Oro Tech Tips
前往频道在 Telegram
Chaanaalii kanarraa👇 ■Games ■APPS ■Programming ■Tech news ■Tech tips argattu! Buy ads: https://telega.io/c/Oro_Tech_Tipz 📥 @OroTechTipsBot
显示更多未指定国家技术与应用20 064
4 641
订阅者
-624 小时
-217 天
-11230 天
正在加载数据
吸引订阅者
十月 '2610月 '26
十月 '26
+39
在3个频道中
九月 '26
+57
在0个频道中
Get PRO
八月 '26
+29
在1个频道中
Get PRO
七月 '26
+31
在0个频道中
Get PRO
六月 '26
+45
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+41
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+38
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+27
在1个频道中
Get PRO
二月 '26
+33
在1个频道中
Get PRO
一月 '26
+41
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+71
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+136
在1个频道中
Get PRO
十月 '25
+38
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+46
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+49
在2个频道中
Get PRO
七月 '25
+155
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+26
在1个频道中
Get PRO
五月 '25
+47
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+146
在1个频道中
Get PRO
三月 '25
+152
在2个频道中
Get PRO
二月 '25
+151
在2个频道中
Get PRO
一月 '25
+144
在2个频道中
Get PRO
十二月 '24
+304
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+386
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+210
在4个频道中
Get PRO
九月 '24
+98
在2个频道中
Get PRO
八月 '24
+144
在2个频道中
Get PRO
七月 '24
+94
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+74
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+84
在1个频道中
Get PRO
四月 '24
+82
在8个频道中
Get PRO
三月 '24
+285
在3个频道中
Get PRO
二月 '24
+571
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+530
在3个频道中
Get PRO
十二月 '23
+568
在4个频道中
Get PRO
十一月 '23
+497
在3个频道中
Get PRO
十月 '23
+434
在3个频道中
Get PRO
九月 '23
+165
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+168
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+192
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+166
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+186
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+137
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+121
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+119
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+262
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+93
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+83
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+76
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+93
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+200
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+156
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+149
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+346
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+351
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+771
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+58
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+195
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+249
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+186
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+488
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+266
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+520
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 27 十月 | 0 | |||
| 26 十月 | +1 | |||
| 25 十月 | +1 | |||
| 24 十月 | +4 | |||
| 23 十月 | +2 | |||
| 22 十月 | 0 | |||
| 21 十月 | +2 | |||
| 20 十月 | +1 | |||
| 19 十月 | +2 | |||
| 18 十月 | 0 | |||
| 17 十月 | 0 | |||
| 16 十月 | 0 | |||
| 15 十月 | 0 | |||
| 14 十月 | +2 | |||
| 13 十月 | 0 | |||
| 12 十月 | +1 | |||
| 11 十月 | 0 | |||
| 10 十月 | +8 | |||
| 09 十月 | +3 | |||
| 08 十月 | +1 | |||
| 07 十月 | +1 | |||
| 06 十月 | +3 | |||
| 05 十月 | +1 | |||
| 04 十月 | +3 | |||
| 03 十月 | +1 | |||
| 02 十月 | 0 | |||
| 01 十月 | +2 |
频道帖子
PHP2Shell maali? Addunyaan gidduu kana yaaddoofi fiigicha akkamiirra jira?
AIn dubbii qottee baasaa jirti. Gidduu kana qaawwaa yookaan vulnerability PHP irratti AIn argerraa kan ka'e yaaddoo guddaatu jira. Akkuma beekamu website addunyaa kanaa harki 70 ol PHP irratti kan bu'uureffaman dha. Custom code, yookaan Framework, yookaanimmoo CMS dhaan kan hojjetaman haa ta'aniyyuu malee ammatti qaawwaan argame jedhamaa jiru kun sadarkaa core PHP engine irraatii qaamota murteessoo lamaan memory management fi request processing irraa waan ta'eef yaaddoo guddaa seenaa interneetii isa guddaati jedhamaa jira.
Rakkoo kanaaf PHP version 8.5.12 dura warri ture saaxilamoo fi PHP 7.4 dura warri ture ammoo security update waan hin qabneef gar malee saaxilamoo dha jedhameera. Kun ammoo dhugumatti yaaddeessaa dha. Sababnisaa akkuma beekamu dhaabbileen hedduunis ta'e host hedduun yeroo baayyee PHP version isaanii update hin godhan. Yeroo ammaa kanatti host miiliyoona 2.6 ta'antu PHP version patch hin godhamne fayyadamaa jira. Sababa kanaanis balaa dhufuuf maluuf akka malee saaxilamoo dha.
Yaaddoon kun wanti inni fiduu danda'u, namootni haleellaa cyber geggeessuu barbaadan salphaatti password otuu hin barbaachisiniin serverii keenya akka seenan, odeeffannoo barbaadan akka hatan, akkasumas backdoor uummachuu isaan dandeessisa. Kanumaan wal qabatee dhaabbileen addunyaa kanaa hedduun PHP version isaanii update gochuufi rakkoo jiru qorachuutti busy ta'anii jiru. Sababnisaa akkuman dura kaase "wanti tokko hojjechaa jira taanaan hin tuqin😄" amala jedhamutu bakka hundaa guute waan ta'eef system turefaa akka inni nu jalaa hin jeeqneef jennee update gochuu dhiisnee taa'aa turree balaan akkasii yeroo uumamu ammoo system warra old sana update hojii dhaabsisuu danda'utti dirqamnee dabarsuufi rakkoo furmaata nageenyaa wajjin dhufu wajjin wal'aansoo wal qabuun hojii biraa dha.😃
PHPn language beekamaafi guddaa addunyaa kanaa sababa ta'eef CMS hedduun kanneen akka WordPress, Joomla, Drupal, Magento akkaumas Framework beekamoon kanneen akka Laravel, Symfony, CakePHP, Codeignitor fi kan kana fakkaatan hundi PHP irratti bu'uureeffaman. Sababa rakkoon amma dhufe core PHP engine waliin wal qabatuuf hundi kun saaxilamoo ta'u. Wanta nama ajaa'ibu AIn jabaachaa akkuma dhufeen wantoota dur namni barootaaf yaalee hin arganne AIn salphaatti waan argachuu danda'eef nageenyi saayibarii kana booda yaaddoo keessa seenaa jira. Kanaaf ammoo dhiheenyatti yaaddoowwan hedduun uumaman ragaa ta'u. PHP isa guddaa waan ta'eef malee gidduuma kana PHP waliin October 21 irraa eegalee yaaddoon nageenya Node.JS fi Python illee baayyee odeeffamaa jira.
Ergamaan du'aa yookaan grim reaper akka suuraa asiin gadi jiru irraa argitan PHP irraa eegalee balbala hunda rukutee hamma Rust tti galaafachaa jira. Egaan hammi kun reefuu AIn sadarkaa xinnoorra otuu jiruu kan ta'e dha. Bor yeroo kana caalaatti cimaa deemu maaltu ta'uu danda'a? Akkamiin to'atama? Addunyaan garamitti deemti isa jedhu walumaan kan ilaallu ta'a. Ammaaf daddafaatii PHP version keessan 8.5.12 tti guddifadhaa.
| 2 | 没有文字... | 181 |
| 3 | PHP2Shell maali? Addunyaan gidduu kana yaaddoofi fiigicha akkamiirra jira?
AIn dubbii qottee baasaa jirti. Gidduu kana qaawwaa yookaan vulnerability PHP irratti AIn argerraa kan ka'e yaaddoo guddaatu jira. Akkuma beekamu website addunyaa kanaa harki 70 ol PHP irratti kan bu'uureffaman dha. Custom code, yookaan Framework, yookaanimmoo CMS dhaan kan hojjetaman haa ta'aniyyuu malee ammatti qaawwaan argame jedhamaa jiru kun sadarkaa core PHP engine irraatii qaamota murteessoo lamaan memory management fi request processing irraa waan ta'eef yaaddoo guddaa seenaa interneetii isa guddaati jedhamaa jira.
Rakkoo kanaaf PHP version 8.5.12 dura warri ture saaxilamoo fi PHP 7.4 dura warri ture ammoo security update waan hin qabneef gar malee saaxilamoo dha jedhameera. Kun ammoo dhugumatti yaaddeessaa dha. Sababnisaa akkuma beekamu dhaabbileen hedduunis ta'e host hedduun yeroo baayyee PHP version isaanii update hin godhan. Yeroo ammaa kanatti host miiliyoona 2.6 ta'antu PHP version patch hin godhamne fayyadamaa jira. Sababa kanaanis balaa dhufuuf maluuf akka malee saaxilamoo dha.
Yaaddoon kun wanti inni fiduu danda'u, namootni haleellaa cyber geggeessuu barbaadan salphaatti password otuu hin barbaachisiniin serverii keenya akka seenan, odeeffannoo barbaadan akka hatan, akkasumas backdoor uummachuu isaan dandeessisa. Kanumaan wal qabatee dhaabbileen addunyaa kanaa hedduun PHP version isaanii update gochuufi rakkoo jiru qorachuutti busy ta'anii jiru. Sababnisaa akkuman dura kaase "wanti tokko hojjechaa jira taanaan hin tuqin😄" amala jedhamutu bakka hundaa guute waan ta'eef system turefaa akka inni nu jalaa hin jeeqneef jennee update gochuu dhiisnee taa'aa turree balaan akkasii yeroo uumamu ammoo system warra old sana update hojii dhaabsisuu danda'utti dirqamnee dabarsuufi rakkoo furmaata nageenyaa wajjin dhufu wajjin wal'aansoo wal qabuun hojii biraa dha.😃
PHPn language beekamaafi guddaa addunyaa kanaa sababa ta'eef CMS hedduun kanneen akka WordPress, Joomla, Drupal, Magento akkaumas Framework beekamoon kanneen akka Laravel, Symfony, CakePHP, Codeignitor fi kan kana fakkaatan hundi PHP irratti bu'uureeffaman. Sababa rakkoon amma dhufe core PHP engine waliin wal qabatuuf hundi kun saaxilamoo ta'u. Wanta nama ajaa'ibu AIn jabaachaa akkuma dhufeen wantoota dur namni barootaaf yaalee hin arganne AIn salphaatti waan argachuu danda'eef nageenyi saayibarii kana booda yaaddoo keessa seenaa jira. Kanaaf ammoo dhiheenyatti yaaddoowwan hedduun uumaman ragaa ta'u. PHP isa guddaa waan ta'eef malee gidduuma kana PHP waliin October 21 irraa eegalee yaaddoon nageenya Node.JS fi Python illee baayyee odeeffamaa jira.
Ergamaan du'aa yookaan grim reaper akka suuraa asiin gadi jiru irraa argitan PHP irraa eegalee balbala hunda rukutee hamma Rust tti galaafachaa jira. Egaan hammi kun reefuu AIn sadarkaa xinnoorra otuu jiruu kan ta'e dha. Bor yeroo kana caalaatti cimaa deemu maaltu ta'uu danda'a? Akkamiin to'atama? Addunyaan garamitti deemti isa jedhu walumaan kan ilaallu ta'a. Ammaaf daddafaatii PHP version keessan 8.5.12 tti guddifadhaa. | 1 |
| 4 | Bilbilli keessan Telegram irraa kan ka'e bakka (storage) dhabaa jiraa?
Telegram-ni suuraa fi viidiyoo isin appichaa keessatti argitan hunda bilbila keessan irratti kuufa (cache godha), kunis saffisaan bakka guddaa (space) fudhachuu danda'a.
Furmaata: Gara Telegram Settings > Data and Storage > Storage Usage deemaa.
Clear Cache: Kan kana tuquudhaan, Telegram gigabayitiiwwan haala barbaachisaa hin ta’een kuuse ni haqa; ergaawwan ykn suuraawwan keessan gurguddoon hin badani (irra deebi’anii buufachuu dandeessu).
Disable Auto-Download: Yaadannoo (memory) bilbila keessanii fi paakajii internetii keessan oolchuuf, "Automatic media download" cufaa; kunis Telegram viidiyoowwan ofumaan akka hin buufanne dhorkaa.
#TelegramTips #StorageHacks #AndroidTips #TechBasics
Yoo kun isin gargaaree , please like fi share godhaa 🙏
@Abbi_tech | 431 |
| 5 | 没有文字... | 725 |
| 6 | 没有文字... | 567 |
| 7 | 没有文字... | 7 |
| 8 | 没有文字... | 7 |
| 9 | 没有文字... | 439 |
| 10 | 没有文字... | 618 |
| 11 | Samsung moodeela haaraa Galaxy M36 5G beeksiseera, gurguraanis Adoolessa 12 eegala.
Bilisichi maal fa'a qabatee dhufe?
• Amaloota AI kanneen akka Circle to Search fi Gemini Live
• Iskiriinii 6.7-inch 120Hz AMOLED
• Kaameraa 50MP (OIS qabu)
• Baatrii 5,000mAh
Wanti nama gammachiisu, Samsung bilbila kanaaf fooyya'iinsa Android gurguddoo 6 fi eegumsa nageenyaa waggaa 6 akka kennu waadaa galeera.
Gatiin eeglumsaa INR 16,499 irraa jalqaba.
@Oro_Tech_Tipz | 6 |
| 12 | 没有文字... | 539 |
| 13 | 没有文字... | 1 |
| 14 | 没有文字... | 1 |
| 15 | Kaffaltii tajaajila mootummaa bakka heddutti daddaaquun hafeera jedhu!
EthSwitch kaffaltiiwwan mootummaa hunda sirna walsimaa tokko jalatti fiduuf wixinee waltajjii Unified Government Payment Platform (UGPP) jedhamu dhiheesseera.
Tajaajilichi yoo hojiirra oole:
• Appilikeeshinii moobaayilaa, ATM, USSD, dameewwan baankii fi bakka bu'oota (agents) fayyadamuun kaffaluun ni danda'ama.
• Kaffaltiin kunis lakkoofsa herrega baankii, QR code yookiin maqaa dhuunfaa (alias) gargaaramuun raawwatama.
Hubadhaa: Waltajjiin kun yaada fooramiin faayinaansii Itoophiyaa irratti dhihaate qofa malee ammaaf hojii hin eegalle. Kaayyoon isaas tajaajila mootummaa salphaatti argachuufi kaffaltii ciccitee jiru walitti fiduudha.
@Oro_Tech_Tipz | 1 |
| 16 | Dhaabbileen Mobile Money Itoophiyaa walitti dhufeenya kaffaltii qaxxaamura daangaa Afrikaa maraa (PAPSS) waliin uumuuf qophiirra jiru!
Tuni maaliif barbaachiste?
Daldaltoonni biyya keessaa kaffaltii maamiltoota biyyoota Afrikaa biraa irraa kallattiin Birrii Itoophiyaatiin akka fudhatan taasisa.
Haa ta'u malee, tajaajilli kun ammatti hojiirra hin oolle:
• Dhaabbileen tajaajila kana kennan duraan dursee Baankii Biyyooleessaa Itoophiyaa irraa heyyama argachuu qabu.
• Akka PAPSS jedhutti, kaffaltiin kun sekondii 120 keessatti kan xumuramu ta'a.
Hojiirra oolmaan isaa dhaabbilee hirmaataniifi adeemsa diriirsuu isaanii irratti hundaa'a.
@Oro_Tech_Tipz | 641 |
| 17 | Xiaomi 18 Fold akka filannoo iPhone Duo isa dacha'uutti dhiyaachaa jira.
Wanti inni qabatee dhufe:
• Ulfaatina salphaa 219g (iPhone Duo garuu 254g)
• Baatrii 6,000mAh
• Kaameraa guddaa 200MP fi telephoto 50MP
Hundumti tolaaree?
Miti! Yeroo ammaa Chaayinaa qofatti daangeffameera; akkasumas tajaajiloota Google of keessaa hin qabu. Waraqaa irratti baay'ee namatti tola, garuu biyya alaarraa fiduun nuffii dabalataa qabaachuu danda'a.
@Oro_Tech_Tipz | 348 |
| 18 | Barreeffamoota ChatGPT fi Codex fayyadamuun uumaman irratti mallattoon ijaan hin mul’anne (invisible watermark) dabalamaa jira. OpenAI tajaajila kana torbanoota dhufan keessa fayyadamtoota Yuuniyeenii Awurooppaa (EU) keessa jiraniif eegalsiisa.
Akkamitti hojjeta?
Sirnichi tooftaa filannoo jechootaa xiqqoo jijjiiruun kan hojjetu yoo ta'u, kanaanis meeshaan sakatta'aa (detector) barreeffamichi AIn barreeffamuu isaa salphaatti adda baasa.
• Yeroo jalqabaaf addunyaa maratti akkuma jirutti (default) hin hojjetu.
• Fayyadamtoonni API addunyaa guutuu jiran moodeelota filataman irratti fedhiidhaan (opt in) fayyadamuu danda'u.
OpenAI akka jedhutti, mallattoon kun eenyummaa nama barreessee hin saaxilu; akkasumas dhugummaa ykn abbummaa barreeffamichaa mirkaneessuuf tooftaa guutuu miti.
@Oro_Tech_Tipz | 457 |
| 19 | 没有文字... | 25 |
| 20 | 没有文字... | 400 |
