ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

الذهاب إلى القناة على Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha." ★ Carraa kheeyrii tamsaasuuf argatte kamiinuu Kheeyrii tamsaasi. Isii tamsaasuu keetiin ajrii qabda. Hanga guyyaa qiyaamaatti ajrii nama isiitti dalagee qabda.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
884
المشتركون
+924 ساعات
+417 أيام
+19230 أيام
أرشيف المشاركات
Barattoota Keenya Kabajamoo, Rakkoo teeknikaa qormaata irratti mudate ilaalchisee qaama qormaata qopheesseef himnee jirra. Rakkoon kun yeroo gaaffileen qormaataa gara marsariitii (Website) galfaman dogoggorri uumamuu isaatiin kan walqabatu ta'uu hubanneerra. Kanaafuu, rakkoon kun akka sirreeffamu qaama dhimmi ilaallatuuf beeksifnee jirra. Fooyya'iinsi barbaachisu akka taasifamu ni abdanna.

🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa cufamee jira. Amma irraa eegalee g
🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii fi qabxii keessan ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! ⚠️ Yaadachiisa: Namoonni sababoota adda addaatiin qormaata xumuraa hin fudhanne, akkasumas barattoonni qabxii 50% gadi galmeessitan, xumura simisteera tokkoffaa irratti qormaata bakka bu'aa kan qorataman ta'a. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

🔗 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xum
🔗 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Siiraa cufamuuf sa'aatii 2:00 qofatu hafe. 📝 Carraa xumuraa kana fayyadamuun barattoonni haga ammaatti hin qoramin qoramaa!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Siiraa

🕰 Sa'aatii 12 Qofatu Hafe!! 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Barattoonni
🕰 Sa'aatii 12 Qofatu Hafe!! 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin carraa dhumaa kanatti fayyadamaa Qoramaa!!

🔖 Qormaanni Siiraa Boru halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Hanga ammaatti barattoonni 5000 ol qormaata fudhatanii ji
🔖 Qormaanni Siiraa Boru halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Hanga ammaatti barattoonni 5000 ol qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 Ammuma Qoramaa!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Siiraa

Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Qoramtee jirtaa❓❓ Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 �
Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Qoramtee jirtaa❓❓ Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 🕰 Qormaanni Guyyaa Roobii halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Qormaanni cufamuudhaan duratti Barattoonni hin qoramin qoramaa!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Xumuraa

Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Fudhattanii jirtu? 👌 Hanga ammaatti barattoonni 3000 ol qormaata isaanii fudhatanii jiru. Li
Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Fudhattanii jirtu? 👌 Hanga ammaatti barattoonni 3000 ol qormaata isaanii fudhatanii jiru. Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhanne yeroo isiniif keenname kanatti fayyadamuun tasgabbiin qormaata fudhadhaa!!

Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Fudhattanii jirtu? 👌 Hanga ammaatti barattoonni 3000 ol qormaata isaanii fudhatanii jiru. Li
Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Fudhattanii jirtu? 👌 Hanga ammaatti barattoonni 3000 ol qormaata isaanii fudhatanii jiru. Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhanne yeroo isiniif keenname kanatti fayyadamuun tasgabbiin qormaata fudhadhaa!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Xumuraa

⚠️ YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📝 Barattoonni amma dura website irratti galmooftani, amma yeroo qorma
⚠️ YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📝 Barattoonni amma dura website irratti galmooftani, amma yeroo qormaata qoramuuf linkii qormaataa tuqtan akkana isinii fidu yoo jiraattan, Maqaa keessan kan Ragaa/Certificate dippiloomaa irratti akka barreeffamuu barbaaddan barreessaa save godhaa itti fufaa!! 📌 Hubadhaa: Odeeffannoo keessan haaromsuuf malee wanni jijjiiramu tokko hin jiru. Wanti hundi akkuma ammaan dura itti qoramaa turtaniidha!! 👉@AfricaacademyOromo

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qorma
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa website irratti banameera. Qormaanni kun Roobii, 11/11/2026 ykn 02/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata xumuraa kana keessaatti gaafii 40 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 2'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa qabama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Qoramuuf Qophooftanii jirtu? 📝 Qormaanni Xumuraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee we
Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Qoramuuf Qophooftanii jirtu? 📝 Qormaanni Xumuraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee website irratti ni keennama. Dubbisaa!! Qophaa'aa!! Qoramaa!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Xumuraa

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Siiraa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Siiraa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (11/11/2026 ykn 02/03/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii/Website irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Xumuraa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu.
✍️@SiinqiiAakhiraa "Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ صَلُّواْ عَلَيْهِ وَسَلِّمُواْ تَسْلِيمًا ۝﴾ قَالَ ﷺ: «مَنْ صَلَّ عَلَيَّ صَلاةً صَلَّ اللهُ عَلَيْهِ بِهَا عَشَراً»🌹 .

🎉 Oduu Gammachuu!! 🎥 Alhamdulillaah, Galanni Kan Rabbiiti. Sagantaa waraabbi koorsii Aqiidaa Simisteera lammaffaa Dooktoora keenya Sheekh Jeeylaan Waliin xumurree jirra. 📚 Imala ilmii nu waliin itti fufaa!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

📚 Kitaaba Siiraa Guutuu 🔖 Barattoota keenya kabajamoo, Guyyaa kaleessa barnoota Koorsih Siiraa xumuruun keenya ni yaadatama. Qormaanni Koorsii kanaatis guyyaa Sanbataa, 07/11/2026 irratti kan kennamu ta'a. 📝 Kanaafu, barattoonni keenya hanga guyyaa qormaanni gahuutti barnootaa keessan barattan irra deebiin qo'achaa ammumaan Qormaataaf sirriitti akka qophooftan isiin yaadachiisu barbaadna. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Siiraa xumurtan! 📚 Barnoonni Siiraa
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Siiraa xumurtan! 📚 Barnoonni Siiraa Dr. Mahmuud Huseenin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha shaniin (15) xumuramee jira. 🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaanni xumuraa Koorsii Siiraa Guyyaa Sanbata, 07/11/2026 (28/02/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a. 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Wanta qabrii Nabiyyii (SAW) biratti raawwachuun Bid'aa fi haraama ta'e keessaa kan hin taane kami?
Anonymous voting