ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Imalli Koo Galma Qaba

Imalli Koo Galma Qaba

前往频道在 Telegram

显示更多

📈 Telegram 频道 Imalli Koo Galma Qaba 的分析概览

频道 Imalli Koo Galma Qaba (@imaluuf) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 11 197 名订阅者,在 教育 类别中位列第 18 081,并在 芬兰 地区排名第 413 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 11 197 名订阅者。

根据 20 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 404,过去 24 小时变化为 18,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 18.66%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.96% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 2 089 次浏览,首日通常累积 555 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 7。

📝 描述与内容策略

尚未提供频道描述。

凭借高频更新(最新数据采集于 21 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

11 197
订阅者
+1824 小时
+817 天
+40430 天
帖子存档
Namni tokko waan hundumaa qabaachuu danda'a; garuu waan tokko dhabuun jireenya isaa jijjiiruu danda'a. Gaaffiin koo: Jireenya keessatti maallaqatu caala moo nagaa sammuu? 🤔 Yaada keessan comment irratti naaf dhiisaa.
21 11月, 10:09

Guddinni dhugaan yeroo namni si dinqisiifatu miti; yeroo ati of jijjiirtu irraa jalqaba.”
21 11月, 09:51

" Rakkoon koo baay'ee dha; garuu fuulli koo odeeffannoo sana hin maxxansu.” !😂 Join https://t.me/Imaluuf/
20 11月, 08:32

photo content
20 11月, 08:29

photo content
19 11月, 08:42

Nama hunda gammachiisuuf yaaluun, bilbila tokkoon nama hunda bilbiluu yaaluu dha. 😂 Join https://t.me/Imaluuf/
18 11月, 13:06

“Callisni koo karoora qaba, obsuun koo abdii qaba, fuuldurri koo immoo galma qaba..!❤️ Join https://t.me/Imaluuf/
18 11月, 12:54

photo content
13 11月, 03:26

photo content
09 11月, 16:13

photo content
05 11月, 15:11

photo content
05 11月, 01:32

#Seenaa Ameerikaa keessatti yeroo jalqabaatiif dubartiin Falasxiin, Musliima, hijaaba uffatte, teessoo Seenetii kutaa New York keessatti argatte! Maqaan ishee Abeer Kawas jedhamti, magaalaa Kuwiins, garaa New York irraa kan dhufte yoo ta'u, sagalee %74 argachuun mormituu ishee injifatteetti . Hijaabni ishee ishee hin dhorkine, hambaan ishee Falasxiin ishee hin gufachiifne humna ishee ture. Kaampii baqattootaa irraa kaastee hanga galma aangootti... Falasxiin yoomiyyuu hin du'u. Congratulations Ja'aan baga gammaddan! Namni maxxansi keenya bira gahe Share waliif godhaa Yaroo hunda Akka Maxxansi keenya isin bira gahuuf Page Facebook keenyaa Follow godhaa Share godhaa baarakallaahu fiikum Dubartii lammii Palestine Newyork keessatti seenaa haara masha allah Allahu Akbar jedhii mee yaa rabbi galata kee
04 11月, 22:34

photo content
04 11月, 22:33

photo content
04 11月, 22:29

Kunneen ijoollee hidda dhaloota Somaaliyaa qabaniifi filannoo Ameerikaatiin injifannoo galmeessaniidha. Kan Itiyoophiyaa hoo? Hidda dhaloota Itoophiyaa kan qabu/qabdu kan filannoo kanaan injifate Melat Kiros'n ala kan biraa eenyutu jira? Moo Itiyoophiyaanonni gara Amerikaa kan adeeman hojiifi dhuunfaafi kolu-galtummaaf qofa? Kamiifuu kan Somaaliyaa Ameerikaa jiraatan filannoo irratti injifannoo guddaa galmeessaniiru kunoo. Lammiileen Somaaliyaa ykn hidda dhaloota Somalia qaban filannoo walakkeessaa Ameerikaa bara 2026 irratti teessoo mootummaa garaagaraa qabachuu fi kanneen duraan qabatan irra deebi’anii mirkaneeffachuun milkaa’ina galmeessaniiru. Isaan keessaa: 1\. Ilhan Omar – Mana Maree Bakka Bu’oota Ameerikaatti (US House of Representatives) irra deebi’anii filataman. Isaan keessaa sadarkaa federaalaatti kan filataman isa qofa. 2\. Omar Fateh – Senaata Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman. 3\. Zaynab Mohamed – Senaata Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman. Sagalee kenname keessaa gara %87.9 argataniiru. 4\. Mohamud Noor – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman. 5\. Samakab Hussein – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman. 6\. Abdi Daisane – Yeroo jalqabaatiif Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Minnesotaatti filataman. Mike Conway sagalee %48.3 argate injifachuun sagalee %51.6 galmeessaniiru. 7\. Kayse Jama – Senaata Naannoo Oregonitti irra deebi’anii filataman. 8\. Munira Abdullahi – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Ohiootti sagalee %72.7 argachuun filataman. 9\. Ismail Mohamed – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Ohiootti filataman. 10\. Ancaam Mahamoud – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman. Lammummaan ol obbolummaa qooddannuun qabna, baga injifatan
04 11月, 22:23

photo content
04 11月, 22:23

photo content
04 11月, 22:19

photo content
04 11月, 15:47

photo content
04 11月, 15:47

Mudannoon kun bakka tahe wohiitti mucaa miskiina tokko bifa kanaan Qunnamaan argeera..!!ajaaiba mee barnootaas taha dubbisaas namaafis Qooda ayi yasino..!😭❤️ Hawaasa keenya keessatti yeroo baay'ee namni tokko hojii hin qabne ykn hiyyeessa ta'ee yoo mul'ate, waan badaa kamiyyuu keessatti harki isaa jira jedhanii dafanii isa shakkuun, ragaa malee itti murteessuun amala badaa ta'ee jira. Hojii haaraan Yaasiinoo kun ilaalcha dogoggoraa fi murtii ariifataa hawaasa keessatti mul'atu kana karaa gadi fagoo ta'een ifatti nu agarsiisa. Akka viidiyoo keessatti mul'atutti, sirna eebbaa tokko irratti sababa “Bilbilli badeera” jedhuun qofa, dargaggeessi hiyyeessa ta'e tokko namoota hedduu duratti shakkamee haala haqni itti hin eegamneen sakatta'ama..😭 " Hawaasnis, “Inni fudhate” jechuun osoo dhugaa hin mirkaneessin itti murteessa. Garuu dhugaan yeroo qorannoon taasifamu ifa ba'u, bilbila sana kan fudhatee chaarjii irraa buusee bakka qarqara taa'ee TikTok ilaalaa ture mucaa xiqqaa biraa ta'uun isaa saaxilama! " Namoonni ragaa gahaa malee yeroo itti murteessanii isa tuffatan, dargaggeessi sun garuu gaddaafi aariidhaan kaka'ee abbaa isaatiif waadaa gale.!! “Bilbila sana kan fudhadhe ana akka hin taane, hattuus akka hin taane ni argita. Eenyummaa koo jijjiiree mataa kee akka hin qaanofne si agarsiisa!” Barumsa gurguddoo viidiyoo kana irraa barannu 1. Nama osoo hin hubatin itti hin murteessinaa. Hawaasni keenya namoota gadi fageenyaan ilaaluu fi dhugaa mirkaneessuu dhiisee dafanii nama irratti murteessuu fi isa moggeessuu irraa of sirreessuu qaba. 2. Yaada dogoggoraa gara milkaa'inaatti jijjiiruu. Hawaasni yaada dogoggoraa yoo nu irratti qabaates, hojii cimaa hojjechuun dhugaa keenya mirkaneessinee maatii keenyaafi ofii keenyaaf boona ta'uu dandeenya. 3. Shakkii qofaan nama hin miidhinaa. " Namoota ragaa malee shakkuufi isaan qaanessuu irra, hubannoo, obsaafi tasgabbiidhaan dhugaa qorachuun barbaachisaadha. Xumura Yaasiinoon dhuguma hojii aartii isaa gara sadarkaa ilaalcha gadi fagoo qabuutti ceesiseera! Badhaasni TikTok bara kanaas maqaa isaa hawwiidhaan eegaa jira. Hojii gabaabaa kana keessatti hawaasni keenya of ilaalee dogoggora isaa akka hubatuuf daawwitii ...!! Ajaaiba
03 11月, 12:38