cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥 😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

إظهار المزيد
فنلندا142لم يتم تحديد اللغةالفوضى والترفيه1 580
مشاركات الإعلانات
31 716
المشتركون
+2424 ساعات
+1367 أيام
+1 09330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Yeroo baay'ee namoonni tokko tokko yoo ati kolfitu yeroo si argan wanta boosssu itti hin fakkaatu wanta gadditu itti hin fakkaatu halkanii guyyaa wanta kolfitu itti fakkaata. Haa ta'u malee keessa kee kan beeku sii fi uuma kee qofa. Icciitii Jireenya keetii nama kamiifuu ibsuun sin barbaachisu Namoonni jireenya kee kan tilmaaman akka ilaalcha fi dandeettii isaanitti qofa. Kun immoo jireenyaf eenyummaa kee akkasumas gatii kee ibsuu hin danda'u. Gatii kee kan beeku suma qofa Leenci leencummaa isaa eenyumaafuu hin ibsu. Gochaan itti agarsiisa kanaafuu ati eenyumaa kee namoonni kallattii gara garaatin jajal'isanii odeessanis tasumaa hin yaadda'in waa'ee eenyumma keeti namaaf hin ibsin gochaan itti agarsiisi! :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
إظهار الكل...
49👍 27🕊 7🥰 5👏 4
Namoonni baayyeen namaaf amanamuu dadhabuudhaan dhumasaani gaabbiidhaan guutu ; kun immoo jireenya keenya keessatti miidhama guddaa qaba! Yoomuu namaaf amanamaa/tu ta'i. Yoo miidhamtes dhuma keetu gaarii ta'a! Gaafa namni si gane sun gatii guddaa kaffalu teessee ilaaluun akka ati waan hundumaatti amanamtuuf si gargaara! 🚫Namaaf Amanamuun Waan Hundumaarra Gaariidha! :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
إظهار الكل...
125👍 44🥰 10
Gurbaa dhiiraa tokkotu mucayyoo tokko jaallatee mana isaanii yoo deemu isheen abbaa ishee waliin mana isaanii balbala jirti. #INTALA : Obboleesso maal barbaada dhufte? #GURBAA : kitaaba 'shall we meet' jedhu barbaadeen dhufe, ni qabdaa? #INTALA : dhiifama isa hin qabu garuu kitaaba 'wait me at the door i will come' jedhu qaba. #GURBAA : garuu isa anillee nin qaba,kitaaba '‛ok, Please come quickly' jedhamuhoo qabdaa? #INTALA : eeyyee isaafii kitaaba 'Ok Well, I'll come right now my sweet' jedhus nin qaba jetteen. #ABBAA ; intala tiyya kitaaba kana mara kan dubbistu taanaan baay'ee cimtuudha, barana 1ffaa ba'uu hin ooltu...Garuu kitaaba tokko irraanfatte malee. #INTALA : kitaaba kam dagadhee Abbaa koo? #Abbaa: kitaaba isa "I am not stupid I can understand everything what you are talking about" kan jedhu dagatte malee... jedheen... 😀😂jedhama... :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
إظهار الكل...
👍 83 25😁 18👏 5🥰 4😱 1
"Gaafan gaddu rooba keessa deemuun jaalladha Sababni isaas,gaafan boo'u namni kamuu imimmaan koo hin argu" #Charlie_chaplin :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
إظهار الكل...
👍 158 46😁 10💔 10🕊 6
😭😭 Mucaan baay'ee jaalata garuu isheen hubachuufii hin dandeenye sababni isaas hin jirree odeessuu fi fakkeessu hin danda'u. Akkasumas  jaalala isheef qabu jechootan caalaa gochaan ibsuufii filata. Sababa sanaaf guyyaa tokko kennaa  qopheesseefii ofitti waame. Isheen garuu isas kennaa isaas waan nuffiteef. Har'ii guyyaa dhumaati, kana caalaa hiyyeessa waliin turuu hin danda'u jechuun achumatti isa gattee deemte, onneen isaa garmalee cabee, kennaa sana qabatee achumatti mugee hafe. sana booda gargar bahaani hafan jireenyi isaanii itti fufe. Isheen waggaa muraasa booda hojjataa dhaabbata wayii keessa hojjatu heerumtee jireenya eegalte. Guyyaa tokko dhaabbata abbaan mana ishee keessa hojjatu biiroo isaa  deemtee jaalallee ishee isa durii argite, dureessa akkamii akka heerumte itti himuuf yeroo jettu, abbaan manaa ishee dursee akkas jedheen, '' bareedduu too wal baraa isa jechuun abba dhaabata kanaa, itti gaafatamaa kiya. Kana malee dhaabbata 4 qaba. Nama baay'ee garraamessa ta'eedha jedheen. Kana yoo dhageessu Isheen wanta dubbattu dhabde, afaan ishee wal hidhe. ilaa obboloota koo akkuma dhaadhaan dhiibbameetan mataarra bahe jette isinis dhiibbamuu keessan hin jibbinaa. Uuman keessan jireenya keessan keessaa waa tokko yoo baasu isin fayyaduuf malee, tasumallee isin miidhuf miti. Wanta jireenya keessan keessatti uummame maraaf uumaa keessan galateeffachuu amaleeffadha. :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
إظهار الكل...
👍 128 55😁 1
#Kunis jira edaa! "Narraatti jaalate hin beeku, hin hinaafuu, sirriitti na kunuunsa" kan jette niitii Ricardo Kakaati kun sababa wal hiikuu isaanii tahu dubbatte. Haadha warraa taphaata kubbaa miillaa lammii Biraaziil Ricardo KAKA duraanii kan taate Kaaroliin Cheeliikoo maaliif akka KAKA dhan wal hiikte gaafatamnaan, sababa inni abbaa manaa sirrii ta'eefidha jette. Ilmi namaa akkamitti guutumaatti sirrii ta'a jedhee Sodaadheen gadi lakkise jette. " Kakaan gantummaa narraatti raawwate/ na gowwomsee/ hin beeku, dubartii biraa narraatti fudhatee hin beeku, hin hinaafus, sirriitti na kunuunsa, maatii isaaf yeroo ga'aa kenna. Garuu ani kanatti gammadoo miti akkamitti inni dogoggora xiqqoo illee tahu hin hojjenne. Rakkoon isaa innj anaaf sirrii ta'uu isaati" jette. Via miidiyyaa hawwasummaa 🚬🌱⚽🚶
إظهار الكل...
👍 108 39🤩 14🥰 12😱 2👀 2🕊 1
Repost 3 Jaalala + Kabaja + Hubannoo + Dhiifama = Gaa'ela Gaarii 😊 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
إظهار الكل...
172👍 44🥰 8👏 6🕊 3🤩 2
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
إظهار الكل...
8👍 5
148👍 48👏 8😁 6
Na Jaalatta Jedhee Yaaduu Kooti Malee Si Jaalachuun Koo Balleessaa Miti.💔 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa🌹
إظهار الكل...
108🥰 11👍 10🆒 4