ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Chercher

Chercher

الذهاب إلى القناة على Telegram

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Chercher

تُعد قناة Chercher (@chirosec) في القطاع اللغوي الإنكليزية لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 13 826 مشتركاً، محتلاً المرتبة 14 349 في فئة التعليم والمرتبة 2 497 في منطقة إثيوبيا.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 13 826 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 27 نوفمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار -55، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 0، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 27.39‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 10.35‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 3 787 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 1 431 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 20.
  • الاهتمامات الموضوعية: يركز المحتوى على مواضيع رئيسية مثل barumsaa, barattoota, akka, kutaa, ta'uu.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

وصف القناة غير متوفر.

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 28 نوفمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

13 826
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+77 أيام
-5530 أيام
أرشيف المشاركات
Chercher
13 826
Manneen Barnootaa Kutaa 12ffaa qabdan hundaaf: Qormaanni kutaa 12ffaa semisteera 1ffaa(Final Exam) bara 2019 kan qophaa'u sadarkaa BBOtti yoo ta'u kan qophaa'uus 60% kutaa 11ffaa irraa, 40% kutaa 12ffaa semisteera 1ffaa irraa ta'uu isaa barattoonnis haaluma kanaan qophii taasisuu akka qaban  akka hubachiiftaan isin beeksifna. ለ12ኛ ክፍል ትምህርት የሚሰጡ ትምህርት ቤቶች በሙሉ፦ የ2019 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል የመጀመሪያ ሴሚስተር የመጨረሻ ፈተና (Final Exam) በክልል ትምህርት ቢሮ (BBO) ደረጃ የሚዘጋጅ ሲሆን፣ ፈተናውም 60% ከ11ኛ ክፍል እንዲሁም 40% ከ12ኛ ክፍል የመጀመሪያ ሴሚስተር ትምህርት ይዘት የሚወስድ መሆኑን ለተማሪዎች እንድታሳውቁና ተማሪዎችም በዚሁ መሠረት ዝግጅት እንዲያደርጉ እንድታስገነዝቡ እናሳውቃለን።
26 نوفمبر, 01:33

Chercher
13 826
For Grade 12 Students! 30 Grade 12 English Test-1 Questions with Answers (PDF) By Million Abebe Attention Please! ====== ✪ This test is prepared for Grade 12 Students (A, B & I) but given separately! ✪ 30 Questions: 10 different questions for each section. ✪ The test focuses on the next 5 areas: 1. Comparison 2. Adverbial Clauses 3. Gerund and Infinitive 4. Regret/Wish 5. Letter Writing ✪ Do them on a piece of paper and check your performance cross-checking your answer with the given key answers.
25 نوفمبر, 12:04

Chercher
13 826
Urgent Notice to All Grade 12 Students All Grade 12 students are hereby informed that the school registration form (school list) must be completed by 18/03/2019. Therefore, you are required to come to school with the following documents: Grade 8 certificate. Semester report cards for Grades 9 to 11. National ID (FAN). Additionally, students who took the examination in 2018 are informed that their documents have arrived. Therefore, please come to school immediately to collect your documents.
25 نوفمبر, 07:23

Chercher
13 826
Urgent Notice to All Grade 12 Students All Grade 12 students are hereby informed that the school registration form (school list) must be completed by 18/03/2019. Therefore, you are required to come to school with the following documents: Grade 8 certificate. Semester report cards for Grades 9 to 11. National ID (FAN). Additionally, students who took the examination in 2018 are informed that their documents have arrived. Therefore, please come to school immediately to collect your documents. Please take this notice seriously and fulfill the requirements on time. If you want, I can also prepare this as a formal school announcement/poster in English.
25 نوفمبر, 07:22
25 نوفمبر, ~07:22

Chercher
13 826
IBSA GADDAA Mana Barumsaa Carcar Sadarkaa 2ffaa keessatti barattuu Kutaa 9ffaa R kan taate Sumayaa Mohammed Abrahim du'aan boqochuu isheetiin gadda guddaa nutti dhaga'ame ibsina. Boqonnaan ishee, maatii ishee, firoottan, hiriyoota ishee, barsiisota, barattoota, akkasumas hawaasa mana barumsaa keenya hundaaf gadda guddaa ta'eera. Mana barumsaa keenya keessatti barattuu keenya tokko dhabuu keenya baay'ee nu gaddisiisa. Gadda ulfaataa kana keessatti maatii fi namoota ishee jaallatan waliin gadda. Mana Barumsaa Carcar Sadarkaa 2ffaa irraa maatii ishee, firoottan, hiriyoota fi namoota ishee jaallatan hundaaf jajjabina, obsa fi humna gadda kana dandamachuuf hawwina. Mana Barumsaa Carcar Sadarkaa 2ffaa irraa   CONDOLENCE MESSAGE Chercher Secondary School expresses its deepest sorrow over the passing of Sumayaa Mohammed Abrahim, a Grade 9 R student of our school. Her passing is a great loss to her family, relatives, friends, teachers, students, and the entire school community. We are deeply saddened by the loss of one of our students. During this difficult time, we share our heartfelt sympathy and grief with her family and all those who knew and loved her. On behalf of Chercher Secondary School, we extend our sincere condolences to her family, relatives, friends, and loved ones. May they find strength, comfort, patience, and courage to overcome this painful loss. May her soul rest in peace.
25 نوفمبر, 04:52

Chercher
13 826
Grade 12 Geography Worksheet 2019.docx1.68 MB
25 نوفمبر, 03:25

Chercher
13 826
2019 WORKSHEE GEO 12.docx0.73 KB
25 نوفمبر, 02:54
25 نوفمبر, ~03:25

Chercher
13 826
Chemistry Worksheet G-11 2019.docx0.52 KB
25 نوفمبر, 02:49

Chercher
13 826
Unit 2 Microbiology Practice Questions For Grade 12 (2).pdf8.36 KB
24 نوفمبر, 12:06

Chercher
13 826
Unit_1_Application_of_biology_Final_Version_For_Printing_in_the.pdf1.31 MB
24 نوفمبر, 12:05

Chercher
13 826
Unit 2 Microbiology Practice Questions For Grade 12 (2).pdf8.36 KB
24 نوفمبر, 12:03

Chercher
13 826
A complet Feedback for Model 1 Mathematics NASSS 2019 G_12.pdf3.65 KB
24 نوفمبر, 12:02

Chercher
13 826
Beeksisa Ariifachiisaa Barattoota kutaa 12ffaa Hundaaf ==================== Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti barattootni kutaa 12ffaa hundi keessan foormiin (school Listiin) Guutamu hanga guyyaa 18/03/2019 waan ta'eef waantota armaan gadii qabattanii dhuftanii akka guuttan isin beeksifna 1. Kaardii kutaa 8ffaa 2. Qabxii kutas 9 _11ffaa Semisteeraan 3. Nation ID (FAN) qabattanii akka dhuftan isin beeksifna Dabalataan barattootni bara 2018 qormaata fudhattan document keessan waan dhufeef hatattamaan dhuftanii akka fudhattan isin beeksifna
24 نوفمبر, 11:57

Chercher
13 826
Beeksiisa Barattoota mana barumsaa keenya hundaaf Akkuma beekamu, Oraafanaa xiqeesuuf hojii bal'aan hojjatamaa jira. Haata'uu malee barattoonni tokko tokko amma illee of hin sirreeffanne kanaafuu maatii beeksisna jira kana booda barattoota maqaan waamamee hin jiree koreef dhiheessuun kan gaggeeffaman ta'u cimsinee isin beeksifna. Kanaafuu Sa'aan seensaa Ganama 1:40 Sa'aa booda 6:30 Daree keessa argamuun barbaachisaa dha.
23 نوفمبر, 07:42

Chercher
13 826
Grade_11_Biology_Unit_1_100_MCQs (1).pdf0.75 KB
23 نوفمبر, 07:15

Chercher
13 826
For Grade 12 'Yes Special Tutorial' Students: Weekend (English and Aptitude/SAT) Explanations for G-12 Entrance Aptitude/SAT
+3
For Grade 12 'Yes Special Tutorial' Students: Weekend (English and Aptitude/SAT) Explanations for G-12 Entrance Aptitude/SAT Questions Logical and Analytical Reasoning Questions with: ☆ Exam Techniques ☆ Entrance Questions ☆ Answers for Entrance For Explanations Part-2, click the next link: https://t.me/c/3753539655/387/417 For Explanations Part-2, click the next link: https://t.me/c/3753539655/387/388
20 نوفمبر, 12:54

Chercher
13 826
For Grade 12 Yes Tutorial Students! ======== 👉Sagantaan booru Ganama! 👉የነገው ፕሮግራም ጠዋት ነው! Barattoota kutaa 12 barnoota titooriiyaalii Sanbataa fi Dilbata barachuuf galmooftanii fi galmaawuu barbaaddan, sagantaan keenya guyyaa Sanbataa/booru (12/3/2019EC) ganama sa'aatii 3:00-50:00 ta'uu isaa kabajaan isin beeksisa! ቅዳሜ ና እሁድ ቲቶሪያል ለመማር የተመዘገባችሁ ና አዲስ መመዝገብ የምትፈልጉ የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች የነገው (12/3/2019EC) ፕሮግራም ጠዋት ነው! 3:00-50:00 ይጀምራል! Place (Chiro): ■ Chercher Secondary School: ■ On Grades 11&12 Building ============= Phone: 0910891887/0935276111 Telegram: "Yes Smart Education" (English and Aptitude/SAT with Million Abebe)
20 نوفمبر, 09:55

Chercher
13 826
ENGLISH PRACTICE QUESTIONS (2019 E.C).doc0.83 KB
20 نوفمبر, 03:25

Chercher
13 826
Beeksiisa Barattoota keenya hundaaf Qormaanii Midii guyyaa 21-25 /03/2019 waan kennamuuf qophii gahaa akka gootan cimsinee isin hubachifna.
19 نوفمبر, 10:47

Chercher
13 826
ASSIGNMENT FOR GRADE 10 IN 2019E.C.docx0.17 KB
19 نوفمبر, 05:56