ch
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

前往频道在 Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

显示更多
未指定国家教育3 615

📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览

频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 224 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 615

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 224 名订阅者。

根据 19 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 482,过去 24 小时变化为 8,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 49.27%。内容发布后 24 小时内通常能获得 21.23% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 23 765 次浏览,首日通常累积 10 242 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 405

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

凭借高频更新(最新数据采集于 20 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

48 224
订阅者
+824 小时
+1007 天
+48230 天
帖子存档
Hojiileen gaggaariin yakkoota nama irraa balleesiti?
Anonymous voting

➤ Barattoonni Qormaata Torbee 1ffaa Barnoota Hadiisaa sababa akkaataa qormaataa hubachuu dhabuu yookaan sababa adda addaatiin
Barattoonni Qormaata Torbee 1ffaa Barnoota Hadiisaa sababa akkaataa qormaataa hubachuu dhabuu yookaan sababa adda addaatiin isin jalaa darbeef: 🔖 Qormaanni kun hanga boru Roobii 29/18 halkan sa'aatii 1:00 irra deebiin waan banameef, gara marsariitii (website) seenuun qormaata keessan akka xumurtan isin beeksifna. Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50
============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Hadiisa Barnoota 10ffaa.mp38.80 MB

Kutaa Kudhanaffaa(10)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.65 MB

📚 Kutaa Kudhanaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/mrQREm0H0WY?si=-OzBpUA5-0dqcOmF

Ergamaan Rabbii (S.A.W) hojii bida'aa (Amantii keessatti waan haaraa uumuu) jabeessanii akeekanii jiran.
Anonymous voting

Kanneen armaan gadii keessaa sheyxaanni irra caalaa warra kam jaalata?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Hadiisa Barnoota 9ffaa.mp38.89 MB

Kutaa Saglaffaa(9)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.49 MB

📚 Kutaa Saglaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/nxGt3Giw0z4?si=k_sew3Ayr_VTBufK

Barattoota keenya jaalatamoo, 🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegaltanii website irratti firii qormaata keessanii fi deebi sirrii ilaaluu dandeessu. 📢 Barattoonni amma haarawa galmooftanii fi sababa garagaraatin hin qooramiin odeeffannoo dabalataa fuula duratti nu eeggadhaa!! 📚 Yeroo barnoota gaarii isiniif haa ta'u. #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Waliyyoonni Rabbii warra kami?
Anonymous voting

Bu'aan jaalala Rabbii argachuu maali?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Hadiisa Barnoota 8ffaa.mp311.63 MB

Kutaa Sadeetaffaa(8)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.37 MB

📚 Kutaa Saddeettaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/-uNx8CrQ4mI?si=g9_eLaQWdU81iU5i

Hojiin nuti dalagnu waa meeqaan yoo shari'aatti gale qeebalama?
Anonymous voting

Diinii Rabbii keessatti waa haaraa uumuun osoo yaada gaariinis ta'ee haraama.
Anonymous voting

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Hadiisaa Marsariitii irratti banameera. Hanga guyyaa Dil
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Hadiisaa Marsariitii irratti banameera. Hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aati 1:00 banaa ta'a. Niyyaa keessan bareechaa, kaka'msa keessan haaromsaa!! Qormaata gaarii isiniif hawwina! Liinkii qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50
============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Hadiisaa Kutaa 7ffaa.mp39.29 MB