Mana barumsa sadarkaa 2ffaa shaalaqaa jaatanii Alii magaalaa yaaballoo
前往频道在 Telegram
3 689
订阅者
+224 小时
+67 天
+5330 天
帖子存档
Barsiisotaa m/b keennaa hundaaf,
Sagantaa Qortoota Qorumsa Xummuraa gaafa guyyaa 21/09/2018 tiif bahee kana ilaallattanii, barsiisaan rammaddiin kennameef kamuu dhuftanii akka qortan kabajaan isin beeksifna.
Biology, Economics and Aptitude answer's
Please check your Answers;
Caamsaa,17/2018
Barattoota kutaa 9ffaa -11ffaa hundaaf,
👉Galma Abbaa Gadaa keessaatti dareen lama(2); dareen Shaakallii Komputeraa fi mana Dubbisaa waan nuuf eeyyamamteef, keessumaatti barattootni naannoo Keellaa fi Project jirtan Yuunifoormiifi ID m/b qabattanii dhuftanii akka fayyadamtan waamicha isiniif goona.
Caamsaa,13/2018
Qorumsii Modelaa guyyaa jalqabaa nagaan kennamee jira.
Akkasumas, qorumsii Gaarii ta'uu isaa, Barattootni odeeffanneefi fuulii isaanii gammaduu irraa kan kaheen hubannee jirra.
Kan hafe kana caala hojjattuu jabaadhaa jenna👏
Guyyaa 10/09/2018
Barsiisotni kenna hundii Sagantaa Qorumsa Model hanga Qorumsa xummuraa kutaa 9ffaa -11ffaa ittiin qoruuf deemnu kana ilaalladhaa?
Waaqii nu ha milkeessuu🤲
Barattoota kutaa 12ffaa hanqinna hubannoo Komputeraa qabaniifi maqaan keessan armaan gadiitti maxxanfame hundii bori Ganama Caamsaa 10/2028 hubannoon gabaabaan waan isiniif kennamu sa'aatii 1:30 tti m/b akka dhuftan isan beeksifna.
Barattoota kutaa 12ffaa Hundaaf
Guyyaan model itti kennamu waan jijjiirameef/fooyya'eef sagantaa sun waan ta'eef ilaalladhaa.
Carraa Gaarii!!!
Ergaa m/b irraa hubannoo fudhattaniin duubaatti,
Link armaan gadiitiin seentanii shaakaluu hin dandeettu.
http://exam1.ethernet.edu.et
Guyyaa 07/09/2018
Barattoota kutaa 12ffaa Hundaaf ,
1. Admission card Dhuftanii akka fudhattan isin beeksifna.
2. Guyyaan qorumsa Model sadarkaa BBO kennamuu gaafa guyyaa Caamsaa 18-21/2018 ta'uu isaa beettanii akka ofi qopheessitan isin beeksifna.
Hub: Admission card yoo fudhattan; maqaa, saala, stream fi odeeffannoon biroos kamuu Sirrii ta'uu isaa akka mirkaneeffattan jechaa, yoo dogongora kamuu qabaate hatattamaan akka m/b beeksiftan cimsinee isan beeksifna.
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
