SAGALEE HAFTUU-የ ቅሬታ ድምጽ
Ir al canal en Telegram
SAGALEEN HAFTUU SAGALEE KEESSAN!! የቅሬታ ድምጽ የርስዎ ድምጽ ። Contact us : @melkamuleta Call Now +251962151311 https://youtube.com/@dhugaatalks?si=xC39jEWyTAGvmHVa
Mostrar más1 907
Suscriptores
+324 horas
+27 días
+3130 días
Cargando datos
Canales Similares
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
octubre '26oct '26
octubre '26
+35
en 1 canales
septiembre '26
+61
en 0 canales
Get PRO
agosto '26
+64
en 0 canales
Get PRO
julio '26
+31
en 1 canales
Get PRO
junio '26
+22
en 2 canales
Get PRO
mayo '26
+21
en 1 canales
Get PRO
abril '26
+14
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+20
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+26
en 3 canales
Get PRO
enero '26
+21
en 1 canales
Get PRO
diciembre '25
+18
en 1 canales
Get PRO
noviembre '25
+24
en 1 canales
Get PRO
octubre '25
+7
en 2 canales
Get PRO
septiembre '25
+7
en 1 canales
Get PRO
agosto '25
+26
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+24
en 1 canales
Get PRO
junio '25
+62
en 3 canales
Get PRO
mayo '25
+49
en 7 canales
Get PRO
abril '25
+14
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+51
en 2 canales
Get PRO
febrero '25
+31
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+31
en 1 canales
Get PRO
diciembre '24
+35
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+32
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+80
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+69
en 3 canales
Get PRO
agosto '24
+129
en 6 canales
Get PRO
julio '24
+130
en 2 canales
Get PRO
junio '24
+128
en 3 canales
Get PRO
mayo '24
+106
en 1 canales
Get PRO
abril '24
+169
en 1 canales
Get PRO
marzo '24
+85
en 2 canales
Get PRO
febrero '24
+125
en 0 canales
Get PRO
enero '24
+171
en 6 canales
Get PRO
diciembre '23
+159
en 2 canales
Get PRO
noviembre '23
+139
en 2 canales
Get PRO
octubre '23
+168
en 1 canales
Get PRO
septiembre '23
+136
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+158
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+122
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+114
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+60
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+74
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+352
en 0 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 18 octubre | +1 | |||
| 17 octubre | +3 | |||
| 16 octubre | +2 | |||
| 15 octubre | +1 | |||
| 14 octubre | 0 | |||
| 13 octubre | +3 | |||
| 12 octubre | +2 | |||
| 11 octubre | +1 | |||
| 10 octubre | 0 | |||
| 09 octubre | +1 | |||
| 08 octubre | +3 | |||
| 07 octubre | +1 | |||
| 06 octubre | +2 | |||
| 05 octubre | +2 | |||
| 04 octubre | +4 | |||
| 03 octubre | +4 | |||
| 02 octubre | +1 | |||
| 01 octubre | +4 |
Publicaciones del Canal
#Mettu_university
BARATTOOTA HAARAA ADIVEENTISTII BARA KANA( 2019) YUUNIVARSITII MATTUUTTI RAMADAMTANIIFI KOOLLEJJOTA MAGAALICHA KEESSATTI ARGAMAN IRRAA BARACHUUF GALMA'AA JIRTAN MARAAF!
Duraan dursa Waaqa isa angafa milkaa'ina keessanii ta'ee sadarkaa kana irra akka geessan isin taasise guddaa galateeffanna! Fedha Waaqayyoo ta'ee gara keenyatti kan ramadamtan hunduu baga milkooftan, baga carroomtan jenna.
Nutis akka miseensota waldaa Adveentistii guyyaa 7ffaa Naannawwa yunivarsitii Mattuutti simannaa ho'aafi bareedaa ta'e isiniif gochuuf qophee barbaachisu xumuruu keenya gamanumaan isin beeksisuu jaallanna. Maarree barattootni keenya bara kana gara Yuunivarsitii MATTUU tti ramadamtaniifi Koollejjiiwwan MATTUU jiran keessaa barachuuf sochii irra jirtan martuu, amma irraa eegaluun haalota isiniif mijeessinu waan qabnuuf ergaan kun akka isin qaqqabeen bilbila armaan gadii irratti bilbiluun akka nu quunnamtan jaalala Gooftaan isin gaafanna
Waan abboomamtaniif ammoo eebbifamaa!
0945657554 =B/Sa Yohannis Waaqjiraa
0925554260 =Jaallataa Ittafaa
0927164771=Abdii magarsaa
0937757526=Gammachis Fiqiruu
ለ2019 ዓ.ም ወደ መቱ ዩኒቨርሲቲ እና በከተማዋ ውስጥ በሚገኙ ኮሌጆች ለመማር የተመደባችሁ አዲስ የአድቬንቲስት ተማሪዎች በሙሉ!
በመጀመሪያ ደረጃ ለስኬታችሁ ባለቤት ለሆነውና እስከዚህ ደረጃ እንድትደርሱ ላደረጋችሁ ልዑል እግዚአብሔር ታላቅ ምስጋና እናቀርባለን! በእግዚአብሔር ፈቃድ ወደ እኛ የተመደባችሁ በሙሉ እንኳን ደስላችሁ፣ እንኳን አደላችሁ እንላለን።
እኛም የመቱ ዩኒቨርሲቲ አካባቢ የ7ኛው ቀን አድቬንቲስት ቤተክርስቲያን አባላት ለእናንተ ሞቅ ያለና ያማረ አቀባበል ለማድረግ አስፈላጊውን ዝግጅት ማጠናቀቃችንን ከወዲሁ ልናስታውቃችሁ እንወዳለን። ስለዚህ በዚሁ ዓመት ወደ መቱ ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ እና በከተማዋ በሚገኙ ኮሌጆች ለመማር በዝግጅት ላይ የምትገኙ ተማሪዎቻችን በሙሉ፣ ከሁኔታዎች አንፃር ልናመቻችላችሁ የምንፈልጋቸው ነገሮች ስላሉ ይህ መልእክት እንደደረሳችሁ ከዚህ በታች በተጠቀሱት ስልክ ቁጥሮች በመደወል እንድታናግሩን በጌታ ፍቅር እንጠይቃችኋለን።
ለታዛዥነታችሁም ተባረኩ!
0945657554 =B/Sa Yohannis Waaqjiraa.
0925554260 =Jaallataa Ittafaa
0927164771=Abdii magarsaa
0937757526=Gammachis Fiqiruu
| 2 | በ 2019 ዓ/ም ወደ ዋቸሞ ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ ተማሪዎች ዋቸሞ PCM እናንተን በጉጉት እየጠበቃችሁ ነውና በእነዚህ ስልክ ቁጥሮች ብትደውሉ በደስታ እንቀበላችኋለን።
#Wachemo_PCM
📅 ጥቅምት 6/ 2019 ዓ/ም
📍Hossana, Ethiopia 🇪🇹
🔔 ማህበራዊ ሚዲያ ገጾቻችንን ለመከታተል
==================
YouTube| http://www.youtube.com/@WachemoPCM
Telegram | https://t.me/WachemoPCM
Facebook | https://www.facebook.com/WachemoPCM | 121 |
| 3 | #Haramaya_University
Barattoota Adventistii bara 2019 yunivarsitii Haramayyaa sin qaqqabe hundaaf! | 208 |
| 4 | #WALLAGGA_UNIVERSITY_PUPLIC_CAMPUS_MINISTRY
Kabajamoof jaallatamtoota obboleewwan keenya maqaa gooftaa keenya yesuus kiristoosin nageenyi isiniif haa baay'atu. gara moora Yuunivarsiitii Wallaggaatti baga nagaan dhuftan jechaa,Barattotni Adveentisti guyya 7ffaa "freshman'' bara 2019 Yuunivarsiitii Wallaggaatti ramadamtan hundumti keessan, barattoonni buleeyyiin waldaa keenyaa isin simachuuf qophii xumuranii jiru. . Dhufaatii keessan hawwii guddaan eegaa jirra. Imala barnootaa haaraa Yuunivarsiitii Wallaggaa keessatti gootan keessatti isin waliin ta'uun fi isin deeggaruudhaaf. Gara PCM (FELOOSHIIPPII BARATTOOTA ADVEENTISTI YUUNIVARSIITII WALLAGGAA)tti baga nagaan dhuftan! Barattoota keenya qunnamuuf, maaloo lakkoofsa bilbilaa armaan gadii fayyadamaa.
1) +251905167502 - Yonas Habtalem
2) 0910287220 - Kerajan Samuel
3) 0917312933 - Keno Taressa
4) 0986069409 - Magarsa Gadisa
Dear brothers and sisters, welcome to Wallaga University PCM, peace be upon you in the name of our Lord Jesus Christ. new fresh man 7th Day Adventist students who were assigned to Wallaga University in 2019, the senior students of our church are ready to welcome you.We eagerly anticipate your arrival and look forward to embracing and supporting you in your new academic journey at Wallaga University. Welcome to our PCM (WALLAGA UNIVERSITY ADVENTIST STUDENTS FELLOWSHIP)! To get in touch with our students, please use the following phone numbers:
1) +251905167502 - Yonas Habtalem
2) 0910287220 - Kerajan Samuel
3) 0917312933 - Keno Taressa
4) 0986069409 - Magarsa Gadisa
ውድ ወንድሞች እና እህቶች በጌታችን በኢየሱስ ክርሰቶስ ስም ሰላም ይብዛላችሁ። ወደ ወለጋ ዩኒቨርስቲ ተማሪዎች ህብረት (Wollega University PCM) እንኳን በደና መጣችሁ። ወደ ወለጋ ዩኒቨርስቲ የተመደባችሁ የ2019 ዓ.ም "freshman "7ኛ ቀን አድቬንቲስት ቤተክርስቲያን ተማሪዎች በሙሉ የቤተክርስቲያናችን ነባር ተማሪዎች እናንተን ለመቀበል በብዙ ጉጉት ዝግታቸውን ጨርሶ ይገኛሉ።
መምጣትሃችሁን በጉጉት እየጠበቅን በወለጋ ዩንቨርስቲ አዲሱ የትምህርት ጉዞህችሁ ልንቀበልህችሁ እና ልንደግፋችሁ እንጠበቃቹሃለን። ወደ PCM FELLOWSHIP እንኳን በደህና መጣችሁ! ከተማሪዎቻችን ጋር ለመገናኘት፣ እባክዎን የሚከተሉትን ስልክ ቁጥሮች ይጠቀሙ፡-
1) +251905167502 - Yonas Habtalem
2) 0910287220 - Kerajan Samuel
3) 0917312933 - Keno Taressa
4) 0986069409 - Magarsa Gadisa
👉👉👉WUCPCM
| 1 343 |
| 5 | Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu jechaa, kana dura waa'ee da'ima keenya Toleraa Alamuutiif fuula keessan fi fuula Waaqayyoos ka'uun keenya ni yaadatama.
Ammas ammoo da'imni kun gara wal'aansa opereshinii / sarjarii (surgery) waan deemaa jiruuf, maaloo, hundumti keessan kadhannaan akka hordoftaniif kabajaan isin gaafadha.
Dhugumaan kadhannaan haadholii, kadhannaan abboolii fi kadhannaan obbolootaa humna guddaa fi dinqii hojjechuu danda'u waan qabuuf, kadhannaa haa goonuufi
Waaqayyo harka doktorootaa haa qajeelchu; fayyina guutuus Toleraaf haa kennu. Kadhannaan keessan gaachana fi da'oo mucaa keenyaa haa ta'u!
Maaloo, kadhannaa keessan keessatti Toleraa hin dagatinaa! 🙏❤️ | 253 |
| 6 | #Barattoota_Haaraa_Adventistii bara kana #Yunivarsitii_Ambootti ramadamtaniifi Koollejjoota Magaalichaatti barachuuf jirtan hundumaaf
Duraan dursa Waaqa isa angafa milkaa'ina keessanii ta'ee sadarkaa kana irra akka geessan isin taasise guddaa galateeffanna! Fedha Waaqayyoo ta'ee gara keenyatti kan ramadamtan hunduu baga milkooftan, baga carroomtan jenna.
Nutis akka AUCPCM( Ambo University And College's Public Campus Ministry ) simannaa ho'aafi bareedaa ta'e isiniif gochuuf qophee barbaachisu xumuruu keenya gamanumaan isin beeksisuu jaallanna. Maarree barattoonni keenya bara kana gara Yuunivarsiitii Ambootti ramadamtaniifi Koollejjiiwwan Amboo jiran keessaa barachuuf sochii irra jirtan martuu, amma irraa eegaluun haalota isiniif mijeessinu waan qabnuuf ergaan kun akka isin qaqqabeen bilbila armaan gadii irratti bilbiluun akka nu quunnamtan jaalala Gooftaan isin gaafanna
➡️MAIN CAMPUS
TINSAYE MESFIN 0951426797
HABTAMUU TAMESGEN 0940995902
➡️HACHALU HUNDESSA CAMPUS
MILKESSA AGA 0952800504
BARECHA DAMXO 0947215463
SAMUEL BEGNA+251956286923
➡️KOLLEJJI AMBOO KEESSATTI ARGAMANIIF
FIRA'OL BIRANU 0965464233
UMERAN REGASA 0940708572
Waan abboomamtaniif ammoo eebbifamaa!
@aucpcm
በ 2019 የትምህርት ዘመን በ አምቦ ዩንቨርስቲ ለተመደባችሁ
ዉድ የ አድቬንቲስት ታማሪዎች በ
ቅድሚያ እንኳን ደስ አለችሁ ላምለት እንወዳለን
ባማሆኑም እኛ የ አምቦ PCM (አምቦ ዩኒቨርሲቲ እና ኮሌጅ አድቬንቲስት ታማሪዎች ህብረት እናንተን ዉድ ታማሪዎች ለመቀበል ዝግጅት አጠናቀን እየጠበቅናችሁ እንገኛለን
ለበለጠ መረጃ
ከ ታች ባሉ ስልክ ቁጥሮች ይደዉሉ
➡️ ዋና ካምፓስ
ትንሳዬ መስፍን — 0951426797
ሐብታሙ ታመሰገን — 0940995902
➡️ ሐጫሉ ሁንዴሳ ካምፓስ
ሚልኬሳ — 0952800504
ባሬቻ — 0947215463
ሳሙኤል — +251956286923
@AUCPCM | 241 |
| 7 | #Ambo_university
| 184 |
| 8 | Daa'imman 19 eebbifamuun waldaa Adventistii Hoolotaatt dabalamaniiru!
Guyyaa har'aa Waldaan Adventistii guyyaa 7ffaa Hoolotaa eebba daa'immanii taasifame irratti daa'imman 19 eebbifamaniiru
Maqaan waaqayyoo kan eebbifame haa ta'u
Ijjoolleen kennaa waaqayyooti, boru waldaa kana kan nurraa dhaalan isaani! Abdii keenya boruuti
Waaqayyo ogummaatt, beekumsatti fi hafuuratti sin haa guddisu!
Follow and Share
@holetaSDAchurch | 287 |
| 9 | Qormaata #interview irratti Dadhabinakoo wallaaleen gale, Qoramuu dhaqeen, Baradhee gale!
Mee hamma dhumaatti obsaan dubbisaa!
Guyyaa kaleessaa dhaabbata hojii tokkotti waamamee qormaata afaaniif (oral exam) dhiyaadhe
Qormaata barreeffamaa xumurree yennaa oral exam'itt dhiyaadhu rukuttaan onneekoo fi ho'insi qaamakoo dabale!
Qormaataaf dhiyaadhee wantoota gurguddaa sadan kanneen baradhe
#Tokkoffaan - #Of_ibsuu(himuu) irratti namuu cimaa dha (gobez)dha
Gaaffii akkas jedhun gaafatame - Gabaababinaan waa'ee kee nuuf ibsi jedhame
Ooh jedhee akka gammaduun ta'e, akka nama seenaa dilbii qabuutti waa'ee koo guyyaa dhalootaa irraa eegalee,,,, of himuu eegalee utuma waa'eekoo hin fixiin gaaffii itti aanutti darban
Amala namaa keessaa hamaa kan ta'e of himuudha, saatii dheeraa waa'ee ofii dubbachuudha, baay'ee of himuun of jajuu hordofsiisa kunis gara kufaatitt nama geessa. Kanaaf waa'ee mataa ofii waan muraasa qofa dubbachuun baradhe!
#Lammaffaan- #Namni_dadhabina(weakness ) isaa hin beeku
Gaaffii akkas jedhun gaafatame mana hojii kana keessa carraa argattee yoo hojjette ciminnii fi dadhabinnikoo maalidha jettee yaadda?
Gaaffiin kun hundumaa caala natti ulfaate, ciminakoo caalatti dadhabinkoon wallaale.
Akkan dadhabaa ta'e nan beeka garuu himuu hin dandeenye
Ciminakoo xuqaa sadan tokko kaasee dadhabinakoo waa tokko qofan jedhe sanuu sirreessee dubbachuun dadhabe
Yeroo baay'ee dadhabbina nama birootti quba qabaa oolla, dadhabbina nama biroo haga dhibbaa lakkaa'uu dandeenya, garuu of hin arginu
Utuu qormaata kana irratti dadhabina abeluu nutti himi jedhanii meeqatama isaan gadi guuraaf faallaa isaammoo ciminni isaa natti hin argamu ture
Haa ta'u malee nami dadhabina isaa beekee himatu, cimaadha, namaaf waaqa birattis hojjetaa filatamaa ta'a.
Waaqayyo gaafa hojiisaaf nu yaamu cimina keenyaan miti dadhabbina keenya akka beeknee isatti himannu barbaada, dhaabbannis akkasuma !
Edaa dadhabbina ofii himachuun nama moosisa!, an garuu dadhabina koo wallaaleen gale
#Sadaffaa #Namni_Kennaaf_dandeettii addaa qabu baasee himachuun itti ulfaata!
Gaaffii akkas jedhun gaafatame - Ogummaa baratteen alatti kennaa/dandeettii addaa ati qabdu maali?
Naaf galuu dinnaan
Akkan hubadhuuf jedhee dandeettii addaa qaba jettee yaaddu, faaruu, sirba, shubbisa, aartii, barreessuu, dubbisuu, fkkf maal qabda naan jedhan
Dhugaa dubbachuuf gaaffiin kunis natti cime, waaqayyo Kennaaf dandeettii addaa akka naaf kenne nan amana, garuu baasee himachuun du'a natti ta'e, ana qofa mitii ijjoollee biroottillee akka cime odeeffadheera,
Waldaa keessattillee dargaggootaan kennaa maalii qabda jennee yennaa gaafannu namuu cal jedha? Faarfataa, lallabaa, barsiisaa, gorsaa yoo gaafatte cal jedha, kennaa qabaachuu isaa utuu beeku
Anis Kennaaf dandeettii koo dubbachuun leeyya'e, gaaffichi akka nama hin galleefi maal jettee maal jettee jechaaniin ture
Waaqayyo kennaa yennaa nuuf laatu akka ukkaamsinee qabannuuf miti, baasnee akka ittiin hojjennuuf, hojjechuuf ammoo dursa baasnee beeksisuun carraa hojii uumsa malee qaanii hin qabu
Kennaaf dandeettii waaqni nuuf kenne qaanofnee dhoksuun waaqayyo abbaa kennichaa salphisuufi galata dhabsiisuudha jedheen amana
Kennaaf dandeettiikee sanaan si miti kan jajamu, waaqa keeti, kanaaf itti leeyya'uu akka hin qabnen baradhe!
Dhuguma an baradhen ofiin jedhaa jechaa Qoramuu dhaqeen Baradhee gale! Waaqayyoof galanni haa ta'u!
Mee fuldurattis waan na fayyaduuf #dadhabinakoof_ciminakoo akkasumas #Kennaaf_dandeettii koo comment naaf godhaa warri na beektan!
Obsaan Waan dubbistaniif galatoomaa!
Fuula FB
#Melkamu_Leta_Abdisa irraa
| 355 |
| 10 | Irreecha irratti argamuun kitaabaa hafuuraa rabsaa oolte!
#Lizibie_Fentaw waan hin yaadamne yaadde, waan hin yaalamne yaalte, wangeela hojjechuuf iddoo marti mijataa ta'uu nuuf mirkaneessite
Akka Adventistootaatt nu boonsite, naamusa isheen agarsiisteef uummata kabajjee dhiyaatte, ishee kabachiisa, ishees jaallachiisa!
Yesuusis, bartoonnis akkuma ishee gochaa turan!
Waaqayyo si haa eebbisu
Uummata ati kabajje waaqayyo haa kabaju!
በኢሬቻ ላይ በመገኘት መጽሐፍትን ስትሰራጭ ውላለች!
#ሊዚቤ_ፈንታው ያልታሰበውን አሰበች፣ ያልተሞከረውን ሞከረች፤ ወንጌልን ለማገልገል ሁሉም ቦታ ተስማሚ መሆኑን አረጋገጠችልን።
እንደ አድቬንቲስቶች በጣም አኮራችን። ለሕዝቡ ያሳየችው አክብሮትና መልካም ሥነ-ምግባር ሕዝቡ እንዲያከብራትና እንዲወዳት አድርጓል!
ኢየሱስም ሆነ ደቀ መዛሙርቱ እንደዚሁ ያደርጉ ነበር!
እግዚአብሔር ይባርክሽ።
አንቺ ያከበርሻቸውን ሕዝቦች እግዚአብሔር ያክብራቸው!
@haftuvoice | 417 |
| 11 | Dirree Buraayyuuf naannoo ishee hundumaaf
Faarfattoonni waldaa Adventistii guyyaa 7ffaa Hoolotaa Sanbata boruu tajaajila guyyaa guutuu qabatanii waldaa Adventistii guyyaa 7ffaa Dirree Buraayyuutt dhufaa waan jiraniif hirmaattota eebba kanaa akka taatan gammachuu guddaan sin affeerra
Boru Wal argaan Dirree haa ta'u!
Sanbata gaarii
@HoletaSDAchurch | 355 |
| 12 | Jijjirama kana Maaltu amana!
Waaqayyo Waldaa #kushinaa sana nan diiga jedha utuu jedhanii Waaqayyo waldaa guddaa kan isaanii caalu nutti ijaare!
Waldaa #Adventistii_guyyaa_7ffaa_kaachisii durii fi ammaa daawwadhaa
share, like,comment godhaa
👇👇👇
https://www.facebook.com/share/v/19YRzbi9yF/ | 400 |
| 13 | https://youtube.com/shorts/hxlbZdY583E?si=a1rDSqTcyJ4sU4Hi | 396 |
| 14 | Naga fi ayyaannii waaqayyoo gooftaa siinif haa ta,u maatii RAY MINISTRY akkaam jirtu? Sagantan keenyaa har,as 2:30 toorasa egate ittii fufa.
Gagessan: Girma fufa
Lallaban: Fayera muluneh
Kadhata: affera | 355 |
| 15 | Sagantaan egaleraa
Link garee https://t.me/GOQDH7 | 282 |
| 16 | GUYYAA 1 QOFATU HAFE!
“Dhibeen Beellama Hin Qabatu!”
Sagantaa yaa’ii guddaa Telegram irratti da'ima keenya Toleraa Alamuutiif qophaa'eef guyyaan hafe GUYYAA 1 QOFA!
Kadhannaa, faarfannaa fi gargaarsaan Toleraa Gooftaa dura dhiheessuuf beellama keenya hin dagatinaa!
• 📅 Guyyaa: Boru (Fulbaana 17 / Sept 27)
• ⏰ Yeroo: Galgala keessaa sa'aatii 2:00 irratti
• 🎯 Mata-duree: “Ati kan fayyiftu, kottu!”
• 📱 Bakka: Toora Telegram irratti
Kottaa, lubbuu mucaa keenyaa haa oolchinu! Hundi keessan affeeramtaniittu.
🔗 Liinkii Garee: https://t.me/GOQDH7 | 409 |
| 17 | Baga sagantaa daa'immanii nagaan geessan
Ilaa ijoolleen kennaa Waaqayyoo ti,
dhala godhachuunis bu'aa inni namaaf kennuu dha.
Far 127:3
Fuula telegram waldaa Hoolotaa join godhaa
👇
https://t.me/HoletaSDAchurch | 301 |
| 18 | Gadhiifameera
https://youtu.be/aFelzklPv8U?si=4oTF3nPDfxKXu-Tc | 298 |
| 19 | WARRA DHUGAAF DHAABBATAN (SDA)
Macaafa Qulqulluu bu'uura godhatanii,
Sagalee Waaqayyoorree kan hin dabatarre.
Amantiitti jabaatanii, dhugaadhaaf dhaabbatanii,
Saboota cicimoo, qorumsaan hin jilbeeffanne.
Sanbata qulqulluu kabajaan eeggachuun,
Waaqayyoof boqotanii galata dhiyeessuun.
Dhiibbaa addunyaatiif osoo hin sagadin,
Sagalee dhugaatiif amanamaa ta'uun.
Dhufaatii Lammaffaa Kiristoos eeggachaa,
Jireenya qulqulluun fakkeenya ta'aa.
Hafuuratti jabaatanii, fayyaa qaamaas eegaa,
Warra amantiitti cimu, galata Waaqaa argaa.
Qilleensi yoo bubbise, dambaliin yoo dha'e,
Dhaabbanni amantii isaanii katarri hin raafamu.
SDA'n warra cimaadha, amantiin geggeessamu,
Dhugaaf gutaamanii, eebbaan kan guutamu. | 254 |
| 20 | ODUU GAMMACHIISAA!
Faarfataan Kano bantushe dhiyootti faarfannaa mata-dureen isaa “Abbaa Dadhabootaa” jedhu qabatee dhufaara! | 221 |
