ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

SAGALEE HAFTUU-የ ቅሬታ ድምጽ

SAGALEE HAFTUU-የ ቅሬታ ድምጽ

الذهاب إلى القناة على Telegram

SAGALEEN HAFTUU SAGALEE KEESSAN!! የቅሬታ ድምጽ የርስዎ ድምጽ ። Contact us : @melkamuleta Call Now +251962151311 https://youtube.com/@dhugaatalks?si=xC39jEWyTAGvmHVa

إظهار المزيد
1 906
المشتركون
+324 ساعات
+27 أيام
+3130 أيام

جارٍ تحميل البيانات

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
أكتوبر '26
أكتوبر '26
+33
في 1 قنوات
سبتمبر '26
+61
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '26
+64
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+31
في 1 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+22
في 2 قنوات
Get PRO
مايو '26
+21
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+14
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+20
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+26
في 3 قنوات
Get PRO
يناير '26
+21
في 1 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+18
في 1 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+24
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+7
في 2 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+7
في 1 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+26
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+24
في 1 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+62
في 3 قنوات
Get PRO
مايو '25
+49
في 7 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+14
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+51
في 2 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+31
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+31
في 1 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+35
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+32
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+80
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+69
في 3 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+129
في 6 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+130
في 2 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+128
في 3 قنوات
Get PRO
مايو '24
+106
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+169
في 1 قنوات
Get PRO
مارس '24
+85
في 2 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+125
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '24
+171
في 6 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+159
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+139
في 2 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+168
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+136
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+158
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+122
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+114
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+60
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '23
+74
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '23
+352
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
17 أكتوبر+3
16 أكتوبر+2
15 أكتوبر+1
14 أكتوبر0
13 أكتوبر+3
12 أكتوبر+1
11 أكتوبر+1
10 أكتوبر0
09 أكتوبر+1
08 أكتوبر+3
07 أكتوبر+1
06 أكتوبر+2
05 أكتوبر+2
04 أكتوبر+4
03 أكتوبر+4
02 أكتوبر+1
01 أكتوبر+4
منشورات القناة
በ 2019 ዓ/ም ወደ ዋቸሞ ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ ተማሪዎች ዋቸሞ PCM እናንተን በጉጉት እየጠበቃችሁ ነውና በእነዚህ ስልክ ቁጥሮች ብትደውሉ በደስታ እንቀበላችኋለን። #Wachemo_PCM ‎ 📅
በ 2019 ዓ/ም ወደ ዋቸሞ ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ ተማሪዎች ዋቸሞ PCM እናንተን በጉጉት እየጠበቃችሁ ነውና በእነዚህ ስልክ ቁጥሮች ብትደውሉ በደስታ እንቀበላችኋለን። #Wachemo_PCM ‎ 📅 ጥቅምት 6/ 2019 ዓ/ም ‎📍Hossana, Ethiopia 🇪🇹 ‎ ‎ ‎🔔 ማህበራዊ ሚዲያ ገጾቻችንን ለመከታተል ‎================== ‎YouTube| http://www.youtube.com/@WachemoPCM ‎Telegram | https://t.me/WachemoPCM ‎Facebook | https://www.facebook.com/WachemoPCM

2
#Haramaya_University Barattoota Adventistii bara 2019 yunivarsitii Haramayyaa sin qaqqabe hundaaf!
#Haramaya_University Barattoota Adventistii bara 2019 yunivarsitii Haramayyaa sin qaqqabe hundaaf!
176
3
‎#WALLAGGA_UNIVERSITY_PUPLIC_CAMPUS_MINISTRY ‎ ‎Kabajamoof jaallatamtoota obboleewwan keenya maqaa gooftaa keenya yesuus kiristoosin nageenyi isiniif haa baay'atu. gara moora Yuunivarsiitii Wallaggaatti baga nagaan dhuftan jechaa,Barattotni Adveentisti guyya 7ffaa "freshman'' bara 2019 Yuunivarsiitii Wallaggaatti ramadamtan hundumti keessan, barattoonni buleeyyiin waldaa keenyaa isin simachuuf qophii  xumuranii jiru. . Dhufaatii keessan hawwii guddaan eegaa jirra. Imala barnootaa haaraa Yuunivarsiitii Wallaggaa keessatti gootan keessatti isin waliin ta'uun fi isin deeggaruudhaaf. Gara PCM  (FELOOSHIIPPII BARATTOOTA ADVEENTISTI YUUNIVARSIITII WALLAGGAA)tti baga nagaan dhuftan! Barattoota keenya qunnamuuf, maaloo lakkoofsa bilbilaa armaan gadii fayyadamaa. ‎ ‎1) +251905167502 - Yonas Habtalem ‎2) 0910287220 - Kerajan Samuel ‎3) 0917312933 - Keno Taressa ‎4) 0986069409 - Magarsa Gadisa ‎ ‎ ‎Dear brothers and sisters, welcome to Wallaga University PCM, peace be upon you in the name of our Lord Jesus Christ. new fresh man 7th Day Adventist students who were assigned to Wallaga University in 2019, the senior students of our church are ready to welcome you.We eagerly anticipate your arrival and look forward to embracing and supporting you in your new academic journey at Wallaga University. Welcome to our PCM (WALLAGA UNIVERSITY ADVENTIST STUDENTS FELLOWSHIP)! To get in touch with our students, please use the following phone numbers: ‎ ‎1) +251905167502 - Yonas Habtalem ‎2) 0910287220 - Kerajan Samuel ‎3) 0917312933 - Keno Taressa ‎4) 0986069409 - Magarsa Gadisa ‎ ‎ ‎ውድ ወንድሞች እና እህቶች በጌታችን በኢየሱስ ክርሰቶስ ስም ሰላም ይብዛላችሁ። ወደ ወለጋ ዩኒቨርስቲ ተማሪዎች ህብረት (Wollega University PCM)  እንኳን በደና መጣችሁ። ወደ ወለጋ ዩኒቨርስቲ የተመደባችሁ የ2019 ዓ.ም "freshman "7ኛ ቀን አድቬንቲስት ቤተክርስቲያን ተማሪዎች በሙሉ የቤተክርስቲያናችን ነባር ተማሪዎች እናንተን ለመቀበል በብዙ ጉጉት ዝግታቸውን ጨርሶ ይገኛሉ። ‎መምጣትሃችሁን በጉጉት እየጠበቅን በወለጋ ዩንቨርስቲ አዲሱ የትምህርት  ጉዞህችሁ ልንቀበልህችሁ እና ልንደግፋችሁ  እንጠበቃቹሃለን። ወደ PCM FELLOWSHIP  እንኳን በደህና መጣችሁ! ከተማሪዎቻችን ጋር ለመገናኘት፣ እባክዎን የሚከተሉትን ስልክ ቁጥሮች ይጠቀሙ፡- ‎ ‎1) +251905167502 - Yonas Habtalem ‎2) 0910287220 - Kerajan Samuel ‎3) 0917312933 - Keno Taressa ‎4) 0986069409 - Magarsa Gadisa ‎ ‎ ‎👉👉👉WUCPCM ‎
1 090
4
Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu jechaa, kana dura waa'ee da'ima keenya Toleraa Alamuutiif fuula keessan fi f+1
Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu jechaa, kana dura waa'ee da'ima keenya Toleraa Alamuutiif fuula keessan fi fuula Waaqayyoos ka'uun keenya ni yaadatama. Ammas ammoo da'imni kun gara wal'aansa opereshinii / sarjarii (surgery) waan deemaa jiruuf, maaloo, hundumti keessan kadhannaan akka hordoftaniif kabajaan isin gaafadha. Dhugumaan kadhannaan haadholii, kadhannaan abboolii fi kadhannaan obbolootaa humna guddaa fi dinqii hojjechuu danda'u waan qabuuf, kadhannaa haa goonuufi Waaqayyo harka doktorootaa haa qajeelchu; fayyina guutuus Toleraaf haa kennu. Kadhannaan keessan gaachana fi da'oo mucaa keenyaa haa ta'u! Maaloo, kadhannaa keessan keessatti Toleraa hin dagatinaa! 🙏❤️
233
5
#Barattoota_Haaraa_Adventistii bara kana #Yunivarsitii_Ambootti ramadamtaniifi Koollejjoota Magaalichaatti barachuuf jirtan hundumaaf ‎ ‎Duraan dursa Waaqa isa angafa milkaa'ina keessanii ta'ee sadarkaa kana irra akka geessan isin taasise guddaa galateeffanna! Fedha Waaqayyoo ta'ee gara keenyatti kan ramadamtan hunduu baga milkooftan, baga carroomtan jenna. ‎ ‎Nutis akka AUCPCM( Ambo University And College's Public Campus Ministry ) simannaa ho'aafi bareedaa ta'e isiniif gochuuf qophee barbaachisu xumuruu keenya gamanumaan isin beeksisuu jaallanna. Maarree barattoonni keenya bara kana gara Yuunivarsiitii Ambootti ramadamtaniifi Koollejjiiwwan Amboo jiran keessaa barachuuf sochii irra jirtan martuu, amma irraa eegaluun haalota isiniif mijeessinu waan qabnuuf ergaan kun akka isin qaqqabeen bilbila armaan gadii irratti bilbiluun akka nu quunnamtan jaalala Gooftaan isin gaafanna ‎ ‎➡️MAIN CAMPUS ‎TINSAYE MESFIN 0951426797 ‎HABTAMUU TAMESGEN 0940995902 ‎➡️HACHALU HUNDESSA CAMPUS ‎MILKESSA AGA 0952800504 ‎BARECHA DAMXO 0947215463 ‎SAMUEL BEGNA+251956286923 ‎➡️KOLLEJJI AMBOO KEESSATTI ARGAMANIIF ‎FIRA'OL BIRANU 0965464233 ‎UMERAN REGASA 0940708572 ‎Waan abboomamtaniif ammoo eebbifamaa! ‎@aucpcm ‎ ‎በ 2019 የትምህርት ዘመን በ አምቦ ዩንቨርስቲ ለተመደባችሁ ‎ዉድ የ አድቬንቲስት ታማሪዎች በ ‎ ቅድሚያ እንኳን ደስ አለችሁ ላምለት እንወዳለን ‎ ‎ባማሆኑም እኛ የ አምቦ PCM (አምቦ ዩኒቨርሲቲ እና ኮሌጅ አድቬንቲስት ታማሪዎች ህብረት እናንተን ዉድ ታማሪዎች ለመቀበል ዝግጅት አጠናቀን እየጠበቅናችሁ እንገኛለን ‎ለበለጠ መረጃ ‎ከ ታች ባሉ ስልክ ቁጥሮች ይደዉሉ ‎➡️ ዋና ካምፓስ ‎ ትንሳዬ መስፍን — 0951426797 ‎ ሐብታሙ ታመሰገን — 0940995902 ‎➡️ ሐጫሉ ሁንዴሳ ካምፓስ ‎ ሚልኬሳ — 0952800504 ‎ ባሬቻ — 0947215463 ‎ ሳሙኤል — +251956286923 ‎ @AUCPCM
241
6
#Ambo_university ‎ ‎
#Ambo_university ‎ ‎
184
7
Daa'imman 19 eebbifamuun waldaa Adventistii Hoolotaatt dabalamaniiru! Guyyaa har'aa Waldaan Adventistii guyyaa 7ffaa Hoolotaa+9
Daa'imman 19 eebbifamuun waldaa Adventistii Hoolotaatt dabalamaniiru! Guyyaa har'aa Waldaan Adventistii guyyaa 7ffaa Hoolotaa eebba daa'immanii taasifame irratti daa'imman 19 eebbifamaniiru Maqaan waaqayyoo kan eebbifame haa ta'u Ijjoolleen kennaa waaqayyooti, boru waldaa kana kan nurraa dhaalan isaani! Abdii keenya boruuti Waaqayyo ogummaatt, beekumsatti fi hafuuratti sin haa guddisu! Follow and Share @holetaSDAchurch
287
8
Qormaata #interview irratti Dadhabinakoo wallaaleen gale, Qoramuu dhaqeen, Baradhee gale! ‎Mee hamma dhumaatti obsaan dubbisaa! ‎ ‎Guyyaa kaleessaa dhaabbata hojii tokkotti waamamee qormaata afaaniif (oral exam) dhiyaadhe ‎Qormaata barreeffamaa xumurree yennaa oral exam'itt dhiyaadhu rukuttaan onneekoo fi ho'insi qaamakoo dabale! ‎Qormaataaf dhiyaadhee wantoota gurguddaa sadan kanneen baradhe ‎ #Tokkoffaan - #Of_ibsuu(himuu) irratti namuu cimaa dha (gobez)dha ‎Gaaffii akkas jedhun gaafatame - Gabaababinaan waa'ee kee nuuf ibsi jedhame ‎Ooh jedhee akka gammaduun ta'e, akka nama seenaa dilbii qabuutti waa'ee koo guyyaa dhalootaa irraa eegalee,,,, of himuu eegalee utuma waa'eekoo hin fixiin gaaffii itti aanutti darban ‎Amala namaa keessaa hamaa kan ta'e of himuudha, saatii dheeraa waa'ee ofii dubbachuudha, baay'ee of himuun of jajuu hordofsiisa kunis gara kufaatitt nama geessa. Kanaaf waa'ee mataa ofii waan muraasa qofa dubbachuun baradhe! ‎ #Lammaffaan- #Namni_dadhabina(weakness ) isaa hin beeku ‎ ‎Gaaffii akkas jedhun gaafatame mana hojii kana keessa carraa argattee yoo hojjette ciminnii fi dadhabinnikoo maalidha jettee yaadda? ‎Gaaffiin kun hundumaa caala natti ulfaate, ciminakoo caalatti dadhabinkoon wallaale. ‎Akkan dadhabaa ta'e nan beeka garuu himuu hin dandeenye ‎Ciminakoo xuqaa sadan tokko kaasee dadhabinakoo waa tokko qofan jedhe sanuu sirreessee dubbachuun dadhabe ‎ ‎Yeroo baay'ee dadhabbina nama birootti quba qabaa oolla, dadhabbina nama biroo haga dhibbaa lakkaa'uu dandeenya, garuu of hin arginu ‎Utuu qormaata kana irratti dadhabina abeluu nutti himi jedhanii meeqatama isaan gadi guuraaf faallaa isaammoo ciminni isaa natti hin argamu ture ‎ ‎Haa ta'u malee nami dadhabina isaa beekee himatu, cimaadha, namaaf waaqa birattis hojjetaa filatamaa ta'a. ‎Waaqayyo gaafa hojiisaaf nu yaamu cimina keenyaan miti dadhabbina keenya akka beeknee isatti himannu barbaada, dhaabbannis akkasuma ! ‎Edaa dadhabbina ofii himachuun nama moosisa!, an garuu dadhabina koo wallaaleen gale #Sadaffaa #Namni_Kennaaf_dandeettii addaa qabu baasee himachuun itti ulfaata! ‎ ‎Gaaffii akkas jedhun gaafatame - Ogummaa baratteen alatti kennaa/dandeettii addaa ati qabdu maali? ‎Naaf galuu dinnaan ‎Akkan hubadhuuf jedhee dandeettii addaa qaba jettee yaaddu, faaruu, sirba, shubbisa, aartii, barreessuu, dubbisuu, fkkf maal qabda naan jedhan ‎ ‎Dhugaa dubbachuuf gaaffiin kunis natti cime, waaqayyo Kennaaf dandeettii addaa akka naaf kenne nan amana, garuu baasee himachuun du'a natti ta'e, ana qofa mitii ijjoollee biroottillee akka cime odeeffadheera, ‎Waldaa keessattillee dargaggootaan kennaa maalii qabda jennee yennaa gaafannu namuu cal jedha? Faarfataa, lallabaa, barsiisaa, gorsaa yoo gaafatte cal jedha, kennaa qabaachuu isaa utuu beeku ‎ ‎Anis Kennaaf dandeettii koo dubbachuun leeyya'e, gaaffichi akka nama hin galleefi maal jettee maal jettee jechaaniin ture ‎Waaqayyo kennaa yennaa nuuf laatu akka ukkaamsinee qabannuuf miti, baasnee akka ittiin hojjennuuf, hojjechuuf ammoo dursa baasnee beeksisuun carraa hojii uumsa malee qaanii hin qabu ‎Kennaaf dandeettii waaqni nuuf kenne qaanofnee dhoksuun waaqayyo abbaa kennichaa salphisuufi galata dhabsiisuudha jedheen amana ‎Kennaaf dandeettiikee sanaan si miti kan jajamu, waaqa keeti, kanaaf itti leeyya'uu akka hin qabnen baradhe! ‎ ‎Dhuguma an baradhen ofiin jedhaa jechaa Qoramuu dhaqeen Baradhee gale! Waaqayyoof galanni haa ta'u! ‎ ‎Mee fuldurattis waan na fayyaduuf #dadhabinakoof_ciminakoo akkasumas #Kennaaf_dandeettii koo comment naaf godhaa warri na beektan! ‎ ‎Obsaan Waan dubbistaniif galatoomaa! Fuula FB #Melkamu_Leta_Abdisa irraa ‎ ‎
352
9
Irreecha irratti argamuun kitaabaa hafuuraa rabsaa oolte! #‎Lizibie_Fentaw waan hin yaadamne yaadde, waan hin yaalamne yaalte+6
Irreecha irratti argamuun kitaabaa hafuuraa rabsaa oolte! #‎Lizibie_Fentaw waan hin yaadamne yaadde, waan hin yaalamne yaalte, wangeela hojjechuuf iddoo marti mijataa ta'uu nuuf mirkaneessite ‎Akka Adventistootaatt nu boonsite, naamusa isheen agarsiisteef uummata kabajjee dhiyaatte, ishee kabachiisa, ishees jaallachiisa! ‎Yesuusis, bartoonnis akkuma ishee gochaa turan! ‎Waaqayyo si haa eebbisu Uummata ati kabajje waaqayyo haa kabaju! ‎ በኢሬቻ ላይ በመገኘት መጽሐፍትን ስትሰራጭ ውላለች! #‌‎ሊዚቤ_ፈንታው ያልታሰበውን አሰበች፣ ያልተሞከረውን ሞከረች፤ ወንጌልን ለማገልገል ሁሉም ቦታ ተስማሚ መሆኑን አረጋገጠችልን። ‎ ‎እንደ አድቬንቲስቶች በጣም አኮራችን። ለሕዝቡ ያሳየችው አክብሮትና መልካም ሥነ-ምግባር ሕዝቡ እንዲያከብራትና እንዲወዳት አድርጓል! ‎ ‎ኢየሱስም ሆነ ደቀ መዛሙርቱ እንደዚሁ ያደርጉ ነበር! ‎እግዚአብሔር ይባርክሽ። ‎አንቺ ያከበርሻቸውን ሕዝቦች እግዚአብሔር ያክብራቸው! @haftuvoice
417
10
Dirree Buraayyuuf naannoo ishee hundumaaf Faarfattoonni waldaa Adventistii guyyaa 7ffaa Hoolotaa Sanbata boruu tajaajila guyy
Dirree Buraayyuuf naannoo ishee hundumaaf Faarfattoonni waldaa Adventistii guyyaa 7ffaa Hoolotaa Sanbata boruu tajaajila guyyaa guutuu qabatanii waldaa Adventistii guyyaa 7ffaa Dirree Buraayyuutt dhufaa waan jiraniif hirmaattota eebba kanaa akka taatan gammachuu guddaan sin affeerra Boru Wal argaan Dirree haa ta'u! Sanbata gaarii @HoletaSDAchurch
355
11
Jijjirama kana Maaltu amana! Waaqayyo Waldaa #kushinaa sana nan diiga jedha utuu jedhanii Waaqayyo waldaa guddaa kan isaanii+1
Jijjirama kana Maaltu amana! Waaqayyo Waldaa #kushinaa sana nan diiga jedha utuu jedhanii Waaqayyo waldaa guddaa kan isaanii caalu nutti ijaare! Waldaa #Adventistii_guyyaa_7ffaa_kaachisii durii fi ammaa daawwadhaa share, like,comment godhaa 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/v/19YRzbi9yF/
400
12
https://youtube.com/shorts/hxlbZdY583E?si=a1rDSqTcyJ4sU4Hi
396
13
Naga fi ayyaannii waaqayyoo gooftaa siinif haa ta,u maatii RAY MINISTRY akkaam jirtu? Sagantan keenyaa har,as 2:30 toorasa egate ittii fufa. Gagessan: Girma fufa Lallaban: Fayera muluneh Kadhata: affera
355
14
Sagantaan egaleraa Link garee https://t.me/GOQDH7
Sagantaan egaleraa Link garee https://t.me/GOQDH7
282
15
GUYYAA 1 QOFATU HAFE! “Dhibeen Beellama Hin Qabatu!” Sagantaa yaa’ii guddaa Telegram irratti da'ima keenya Toleraa Alamuutiif
GUYYAA 1 QOFATU HAFE! “Dhibeen Beellama Hin Qabatu!” Sagantaa yaa’ii guddaa Telegram irratti da'ima keenya Toleraa Alamuutiif qophaa'eef guyyaan hafe GUYYAA 1 QOFA! Kadhannaa, faarfannaa fi gargaarsaan Toleraa Gooftaa dura dhiheessuuf beellama keenya hin dagatinaa! • 📅 Guyyaa: Boru (Fulbaana 17 / Sept 27) • ⏰ Yeroo: Galgala keessaa sa'aatii 2:00 irratti • 🎯 Mata-duree: “Ati kan fayyiftu, kottu!” • 📱 Bakka: Toora Telegram irratti Kottaa, lubbuu mucaa keenyaa haa oolchinu! Hundi keessan affeeramtaniittu. 🔗 Liinkii Garee: https://t.me/GOQDH7
409
16
Baga sagantaa daa'immanii nagaan geessan Ilaa ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti, dhala godhachuunis bu'aa inni namaaf kennuu dha.
Baga sagantaa daa'immanii nagaan geessan Ilaa ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti, dhala godhachuunis bu'aa inni namaaf kennuu dha. Far 127:3 Fuula telegram waldaa Hoolotaa join godhaa 👇 https://t.me/HoletaSDAchurch
301
17
Gadhiifameera https://youtu.be/aFelzklPv8U?si=4oTF3nPDfxKXu-Tc
298
18
WARRA DHUGAAF DHAABBATAN (SDA) Macaafa Qulqulluu bu'uura godhatanii, Sagalee Waaqayyoorree kan hin dabatarre. Amantiitti jabaatanii, dhugaadhaaf dhaabbatanii, Saboota cicimoo, qorumsaan hin jilbeeffanne. Sanbata qulqulluu kabajaan eeggachuun, Waaqayyoof boqotanii galata dhiyeessuun. Dhiibbaa addunyaatiif osoo hin sagadin, Sagalee dhugaatiif amanamaa ta'uun. Dhufaatii Lammaffaa Kiristoos eeggachaa, Jireenya qulqulluun fakkeenya ta'aa. Hafuuratti jabaatanii, fayyaa qaamaas eegaa, Warra amantiitti cimu, galata Waaqaa argaa. Qilleensi yoo bubbise, dambaliin yoo dha'e, Dhaabbanni amantii isaanii katarri hin raafamu. SDA'n warra cimaadha, amantiin geggeessamu, Dhugaaf gutaamanii, eebbaan kan guutamu.
254
19
ODUU GAMMACHIISAA! Faarfataan Kano bantushe dhiyootti faarfannaa mata-dureen isaa “Abbaa Dadhabootaa” jedhu qabatee dhufaara!
ODUU GAMMACHIISAA! Faarfataan Kano bantushe dhiyootti faarfannaa mata-dureen isaa “Abbaa Dadhabootaa” jedhu qabatee dhufaara!
221
20
Nagaaniif Araarri waaqayyoo Gooftaa keenyaa isiniif haa ta'u. Akkuman baayyee isin yaadee jirutti har'a oduu gammachuu addaa isiniif qabadhee dhufeera. Akkuma beekamu faarfattoonni waldaa Adventistii magaalaa Innaangoo Garee B, faarfannaa album jalqabaa Mata duree OF OOLCHI jedhu isin biraan gaheera. Ammas album 2ffaa mata duree DUKKANA KEESSAA GARA IFAATTI jedhu isiniif qabatee dhiyaateera. Faarfannaan kun track kudha jaha kan of keessatti hammatu yeroo ta'u qulqullina gaariitiin hojjetamee isiniif qaqqabeera. Maarree isinis link asii gaditti isiniif maxxanfamuun Youtube keenya seenuudhaan subscribe fi share nuuf gochuudhaan nu tumsaa. Har'a galgala kana fuula Youtube keenyaa kana irratti Faarfannaa mata dureen isaa #ABDIIDHAAN_WAAQAYYOON_EEGGADHU jedhu isiniif gadhiifama ittiin eebbifamaa. Hammasitti adaraa keessan share and subscribe nuuf godhaa. GALATOOMAA🙏 https://www.youtube.com/@enango_sda_church_b_choir
253