ar
Feedback
Maya Star College

Maya Star College

الذهاب إلى القناة على Telegram

Committed For Quality Education!!

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم46 596
2 700
المشتركون
-324 ساعات
-227 أيام
-4730 أيام
أرشيف المشاركات
maya_star_college_song.wav4.06 MB

photo content
+1

Kolleejjii Maayaa istaar Yaa Madda barnootaa, Utubduu dhalootaa, OOMISH-TUU hayyootaa. Yaa wirtuu ga'umsaa, Waa'ee kee lallab
+9
Kolleejjii Maayaa istaar Yaa Madda barnootaa, Utubduu dhalootaa, OOMISH-TUU hayyootaa. Yaa wirtuu ga'umsaa, Waa'ee kee lallabeen, Dhawwaaqee dhageeysisa! Maayaa Istaar jechuun, Bar faaya sammuuti, Qartuu sammuu namaa, Utubduu jiruutii. Dukkana dhabamsiistee, Ifa gootee abdiisaa, Egeree dhalootaa, Tolchitee ijaarsa. Lubbuu baraaruudhaaf, Ogummaan nu hidhachiftaa, Gargaarsa fi dhiifamaan, Harkaan nagaa tamsaaftaa. Addunyaa ammayyaa, Kalutti nuuf dhiyeessitaa, Uumama teeknoolojiin, Sanyii kalaqaa baastaa. Ogummaa bulchiinsaa, Hoggansa maallaqaa, Investeroota boruu, Leenjistee gabaaf laattaa. Ogummaa fi beekumsaan, Kuusaa amala gaarii, Milkaa'ina jireenyaa, Ati jabaadhuu itti fufii, Yaa wirtuu amadaallii. Maayaa Istaar, Ati urjii calaqqiftuu, Ifa gootee dhalootaaf seenaa, Siin boona dhaloonni keenya, Guddadhu yaa fana seenaa! Kolleejjii Maayaa Istaar Wirtuu Gahumsaa

photo content
+1

#Kaampaasii Carcar Kolleejjiin Maayaa Istaar Kaampaasii Carcar KTL (Kenna Tajaajila Lammummaa) fi duula Ashaaraa Magariisaa i
+9
#Kaampaasii Carcar Kolleejjiin Maayaa Istaar Kaampaasii Carcar KTL (Kenna Tajaajila Lammummaa) fi duula Ashaaraa Magariisaa irratti adda durummaan hirmaachuun Bulchiinsa Magaalaa Baddeessa Ganda Madda Beekumsaa waliin ta'uun, Gaaddisa dhaloota Hegeree tan taate Biqiltuu dhaabuuf Barsiisotaa fi barattoota isaa hirmaachisuun iddoo Kolleejjichaaf kenname Boolla biqiltuun iiti dhaabbamu akka barbaadamutti qopheessuun xumurameeti jira. Kolleejjii Maayaa Istaar Kaampaasii Carcar

#Kolleejjiin Maayaa istaar Wirtuu Gahumsaa kan tahe Eebba Marsaa 2ffaa Eebbisuuf qophaa'aa jira. Kolleejjiin Maayaa istaar Ee
+5
#Kolleejjiin Maayaa istaar Wirtuu Gahumsaa kan tahe Eebba Marsaa 2ffaa Eebbisuuf qophaa'aa jira. Kolleejjiin Maayaa istaar Eebbaa marsaa kana haala milkaa'aafi seena qabeessa taheen eebbisuuf qophii eegaluun guyyaa arraa Hoggantoonni Kolleejjichaa dura buutota barattootaa waliin sirna Eebbaa irratti Marii bu'a qabeessa tahe gaggeesseeti jira. Kolleejjichi barattoota Gahumsa qaban beekumsaa fi dandeettiin qaree gara gabaa hojiitti baasuuf qophaa'aa kan jiru yoo tahu, eebbi marsaa kanaa seenaa kolleejjichaa keessatti bifa adda taheen akka galmeeffamuuf qophiin hundagaleessaa jabaatee eegalameera. Kolleejjii Maayaa Istaar Wiirtuu Gahumsa!!

#Kolleejjiin Maayaa istaar Wirtuu Gahumsaa kan tahe Eebba Marsaa 2ffaa Eebbisuuf qophaa'aa jira. Kolleejjiin Maayaa istaar Ee
+5
#Kolleejjiin Maayaa istaar Wirtuu Gahumsaa kan tahe Eebba Marsaa 2ffaa Eebbisuuf qophaa'aa jira. Kolleejjiin Maayaa istaar Eebbaa marsaa kana haala milkaa'aaafi seena qabeessa taheen eebbisuuf qophii eegaluun guyyaa arraa Hoggantoonni Kolleejjichaa dura buutota barattootaa waliin sirna Eebbaa irratti Marii bu'a qabeessa tahe gaggeesseeti jira. Kolleejjichi barattoota Gahumsa qaban beekumsaa fi dandeettiin qaree gara gabaa hojiitti baasuuf qophaa'aa kan jiru yoo tahu, eebbi marsaa kanaa seenaa kolleejjichaa keessatti bifa adda taheen akka galmeeffamuuf qophiin hundagaleessaa jabaatee eegalameera. Kolleejjii Maayaa Istaar Wiirtuu Gahumsa!!

COC Notice!
COC Notice!

photo content
+1

#Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa (coc) ogummaalee adda addaatiin marsaa kanatti kennaa ture Milkaa'inaan
+9
#Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa (coc) ogummaalee adda addaatiin marsaa kanatti kennaa ture Milkaa'inaan xuxmureeti jira. Kolleejjii Maayaa Istaar Wirtuu Gahumsaa

#Kolleejjiin Maayaa Istaar marsaa kanaafiis Madaalamtootaaf Hubannaa kennuun Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) ogummaalee adda a
+1
#Kolleejjiin Maayaa Istaar marsaa kanaafiis Madaalamtootaaf Hubannaa kennuun  Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) ogummaalee adda addaatiin kennuu eegaleeti jira. Kolleejjii Maayaa Istaar Wirtuu Gahumsaa!!

#Kolleejjiin Maayaa Istaar Sadarkaa Oromiyaatti Guyyaa Arraa Leenjii Dhaweessummaa(Entrepreneurship) iddoo Abba Adeemsa Kenna
+6
#Kolleejjiin Maayaa Istaar Sadarkaa Oromiyaatti Guyyaa Arraa Leenjii Dhaweessummaa(Entrepreneurship) iddoo Abba Adeemsa Kenna Leenjii Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Magaalaa Maayaa Adde Rude Nigatu fi Hoogganaa Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa Obbo Hayile Nuguse jiranitti Leenjistoota Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa waliin tahuun Leenjifamtootaa Kolleejjichaatiif Leenjii kennuu eegaleeti jira. Kolleejjii Maayaa istaar Wirtuu Ga'umsaa

#Kolleejjiin Maayaa Istaar Barattoonni Mummee Fayyaa Barataan yeroo Hospitala Waliigalaa Haramaayaatti Leenjii waltahinsaa(Ho
+2
#Kolleejjiin Maayaa Istaar Barattoonni Mummee Fayyaa Barataan yeroo Hospitala Waliigalaa Haramaayaatti Leenjii waltahinsaa(Hospital Practical Attachment) bahuun Leenji'an. Barattoota Kolleejjii Maayaa Istaar Barattootaa ciccimoofi kutatoo Ogummaa isaanii daran cimsachuuf Guyyaa bira darbbee Galgala dabalatee ogeeyyii fayyaa Hospitaalaa waliin tahuun galgala (duty) buluun Hawaasa ofii tajaajilan. Barattoota Kolleejjii Maayaa Istaar

Waamicha Paartiin Badhaadhinaa Magaalaa Maayaa dhiheesseef fudhachuun Barattoonni Shamarranii Kolleejjii Maayaa Istaar sosoch
+8
Waamicha Paartiin Badhaadhinaa Magaalaa Maayaa dhiheesseef fudhachuun Barattoonni Shamarranii Kolleejjii Maayaa Istaar sosochii duula nu filadhaa dubartootaa Marsaa 7ffaa Magaalaa Maayaa Bakka Hogganttuun Biiroo lafa oromiyaa Adde Masarat Asafa, Kantiibaa Magaalaa Maayaa Dr. Efrah Waziir fi Keessummoonni adda addaa jiranitti Saganticha irratti hirmaataniiti jiran. Odeeffannoo dabalataa argachuuf Tiktookii keenya @mayastar031 Feesbuukii keenya https://www.facebook.com/share/1CyCxE3hFr/ Teeleegramii keenya https://t.me/mayastarr Weebsaayitii keenya www.mayas.edu.et

Center of Excellence! Choice of Intellectual
Center of Excellence! Choice of Intellectual

Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) hamma Gulantaa(Level IV) tti geessisu Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Og
+3
Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) hamma Gulantaa(Level IV) tti geessisu Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa damee ciroo waliin tahuun Ogummaa adda addaatiin Guyyoota 5f kennaa ture xumureeti jira. Addatti Galata 1. Waajjira Bulchinsa Kutaa Magaalaa Haramaayaa 2. Waajjira Poolisii Kutaa Magaalaa Haramaayaa 3. Waajjira Nageenya Kutaa Magaalaa Haramaayaa fi Hooggansa, Hojjeetootaa, Barsiisota Kolleejjichaa fi warreen akka madaalliin kun milkaa'uuf deeggarsa adda addaa gootan hunduu galata addaa kolleejichi isininiif dhiheessa. Galatoomaa! Kolleejjii Maayaa Istaar Wirtuu Gahumsaa

Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) hamma Gulantaa(Level IV) tti geessisu Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Og
+3
Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) hamma Gulantaa(Level IV) tti geessisu Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa damee ciroo waliin tahuun Ogummaa adda addaatiin Guyyoota 5f kennaa ture xumureeti jira. Kolleejjii Maayaa Istaar Wirtuu Gahumsaa

Hoggantoonni Waajjira Carra Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa fi Bulchinsa Magaalaa Maayaa Kolleejjii Maayaa Istaar daawachuun
+5
Hoggantoonni Waajjira Carra Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa fi Bulchinsa Magaalaa Maayaa Kolleejjii Maayaa Istaar daawachuun Hojiilee Kolleejjiin qulqulina leenjiin, Kalaqaa fi rakkoo hawaasaa furuuf hojjechaa jiru dinqisiifatanii jiru. Galatoomaa!!

Baga Gammaddan Kolleejjiin Maayaa Istaar waraqaa Galataa Bulchinsa Magaalaa Maayaa, Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Mag
Baga Gammaddan Kolleejjiin Maayaa Istaar waraqaa Galataa Bulchinsa Magaalaa Maayaa, Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Magaalaa Maayaa, Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa fi Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Goodina Hararghee Bahaa waliin tahuun waloodhaan waraqaa galataa kana nuuf kennan. Galatootaa !!

Congratulations all Maya Star Community!!
Congratulations all Maya Star Community!!