ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

前往频道在 Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

显示更多
未指定国家教育3 717

📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览

频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 126 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 717。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 126 名订阅者。

根据 10 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -171,过去 24 小时变化为 -5,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 43.50%。内容发布后 24 小时内通常能获得 17.30% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 20 936 次浏览,首日通常累积 8 328 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 254。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

凭借高频更新(最新数据采集于 11 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

48 126
订阅者
-524 小时
-747 天
-17130 天
帖子存档
Arkaana (Utubaa) Ibaadaa irraa kan hin ta'in kami?
Anonymous voting

Ibaadaan Rabbii (ol ta'e) bakka meeqatti qoodamti?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Aqiida 10ffa.mp38.08 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 10ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kurnaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtu.be/aU04McmpFlk?si=QHsD2D-zszxo60TI

Laa ilaaha illallaah jechuun gabbaramaan Rabbiin male hin jiru jechuudha.
Anonymous voting

Kamtu ulaagaalee (Shuruuxa) jecha Tawhiidaa (لا اله الا الله) ta'e?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] aqiida 9ffaa.mp310.76 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 9ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Saglaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/mWFW6UpiNXo?si=PQI7VPhKsZmVf0h7

Barattoota keenya kabajamoo!! 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa cufamee jira. Barattoonni qoramtan hundinu Rabbiin carraaqqii fi t
Barattoota keenya kabajamoo!! 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa cufamee jira. Barattoonni qoramtan hundinu Rabbiin carraaqqii fi tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu jenna. 📝 Amma irraa eegaltanii deebii sirrii qormaataa ilaalu ni dandeessu! 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎 https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Tawhiidni Uluhiyyaa maqaa biraatiin maal jedhamee waamama?
Anonymous voting

Tawhiida Uluhiyyaa jechuun Rabbiin Ibaadaa keessatti kophaa/adda taasisuu jechuudha.
Anonymous voting

📣 YAADACHIISA CIMAA 🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 1 tokko qofaa hafe. 📝 Carraa kanatti fa
📣 YAADACHIISA CIMAA 🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 1 tokko qofaa hafe. 📝 Carraa kanatti fayyadamuun qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125
============================== #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qorma
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=125
============================== 📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qoramaa!! Carraa keessan hin dabarsinaa! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liin
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee tokkoffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98 ============================== 📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qoramaa!! Carraa keessan hin dabarsinaa! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 8ffaa.mp311.19 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 8ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Saddeettaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/ZpJuWwh8pP0?si=Y-YCYZHE6lcPykut

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Koorsii Tarbiyaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaat
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Koorsii Tarbiyaa torbee tokkoffaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,500 ol qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? 📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98
============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.