JECHOOTA HAYYOOTAA
Above 33,000 FOLLOWERS JOIN US👊👊💯 👉 Jechamoota Hayyootaa biyya alaa FI keessaa 👉 Love Diary 👉 Saayikoolojii 👉 Seenaa HAYYOOTAA 👉 Taateewwan dinqisiisoo ⚡ Beekumsa Walii Galaa 🎗️ GORSA adda addaa https://telega.io/c/Jechamoota @Jechamoota
Показати більше📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу JECHOOTA HAYYOOTAA
Канал JECHOOTA HAYYOOTAA (@jechamoota) у мовному сегменті Яванська є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 33 652 підписників, посідаючи 477 місце в категорії Психологія та 146 місце у регіоні Фінляндія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 33 652 підписників.
За останніми даними від 25 жовтня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 544, а за останні 24 години на -3, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 23.78%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 8.89% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 8 000 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 2 990 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 38.
📝 Опис та контентна політика
Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“Above 33,000 FOLLOWERS
JOIN US👊👊💯
👉 Jechamoota Hayyootaa biyya alaa FI keessaa
👉 Love Diary
👉 Saayikoolojii
👉 Seenaa HAYYOOTAA
👉 Taateewwan dinqisiisoo
⚡ Beekumsa Walii Galaa
🎗️ GORSA adda addaa
https://telega.io/c/Jechamoota
@Jecham...”
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 26 жовтня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Психологія.
Завантажуємо дані
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 26 жовтня | +8 | |||
| 25 жовтня | +7 | |||
| 24 жовтня | +18 | |||
| 23 жовтня | +4 | |||
| 22 жовтня | 0 | |||
| 21 жовтня | +16 | |||
| 20 жовтня | +12 | |||
| 19 жовтня | +18 | |||
| 18 жовтня | +32 | |||
| 17 жовтня | +1 | |||
| 16 жовтня | +43 | |||
| 15 жовтня | +10 | |||
| 14 жовтня | +20 | |||
| 13 жовтня | +23 | |||
| 12 жовтня | +28 | |||
| 11 жовтня | +35 | |||
| 10 жовтня | +23 | |||
| 09 жовтня | +31 | |||
| 08 жовтня | +33 | |||
| 07 жовтня | +30 | |||
| 06 жовтня | +15 | |||
| 05 жовтня | +25 | |||
| 04 жовтня | +40 | |||
| 03 жовтня | +17 | |||
| 02 жовтня | +15 | |||
| 01 жовтня | +5 |
| 2 | Si jaalala si kuffisa.
Ana hirribatu na kuffisa.
Anaaf Si tokkoo miti Bro.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 946 |
| 3 | Guutuu IsaatiifLINK👇👇
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ | 820 |
| 4 | Osoo beektee Ani iddoo boqonnaa kan keeti.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 3 225 |
| 5 | Amma pilaaneetii kana irratti hiriyaa koo argachuu akkan hin dandeenye amanuu jalqabee jira.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 3 887 |
| 6 | Nama siif hin dhimmamne qabattee of hin dhabin. 💗
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 4 140 |
| 7 | Madaan kee waan si balleessuuf yaadame irraa akka hafte ragaadha. Fuulduratti tarkaanfachuu itti fufaa. Gaaf tokko seenaan kee namoota biroof kaka'umsa ta'a.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 4 602 |
| 8 | Halkan Gaarii isiniif haa ta'u.... | 1 207 |
| 9 | Hiriyyaan kee yoo si tuffate
Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne
Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate
Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE | 2 579 |
| 10 | Namni tokko tokko akka Tiitisaati. Madaa kee keessa si qotuu jaalata.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 5 097 |
| 11 | Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM | 2 943 |
| 12 | Waaqayyo cubbamaa ati taate fayyisuu danda'a malee qulqulluu ati of fakkeessitu miti.
—Anthony Bloom
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 5 388 |
| 13 | 💸 +3024.371 USDT — withdrawal received!
Another real payment from https://t.me/KLIKBIT_BOT?start=ad_ZV2LVTGK2 has arrived in my wallet. No empty promises: a confirmed USDT transfer.
✅ Deposit USDT in just a few taps
✅ The trading bot works for you 24/7
✅ Earn in USDT + klikPay and withdraw to your own wallet
I’ve already made a withdrawal. Now it’s your turn — start today!
🚀 https://t.me/KLIKBIT_BOT?start=ad_ZV2LVTGK | 3 569 |
| 14 | Hin Murtiinaa
Namni waan salphaa dabarsaa jiru hin jiru, namni hundi rakkoo qaba. Namoonni maal keessa akka jiran gonkumaa hin beektu. Kanaafuu namoota birootti murteessuu, qeequu ykn qoosuu jalqabuu kee dura, Namni hundi Lola isaa keessa akka yaadadhu.
━━━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 5 886 |
| 15 | Yeroo kee warra haalduree tokko malee si jaallatan irratti dabarsi. Warra yeroo haalli isaaniif mijatu qofa si jaallatan irratti hin qisaasessin. 🙂✨
━━━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 5 546 |
| 16 | Namoota kaan yeroo komattu fi qeeqxu waa'ee kee dhugaa tokko tokko irraa fagaachaa jirta.
━━━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 6 323 |
| 17 | CHANNEL KANNEEN JOIN GODHAA 📲📲 | 3 939 |
| 18 | Ati nama biraa fakkaachuuf hin dhalanne. Addummaan kee hanqina kee osoo hin taane, humna kee ta’uu danda’a. 💯
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 6 509 |
| 19 | Jaalalli fi gaarummaan namoota kaaniif yommuu nutti dhagaʼamu, namoonni kaan akka jaallataniifi akka kunuunfaman akka itti dhagaʼamu gochuu qofa utuu hin taʼin, gammachuu fi nagaa keessoo akka guddifannu nu gargaara.
- Tenzin Gyatso
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 4 574 |
| 20 | Guutuu IsaatiifLINK👇👇
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ | 3 537 |
