fa
Feedback
Chercher

Chercher

رفتن به کانال در Telegram

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام Chercher

کانال Chercher (@chirosec) در بخش زبانی انگلیسی بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 13 468 مشترک است و جایگاه 14 856 را در دسته آموزش و رتبه 2 550 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 13 468 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 10 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 202 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 5 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 34.69% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 15.78% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 4 667 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 2 123 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 27 است.
  • علایق موضوعی: محتوا بر موضوعات کلیدی مانند barumsaa, barattoota, akka, kutaa, ta'uu تمرکز دارد.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

توضیحی برای کانال ارائه نشده است.

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 11 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

13 468
مشترکین
+524 ساعت
+167 روز
+20230 روز
آرشیو پست ها
Chercher
13 468
photo content

Chercher
13 468
Repost from N/a
Beeksisa ============= Barattoota Bara 2018 Qabxii Seensa Yuunivsrsiitii argattan hundaaf ________ Guyyaa boruu (05/13/2018) ganama sa'a 2:00 duratti mooraa Poolii Teekinikaa Carcaritti akka argamtan isin beeksifna Nagaa Wajjin

Chercher
13 468
Beeksisa ============= Barattoota Bara 2018 Qabxii Seensa Yuunivsrsiitii hin milkaa'iin hundaaf ____ Guyyaa boruu (05/13/2018) ganama sa'a 2:00 duratti mooraa Poolii Teekinikaa Carcaritti akka argamtan isin beeksifna                                Nagaa Wajjin

Chercher
13 468
Repost from ABDII SABAA
Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e Ministeerri Barnootaa
Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e Ministeerri Barnootaa beeksisa haaraa baaseen, barattoota bara 2018 qormaata biyyoolessaa xumura sadarkaa lammaffaa fudhachuun sagantaa idileetiin qabxii darbiinsaa dhaabbilee barnoota olaanoo galmeessistan hundaaf filannoon yuunivarsiitii fi gosa barnootaa eegaluu isaa ifoomseera. Haaluma kanaan, barattoonni guyyaa har'aa, Hagayya 28 irraa eegalee hanga Qaammee 5, bara 2018tti gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisiin, bakka jirtanitti ofuma keessanii karaa toora interneetii filannoo keessan akka guuttattan Ministeerichi himeera. Raawwii filannoo kanaafis barattoonni marsariitii (Link) 'https://student.ethernet.edu.et/' jedhu fayyadamuun haala salphaan sirreessuu ni danda'u. Gama biraatiin, barattoota dhukkubsatanii ragaa wal'aansaa qaban, qaama miidhamtoota, lakkuuwwan saala walfakkaataa qabanii fi haadholii daa'ima ji'a ja'aa gadii hoosisan ilaalchisee deeggarsi addaa kan taasifamuuf yoo ta'u, ulaagaa kanaaf kanneen madaalaman ragaa fayyaa ykn dhugoomsaa seera qabeessa ta'e of harkaa qaban marsariiticha irratti walqabsiisuun akka isaan irraa eegamu hubachiifameera. Yeroon kenname murtaa'aa fi gabaabaa waan ta'eef, barattoonni hundi carraa kanatti fayyadamuun osoo guyyaan isin jalaa hin darbiin xiyyeeffannoon filannoo keessan akka xumurattan dhaamameera. Hawaasnis ta'e maatiin ragaa kana hiriyoota fi barattoota naannoo keessan jiran waliin qooduun barattoonni haala mijaawaan gara dhaabbilee barnoota olaanoo akka makaman gahee keessan bahaa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA

Chercher
13 468
ማስታወቂያ የ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና  ወስዳችሁ በመደበኛው የትምህርት መርሃ ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡-   Ø የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት እና የትምህርት መስክ ምርጫችሁን ከነሐሴ 28 ቀን 2018 ዓ.ም እስከ ጳጉሜ 5 ቀን 2018 ዓ.ም ድረስ ከታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) በመጠቀም ምርጫችሁን ት/ቤት መሄድ ሳይጠበቅባችሁ ባላችሁበት ቦታ እራሳችሁ በመሙላት እንድታሳውቁ እንገልጻለን። Ø  ማስፈንጠሪያ (Link)  https://student.ethernet.edu.et/ ማሳሰቢያ፡- v የህክምና፣ የአካል ጉዳተኝነት፣ ተመሳሳይ ጾታ ያላቸው መንትያዎች እና ከ6 ወር በታች ህፃን የሚያጠቡ እናቶች አስፈላጊውን ሕጋዊ ማስረጃ ማያያዝ ይኖርባችኋል።   የትምህርት ሚኒስቴር

Chercher
13 468
Barattoota sababa adda addaan bara darbee addaan murtan galmeen guyyaa boru qofa ta'uu beektanii yemmoo galmaa'uuf dhuftan kitaaba fudhatan deebisuun dirqama dha.

Chercher
13 468
Beeksiisa Barattoota bara 2018 mana barumsaa keenyatti barachaa turtanii fi hanga ammaa hin galmoofnee ramadii daree gaggeesuu waan barbaaneef guyyaa boru booda adabiidhaan kan galmooftanii fi bakka keessan barattoota iddoo biraa irraa dhufan kan simanuu ta'uu cimsinee isin beeksifna

Chercher
13 468
Barattoota shamaran qormaannii hara waan ta'eef akka qoramtan

Chercher
13 468
Baratootni qormaata CBT dhaan qoramaan keessaa dogoggorri qabxii baratootaa tokko tokko irratti waan mul’ateef keessattu baratootniqabxii isaanii irratti shakkii qaban gosa barnoota Baayooloojii, Keemistriifi Fiiziiksii akka yeroon ol-iyyannoo(“complain”) (Hanga Hagayya 27,2018 hanga sa’a 11:30) osoo hin xumuramin dhuunfaadhaan akka iyyatan jajjabeessa. በCBT የዩኒቨርስቲ መግቢያ ፈተና ወስዳችሁ በተለይ Bio,Chem, Phy ቅሬታ ቀን ሳያልፍ በግል online ላይ እስከ 27/12/2018 ብቻ እንድታመለክቱ ይሁን።

Chercher
13 468
Barattoonnii maqaan keessan armaan olitti baraa'ee guyyaan qormaataa guyyaa Robii ta'uu beektanii qophii akka gootanii fi guy
Barattoonnii maqaan keessan armaan olitti baraa'ee guyyaan qormaataa guyyaa Robii ta'uu beektanii qophii akka gootanii fi guyyaa boru mana barumsaa akka dhuftan

Chercher
13 468
AnimatedSticker.tgs0.11 KB

Chercher
13 468
Beeksiisaa Guyyaa 25/12/2018 Barattoota Sababa adda addaan addaan murtan ragaa/ sababa addaan itti murtan qabachuun gaafa guyyaa 29/12/2019 qofa kan galmeesinu ta'uu cimsinee isin beeksiisaa, barataa guyyaa kana dhufee hin galmofnee kan hin keessumeesinee ta'uu isin hubachifna.

Chercher
13 468
photo content

Chercher
13 468
#Breaking_News Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!! Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka ta’e ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5%-49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan.

Chercher
13 468
Barattoonnii Dubaraa NS boru ganama mana barumsaa isin barbaana
Barattoonnii Dubaraa NS boru ganama mana barumsaa isin barbaana

Chercher
13 468
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa fudhatanii Milkaa'an.pdf1.92 KB

Chercher
13 468
photo content