ch
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

前往频道在 Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

显示更多
未指定国家教育3 615

📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览

频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 224 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 615

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 224 名订阅者。

根据 19 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 482,过去 24 小时变化为 8,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 49.27%。内容发布后 24 小时内通常能获得 21.23% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 23 765 次浏览,首日通常累积 10 242 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 405

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

凭借高频更新(最新数据采集于 20 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

48 224
订阅者
+824 小时
+1007 天
+48230 天
帖子存档
➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota hadiisaa Sababa barattoonni haaraa galmaa'aan hedduun jiranii
Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖  Qormaanni xumuraa barnoota hadiisaa Sababa barattoonni haaraa galmaa'aan hedduun jiranii fi barattoonni tokko tokko rakkoo gara garaatin qoramuu hin dandeenyeef jecha guyyaa lamaaf hanga guyyaa Kibxataa 18/08/2026 halkan sa'aatii 1:00 dheereefamee jira. ➡️ Kanaafu, barattoonni sababa gara garaatin qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan fudhaa!!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66
============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa

📚 Barattoota keenya kabajamoo, Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 🔖 Qormaanni xumuraa
📚 Barattoota keenya kabajamoo, Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa guyyaa har'aa halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin carraa kana fayyadamuun ammuma qormaata fuudhaa, imala beekumsa keessani nu waliin itti fufsiisaa!! Maal kana qofa?? 🏆 Barattoota koorsii jalqabaa barnoota hadiisaa kana keessatti qabxii ol'aanaa galmeessaniifis badhaasni qopheeffamee jira! 🥇1ffaa-5,000 birr 🥈2ffaa-3,000 birr 🥉3ffaa-2,000 birr 💡 Nu waliin baradhaa; Qoramaa; Badhaafamaa!! 🗣Hubachiisa Qaxiin (Firiin) qormaataa fi Deebiin sirriin erga qormaanni cufame booda ifoom! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

📣 YAADACHIISA CIMAA!! Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaata Xumuraa barnoota Hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 8100 ol
📣 YAADACHIISA CIMAA!! Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaata Xumuraa barnoota Hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 8100 ol qormaata fudhatanii jira. Atihoo Qoramtee jirtaa❓❓ 📝 Qormaanni guyyaa boru Dilbata 16/08/2026 sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. Kanaafu, barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatiin ammuma qoramaa!! 🏆 Carraa kana hin dabarsinaa; ammuma Linkii qormaataa fayyadamuun qoramaa, badhaasaas argadhaa!!! 📌 Hubachiisa: Firiin (Qabxiin) qormaataa fi deebiin sirriin erga qormaanni cufamee booda ifooma! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_Xumuraa

📣 Yaadachiisa Cimaa! Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa Barnoota Hadiisaa website irratti kennamaa jira. Qorm
📣 Yaadachiisa Cimaa! Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa Barnoota Hadiisaa website irratti kennamaa jira. Qormaata kana ilaalchisee qabxiilee armaan gadii kana sirriitti hubadhaa!! 🔅 Qormaata kana qoramuu kan danda'u jalqaba nama website irratti galmaa'ee dha. 🔅 Erga deebii qormaataa guuttan booda xumura irratti " Submit all and finish" kan jedhu cuqaasuu hin irraanfatinaa. Yookiin qormaata akka hin xumurreetti ilaalama. 🔅 Qormaataaf sa'aan daangeeffame hin jiru. Kanaafu barattooni qormaata jalqabdanii submit godhuun duratti sababa garagaraatin irraa baatan itti deebitanii xumuruu ni dandeessu. 🔅 Barattoonni linkiin qormaataa isin seensisu dide sababa networkiitin ta'uu waan danda'uuf irra deebin yaalaa. 🔅 Barattoonni haarawa galmooftan ykn sababa tokko tokkoon qormaatilee darban qoramu hin dandeenye qormaata kana qoramuu ni dandeessu. ❌ Hubachiisa Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Garee_Teknikaa_irraa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Y
Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahf dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Du'aa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu fi hojii gaarii

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 📋 Qajeelfamoota armaan gadii sirriitti dubbisaa!! �
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 📋 Qajeelfamoota armaan gadii sirriitti dubbisaa!! 🗓 Yeroo Qormaataa Qormanni Xumuraa barnoota Hadiisaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 02/08/2026 ykn 26/11/2018 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🔖 Qormaata Xumuraa kana keessaatti gaafiilee 40tu jira. Gaafiin tokko qabxii 2 qaba. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif deebii qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun dhorkaadha. ❌ Namnii deebii garee irratti deebisuu qabxiin isaa ni haqama. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufame booda ifooma. Sana booda ilaalu dandeessu. 🔗 Yeroo qormaataa rakkoon yoo isin mudate, garee deeggarsa teeknikaa karaa Telegiraamiin qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_Xumuraa

📣 YAADACHIISA CIMAA!!! 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa boru guyyaa kamiisaa 13/08/2026 Ykn 07/12/2018 halkan sa'aatii
📣 YAADACHIISA CIMAA!!! 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa boru guyyaa kamiisaa 13/08/2026 Ykn 07/12/2018 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni banama. 🏆 Koorsii jalqaba kana irratti barattoota Qabxii Ol-aanaa fidaniif badhaasni qophaa'e jira Badhaasni qophaa'e: 🥇 1ffaa - 5,000 Birr 🥈 2ffaa - 3,000 Birr 🥉 3ffaa - 2,000 Birr 📍Hubachiisa: Qormaata qoramuuf website irratti galmaa'uun dirqama. Kanaafu, barattoonni haga ammaatti website irratti hin galmaa'in akka galmooftan isin yaadachiifna. 📖 Kitaaba keessan sirriitti dubbisuun qormaata xumuraatif sirriitti qophaa'aa. ⭐️ Qormaata gaarii akka isiniif ta'u hawwina!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

📣 YAADACHIISA CIMAA!!! 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa boru guyyaa kamiisaa 13/08/2026 Ykn 07/12/2018 halkan sa'aatii
📣 YAADACHIISA CIMAA!!! 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa boru guyyaa kamiisaa 13/08/2026 Ykn 07/12/2018 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni banama. 🏆 Koorsii jalqaba kana irratti barattoota Qabxii Ol-aanaa fidaniif badhaasni qophaa'e jira Badhaasni qophaa'e: 🥇 1ffaa - 5,000 Birr 🥈 2ffaa - 3,000 Birr 🥉 3ffaa - 2,000 Birr 📍Hubachiisa: Qormaata qoramuuf website irratti galmaa'uun dirqama. Kanaafu, barattoonni haga ammaatti website irratti hin galmaa'in akka galmooftan isin yaadachiifna. 📖 Kitaaba keessan sirriitti dubbisuun qormaata xumuraatif sirriitti qophaa'aa. ⭐️ Qormaata Gaarii akka ta'u isiniif hawwina!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

Hadiisa Sem 1ffaa Last.pdf10.31 MB

📢 Yaadachiisa Cimaa! 🏆 🎓 Barattoota Keenyaa Hundaaaf! ? Barattoonni barnoota Hadiisaa keessatti hirmaattanii fi hordofaa t
📢 Yaadachiisa Cimaa! 🏆 🎓 Barattoota Keenyaa Hundaaaf! ? Barattoonni barnoota Hadiisaa keessatti hirmaattanii fi hordofaa turtan, qormaata Hadiisaa xumuraa irratti dorgomuun badhaasa guddaa mo’adhaa!! Badhaasni: 🥇 1ffaa — 5,000 Birr 🥈 2ffaa — 3,000 Birr 🥉 3ffaa — 2,000 Birr 📅 Guyyaan Qormaataa xumuraa: 13/08/2026 ⏰ Yeroo: Halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee! 🔖 Qormaanni barnoota kutaa 1ffaa-14ffaa keessatti barattan hammata. Qormaanni Kitaaba irraa waan qopheefamuuf kitaaba sirriitti dubbisaa!! 🚫 Hubachiisa: Qormaata qoramuuf website irratti galmaa'uun dirqama. Kanaaf Barattoonni amma dura website irratti hin galmaa'in carraa kana hin dabarsinaa; har'uma galmaa'aa! 🔗 [Liinki Galmee] https://orm.africaacademy.com/my/courses.php 📲 Viidiyoo akkaataa galmee ilaaluuf as tuqaa 👇🏽 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96 👉 Har’a irraa qormaata xumuraatiif qophii keessan cimsaa! 📚 Baradhaa • Qophaa’aa • Dorgomaa • Mo’adhaa! 🏆 #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Hadiisaa xumurtan! 🎓📚 Barnoonni Had
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Hadiisaa xumurtan! 🎓📚 Barnoonni Hadiisaa guyyoota kudha afuriif (14) kennamaa ture har'a kutaa 14ffaa irratti xumuramee jira. Barnoota Hadiisaa kana keessatti barattoonni yeroo fi xiyyeeffannoo keessan kennitanii hanga guyyaa xumuraatti obsaan barnoota hordofaa turtan hundi  baga gammaddan isiniin janna. 🤲 Rabbiin ol ta’e waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaata xumuraa barnoota Hadiisaa 🗓 Guyyaa Kamisaa, 13/08/2026 (7/12/2018) kan kennamu ta'a. ⚠️ Qormaata dura: 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! 📖 Barattoonni haarawa galmooftanis haga dandeessaniin waan isin darbee qo'achaa qormaataaf qophaa'aa!! 📌 Odeeffannoo qormaataa waliin wal qabatu dhihootti isiniif maxxansina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📣 YAADACHIIS CIMAA 📣 🔖 Qormaanni Barnoota Hadiisaa Torbee lammaffaa har'a sa'atii 1:00 irratti cufamee jira. Rabbiin isin irraa haa qeebalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Qormaata_torbee_lammaffaa

Nabiyyiin (SAW) Zuhdii jaalala Rabbii argatuudhaaf akka sababaatti hin kaasan.
Anonymous voting

Akka hadiisa irratti ibsametti kanneen armaan gadii keessa kamttu jaala rabbii namaaf argamsiisa?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Hadiisa 14.mp310.00 MB

Kutaa Kudha afuraffaa (14)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.20 MB

📚 Kutaa Kudha Afraffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/g0rsgUZQee8?si=Ee_95X7q4JRR-Ht-

Fira namatti dhihaatu sufatuun fayidaa maali qaba?
Anonymous voting

Nabiyyiin (S.A.W) jechoota ergaa hedduu of keessatti qabattu kennamani jiru.
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Hadiisa 13 (1).mp310.21 MB