ch
Feedback
Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

Dire Dawa University Muslim Students jeme'a

前往频道在 Telegram

Official page of Dire Dawa University Muslim Students jeme'a. | Contact: @DDUMSJ To Support DDUMSJ: 👇 Account Holder: DD UNIVERSITY MUSLIM STUDENTS JEMA CBE 1000680360848 | COOP 1051700178983

显示更多
3 646
订阅者
-124 小时
-107
+730
帖子存档
💫 Sababoota Cinqii fi Gaddaa Imaamii Ibnu Al-Qayyim (رَحِمَهُ الله) akkana jedhu: "Cinqii, dhiphinaa fi gaddi nama mudatu he
💫 Sababoota Cinqii fi Gaddaa Imaamii Ibnu Al-Qayyim (رَحِمَهُ الله) akkana jedhu:
"Cinqii, dhiphinaa fi gaddi nama mudatu hedduun isaanii sababoota lama irraa maddu:- ✨ Addunyaa baay'ee jaallachuu fi irratti hawwii guddaa qabaachuu. ✨ Hojii gaggaarii fi ibaadaa keessatti laafuu."
📚 Uddatus-Saabiriin, fuula 256 🌷 Qalbii keenya yoo addunyaaf qofa kennine, cinqiin nu dhaala. 🌷 Yoo Rabbii keenyaaf ajajamuu fi hojii gaggaarii keessatti hanqanne, gaddii fi dhiphinni qalbii keenya keessatti iddoo qabaatu. 🤲Barnoota ijoo irraa fudhachuu qabnu keessaa:- ▪️ Addunyaa qalbii keessaa hir'isuu. ▪️ Gara Rabbii dhiyaachuu. ▪️ Hojii gaggaarii baay'isuu. ▪️ Zikrii fi Qur'aana irraa hin fagaatin. @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

​ 💫የጭንቀትና የሃዘን መንስኤዎች ​ኢማም ኢብኑል ቀይም (ረሒመሁላህ) እንዲህ ብለዋል፦ ​ጭንቀቶች፣ ውጥረቶች እና ሃዘኖች የሚመጡት ከሁለት አቅጣጫዎች ብቻ ነው፦ ✨​አንደኛው፦ ዱንያን መውደድ እና
​ 💫የጭንቀትና የሃዘን መንስኤዎች ​ኢማም ኢብኑል ቀይም (ረሒመሁላህ) እንዲህ ብለዋል፦
​ጭንቀቶች፣ ውጥረቶች እና ሃዘኖች የሚመጡት ከሁለት አቅጣጫዎች ብቻ ነው፦ ✨​አንደኛው፦ ዱንያን መውደድ እና በእሷ ላይ ስግብግብ መሆን። ✨​ሁለተኛው ፦   በበጎ ስራዎችና በኢባዳ ላይ ጉድለት ማሳየት። 
​📓(ዑደቱ አስ-ሷቢሪን፣ 256) የምንወስዳቸው  ቁምነገሮች፦ ❇️  ልባችንን ለቁሳቁስና ለምድር ህይወት ብቻ ስናስገዛ ጭንቀትና መከፋት ይወርሰናል። ❇️ አላህን በመታዘዝ እና በጎ ስራ በመስራት ላይ ስንሰንፍ፣ በምትኩ በልባችን ውስጥ ሃዘንና ውጥረት ይነግሳል። ❇️ ከጭንቀት ለመገላገል ትልቁ መፍትሄ ዱንያን ከልብ ማስወጣት እና ወደ አላህ በመቃረብ መልካም ስራዎችን ማብዛት ነው። @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

🌲Haqa Haadhaa fi Abbaa🌲 Islaamummaa Keessatti:- Islaamni haadhaa fi abbaaf kabaja guddaa kenneera. Rabbiin olta'aan ibaadaa Isaaf godhamu booda haadha fi abbaa kabajuu fi tola ooluu akka dirqama ta'e Qur'aana keessatti ibseera. Ergamaan Rabbii ﷺ immoo haadha fi abbaatti gaarummaa gochuun hojii Rabbii biratti jaallatamaa ta'e keessaa tokko akka ta'e barsiisa. 👉Rabbiin olta'aan akkana jedha: ﴿وَقَضَىٰ رَبُّكَ أَلَّا تَعْبُدُوا إِلَّا إِيَّاهُ وَبِالْوَالِدَيْنِ إِحْسَانًا﴾ "Gooftaan kee Isa malee akka hin gabbarre, haadha fi abbaattis gaarummaa akka gootan murteesseera." (Suurat Al-Israa' 17:23) Aayanni kun haqa haadhaa fi abbaa ulfina guddaa qabu agarsiisa; sababni isaas, Rabbiin tokkicha gabbaruu booda battaluma sanatti haadha fi abbaatti tola ooluun ibsameera. 💫Dabalataanis Rabbiin olta'aan ni jedha: ﴿فَلَا تَقُلْ لَهُمَا أُفٍّ وَلَا تَنْهَرْهُمَا وَقُلْ لَهُمَا قَوْلًا كَرِيمًا﴾ "Isaaniin 'uff' illee hin jedhin; hin arrabsin; jecha kabajaa fi gaarii isaanitti dubbadhu." (Suurat Al-Israa' 17:23) Kunis ijoolleen isaanii jecha badaa irraa of qusachuun, kabajaa fi laafinaan haasofsiisuu akka qaban nu barsiisa 🌟Rabbiin olta'aan ni jedha: ﴿وَاخْفِضْ لَهُمَا جَنَاحَ الذُّلِّ مِنَ الرَّحْمَةِ وَقُلْ رَبِّ ارْحَمْهُمَا كَمَا رَبَّيَانِي صَغِيرًا﴾ "Rahmata irraa kan ka'e gad of qabiif; akkasumaas, 'Yaa Rabbii kiyya! Akkuma yeroo ani xiqqaa turetti na guddifatan, isaanii rahmati jedhi." (Suurat Al-Israa' 17:24) Kanaaf Musliimni yeroo hundumaa haadha fi abbaa isaatiif araarama fi rahmata Rabbii akka kadhatu ajajameera. Abdullaah ibn Mas'uud (Radiyallahu Anhu) akkana jedhan: "Ergamaa Rabbii ﷺ, hojii kamtu Rabbii biratti irra caalaa jaallatama?" jedheen gaafadhe. Innis: «الصَّلَاةُ عَلَى وَقْتِهَا، ثُمَّ بِرُّ الْوَالِدَيْنِ، ثُمَّ الْجِهَادُ فِي سَبِيلِ اللهِ» "Salaata yeroo isheetti salaatuu, itti aansuun haadha fi abbaatti tola ooluu, itti aansuun karaa Rabbii keessatti qabsaa'uu dha." (Sahiih Al-Bukhaarii fi Muslim) Hadiisni kun haadha fi abbaatti gaarummaa gochuun hojii gurguddoo keessaa tokko akka ta'e agarsiisa. Namni tokko Ergamaa Rabbii ﷺ gaafate: "Namoota keessaa eenyutu hariiroo koo gaarii irra caalaa qaba?" Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan: «أُمُّكَ، ثُمَّ أُمُّكَ، ثُمَّ أُمُّكَ، ثُمَّ أَبُوكَ» "Haadha kee; ammas haadha kee; ammas haadha kee; sana booda abbaa kee." (Sahiih Al-Bukhaarii fi Muslim) Hadiisni kun haati ulfa, dhaluu fi guddisuu keessatti rakkina hedduu waan dabarsituuf kabaja addaa akka qabdu ibsa. Ergamaan Rabbii ﷺ ni jedhan: «رِضَا الرَّبِّ فِي رِضَا الْوَالِدِ، وَسَخَطُ الرَّبِّ فِي سَخَطِ الْوَالِدِ» "Jaalala Rabbii keessatti jaalalli haadhaa fi abbaa jira; dheekkamsa Rabbii keessatti dheekkamsi haadhaa fi abbaa jira." (Tirmizii) Kanaaf haadha fi abbaa dallansiisuu irraa of eegu qabna. 👉Qabxiilee Ijoo ✅Rabbii tokkicha gabbaruun booda haadha fi abbaatti tola ooluun dirqama guddaa dha. ✅Jecha gaarii fi kabajaan isaan waliin dubbachuun barbaachisaa dha. ✅ Isaan arrabsuu, sagalee ol kaasuun isaanitti dubbachuu fi aariitti kaasuun dhoorkaadha. ✅Yeroo dullooman keessatti tajaajiluu fi obsaan kunuunsuun dirqama guddaa dha. ✅Isaaniif araarama fi rahmata Rabbii kadhachuun hojii gaarii keessaa tokko dha. ✅ Haati kabaja addaa qabdi; Ergamaan Rabbii ﷺ yeroo sadii haadha dura kaasan. ✅Gammachuu haadhaa fi abbaa argachuun gammachuu Rabbii argachuuf karaa guddaa dha. ✅Haadha fi abbaatti tola ooluun sababoota Jannata seenuu keessaa isa guddaa dha. @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

በእስልምና ውስጥ የእናትና የአባት መብት እስልምና ለእናትና ለአባት ከፍተኛ ክብር ሰጥቷል። አላህ ከእርሱ ብቻ አምልኮ በኋላ ወላጆችን በበጎነት እንዲያስተናግዱ በቁርአን ውስጥ አዟል። የአላህ መልእክተኛ ﷺ ደግሞ ለወላጆች መልካም መሆን በአላህ ዘንድ በጣም የተወደደ ሥራ መሆኑን አስተምረዋል። 👉አላህ እንዲህ ይላል፦ ﴿وَقَضَىٰ رَبُّكَ أَلَّا تَعْبُدُوا إِلَّا إِيَّاهُ وَبِالْوَالِدَيْنِ إِحْسَانًا﴾ "ጌታህ ከእርሱ በስተቀር ማንንም እንዳታመልኩ እና ለወላጆቻችሁ በጎነትን እንድታደርጉ ወስኗል።" (ሱረቱል ኢስራእ 17፡23) ይህ አንቀጽ የወላጆች መብት ከፍተኛ መሆኑን ያሳያል፤ ምክንያቱም አላህን ብቻ ከማምለክ በኋላ ወላጆችን በበጎነት ማስተናገድ ተጠቅሷል። 👉አላህ እንዲህ ይላል፦ ﴿فَلَا تَقُلْ لَهُمَا أُفٍّ وَلَا تَنْهَرْهُمَا وَقُلْ لَهُمَا قَوْلًا كَرِيمًا﴾ "ለእነርሱ ‘ኡፍ’ እንኳን አትበሉ፤ አትገስጹአቸውም፤ የተከበረ ቃልም ተናገሩላቸው።" (ሱረቱል ኢስራእ 17፡23) ይህ ልጆች ከመጥፎ ንግግር ራሳቸውን እንዲጠብቁና ወላጆቻቸውን በክብርና በለስላሳ ቃላት እንዲያናግሩ ያስተምራል። 👉አላህ እንዲህ ይላል፦ ﴿وَاخْفِضْ لَهُمَا جَنَاحَ الذُّلِّ مِنَ الرَّحْمَةِ وَقُلْ رَبِّ ارْحَمْهُمَا كَمَا رَبَّيَانِي صَغِيرًا﴾ "በምሕረት የተነሳ በትሕትና ተዋረድላቸው፤ ‘ጌታዬ ሆይ! በልጅነቴ እንዳሳደጉኝ እነርሱንም ማራቸው’ በል።" (ሱረቱል ኢስራእ 17፡24) ስለዚህ ሙስሊም ሁልጊዜ ለወላጆቹ ምሕረትና ይቅርታ ከአላህ መለመን አለበት። አብዱላህ ኢብን መስዑድ (ረዲየላሁ ዐንሁ) እንዲህ ብለዋል፦ "የአላህ መልእክተኛ ﷺ ሆይ፣ በአላህ ዘንድ ከሁሉ የተወደደው ሥራ የትኛው ነው?" ብዬ ጠየቅኳቸው። እርሳቸውም እንዲህ አሉ፦ «الصَّلَاةُ عَلَى وَقْتِهَا، ثُمَّ بِرُّ الْوَالِدَيْنِ، ثُمَّ الْجِهَادُ فِي سَبِيلِ اللهِ» "ሶላትን በተገቢው ጊዜ መስገድ፣ ከዚያም ለወላጆች በጎነት ማድረግ፣ ከዚያም በአላህ መንገድ መታገል።" (ሰሒሕ አል-ቡኻሪ እና ሙስሊም) አንድ ሰው የአላህን መልእክተኛ ﷺ እንዲህ ብሎ ጠየቃቸው፦ "ከሰዎች ሁሉ ከእኔ ጋር በጣም ጥሩ ግንኙነት ሊኖረው የሚገባው ማነው?" እርሳቸውም እንዲህ አሉ፦ «أُمُّكَ، ثُمَّ أُمُّكَ، ثُمَّ أُمُّكَ، ثُمَّ أَبُوكَ» "እናትህ፣ እንደገና እናትህ፣ እንደገና እናትህ፣ ከዚያም አባትህ።" (ሰሒሕ አል-ቡኻሪ እና ሙስሊም) ይህ ሐዲስ እናት በእርግዝና፣ በወሊድና በማሳደግ ብዙ መከራ ስለምታሳልፍ ልዩ ክብር እንዳላት ያሳያል። የአላህ መልእክተኛ ﷺ እንዲህ ብለዋል፦ «رِضَا الرَّبِّ فِي رِضَا الْوَالِدِ، وَسَخَطُ الرَّبِّ فِي سَخَطِ الْوَالِدِ» "የጌታ ውዴታ በወላጅ ውዴታ ውስጥ ነው፤ የጌታ ቁጣም በወላጅ ቁጣ ውስጥ ነው።" (ቲርሚዚ) 👉ዋና ዋና ነጥቦች ✅ አላህን ብቻ ከማምለክ በኋላ ለወላጆች በጎነት ማድረግ ትልቅ ግዴታ ነው። ✅ በመልካምና በክብር ቃላት ማነጋገር ያስፈልጋል። ✅መሳደብ፣ ድምፅን ከፍ ማድረግ ወይም ማስቆጣት የተከለከለ ነው። ✅ በእርጅናቸው ጊዜ በትዕግሥት መንከባከብ ታላቅ ኃላፊነት ነው። ✅ ለእነርሱ ምሕረትና ይቅርታ ከአላህ መለመን መልካም ሥራ ነው። ✅እናት ልዩ ክብር አላት። የወላጆችን ውዴታ ማግኘት የአላህን ውዴታ ለማግኘት ትልቅ መንገድ ነው። ✅ ለወላጆች በጎነት ማድረግ ወደ ጀነት ከሚያስገቡ ምክንያቶች አንዱ ነው። @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

+3
✅Kitaaba: Lum'atul i'itiqaadi 📄Kutaa:2️⃣6️⃣ 🎙Ustaaz: Yahyaa Ahmad 🕌Iddoo: masjiida Baabussalaam ⏰Sa'aatii: Magribaa fi Ishaa'ii gidduu 👍Jama'aa barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Dirree Dawaa ➖➖➖➖➖➖➖➖

+2
✅Kitaaba: Lum'atul i'itiqaadi 📄Kutaa:2️⃣7️⃣ 🎙Ustaaz: Yahyaa Ahmad 🕌Iddoo: masjiida Baabussalaam ⏰Sa'aatii: Magribaa fi Ishaa'ii gidduu 👍Jama'aa barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Dirree Dawaa ➖➖➖➖➖➖➖➖

قال رسول الله (ﷺ):- "أكثروا الصلاة علي يوم الجمعة و ليلة الجمعة ، فمن صلى علي صلاة صلى الله عليه عشرا ." ነቢዩ (ﷺ) አንዲህ ብለዋል:- የጁሙአ ቀን እና ለሊት በእኔ ላይ ሰለዋትን አብዙ።በእኔ ላይ አንድ ሰለዋት ያወረደ አላህ በሱ ላይ አስር ሰለዋትን ያወርድበታል:: ✨️Rasulli (ﷺ) akkana ja'an:-halkan jummataa fi guyyaa isaalle salawaata narratti baayyisaa. Namni narratti salawaata takka buuse Rabbin isarratti salawaata kudhan(10) buusa. 👉"Rabbin(S.W) isarratti  salawaata 10 buusa"  jechuun :- salawaata takkitti ati irratti buustu sanin Rabbin rahmata isaa 10 siif kanna. @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

🔆 يقول ابن القيم رحمه الله "" مَن رَفَقَ بعبادِ الله رَفَقَ اللهُ به، ومَن رحمهم رحمه، ومَن أحسن إليهم أحسن إليه، ومَن جاد عليهم جاد الله عليه، ومَن نفعهم نفعه، ومَن سترهم ستره، ومَن منعهم خيره منعه خيره، ومَن عامل خلقه بصفةٍ عامله الله بتلك الصِّفة بعينها في الدنيا والآخرة؛ فالله تعالى لعبده حسب ما يكون العبد لخلقه""   🔆 Imaami ibnul qayyim ( Rahimahullahi) akkana jedhaniiru:- "" Gabroottan rabbii  irratti namni laafise, isaaf  rabbiin ni laafisa.nama isaan mararfate rabbiin ni mararfata.isaaniif kan gaarii ta'eefi rabbiin tola oolaafi.kan tola oolmaan kenneefis rabbiin tola isaaf oola.kan isaan fayyades rabbiin isa fayyada.kan icciiti isaanii dhoksees rabbiin icciitii isaa ni dhoksaafi.wantoota toltuu irraa kan dhoorges,rabbiin toltuu irraa isaan dhoorga. Namni tokko uumaa rabbii Amala gosa kamiinuu yoo qabaatan,rabbiinis duniyaattis ta'ee aakhirattis Karaa sirrii akkuma Amala isatti isaaf katabama.rabbiin ( subhaanahu wata'aala) gabricha isaatiif kan ta'u gabrichi uumaa isaatiif hanga ta'uu ykn tola ooluuni."" @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

🔆 يقول ابن القيم رحمه الله "" مَن رَفَقَ بعبادِ الله رَفَقَ اللهُ به، ومَن رحمهم رحمه، ومَن أحسن إليهم أحسن إليه، ومَن جاد عليهم جاد الله عليه، ومَن نفعهم نفعه، ومَن سترهم ستره، ومَن منعهم خيره منعه خيره، ومَن عامل خلقه بصفةٍ عامله الله بتلك الصِّفة بعينها في الدنيا والآخرة؛ فالله تعالى لعبده حسب ما يكون العبد لخلقه.""  🔆 ኢማም ኢብኑል ቀይም (ረሒመሁላህ) አንዲህ አሉ፤  "በአላህ ባሮች ላይ የራራ  ሰው፤ አላህ በእሱ ላይ ይራራለታል። ለእነሱ ያዘነን አላህ ያዝንለታል። ለእነሱ መልካም የዋለለትን አላህ መልካም ይውልለታል። በቸርነት የሰጣቸውንም አላህ በቸርነቱ ይሰጠዋል። የጠቀማቸውንም አላህ ይጠቅመዋል። ነውራቸውን የሸሸገላቸውንም አላህ ነውሩን ይሸሽግለታል። መልካም ነገሩን የከለከላቸውን ግን አላህም መልካም ነገሩን ይከለክለዋል። አንድ ሰው የአላህን ፍጥረታት በማንኛውም ዓይነት ባህሪ ከያዛቸው፤ አላህም በዱንያም ሆነ በአኼራ በትክክል በዚያው ዓይነት ባህሪ ይይዘዋል። አላህ (ሱብሐነሁ ወተዓላ) ለባሪያው የሚሆነው፤ ባሪያው ለፍጥረታቱ በሚሆነው ልክ ነውና።" @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

+4
✅Kitaaba: Lum'atul i'itiqaadi 📄Kutaa:2️⃣1️⃣ 🎙Ustaaz: Yahyaa Ahmad 🕌Iddoo: masjiida Baabussalaam ⏰Sa'aatii: Magribaa fi Ishaa'ii gidduu 👍Jama'aa barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Dirree Dawaa ➖➖➖➖➖➖➖➖

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ :  حَقُّ الْمُسْلِمِ عَلَى الْمُسْلِمِ سِتٌّ  . قِيلَ : مَا هُنَّ يَا رَسُولَ اللَّهِ ؟ قَالَ : إِذَا لَقِيتَهُ فَسَلِّمْ عَلَيْهِ ، وَإِذَا دَعَاكَ فَأَجِبْهُ ، وَإِذَا اسْتَنْصَحَكَ فَانْصَحْ لَهُ ، وَإِذَا عَطَسَ فَحَمِدَ اللَّهَ فَشَمِّتْهُ ، وَإِذَا مَرِضَ فَعُدْهُ، وَإِذَا مَاتَ فَاتَّبِعْهُ °صَحِيح مُسْلِم - Abu Hureeyra irraa ( radiyallahu anhuu) akka haasawametti ergamaan rabbii salallahu aleeyhi wassalami akkana jedhaniiru:- " Haqni Muslimni tokko muslima biraa irratti qabu jaha(6):- « yaa! ergamaa rabbii isaan Suni maal fa'a?" Jedhanii gaafatan. Isaanis akkana jedhan:- ◉  yeroo wal qunnamtan salaamtaa gaafadhaa. ◉ yoo SI affeere waamicha isaa qeebali. ◉ gorsa yoo SI gaafate gorsi. ◉ haxxifatee " alhamdullillah" ( galannii rabbiin haa gahu) yeroo jedhu yarhamukhallah( rabbiin SI haa mararfatu) jechuun deebisiif. ◉yeroo dhukkubu gaafadhu. ◉yeroo du'es janaaza isaa hordofi. Sahiiha muslim. @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ :  حَقُّ الْمُسْلِمِ عَلَى الْمُسْلِمِ سِتٌّ  . قِيلَ : مَا هُنَّ يَا رَسُولَ اللَّهِ ؟ قَالَ : إِذَا لَقِيتَهُ فَسَلِّمْ عَلَيْهِ ، وَإِذَا دَعَاكَ فَأَجِبْهُ ، وَإِذَا اسْتَنْصَحَكَ فَانْصَحْ لَهُ ، وَإِذَا عَطَسَ فَحَمِدَ اللَّهَ فَشَمِّتْهُ ، وَإِذَا مَرِضَ فَعُدْهُ، وَإِذَا مَاتَ فَاتَّبِعْهُ °صَحِيح مُسْلِم - ከአቡ ሁረይራ (ረዲየላሁ ዐንሁ) እንደተወራው የአላህ መልክተኛ (ሰለላሁ አለይሂ ወሰለም) እንዲህ ብለዋል፦ "የአንድ ሙስሊም በሌላው ሙስሊም ላይ ያለው ሀቅ ስድስት ነው"። ​«የአላህ መልክተኛ ሆይ! እነሱ ምንድናቸው?» ተብለው ተጠየቁ። ​እሳቸውም እንዲህ አሉ። ◉ ​ስትገናኙ ሰላምታ አቅርብለት ፣ ◉ ​ሲጋብዝህ ጥሪውን ተቀበል ፣ ◉ ​ምክር ሲጠይቅህ ምከረው፣ ◉ ​አስነጥሶት "አልሐምዱሊላህ" (ምስጋና ለአላህ ይሁን) ሲል "የርሐሙከላህ" (አላህ ይዘንልህ) በማለት መልስለት፣ ◉​ሲታመም ጠይቀው፣ ◉​ሲሞትም ጀናዛውን ተከተለው።
ሶሒሕ ሙስሊም
@DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

︎ ከዚህ በፊት በተለየ መልኩ ሲዘጋጅ የነበረው ምግብ ዛሬ እንደማይኖር ለመግለፅ እንወዳለን። Nyaanni armaan dura guyyaa jum'aa dalagamaa ture guyyaa har'aatirra eegalee dhaabuu keenna isin beeksifna.

◈ «سُبْحَانَ اللهِ». ◈ «الحَمْدُ للهِ». ◈  «لَا إلَهَ إلَّا اللهُ». ◈  «اللهُ أكْبَرُ». ◈ رَّبِّ زِدْنِي عِلْمًا ◈ رَبَّنَا آتِنَا فِي الدُّنْيَا حَسَنَةً وَفِي الْآخِرَةِ حَسَنَةً وَقِنَا عَذَابَ النَّارِ .◈  رَبِّ اشْرَحْ لِي صَدْرِي وَيَسِّرْ لِي أَمْرِي وَاحْلُلْ عُقْدَةً مِّن لِّسَانِي يَفْقَهُوا قَوْلِي ◈ رَبَّنَا لَا تُزِغْ قُلُوبَنَا بَعْدَ إِذْ هَدَيْتَنَا وَهَبْ لَنَا مِن لَّدُنكَ رَحْمَةً إِنَّكَ أَنتَ الْوَهَّابُ ◈  اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ عِلْمًا نَافِعًا، وَرِزْقًا طَيِّبًا، وَعَمَلًا مُتَقَبَّلًا ◈ يَا مُقَلِّبَ الْقُلُوبِ ثَبِّتْ قَلْبِي عَلَى دِينِكَ ◈ اللَّهُمَّ إِنَّكَ عَفُوٌّ تُحِبُّ الْعَفْوَ فَاعْفُ عَنِّي ◈  رَبَّنَا هَبْ لَنَا مِنْ أَزْوَاجِنَا وَذُرِّيَّاتِنَا قُرَّةَ أَعْيُنٍ وَاجْعَلْنَا لِلْمُتَّقِينَ إِمَامًا @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu Kabajamootootaa fi jaallatamtoota barattoota Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa, 👉Darsiin Kitaaba Aqiidatul-Waasixiyyah fi Mi'atu  Hadiis kan yeroo darbe Jum'aa hanga Dilbataatti kennamaa ture, har'a irraa eegalee guyyoota itti aananiif kan itti fufu ta'uu isin beeksisna. Aqiidatul-Waasixiyyah Dubartootaaf: ders class 1 Dhiirotaaf: desr Class 2 Miatu Hadiis Barandaa irratti                    Da'awaa fi Irshaad @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu Kabajamootootaa fi jaallatamtoota barattoota Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa, 👉Darsiin Kitaaba Aqiidatul-Waasixiyyah fi Mi'atu  Hadiis kan yeroo darbe Jum'aa hanga Dilbataatti kennamaa ture, har'a irraa eegalee guyyoota itti aananiif kan itti fufu ta'uu isin beeksisna. Aqiidatul-Waasixiyyah Dubartootaaf: ders class 1 Dhiirotaaf: desr Class 2 Miatu Hadiis Barandaa irratti                    Da'awaa fi Irshaad @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

"إِذَا رَأَيْتَ أَحَدًا عَلَى مَعْصِيَةٍ لَيْلًا، فَلَا تَنْظُرْ إِلَيْهِ نَهَارًا بِعَيْنِ العَاصِي، فَلَعَلَّهُ تَابَ إِلَى اللَّهِ فِي اللَّيْلِ وَأَنْتَ لَا تَعْلَمُ." ማታ ወንጀል ሲሰራ ያየኽውን ሰው ለሊት ተውበት አድርጎ ይሆናልና ሲነጋ እንደ ወንጀለኛ እንዳትመለከተው። ዓሊይ ኢቢን አቡጧሊብ (ረ.ዐ) "Nama tokko halkan keessa isaa dilii hojjatu  yoo argite, ganama akka nama dilaawaa  tokkootti isa hin ilaalin;Sababni isaas,halkan san keessatti gara Rabbii tawbaa deebi'uu danda'a, ati garuu kana hin beektu." Aliyyii ibn Abii Xaalib (Radiyallaahu Anhu). @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage @DDUMSJofficialpage

+4
✅Kitaaba: Lum'atul i'itiqaadi 📄Kutaa:1️⃣6️⃣ 🎙Ustaaz: Yahyaa Ahmad 🕌Iddoo: masjiida Baabussalaam ⏰Sa'aatii: Magribaa fi Ishaa'ii gidduu 👍Jama'aa barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Dirree Dawaa ➖➖➖➖➖➖➖➖