Siinqii Aakhiraa.
Kanalga Telegram’da o‘tish
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha." ★ Carraa kheeyrii tamsaasuuf argatte kamiinuu Kheeyrii tamsaasi. Isii tamsaasuu keetiin ajrii qabda. Hanga guyyaa qiyaamaatti ajrii nama isiitti dalagee qabda.
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
899
Obunachilar
+924 soatlar
+417 kun
+19230 kun
Postlar arxiv
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Dippiloomaa Shari'aa Marsaa Jalqabaa hundaaf,
📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keenya Koorsiin Shanaffaa Barnoota Tafsiiraa Simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 14/11/26 A.L.A ykn 05/03/2019 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a.
📚 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya Adduunyaa fi Aakhiraa keessan bareechifadhaa!!
☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Dippiloomaa Shari'aa Marsaa Jalqabaa hundaaf,
📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin Afuraffaa Barnoota Tafsiiraa Simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 14/11/26 A.L.A ykn 05/03/2019 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a.
📚 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya Adduunyaa fi Aakhiraa keessan bareechifadhaa!!
☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
📢 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
📝 Qormaata xumuraa koorsii Siiraa irratti Gaafiileen lama Sababa Rakkoo teeknikaatin dogongorri argamuu isaa hubannee jira. Sababa kanaatin barattoonni gaafilee lameen sana irratti Rakkoo isin mudatee hundi dhihootti furmaata kan isiniif kenninu ta'a. Hanga sanitti obsaan akka nu eeggattan isin yaadachiisu barbaadna.
📚 Rabbiin tattaaffi keessan isnirraa haa qeebalu, beekumsaas itti isiniif haa ida'u.
🎉 Hanga barnoonni itti aanu jalqabuutti boqonnaa gaarii isiniif hawwina!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Barattoota Keenya Kabajamoo, Rakkoo teeknikaa qormaata irratti mudate ilaalchisee qaama qormaata qopheesseef himnee jirra. Rakkoon kun yeroo gaaffileen qormaataa gara marsariitii (Website) galfaman dogoggorri uumamuu isaatiin kan walqabatu ta'uu hubanneerra. Kanaafuu, rakkoon kun akka sirreeffamu qaama dhimmi ilaallatuuf beeksifnee jirra. Fooyya'iinsi barbaachisu akka taasifamu ni abdanna.
🔔 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii fi qabxii keessan ilaalu ni dandeessu!!🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! ⚠️ Yaadachiisa: Namoonni sababoota adda addaatiin qormaata xumuraa hin fudhanne, akkasumas barattoonni qabxii 50% gadi galmeessitan, xumura simisteera tokkoffaa irratti qormaata bakka bu'aa kan qorataman ta'a. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa
🔗 Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311
🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Siiraa cufamuuf sa'aatii 2:00 qofatu hafe.
📝 Carraa xumuraa kana fayyadamuun barattoonni haga ammaatti hin qoramin qoramaa!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_Siiraa
🕰 Sa'aatii 12 Qofatu Hafe!!
🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin carraa dhumaa kanatti fayyadamaa Qoramaa!!
🔖 Qormaanni Siiraa Boru halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
📝 Hanga ammaatti barattoonni 5000 ol qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo??
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311
Ammuma Qoramaa!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_Siiraa
Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Qoramtee jirtaa❓❓
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311
🕰 Qormaanni Guyyaa Roobii halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
📝 Qormaanni cufamuudhaan duratti Barattoonni hin qoramin qoramaa!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_Xumuraa
Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Fudhattanii jirtu?
👌 Hanga ammaatti barattoonni 3000 ol qormaata isaanii fudhatanii jiru.
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311
📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhanne yeroo isiniif keenname kanatti fayyadamuun tasgabbiin qormaata fudhadhaa!!
Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Fudhattanii jirtu?
👌 Hanga ammaatti barattoonni 3000 ol qormaata isaanii fudhatanii jiru.
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311
📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhanne yeroo isiniif keenname kanatti fayyadamuun tasgabbiin qormaata fudhadhaa!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_Xumuraa
⚠️ YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
📝 Barattoonni amma dura website irratti galmooftani, amma yeroo qormaata qoramuuf linkii qormaataa tuqtan akkana isinii fidu yoo jiraattan, Maqaa keessan kan Ragaa/Certificate dippiloomaa irratti akka barreeffamuu barbaaddan barreessaa save godhaa itti fufaa!!
📌 Hubadhaa:
Odeeffannoo keessan haaromsuuf malee wanni jijjiiramu tokko hin jiru. Wanti hundi akkuma ammaan dura itti qoramaa turtaniidha!!
👉@AfricaacademyOromo
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=311
📋 Qajeelfama Qormaataa
🗓 Yeroo Qormaataa
🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa website irratti banameera.
Qormaanni kun Roobii, 11/11/2026 ykn 02/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
📚 Qormaata xumuraa kana keessaatti gaafii 40 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 2'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa qabama.
🚫 Seera Qormaataa
Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.
⏲ Hubachiisa
Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma.
🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa.
👉@AfricaacademyOromo
Qormaata Xumuraa Koorsii Siiraa Qoramuuf Qophooftanii jirtu?
📝 Qormaanni Xumuraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee website irratti ni keennama.
Dubbisaa!!
Qophaa'aa!!
Qoramaa!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_Xumuraa
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Siiraa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (11/11/2026 ykn 02/03/2019) halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii/Website irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna.
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_Xumuraa
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
✍️@SiinqiiAakhiraa "Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ صَلُّواْ عَلَيْهِ وَسَلِّمُواْ تَسْلِيمًا ﴾
قَالَ ﷺ: «مَنْ صَلَّ عَلَيَّ صَلاةً صَلَّ اللهُ عَلَيْهِ بِهَا عَشَراً»🌹
.
🎉 Oduu Gammachuu!!
🎥 Alhamdulillaah, Galanni Kan Rabbiiti. Sagantaa waraabbi koorsii Aqiidaa Simisteera lammaffaa Dooktoora keenya Sheekh Jeeylaan Waliin xumurree jirra.
📚 Imala ilmii nu waliin itti fufaa!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
