es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Ir al canal en Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Mostrar más
El país no está especificadoEducación3 717

📈 Análisis del canal de Telegram Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

El canal Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 48 126 suscriptores, ocupando la posición 3 717 en la categoría Educación.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 48 126 suscriptores.

Según los últimos datos del 10 noviembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -171, y en las últimas 24 horas de -5, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 43.50%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 17.30% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 20 936 visualizaciones. En el primer día suele acumular 8 328 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 254.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 11 noviembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

48 126
Suscriptores
-524 horas
-747 días
-17130 días
Archivo de publicaciones
Fixraa jechuun waan Rabbi irratti nu uume jechuudha.
Anonymous voting

Kanneen armaan gadii keessaa dhiibbaa (Asara) Tawhiidni Rubuubiyyaa qabu kan hin ta'in kami?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 7ffaa.mp311.98 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 7ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Torbaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir https://youtu.be/0aLxx6Xu3yk?si=D2wAUrD7UCVyilD5

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaann
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee jalqabaa gosa Koorsii Aqiidaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 27/09/2026 ykn 17/01/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa qabama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Tawhiidni Rubuubiyyaa gabrichi Islaamummaa seenuu keessatti kophaa isaa gahaa miti.
Anonymous voting

Akka ibsa beektoota Islaamaatti Tawhiidni bakka meeqatti qoodama?
Anonymous voting

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoorm
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoormii) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa dilbataa (27/09/2026 ykn 17/01/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

[@download_it_bot mp3] AQIDA part 6.mp310.93 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 6ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Jahaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/uhsMDKjl7l8?si=gXWYGpEk8pYSzOa1

Tawhiidni utubaa meeqa qaba?
Anonymous voting

Hiikni laa Ilaaha Illallaah mirkaneessuu fi dhabamsiisu irratti ijaaramte
Anonymous voting

Tawhiidni Utubaa meeqa qaba?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] AQIDA part 5.mp39.21 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 5ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Shanaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/Sb06A6Srys8?si=n9PKoY1VMBex7pK-

Namni haasaan isaa dhumaa لا اله الا الله magantaa (Shafa'aa) Ergamaa Rabbii argachuu danda'a.
Anonymous voting