fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

رفتن به کانال در Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استآموزش3 717

📈 تحلیل کانال تلگرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

کانال Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 48 126 مشترک است و جایگاه 3 717 را در دسته آموزش دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 48 126 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 10 نوامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -171 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -5 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 43.50% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 17.30% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 20 936 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 8 328 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 254 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 11 نوامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

48 126
مشترکین
-524 ساعت
-747 روز
-17130 روز
آرشیو پست ها
Rabbiin maqaa inni ofiin hin of hin moggaasiniin moggaasuun gosa Ilhaadaa irraaayi.
Anonymous voting

Ilhaada jechuun akka lugaatti maal jechuudha?
Anonymous voting

Qormaata Aqiidaa Torbee Lammaffaa Qoramtee jirtaa
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Aqiida 13ffaa.mp311.45 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 13ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Sadaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=1pFG7NJpe5w&si=E6_zmiX-OKZJyMAW

🎉 Mujaahid Badhaasa Umraa Injifate! AkKaadaamiin Afriikaa Challenge TikTok addaa qopheesseen, dorgomtoota keessaa warreen sa
+6
🎉 Mujaahid Badhaasa Umraa Injifate! AkKaadaamiin Afriikaa Challenge TikTok addaa qopheesseen, dorgomtoota keessaa warreen sadarkaa 1-3 argatan sagantaa Har'a Gamoo Bilaalul Habashii irratti qophaa'een beekamaniiru. 🥇 Sadarkaa 1ffaa: Mujaahid — @mujahidfillah2 🕋 Badhaasa: Imala Umraa addaa kan Bijadeyiin Tour & Travel qophaa'e. 🥈 Sadarkaa 2ffaa: Seid Kemal — @seid_kemal_official 💰 30,000 Birr 🥉 Sadarkaa 3ffaa: Amir Ibrahim — @amir_ib8 💰 50,000 Birr 🏆 Badhaasni injifattootaaf Ulamaa'ii babbeekamoo fi hoggantoota Akaadaamii Afrikaatiin kennameera. Mujaahidi fi injifattoota hundaaf baga gammaddan! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

🎉 Mujaahid Badhaasa Umraa Injifate! AkKaadaamiin Afriikaa Challenge TikTok addaa qopheesseen, dorgomtoota keessaa warreen sa
+3
🎉 Mujaahid Badhaasa Umraa Injifate! AkKaadaamiin Afriikaa Challenge TikTok addaa qopheesseen, dorgomtoota keessaa warreen sadarkaa 1-3 argatan sagantaa Har'a Gamoo Bilaalul Habashii irratti qophaa'een beekamaniiru. 🥇 Sadarkaa 1ffaa: Mujaahid — @mujahidfillah2 🕋 Badhaasa: Imala Umraa addaa kan Bijadeyiin Tour & Travel qophaa'e. 🥈 Sadarkaa 2ffaa: Seid Kemal — @seid_kemal_official 💰 30,000 Birr 🥉 Sadarkaa 3ffaa: Amir Ibrahim — @amir_ib8 💰 50,000 Birr 🏆 Badhaasni injifattootaaf Ulamaa'ii babbeekamoo fi hoggantoota Akaadaamii Afrikaatiin kennameera. Mujaahidi fi injifattoota hundaaf baga gammaddan! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaann
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni Torbee Lammaffaa gosa Koorsii Aqiidaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 04/10/2026 ykn 24/01/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa qabama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoorm
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoormii) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa dilbataa (04/10/2026 ykn 24/01/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Akka yaada Ahlu As-sunnaatti gabrichi Qadara (Filannoo) hin qabu, dirqisiifamaadha.
Anonymous voting

Jahmi binu Safwaan eenyu?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Aqiida 12ffaa.mp311.47 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 12ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Lammaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=BgVQ0-i7YwY&si=PKzO0A-Ni47GoEtc

Sifoonni Rabbii ol ta'eef mirkanaa'an hundi sifoota guutuu dha.
Anonymous voting

Maqoota Rabbii keessaa "Al-Maalik" jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 11ffaa.mp313.28 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 11ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Tokkoffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir https://youtu.be/NsTHlOXYuDM?si=UI_8eeZXjZ8-KkwH