Imalli Koo Galma Qaba
الذهاب إلى القناة على Telegram
إظهار المزيد
📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Imalli Koo Galma Qaba
تُعد قناة Imalli Koo Galma Qaba (@imaluuf) في القطاع اللغوي الجاوية لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 11 197 مشتركاً، محتلاً المرتبة 18 081 في فئة التعليم والمرتبة 413 في منطقة فنلندا.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 11 197 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 20 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 404، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 18، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 18.66%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 4.96% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 2 089 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 555 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 7.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
وصف القناة غير متوفر.
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 21 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.
11 197
المشتركون
+1824 ساعات
+817 أيام
+40430 أيام
أرشيف المشاركات
11 197
Namni tokko waan hundumaa qabaachuu danda'a; garuu waan tokko dhabuun jireenya isaa jijjiiruu danda'a.
Gaaffiin koo: Jireenya keessatti maallaqatu caala moo nagaa sammuu? 🤔
Yaada keessan comment irratti naaf dhiisaa.
21 نوفمبر, 10:09
11 197
Guddinni dhugaan yeroo namni si dinqisiifatu miti; yeroo ati of jijjiirtu irraa jalqaba.”
21 نوفمبر, 09:51
11 197
" Rakkoon koo baay'ee dha; garuu fuulli koo odeeffannoo sana hin maxxansu.” !😂
Join
https://t.me/Imaluuf/
20 نوفمبر, 08:32
11 197
Nama hunda gammachiisuuf yaaluun, bilbila tokkoon nama hunda bilbiluu yaaluu dha. 😂
Join
https://t.me/Imaluuf/
18 نوفمبر, 13:06
11 197
“Callisni koo karoora qaba, obsuun koo abdii qaba, fuuldurri koo immoo galma qaba..!❤️
Join
https://t.me/Imaluuf/
18 نوفمبر, 12:54
11 197
#Seenaa Ameerikaa keessatti yeroo jalqabaatiif dubartiin Falasxiin, Musliima, hijaaba uffatte, teessoo Seenetii kutaa New York keessatti argatte!
Maqaan ishee Abeer Kawas jedhamti, magaalaa Kuwiins, garaa New York irraa kan dhufte yoo ta'u, sagalee %74 argachuun mormituu ishee injifatteetti .
Hijaabni ishee ishee hin dhorkine, hambaan ishee Falasxiin ishee hin gufachiifne humna ishee ture.
Kaampii baqattootaa irraa kaastee hanga galma aangootti... Falasxiin yoomiyyuu hin du'u.
Congratulations Ja'aan
baga gammaddan!
Namni maxxansi keenya bira gahe Share waliif godhaa Yaroo hunda Akka Maxxansi keenya isin bira gahuuf Page Facebook keenyaa Follow godhaa Share godhaa baarakallaahu fiikum
Dubartii lammii Palestine Newyork keessatti seenaa haara masha allah Allahu Akbar jedhii mee yaa rabbi galata kee
04 نوفمبر, 22:34
11 197
Kunneen ijoollee hidda dhaloota Somaaliyaa qabaniifi filannoo Ameerikaatiin injifannoo galmeessaniidha.
Kan Itiyoophiyaa hoo?
Hidda dhaloota Itoophiyaa kan qabu/qabdu kan filannoo kanaan injifate Melat Kiros'n ala kan biraa eenyutu jira? Moo Itiyoophiyaanonni gara Amerikaa kan adeeman hojiifi dhuunfaafi kolu-galtummaaf qofa?
Kamiifuu kan Somaaliyaa Ameerikaa jiraatan filannoo irratti injifannoo guddaa galmeessaniiru kunoo.
Lammiileen Somaaliyaa ykn hidda dhaloota Somalia qaban filannoo walakkeessaa Ameerikaa bara 2026 irratti teessoo mootummaa garaagaraa qabachuu fi kanneen duraan qabatan irra deebi’anii mirkaneeffachuun milkaa’ina galmeessaniiru.
Isaan keessaa:
1\. Ilhan Omar – Mana Maree Bakka Bu’oota Ameerikaatti (US House of Representatives) irra deebi’anii filataman. Isaan keessaa sadarkaa federaalaatti kan filataman isa qofa.
2\. Omar Fateh – Senaata Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman.
3\. Zaynab Mohamed – Senaata Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman. Sagalee kenname keessaa gara %87.9 argataniiru.
4\. Mohamud Noor – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman.
5\. Samakab Hussein – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman.
6\. Abdi Daisane – Yeroo jalqabaatiif Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Minnesotaatti filataman. Mike Conway sagalee %48.3 argate injifachuun sagalee %51.6 galmeessaniiru.
7\. Kayse Jama – Senaata Naannoo Oregonitti irra deebi’anii filataman.
8\. Munira Abdullahi – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Ohiootti sagalee %72.7 argachuun filataman.
9\. Ismail Mohamed – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Ohiootti filataman.
10\. Ancaam Mahamoud – Mana Maree Bakka Bu’oota Naannoo Minnesotaatti irra deebi’anii filataman.
Lammummaan ol obbolummaa qooddannuun qabna, baga injifatan
04 نوفمبر, 22:23
11 197
Mudannoon kun bakka tahe wohiitti mucaa miskiina tokko bifa kanaan Qunnamaan argeera..!!ajaaiba mee barnootaas taha dubbisaas namaafis Qooda ayi yasino..!😭❤️
Hawaasa keenya keessatti yeroo baay'ee namni tokko hojii hin qabne ykn hiyyeessa ta'ee yoo mul'ate, waan badaa kamiyyuu keessatti harki isaa jira jedhanii dafanii isa shakkuun, ragaa malee itti murteessuun amala badaa ta'ee jira.
Hojii haaraan Yaasiinoo kun ilaalcha dogoggoraa fi murtii ariifataa hawaasa keessatti mul'atu kana karaa gadi fagoo ta'een ifatti nu agarsiisa.
Akka viidiyoo keessatti mul'atutti, sirna eebbaa tokko irratti sababa “Bilbilli badeera” jedhuun qofa, dargaggeessi hiyyeessa ta'e tokko namoota hedduu duratti shakkamee haala haqni itti hin eegamneen sakatta'ama..😭
" Hawaasnis, “Inni fudhate” jechuun osoo dhugaa hin mirkaneessin itti murteessa.
Garuu dhugaan yeroo qorannoon taasifamu ifa ba'u, bilbila sana kan fudhatee chaarjii irraa buusee bakka qarqara taa'ee TikTok ilaalaa ture mucaa xiqqaa biraa ta'uun isaa saaxilama!
" Namoonni ragaa gahaa malee yeroo itti murteessanii isa tuffatan, dargaggeessi sun garuu gaddaafi aariidhaan kaka'ee abbaa isaatiif waadaa gale.!!
“Bilbila sana kan fudhadhe ana akka hin taane, hattuus akka hin taane ni argita. Eenyummaa koo jijjiiree mataa kee akka hin qaanofne si agarsiisa!”
Barumsa gurguddoo viidiyoo kana irraa barannu
1. Nama osoo hin hubatin itti hin murteessinaa.
Hawaasni keenya namoota gadi fageenyaan ilaaluu fi dhugaa mirkaneessuu dhiisee dafanii nama irratti murteessuu fi isa moggeessuu irraa of sirreessuu qaba.
2. Yaada dogoggoraa gara milkaa'inaatti jijjiiruu.
Hawaasni yaada dogoggoraa yoo nu irratti qabaates, hojii cimaa hojjechuun dhugaa keenya mirkaneessinee maatii keenyaafi ofii keenyaaf boona ta'uu dandeenya.
3. Shakkii qofaan nama hin miidhinaa.
" Namoota ragaa malee shakkuufi isaan qaanessuu irra, hubannoo, obsaafi tasgabbiidhaan dhugaa qorachuun barbaachisaadha.
Xumura
Yaasiinoon dhuguma hojii aartii isaa gara sadarkaa ilaalcha gadi fagoo qabuutti ceesiseera!
Badhaasni TikTok bara kanaas maqaa isaa hawwiidhaan eegaa jira.
Hojii gabaabaa kana keessatti hawaasni keenya of ilaalee dogoggora isaa akka hubatuuf daawwitii ...!!
Ajaaiba
03 نوفمبر, 12:38
