii fi Ergaa Sagalee Waaqayyoo kan dhi’eessan yoo ta’u, Daarektarri Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo Waldattii immoo Paakeejii Hundagaleessa Tajaajila Ijoollee fi Dargaggoo akka haaraatti qophaa’ee irratti hojjatamaa jiru dhi’eessaniiru.
Waldaan Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa fi Waldaa Kiristaanaa Warra Luutaraanii Ameerikaa Kaabaa bara 2010 ALA irraa kaasee hojii Wangeelaa waliin ta’uudhaan hojjachuu irratti argamu.
- - - - -
The North American Lutheran Church held its Mission Convention
* * * *
The North America Lutheran Church (NALC) Mission Conference was held in Oklahoma City, USA, from August 7-11, 2023. Various international and continental programs were held at the mission convention. A global forum that involved leaders of Lutheran churches from different countries and continents, the faith formation festival, and the mission convocation were some of the main events held during the week. In the convention various papers were presented, and current continental and international issues were discussed and consulted.
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus president Rev. Dr. Yonas Yigezu, the President of Mekane Yesus Seminary Rev. Dr. Bruk Ayele, and the Director of the church's Children and Youth Ministry Department, Mr. Wondmagegn Udessa has also attended the mission convention as invited guests.
On the mission convention, EECMY president Rev. Dr. Yonas Yigezu has spoked and passed greetings. In the same way the Children and Youth Department director presented the newly designed and implemented children and youth package by the department.
EECMY and NALC have been working in partnership on mission, since 2010.
"Oogummaa ittiin Bu'a Qabeessa Ta'an" kan jedhu irratti Leenjiin guyyaa lamaa Giddu Gala Leenjii Walii Galaa Guddinaa Tumsaatti Geggeeffameera
* * * *
Waldaa Kiristiyaana Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itiyoophiyaa fi Waldaa Kiristiyaa Qaala Hiiwat Itiyoophiyaa irra kan filataman geggeessitoota fi tajaajiltoota murtaa'oof leenjiin kan kennameef yammu ta'u; akeekni leenjichaa yeroo rakkinaa keessatti attamitti dhabbatanii akka dandamataniif hubannoo kennuuf kan gargaaruu dha.
Leenjitootni bakka irraa dhufanitti yammuu deebi'an ergaa leenjichaa amantoota isaanii biraan akka ga'anii fi akka ittiin isaan jabeessan Liiving On ze eejji tti daarakteerri damee Afirikaa Patirik Kuchiiyo beeksisaniiru.
የመትረፍ ጥበብ በሚል ርዕስ የሁለት ቀን ስልጠና በጉዲና ቱምሳ ሁለንተናዊ የስልጠና ማዕከል ተሰጠ
* * * *
ከኢትዮጲያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያስ መካነ ኢየሱስ እና ከኢትዮጲያ ቃለ ህይወት ቤተ ክርስቲያን ለተወጣጡ መሪዎችና አገልጋዮች ስልጠናው የተሰጠ ሲሆን አላማውም አስቸጋሪ ወቅቶቸን የመቋቋም ችሎታን ማጎልበቻ ስልጠና እንደነበር ለመረዳት ተችሏል።
ሰልጣኞች ወደ የጡበት አከባቢ ሲመለሱ የስልጠናውን መልዕክት ለምዕመኖቻቸው የማስታጠቅን ስራ እንዲሰሩ እንደሚጠበቅ የሊቪንግ ኦን ዘ ኤጅ የአፍሪካ ዳይሬክተር ፓትሪክ ኩቺዮ ገልጸዋል።
- - - -
Two days of training was given under the title of “The art of survival” at GTWTC
* * * *
The training was given for leaders and ministers from the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus and the Ethiopian Kale Hiwot Church. It was understood that the purpose of the training was resilience building in difficult times.
Pastor Patrick Kuchio, Africa director of Living on the Edge ministry, stated that when trainees return to their area, they are expected to equip believers in the message of the training.
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
