JECHOOTA HAYYOOTAA
Above 32,300 FOLLOWERS JOIN US👊👊💯 👉 Jechamoota Hayyootaa biyya alaa FI keessaa 👉 Love Diary 👉 Saayikoolojii 👉 Seenaa HAYYOOTAA 👉 Taateewwan dinqisiisoo ⚡ Beekumsa Walii Galaa 🎗️ GORSA adda addaa https://telega.io/c/Jechamoota @Jechamoota
إظهار المزيد📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام JECHOOTA HAYYOOTAA
تُعد قناة JECHOOTA HAYYOOTAA (@jechamoota) في القطاع اللغوي Javanese لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 32 393 مشتركاً، محتلاً المرتبة 512 في فئة علم النفس والمرتبة 150 في منطقة فنلندا.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 32 393 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 27 أغسطس, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 527، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 12، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 21.62%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 8.02% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 7 000 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 2 597 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 33.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Above 32,300 FOLLOWERS
JOIN US👊👊💯
👉 Jechamoota Hayyootaa biyya alaa FI keessaa
👉 Love Diary
👉 Saayikoolojii
👉 Seenaa HAYYOOTAA
👉 Taateewwan dinqisiisoo
⚡ Beekumsa Walii Galaa
🎗️ GORSA adda addaa
https://telega.io/c/Jechamoota
@Jecham...”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 28 أغسطس, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة علم النفس.
جاري تحميل البيانات...
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 28 أغسطس | +11 | |||
| 27 أغسطس | +12 | |||
| 26 أغسطس | +16 | |||
| 25 أغسطس | +1 | |||
| 24 أغسطس | +13 | |||
| 23 أغسطس | +10 | |||
| 22 أغسطس | +6 | |||
| 21 أغسطس | +4 | |||
| 20 أغسطس | +15 | |||
| 19 أغسطس | +30 | |||
| 18 أغسطس | +63 | |||
| 17 أغسطس | +47 | |||
| 16 أغسطس | +66 | |||
| 15 أغسطس | +23 | |||
| 14 أغسطس | +16 | |||
| 13 أغسطس | +21 | |||
| 12 أغسطس | +5 | |||
| 11 أغسطس | +25 | |||
| 10 أغسطس | +12 | |||
| 09 أغسطس | +14 | |||
| 08 أغسطس | +23 | |||
| 07 أغسطس | +11 | |||
| 06 أغسطس | +45 | |||
| 05 أغسطس | +12 | |||
| 04 أغسطس | +17 | |||
| 03 أغسطس | +30 | |||
| 02 أغسطس | +8 | |||
| 01 أغسطس | +22 |
| 2 | Gabaasa dheeraa dubbisuun yeroo keessan isin jalaa qisaasesse jira?
Dhimmoota Simbirtuu; biyya keessaa, diinagdee Afrikaa fi taateewwan gurguddoon Addunyaa, akkamitti walitti hidhamiinsa akka qaban beekuu barbaadduu?
Nutis, seenaa miidiyaaleen Dhihaa yeroo baay’ee bira darban, ilaalcha haaraa fi bilisummaa Afrikaa irratti xiyyeeffachuun isiniif dhiyeessina. Sonaawwanifi
taateewwan ijoo Oromiyaa isin biraan geenya; Afrikaa fi Addunyaafis ni
agarsiifna.
Odeeffannoowwan ifa ta'an, xiinxala saffisaa, fi madaalawaa daqiiqaa muraasa
keessatti akka hubattan isin gargaarra.
Yeroo Keessan Qusadhaa; Akkasumas Odeeffannoowwan Ilaalcha Keessan Bal'isaniif Sputnik Afrikaa Hordofa!
👉 https://t.me/+4lflPjYCynMzMTMy | 980 |
| 3 | Guutuu IsaatiifLINK👇👇
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ | 517 |
| 4 | Ati sammuu kee irratti aangoo qabda—wantoota alaan ta’an irratti garuu miti. Kana hubadhu; achiin humna dhugaa ni argatta.
— Marcus Aurelius
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 2 073 |
| 5 | Dhugaa jireenyaa
Jireenyi dhugumaan jaalala fi kunuunsa malee homaa miti. Jaalalaa fi kunuunsa nama hundumaaf kenni; garuu deebii isaa hin eegin. Sababni isaa, jaalalli miira malee daldala miti. ❤️
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 2 298 |
| 6 | Gabaasa dheeraa dubbisuun yeroo keessan isin jalaa qisaasesse jira?
Dhimmoota Simbirtuu; biyya keessaa, diinagdee Afrikaa fi taateewwan gurguddoon Addunyaa, akkamitti walitti hidhamiinsa akka qaban beekuu barbaadduu?
Nutis, seenaa miidiyaaleen Dhihaa yeroo baay’ee bira darban, ilaalcha haaraa fi bilisummaa Afrikaa irratti xiyyeeffachuun isiniif dhiyeessina. Sonaawwanifi
taateewwan ijoo Oromiyaa isin biraan geenya; Afrikaa fi Addunyaafis ni
agarsiifna.
Odeeffannoowwan ifa ta'an, xiinxala saffisaa, fi madaalawaa daqiiqaa muraasa
keessatti akka hubattan isin gargaarra.
Yeroo Keessan Qusadhaa; Akkasumas Odeeffannoowwan Ilaalcha Keessan Bal'isaniif Sputnik Afrikaa Hordofa!
👉 https://t.me/+4lflPjYCynMzMTMy | 1 |
| 7 | Of Too'achuun yaada kee irratti gooftummaa qabaachuu irraa eegala.Yoo waan yaaddu to'achuu baatte waan hojjettu to'achuu hin dandeessu.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 2 980 |
| 8 | Hiriyyaan kee yoo si tuffate
Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne
Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate
Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE | 1 284 |
| 9 | Yeroo tokko tokko waan hunda akka beektu agarsiisuun ogummaa miti; yeroo sirrii keessatti callisuu fi akka waan hin beekneetti of qabachuunis ogummaa guddaadha.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 3 078 |
| 10 | @AnyQuotesTips
@AnyQuotesTips | 2 437 |
| 11 | Ati Waan dadhabaa taateef hin boossu. Onneen kee yeroo dheeraaf ba'aa baay'ee waan baateef ni boossa. Namoonni baay'ee si miidhan yeroo baay'ee warroota ati daangaa malee itti amantee dha. Kanaaf Nageenyi kee osoo guutummaatti hin badin eeggadhu. ❤️ 🔥
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 3 739 |
| 12 | Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM | 3 060 |
| 13 | Yeroo ati...
jireenya kee keessatti waan hundaaf itti gaafatamummaa fudhattu yeroo ati jireenya kee keessatti waan kamiyyuu jijjiiruuf humna argattudha.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 4 058 |
| 14 | Yeroo tokko tokko fayyinna jechuun dhiifama siif malu sana akka hin arganne fudhachuu dha. Ibsa barbaadde sana gonkumaa dhaga’uu dhiisuu dandeessa. Maaliif akka isaan jijjiiramanis gonkumaa hubachuu dhiisuu dandeessa. Garuu sun rakkoo miti.
Xumurri yeroo hunda isaan irraa hin dhufu. Yeroo tokko tokko, xumura jechuun namni biraa akka ati fuulduratti tarkaanfattu hayyama siif kennu eeggachuu yeroo dhaabdu irraa jalqaba. 💯
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 4 225 |
| 15 | Dadhabaa jechuun barataa barsiisaa isaa hin caalle jechuudha.
— Leonardo da Vinci
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 4 612 |
| 16 | Dura ofii keetiif gahaa ta’i. Addunyaan hafe si eeggachuu danda'a.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 4 780 |
| 17 | Kana irratti na amani:
Carraan yommuu ati tarkaanfattu ni bal’ata.
Nama tokko kan argattu waan dhaqxeef.
Waan haaraa kan argattu waan yaalteef.
Carraa tokko kan argattu waan gaafatteef.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 5 291 |
| 18 | Jireenya keessatti, wanti ati dhugumaan barbaaddu yeroo baay’ee salphaatti hin argamu.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 5 525 |
| 19 | Guutuu IsaatiifLINK👇👇
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ | 2 705 |
| 20 | Ulfinni guddaan kufuu dhabuu keessatti osoo hin taane, yeroo hunda eerga kuftee booda ka'uu keessatti argama.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 5 411 |
