Chercher
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 Chercher 的分析概览
频道 Chercher (@chirosec) 英语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 468 名订阅者,在 教育 类别中位列第 14 856,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 550 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 468 名订阅者。
根据 10 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 202,过去 24 小时变化为 5,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 34.69%。内容发布后 24 小时内通常能获得 15.78% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 4 667 次浏览,首日通常累积 2 123 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 27。
- 主题关注点: 内容集中在 barumsaa, barattoota, akka, kutaa, ta'uu 等核心主题上。
📝 描述与内容策略
尚未提供频道描述。
凭借高频更新(最新数据采集于 11 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
13 468
订阅者
+524 小时
+167 天
+20230 天
帖子存档
13 479
Repost from N/a
Beeksisa
=============
Barattoota Bara 2018 Qabxii Seensa Yuunivsrsiitii argattan hundaaf
________
Guyyaa boruu (05/13/2018) ganama sa'a 2:00 duratti mooraa Poolii Teekinikaa Carcaritti akka argamtan isin beeksifna
Nagaa Wajjin
13 479
Beeksisa
=============
Barattoota Bara 2018 Qabxii Seensa Yuunivsrsiitii hin milkaa'iin hundaaf
____
Guyyaa boruu (05/13/2018) ganama sa'a 2:00 duratti mooraa Poolii Teekinikaa Carcaritti akka argamtan isin beeksifna
Nagaa Wajjin
13 479
Repost from ABDII SABAA
Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e
Ministeerri Barnootaa beeksisa haaraa baaseen, barattoota bara 2018 qormaata biyyoolessaa xumura sadarkaa lammaffaa fudhachuun sagantaa idileetiin qabxii darbiinsaa dhaabbilee barnoota olaanoo galmeessistan hundaaf filannoon yuunivarsiitii fi gosa barnootaa eegaluu isaa ifoomseera.
Haaluma kanaan, barattoonni guyyaa har'aa, Hagayya 28 irraa eegalee hanga Qaammee 5, bara 2018tti gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisiin, bakka jirtanitti ofuma keessanii karaa toora interneetii filannoo keessan akka guuttattan Ministeerichi himeera.
Raawwii filannoo kanaafis barattoonni marsariitii (Link) 'https://student.ethernet.edu.et/' jedhu fayyadamuun haala salphaan sirreessuu ni danda'u.
Gama biraatiin, barattoota dhukkubsatanii ragaa wal'aansaa qaban, qaama miidhamtoota, lakkuuwwan saala walfakkaataa qabanii fi haadholii daa'ima ji'a ja'aa gadii hoosisan ilaalchisee deeggarsi addaa kan taasifamuuf yoo ta'u, ulaagaa kanaaf kanneen madaalaman ragaa fayyaa ykn dhugoomsaa seera qabeessa ta'e of harkaa qaban marsariiticha irratti walqabsiisuun akka isaan irraa eegamu hubachiifameera.
Yeroon kenname murtaa'aa fi gabaabaa waan ta'eef, barattoonni hundi carraa kanatti fayyadamuun osoo guyyaan isin jalaa hin darbiin xiyyeeffannoon filannoo keessan akka xumurattan dhaamameera.
Hawaasnis ta'e maatiin ragaa kana hiriyoota fi barattoota naannoo keessan jiran waliin qooduun barattoonni haala mijaawaan gara dhaabbilee barnoota olaanoo akka makaman gahee keessan bahaa.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
MIIDIYAA @ABDII_SABAA
13 479
Repost from Ministry of Education Ethiopia
ማስታወቂያ
የ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በመደበኛው የትምህርት መርሃ ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡-
Ø የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት እና የትምህርት መስክ ምርጫችሁን ከነሐሴ 28 ቀን 2018 ዓ.ም እስከ ጳጉሜ 5 ቀን 2018 ዓ.ም ድረስ ከታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) በመጠቀም ምርጫችሁን ት/ቤት መሄድ ሳይጠበቅባችሁ ባላችሁበት ቦታ እራሳችሁ በመሙላት እንድታሳውቁ እንገልጻለን።
Ø ማስፈንጠሪያ (Link) https://student.ethernet.edu.et/
ማሳሰቢያ፡-
v የህክምና፣ የአካል ጉዳተኝነት፣ ተመሳሳይ ጾታ ያላቸው መንትያዎች እና ከ6 ወር በታች ህፃን የሚያጠቡ እናቶች አስፈላጊውን ሕጋዊ ማስረጃ ማያያዝ ይኖርባችኋል።
የትምህርት ሚኒስቴር
13 479
Barattoota sababa adda addaan bara darbee addaan murtan galmeen guyyaa boru qofa ta'uu beektanii yemmoo galmaa'uuf dhuftan kitaaba fudhatan deebisuun dirqama dha.
13 479
Beeksiisa
Barattoota bara 2018 mana barumsaa keenyatti barachaa turtanii fi hanga ammaa hin galmoofnee ramadii daree gaggeesuu waan barbaaneef guyyaa boru booda adabiidhaan kan galmooftanii fi bakka keessan barattoota iddoo biraa irraa dhufan kan simanuu ta'uu cimsinee isin beeksifna
13 479
Repost from Goro secondary school adama
Baratootni qormaata CBT dhaan qoramaan keessaa dogoggorri qabxii baratootaa tokko tokko irratti waan mul’ateef keessattu baratootniqabxii isaanii irratti shakkii qaban gosa barnoota Baayooloojii, Keemistriifi Fiiziiksii akka yeroon ol-iyyannoo(“complain”) (Hanga Hagayya 27,2018 hanga sa’a 11:30) osoo hin xumuramin dhuunfaadhaan akka iyyatan jajjabeessa.
በCBT የዩኒቨርስቲ መግቢያ ፈተና ወስዳችሁ በተለይ Bio,Chem, Phy ቅሬታ ቀን ሳያልፍ በግል online ላይ እስከ 27/12/2018 ብቻ እንድታመለክቱ ይሁን።
13 479
Barattoonnii maqaan keessan armaan olitti baraa'ee guyyaan qormaataa guyyaa Robii ta'uu beektanii qophii akka gootanii fi guyyaa boru mana barumsaa akka dhuftan
13 479
Beeksiisaa
Guyyaa 25/12/2018
Barattoota Sababa adda addaan addaan murtan ragaa/ sababa addaan itti murtan qabachuun gaafa guyyaa 29/12/2019 qofa kan galmeesinu ta'uu cimsinee isin beeksiisaa, barataa guyyaa kana dhufee hin galmofnee kan hin keessumeesinee ta'uu isin hubachifna.
13 479
#Breaking_News
Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!!
Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka ta’e ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5%-49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan.
