es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Oro Tech Tips

Oro Tech Tips

Ir al canal en Telegram

Chaanaalii kanarraa👇 ■Games ■APPS ■Programming ■Tech news ■Tech tips argattu! Buy ads: https://telega.io/c/Oro_Tech_Tipz 📥 @OroTechTipsBot

Mostrar más
El país no está especificadoTecnologías y Aplicaciones20 064
4 641
Suscriptores
-624 horas
-217 días
-11230 días

Cargando datos

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
oct '26
octubre '26
+39
en 3 canales
septiembre '26
+57
en 0 canales
Get PRO
agosto '26
+29
en 1 canales
Get PRO
julio '26
+31
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+45
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+41
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+38
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+27
en 1 canales
Get PRO
febrero '26
+33
en 1 canales
Get PRO
enero '26
+41
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+71
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+136
en 1 canales
Get PRO
octubre '25
+38
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+46
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+49
en 2 canales
Get PRO
julio '25
+155
en 0 canales
Get PRO
junio '25
+26
en 1 canales
Get PRO
mayo '25
+47
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+146
en 1 canales
Get PRO
marzo '25
+152
en 2 canales
Get PRO
febrero '25
+151
en 2 canales
Get PRO
enero '25
+144
en 2 canales
Get PRO
diciembre '24
+304
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+386
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+210
en 4 canales
Get PRO
septiembre '24
+98
en 2 canales
Get PRO
agosto '24
+144
en 2 canales
Get PRO
julio '24
+94
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+74
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+84
en 1 canales
Get PRO
abril '24
+82
en 8 canales
Get PRO
marzo '24
+285
en 3 canales
Get PRO
febrero '24
+571
en 0 canales
Get PRO
enero '24
+530
en 3 canales
Get PRO
diciembre '23
+568
en 4 canales
Get PRO
noviembre '23
+497
en 3 canales
Get PRO
octubre '23
+434
en 3 canales
Get PRO
septiembre '23
+165
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+168
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+192
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+166
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+186
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+137
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+121
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+119
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+262
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+93
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+83
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+76
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+93
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+200
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+156
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+149
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+346
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+351
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+771
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+58
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+195
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+249
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+186
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+488
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+266
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+520
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
27 octubre0
26 octubre+1
25 octubre+1
24 octubre+4
23 octubre+2
22 octubre0
21 octubre+2
20 octubre+1
19 octubre+2
18 octubre0
17 octubre0
16 octubre0
15 octubre0
14 octubre+2
13 octubre0
12 octubre+1
11 octubre0
10 octubre+8
09 octubre+3
08 octubre+1
07 octubre+1
06 octubre+3
05 octubre+1
04 octubre+3
03 octubre+1
02 octubre0
01 octubre+2
Publicaciones del Canal
PHP2Shell maali? Addunyaan gidduu kana yaaddoofi fiigicha akkamiirra jira? AIn dubbii qottee baasaa jirti. Gidduu kana qaawwaa yookaan vulnerability PHP irratti AIn argerraa kan ka'e yaaddoo guddaatu jira. Akkuma beekamu website addunyaa kanaa harki 70 ol PHP irratti kan bu'uureffaman dha. Custom code, yookaan Framework, yookaanimmoo CMS dhaan kan hojjetaman haa ta'aniyyuu malee ammatti qaawwaan argame jedhamaa jiru kun sadarkaa core PHP engine irraatii qaamota murteessoo lamaan memory management fi request processing irraa waan ta'eef yaaddoo guddaa seenaa interneetii isa guddaati jedhamaa jira. Rakkoo kanaaf PHP version 8.5.12 dura warri ture saaxilamoo fi PHP 7.4 dura warri ture ammoo security update waan hin qabneef gar malee saaxilamoo dha jedhameera. Kun ammoo dhugumatti yaaddeessaa dha. Sababnisaa akkuma beekamu dhaabbileen hedduunis ta'e host hedduun yeroo baayyee PHP version isaanii update hin godhan. Yeroo ammaa kanatti host miiliyoona 2.6 ta'antu PHP version patch hin godhamne fayyadamaa jira. Sababa kanaanis balaa dhufuuf maluuf akka malee saaxilamoo dha. Yaaddoon kun wanti inni fiduu danda'u, namootni haleellaa cyber geggeessuu barbaadan salphaatti password otuu hin barbaachisiniin serverii keenya akka seenan, odeeffannoo barbaadan akka hatan, akkasumas backdoor uummachuu isaan dandeessisa. Kanumaan wal qabatee dhaabbileen addunyaa kanaa hedduun PHP version isaanii update gochuufi rakkoo jiru qorachuutti busy ta'anii jiru. Sababnisaa akkuman dura kaase "wanti tokko hojjechaa jira taanaan hin tuqin😄" amala jedhamutu bakka hundaa guute waan ta'eef system turefaa akka inni nu jalaa hin jeeqneef jennee update gochuu dhiisnee taa'aa turree balaan akkasii yeroo uumamu ammoo system warra old sana update hojii dhaabsisuu danda'utti dirqamnee dabarsuufi rakkoo furmaata nageenyaa wajjin dhufu wajjin wal'aansoo wal qabuun hojii biraa dha.😃 PHPn language beekamaafi guddaa addunyaa kanaa sababa ta'eef CMS hedduun kanneen akka WordPress, Joomla, Drupal, Magento akkaumas Framework beekamoon kanneen akka Laravel, Symfony, CakePHP, Codeignitor fi kan kana fakkaatan hundi PHP irratti bu'uureeffaman. Sababa rakkoon amma dhufe core PHP engine waliin wal qabatuuf hundi kun saaxilamoo ta'u. Wanta nama ajaa'ibu AIn jabaachaa akkuma dhufeen wantoota dur namni barootaaf yaalee hin arganne AIn salphaatti waan argachuu danda'eef nageenyi saayibarii kana booda yaaddoo keessa seenaa jira. Kanaaf ammoo dhiheenyatti yaaddoowwan hedduun uumaman ragaa ta'u. PHP isa guddaa waan ta'eef malee gidduuma kana PHP waliin October 21 irraa eegalee yaaddoon nageenya Node.JS fi Python illee baayyee odeeffamaa jira. Ergamaan du'aa yookaan grim reaper akka suuraa asiin gadi jiru irraa argitan PHP irraa eegalee balbala hunda rukutee hamma Rust tti galaafachaa jira. Egaan hammi kun reefuu AIn sadarkaa xinnoorra otuu jiruu kan ta'e dha. Bor yeroo kana caalaatti cimaa deemu maaltu ta'uu danda'a? Akkamiin to'atama? Addunyaan garamitti deemti isa jedhu walumaan kan ilaallu ta'a. Ammaaf daddafaatii PHP version keessan 8.5.12 tti guddifadhaa.

2
Sin texto...
181
3

1
4
Bilbilli keessan Telegram irraa kan ka'e bakka (storage) dhabaa jiraa? Telegram-ni suuraa fi viidiyoo isin appichaa keessatti
Bilbilli keessan Telegram irraa kan ka'e bakka (storage) dhabaa jiraa? Telegram-ni suuraa fi viidiyoo isin appichaa keessatti argitan hunda bilbila keessan irratti kuufa (cache godha), kunis saffisaan bakka guddaa (space) fudhachuu danda'a. Furmaata: Gara Telegram Settings > Data and Storage > Storage Usage deemaa. Clear Cache: Kan kana tuquudhaan, Telegram gigabayitiiwwan haala barbaachisaa hin ta’een kuuse ni haqa; ergaawwan ykn suuraawwan keessan gurguddoon hin badani (irra deebi’anii buufachuu dandeessu). Disable Auto-Download: Yaadannoo (memory) bilbila keessanii fi paakajii internetii keessan oolchuuf, "Automatic media download" cufaa; kunis Telegram viidiyoowwan ofumaan akka hin buufanne dhorkaa. #TelegramTips #StorageHacks #AndroidTips #TechBasics Yoo kun isin gargaaree , please like fi share godhaa 🙏 @Abbi_tech
431
5
Sin texto...
725
6
Sin texto...
567
7
Sin texto...
7
8
Sin texto...
7
9
Sin texto...
439
10
Sin texto...
618
11
Samsung moodeela haaraa Galaxy M36 5G beeksiseera, gurguraanis Adoolessa 12 eegala. Bilisichi maal fa'a qabatee dhufe? • Amal
Samsung moodeela haaraa Galaxy M36 5G beeksiseera, gurguraanis Adoolessa 12 eegala. Bilisichi maal fa'a qabatee dhufe? • Amaloota AI kanneen akka Circle to Search fi Gemini Live • Iskiriinii 6.7-inch 120Hz AMOLED • Kaameraa 50MP (OIS qabu) • Baatrii 5,000mAh Wanti nama gammachiisu, Samsung bilbila kanaaf fooyya'iinsa Android gurguddoo 6 fi eegumsa nageenyaa waggaa 6 akka kennu waadaa galeera. Gatiin eeglumsaa INR 16,499 irraa jalqaba. @Oro_Tech_Tipz
6
12
Sin texto...
539
13
Sin texto...
1
14
Sin texto...
1
15
Kaffaltii tajaajila mootummaa bakka heddutti daddaaquun hafeera jedhu! EthSwitch kaffaltiiwwan mootummaa hunda sirna walsimaa
Kaffaltii tajaajila mootummaa bakka heddutti daddaaquun hafeera jedhu! EthSwitch kaffaltiiwwan mootummaa hunda sirna walsimaa tokko jalatti fiduuf wixinee waltajjii Unified Government Payment Platform (UGPP) jedhamu dhiheesseera. Tajaajilichi yoo hojiirra oole: • Appilikeeshinii moobaayilaa, ATM, USSD, dameewwan baankii fi bakka bu'oota (agents) fayyadamuun kaffaluun ni danda'ama. • Kaffaltiin kunis lakkoofsa herrega baankii, QR code yookiin maqaa dhuunfaa (alias) gargaaramuun raawwatama. Hubadhaa: Waltajjiin kun yaada fooramiin faayinaansii Itoophiyaa irratti dhihaate qofa malee ammaaf hojii hin eegalle. Kaayyoon isaas tajaajila mootummaa salphaatti argachuufi kaffaltii ciccitee jiru walitti fiduudha. @Oro_Tech_Tipz
1
16
Dhaabbileen Mobile Money Itoophiyaa walitti dhufeenya kaffaltii qaxxaamura daangaa Afrikaa maraa (PAPSS) waliin uumuuf qophii+1
Dhaabbileen Mobile Money Itoophiyaa walitti dhufeenya kaffaltii qaxxaamura daangaa Afrikaa maraa (PAPSS) waliin uumuuf qophiirra jiru! Tuni maaliif barbaachiste? Daldaltoonni biyya keessaa kaffaltii maamiltoota biyyoota Afrikaa biraa irraa kallattiin Birrii Itoophiyaatiin akka fudhatan taasisa. Haa ta'u malee, tajaajilli kun ammatti hojiirra hin oolle: • Dhaabbileen tajaajila kana kennan duraan dursee Baankii Biyyooleessaa Itoophiyaa irraa heyyama argachuu qabu. • Akka PAPSS jedhutti, kaffaltiin kun sekondii 120 keessatti kan xumuramu ta'a. Hojiirra oolmaan isaa dhaabbilee hirmaataniifi adeemsa diriirsuu isaanii irratti hundaa'a. @Oro_Tech_Tipz
641
17
Xiaomi 18 Fold akka filannoo iPhone Duo isa dacha'uutti dhiyaachaa jira. Wanti inni qabatee dhufe: • Ulfaatina salphaa 219g (+1
Xiaomi 18 Fold akka filannoo iPhone Duo isa dacha'uutti dhiyaachaa jira. Wanti inni qabatee dhufe: • Ulfaatina salphaa 219g (iPhone Duo garuu 254g) • Baatrii 6,000mAh • Kaameraa guddaa 200MP fi telephoto 50MP Hundumti tolaaree? Miti! Yeroo ammaa Chaayinaa qofatti daangeffameera; akkasumas tajaajiloota Google of keessaa hin qabu. Waraqaa irratti baay'ee namatti tola, garuu biyya alaarraa fiduun nuffii dabalataa qabaachuu danda'a. @Oro_Tech_Tipz
348
18
Barreeffamoota ChatGPT fi Codex fayyadamuun uumaman irratti mallattoon ijaan hin mul’anne (invisible watermark) dabalamaa jira. OpenAI tajaajila kana torbanoota dhufan keessa fayyadamtoota Yuuniyeenii Awurooppaa (EU) keessa jiraniif eegalsiisa. Akkamitti hojjeta? Sirnichi tooftaa filannoo jechootaa xiqqoo jijjiiruun kan hojjetu yoo ta'u, kanaanis meeshaan sakatta'aa (detector) barreeffamichi AIn barreeffamuu isaa salphaatti adda baasa. • Yeroo jalqabaaf addunyaa maratti akkuma jirutti (default) hin hojjetu. • Fayyadamtoonni API addunyaa guutuu jiran moodeelota filataman irratti fedhiidhaan (opt in) fayyadamuu danda'u. OpenAI akka jedhutti, mallattoon kun eenyummaa nama barreessee hin saaxilu; akkasumas dhugummaa ykn abbummaa barreeffamichaa mirkaneessuuf tooftaa guutuu miti. @Oro_Tech_Tipz
457
19
Sin texto...
25
20
Sin texto...
400