ch
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

前往频道在 Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

显示更多
未指定国家教育3 615

📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览

频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 224 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 615

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 224 名订阅者。

根据 19 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 482,过去 24 小时变化为 8,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 49.27%。内容发布后 24 小时内通常能获得 21.23% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 23 765 次浏览,首日通常累积 10 242 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 405

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

凭借高频更新(最新数据采集于 20 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

48 224
订阅者
+824 小时
+1007 天
+48230 天
帖子存档
Diinii Rabbii keessatti waa haaraa uumuun osoo yaada gaariinis ta'ee haraama.
Anonymous voting

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Hadiisaa Marsariitii irratti banameera. Hanga guyyaa Dil
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Hadiisaa Marsariitii irratti banameera. Hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aati 1:00 banaa ta'a. Niyyaa keessan bareechaa, kaka'msa keessan haaromsaa!! Qormaata gaarii isiniif hawwina! Liinkii qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50
============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Hadiisaa Kutaa 7ffaa.mp39.29 MB

Kutaa Torbaffaa(7)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.36 MB

📚 Kutaa Torbaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/pBDqRNg-rjI?si=XzP1K1OGZE-bzzVD

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee jalqabaa gosa barnoota Hadiisaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 02/08/2026 ykn 26/11/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1 qaba. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa ni madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Y
Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahf dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Du'aa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu fi hojii gaarii

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (web
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti qooramuu ni dandeessu. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramaa. ➡️ Barattoonni ammaan duratti Marsariitii (Website) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!! 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com 📲 Viidiyoo akkaataa itti salphaatti Marsariiticha (Website) irratti herreega (akkaawuntii) keessan itti uumtan ilaaluuf as tuqaa 👇🏽 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96 

+2
📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🎬✨ Sagantaan hara galfannaa torbee! 📹 Hiriyyoota keessan yeroo baratan daawwadhaa: 🏠 Manatti 🚌 Konkolaataa keessatti 🌾 Qonna irratti 💼 Bakka hojiitti 💪 kophaa barachaa HinJirtu... 🔄 Viidiyoo kana hiriyoota keessaniif ergaa; akka isaan jajjabaatan taasisaa!! 🗓 Viidiyoon gaggabaaboo akkanaa Jimaata hunda isiniif maxxansina. #Hirmaannaa_Barattoota_Marsaa1ffaa

2. Namni gaafa guyyaa qiyaamaa nama jaalatu waliin ta'a.
Anonymous voting

1. Anas ibnu maalik walitti aansee waggaa meeqa nabi rabbii s a w kaadame?
Anonymous voting

🎙Prof. Mohammad Kamal Tilmop

Kutaa Jahaffaa -Hadith Sim 1ffaa.pdf1.82 MB

📚 Kutaa Jahaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/ViOke2uQGF0?si=OeSSQ3RqdT1ijrkD

2. Sadarkaa jaalalaa keessatti namni gammachuu keetin gammadu, naasu keetin nahu, kan duniyaa ofiitinilleen si bitu, kan lubbuu ofiitinille si bitu maal jedhama?
Anonymous voting

1. Sadarkaan jaalalaa arba biratti meeqa?
Anonymous voting

🎙Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo

Kutaa Shanaffaa- Hadith Sim 1ffaa.pdf1.44 MB

📚 Kutaa Shanaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/V8iNZapcbQg?si=ko7sZhpWQONSvmzt

Malaa'ikaan gaafa hafuura (Ruuhi) afuufuf ergamu waa meeqa barreesuutti ajajama
Anonymous voting