en
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Open in Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Show more
The country is not specifiedEducation3 617

📈 Analytical overview of Telegram channel Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Channel Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) is an active participant. Currently, the community unites 48 237 subscribers, ranking 3 617 in the Education category.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 48 237 subscribers.

According to the latest data from 18 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 506 over the last 30 days and by 3 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 48.88%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 21.33% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 23 572 views. Within the first day, a publication typically gains 10 288 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 405.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 19 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

48 237
Subscribers
+324 hours
+1207 days
+50630 days
Posts Archive
Kutaa Kudha sadaffaa(13)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.41 MB

📚 Kutaa Kudha Sadaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/mKTUPjJqq1c?si=sIt-ri5CKkIACOgP ⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Marsariitii irratti hin galmaa'iin Hundaaf ⚠️ 🚫 Hubachiisa: Barattoonni amma dura website irratti hin galmaa'in hundi yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf barattoonni marsariitii irratti hin galmaa'in carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa! 🔗 [Liinkii Platformii/Marsariitii] https://orm.africaacademy.com/my/courses.php 📲 Viidiyoo akkaataa itti salphaatti Marsariiticha (Website) irratti herreega (akkaawuntii) keessan itti uumtan ilaaluuf as tuqaa 👇🏽 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=65 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=65 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee lammaffaa gosa barnoota Hadiisaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 02/08/2026 ykn 26/11/2018 galgala sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🔖 Qormaata torbee lammaffaa kana keessaatti gaafii 10tu argama. Gaafiin tokko qabxii 1 qaba. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaafiilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif deebii qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni cufamu qofa ifooma. Erga qormaanni cufame booda ilaalu dandeessu. 🔗 Yeroo qormaata hojjachaa jirtan rakkoon yoo isin mudate, garee deeggarsa teeknika keenyaa karaa Telegiraamii kannaan qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=65 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=65 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee lammaffaa gosa barnoota Hadiisaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 02/08/2026 ykn 26/11/2018 galgala sa'aatii 1:00 ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🔖 Qormaata torbee lammaffaa kana keessaatti gaafii 10tu argama. Gaafiin tokko qabxii 1 qaba. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaafiilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif deebii qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni cufamu qofa ifooma. Erga qormaanni cufame booda ilaalu dandeessu. 🔗 Yeroo qormaata hojjachaa jirtan rakkoon yoo isin mudate, garee deeggarsa teeknika keenyaa karaa Telegiraamii kannaan qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Y
Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahf dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Du'aa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu fi hojii gaarii

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa barnooata Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (P
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa barnooata Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoormii) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. ➡️ Barattoonni ammaan dura Marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa ammaan dura chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!! 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com ⚠️ Hubachiisa CimaaFiriin (Qabxiin) Qormaata torbee, Firii (Qabxii) walii galaa barnootichaa irratti waan dabalamuuf kana beektani qormaata keessan akka fudhattan isin beeksifna!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Qulqullinni walakkaa Iimaanaati.
Anonymous voting

Wol dorgommiin faarfaamaan isa kami?
Anonymous voting

📣Yaadachiisa Cimaa!! Barattoota keenya Kabajmoo, 🔖 Barattoonni Qormaata torbee jalqabaa hin qoramiin hundi Qormaanni banamee jira waan ta'eef hanga har'a halkan sa'atii 1:00 linkii qormaataa fayyadamuun website irratti qoramaa!! Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50
============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] hadiis 12.mp39.04 MB

Kutaa Kudha lammaffaa(12)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.55 MB

📚 Kutaa Kudha Lammaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/aMKvsO62rFU?si=4D6tkwv37_71gMZT

Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Barattoonni qormaata torbee tokkoffaa barnoota hadiisaa hanga ammaatti qorame lakkoofsi isaan
Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Barattoonni qormaata torbee tokkoffaa barnoota hadiisaa hanga ammaatti qorame lakkoofsi isaani 8500 hin ga'u. Barattoota 45,000 ol irraa hangana qoramuun hedduu xiqqaadha. ➡️ Nutis barattoonni hedduun sababa gara garaatin isaani miijatu dhabuutif qormaata kana fudhachuu dadhaban kan jadhu ilaalcha keessa galchuun qormaata kana warri hin qoramiin akka qoramuuf carraa lammaffaa kenninee jirra. 🖍 Kanaafu barattoonni hanga ammaatti qormaata kan hin fudhatin hanga boru sa'ati tokkotti liinki qormaataa fayyadamuun akka qoramatan isin yaadachiifna. 📣 Hubachiisa: Qormaanni torbee Firii (Qabxii) keessan kan walii galaa koorsii irratti waan ida'amuuf hundi keessan qormaata kana fudhachuun isin irraa eegama. Qormaata gaarii!!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Jannataa fi Ibiddi uumamtoota lamaan kan ammaas jiraniidha, hin dhumatan, gonkumaa hin dhabaman.
Anonymous voting

Karaan haqaa kan qormaanni keessatti hin argamneedha.
Anonymous voting

Barnoota hadiisaa asirratti kennamaa jiru....
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] hadiis 11.mp39.87 MB

Kutaa Kudha tokkoffaa(11)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.51 MB

📚 Kutaa Kudha Tokkoffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/E7B_IqTDMLA?si=aZTvimsXb86L6XHA

Kanneen armaan gadii keessa kamtu ma'asiyaa gurguddaa hin ta'iini?
Anonymous voting