ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅 👈

Shaafii Muhammad Channel

Shaafii Muhammad Channel

前往频道在 Telegram

Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.

显示更多

📈 Telegram 频道 Shaafii Muhammad Channel 的分析概览

频道 Shaafii Muhammad Channel (@shaafiimuhammad99) 是活跃参与者。目前社区聚集了 21 178 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 3 645,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 1 654 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 21 178 名订阅者。

根据 10 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 433,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 25.03%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.93% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 5 291 次浏览,首日通常累积 1 043 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 140。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.”

凭借高频更新(最新数据采集于 11 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。

21 178
订阅者
无数据24 小时
+1017 天
+43330 天
帖子存档
photo content

« Waan akka qur'aana gad lallaaluun qara'uu kan yaaddoo namarraa oofu tokkollee hin agarre. Qalbiin jireenya jiruu tokkollee wajjiin wal hin fakkaanne qur'aana keessa gad lallaaluun jiraatti.»
ابن الجوزي-رحمه الله.

Duniyaa kanarratti qixaaxni jabaan rabbiin ﷻ arraba kee zikrii isaatirraa qabuudha.
ابن القيم

« Namni Rabbi ﷻ biraa haajaa qabu kan yeroo halkan gara boodaa rafu waa aaqila sammuu qabuu miti.»
ابن رجب
Rabi'al Sani 9,1448H

photo content

photo content

photo content

أقصر طريق للتأثير!

photo content

" الرُّسوخ في العِلْم أمرٌ خفيٌّ، ليس هو كثرة العِلْم، فكم مِن رجلٍ كثير العِلْم ليس براسخٍ" . [ العلامة عبدالرحمن المعلمي]

Umriin tee irra qaalii waan qabduuti. Hangi kute hin deebi'u bakkaas siif hin bu'u. Qabeenyi kee immoo yoo badellee bakka bu'a deebi'ee dhufa. Guyyoota keetirraa galaa duniyaa fii aakhiratti si fayyadu guduunfadhu. Asara bareeda eega duute boodallee siif hafu hambifadhu.
Rabi'al Awwal 23,1448H

Sodaan rabbii ﷻ kan dhugaatii fii faarfamtuun sodaa sii fii waan rabbiin ﷻ haraam godhe addaan isin baasteedha.
ابن القيم | مدارج السالكين

Dhimmoota haaraya dhufan kan murtiilee shari'aa barbaadan ( نوازل) hedduutu argamaa mul'achaa oola. Kanaaf immoo xaaliba ilmii ilmii keessa gad dhaabbate kan gosa barnoota shari'aa barbaachisu hunda irraa bakka qubatu jabduu mijjeeyfateetu dura dhaabbata. Haala darasaan hedduun itti jirtu kanaan Xaaliba ilmii tolchee gaaffii gaafatullee argatuun ni ulfaata. Xaaliba ilmii mussaqafa oomishuu yoo taate rakkoon qabu. Garuu xaaliba ilmii dubbii hunda addaan dhilee qabxii hundaaf murtii barbaachisu kennu argachuun fagoodha. Biyyi yeenya akkaan ulamaa'iitti haajamti. Ulamaa'iin gurguddoon amma jiran umriin isaanii hedduu deemtee jirti lakkoofsi isanaiitilleen muraasa. Isaan kana eenyuutu bakka bu'uuf taa'a laata?. Xaaliba ilmii sa'aa 4:00 online irratti dabarsuutu isaan bakka bu'a jettee hin eegin. Dhimma ulamaa oomishuu dhimma bakki itti kennamtee ulamaa'iin gurguddoo akka irratti dalaganiif tumsi godhamuufii qabuudha.
Rabi'al Awwal 23,1448H

Hawaasa muslimaa dhimma ilmii shari'aa jumlatti malee gad fageenyaan hin beekne biratti qabxiileen waa'ee shari'aa yeroo kaaf
Hawaasa muslimaa dhimma ilmii shari'aa jumlatti malee gad fageenyaan hin beekne biratti qabxiileen waa'ee shari'aa yeroo kaafaman osoo tokko tokkoo isii gad fageenyaan keessa hin seenne dimshaashumaan jumlatti dubbatamuu qabu.»
Sheikh Salih Sindii-hafizahullaah.
✓. Sheekkanii fii dua'aatni hedduun dhimma kana osoo mirgaa qabatanii jiraatanii kheeyrii guddoo qaba ture. Rabi'al Awwal 22,1448H

Repost from N/a
Cybersecurity qofaan yoo ilaalle, wanti namni kamiyyuu tasuma ykn yeroo kamiyyuu namaaf hin qoodne keessaa kanneen armaan gadiiti: 🔐 1. Jecha Icciitii (Password) •Nama kamiyyuu wajjin hin qoodin. •Hojjetaa IT, bankii, yookaan dhaabbata kamiinuu jechuun hin gaafatamu. 🔑 2. OTP (One-Time Password) ykn Verification Code •Koodii bilbila ykn email keessanitti ergamu. •Namni kana argate akkaawuntii keessan seenuu danda'a. 📧 3. Recovery Codes fi Backup Codes •Yeroo akkaawuntii deebifachuuf gargaaran. •Kunis akkuma password barbaachisaa dha. 🛡️ 4. Two-Step Verification (2FA) Secret Key •Authenticator App waliin walqabsiisuuf kan fayyadu. •Yoo qooddan, 2FA keessanis cabuu danda'a. 💳 5. Odeeffannoo Maallaqaa fi Kaardii •Lakkoofsa kaardii, CVV, PIN, Mobile Banking PIN fi kkf. •Namoota hin amanamneef hin kenninaa. 🏢 6. Odeeffannoo Iccitii Dhaabbataa •Password hojii, data maamilaa, dokumentoota iccitii, fi odeeffannoo sirna keessaa. •Social media irratti yookaan nama hin hayyamamneef qooduun balaa guddaa qaba. 🔐 ከሳይበር ደህንነት (Cybersecurity) አንፃር ሲታይ፣ ማንኛውም ሰው ፈጽሞ ለሌላ ሰው ማጋራት የማይገባው: •የይለፍ ቃል (Password) •OTP ወይም የማረጋገጫ ኮድ •Recovery Codes እና Backup Codes •የ2FA (Two-Factor Authentication) ምስጢራዊ ቁልፍ (Secret Key) •የባንክ ፒን (PIN) እና የፋይናንስ መረጃዎች •በጣም ስሱ የሆኑ የግል መረጃዎች •ሚስጥራዊ የድርጅት መረጃዎች https://t.me/Aware2Secure

Repost from N/a
Wanti Namaaf tasuma ykn Abadan namaaf hin qoonne maali? Ija Cybersecurity qofaan ilaalaa! 🔐 ከሳይበር ደህንነት (Cybersecurity) አንፃር
Wanti Namaaf tasuma ykn Abadan namaaf hin qoonne maali? Ija Cybersecurity qofaan ilaalaa! 🔐 ከሳይበር ደህንነት (Cybersecurity) አንፃር ሲታይ፣ ማንኛውም ሰው ፈጽሞ ለሌላ ሰው ማጋራት የማይገባው ምንድነው? https://t.me/Aware2Secure

Repost from N/a
Hacked? If your Telegram account has been hacked, you must log in with your phone number, terminate all unknown active sessio
Hacked? If your Telegram account has been hacked, you must log in with your phone number, terminate all unknown active sessions, and turn on two-step verification immediately. Steps to Recover a Hacked Account 1 Log in via SMS: Open the Telegram app, enter your phone number, and type the login code sent via text message. 2 Terminate active sessions: Go to Settings, select Devices (or Active Sessions), and click Terminate all other sessions to kick the hacker out. 3 Enable two-step verification: Go to Settings, open Privacy and Security, and set up a strong password along with a recovery email. 4 Use recovery options if locked out: If the hacker changed your password, click "Forgot password?" to reset it using your recovery email, or wait seven days to reset the account via Telegram support options. https://t.me/Aware2Secure

Repost from N/a
Akkamitti Two-Step Verification (2FA) irra godhanna? Imeelii (Gmail, Outlook, Yahoo fi kkf) 1.Gara akkaawuntii imeelii keetii
Akkamitti Two-Step Verification (2FA) irra godhanna? Imeelii (Gmail, Outlook, Yahoo fi kkf) 1.Gara akkaawuntii imeelii keetii seeni. 2.Settings → Security fili. 3.Two-Step Verification ykn Two-Factor Authentication bani. 4.Lakkoofsa bilbilaa ykn appii authenticator dabaladhu. 5.Mirkaneessii fi hojii irra oolchi. Facebook 1.Menu → Settings & Privacy → Settings bani. 2.Password and Security fili. 3.Two-Factor Authentication filadhu. 4.SMS, Appii Authentication ykn Security Key filadhu. 5.Hojii irra oolchi. ኢሜይል (Gmail, Outlook, Yahoo እና ሌሎች) 1.ወደ ኢሜይል መለያዎ ይግቡ። 2.Settings → Security ይሂዱ። 3.Two-Step Verification ወይም Two-Factor Authentication ይምረጡ። 4.ስልክ ቁጥር ወይም Authenticator App ያክሉ። 5.ያረጋግጡ እና ያብሩት። ፌስቡክ 1.Menu → Settings & Privacy → Settings ይክፈቱ። 2.Password and Security ይምረጡ። 3.Two-Factor Authentication ይጫኑ። 4.SMS, Authentication App ወይም Security Key ይምረጡ። 5.ይነቃው። https://t.me/Aware2Secure

Repost from N/a
🔐 Two-Step Verification jechuun tarkaanfii nageenyaa baay’ee barbaachisaa ta’e keessaa tokko yoo ta’u, akkaawuntiiwwan keess
🔐 Two-Step Verification jechuun tarkaanfii nageenyaa baay’ee barbaachisaa ta’e keessaa tokko yoo ta’u, akkaawuntiiwwan keessan kan akka Telegram, WhatsApp, Facebook, X (Twitter), TikTok, Signal fi platformoota biroo irratti namoonni hayyama hin qabne akka hin seenne ni eega. Two-Step Verification is a critical security measure that helps protect your online accounts, such as Telegram, WhatsApp, Facebook, X (Twitter), TikTok, Signal, and other platforms, from unauthorized access. 🔐 ሁለት-ደረጃ ማረጋገጫ (Two-Step Verification) በጣም አስፈላጊ የደህንነት መከላከያ ሲሆን የTelegram፣ WhatsApp፣ Facebook፣ X (Twitter)፣ TikTok፣ Signal እና ሌሎች የመስመር ላይ መለያዎችዎን ከያልተፈቀደ ግቤት እና ከማንነት ስርቆት ይጠብቃል። How to Enable Two-Step Verification (2FA) Email (Google/Gmail, Outlook, Yahoo, etc.) 1.Sign in to your email account. 2.Open Settings → Security. 3.Select Two-Step Verification or Two-Factor Authentication. 4.Add your phone number or an authenticator app. 5.Verify and turn it on. https://t.me/Aware2Secure

«أنتَ أحفظُ منّا.. وأنتَ أفقهُ منّا!» | أدب الكبار بين ابن عثيمين وابن جبرين رحمهما الله