cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Firew Law Office

"As our circle of knowledge expands, so does the circumference of darkness surrounding it. - Albert Einstein" https://t.me/firewlawoffice

إظهار المزيد
فنلندا1 781لم يتم تحديد اللغةالقانون2 327
مشاركات الإعلانات
3 012
المشتركون
+124 ساعات
+97 أيام
+5530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

SDFHH Afaan Oromoo (2).pdf1.62 MB
📎Qajeelfama Sirna To'annoo Xaa'oo Lakk. 07/2016
إظهار الكل...
Qajeelfama Sirna To'annoo Xaa'oo.pdf5.78 MB
📎" የሕዝብ በዓላትን እና የበዓላትን አከባበር ለመወሰን የተዘጋጀ ረቂቃ አዋጅ " ምን ይዟል ? 📎የሚከተሉት በዓላት በሀገርአቀፍ ደረጃ ተከብረው የሚውሉ ብሔራዊ በዓላት ናቸው ፡- 1. መስከረም አንድ ቀን የዘመን መለወጫ (እንቁጣጣሽ) በዓል 2. የካቲት ሃያ ሶስት ቀን የአድዋ ድል በዓል 3. ሚያዚያ ሃያ ሶስት ቀን የዓለም የሠራተኞች (የላብአደሮች) ቀን 4. ሚያዚያ ሃያ ሰባት ቀን የአርበኞች (የድል) ቀን በዓል በተጠቀሱት ብሔራዊ በዓላት የመንግስት እና መንግስታዊ ያልሆኑ ተቋማት ለሕዝብ አገልግሎት ዝግ ይሆናሉ፡፡ 📎የሚከተሉት በዓላት በሀገርአቀፍ ደረጃ ታስበው የሚውሉ ብሔራዊ በዓላት ናቸው ፡- 1. የካቲት አስራ ሁለት ቀን የሰማዕታት ቀን 2. ሕዳር ሃያ ዘጠኝ ቀን የኢትዮጵያ ህብረ-ብሄራዊነት (የብሔር ብሔረሰቦች) ቀን በተጠቀሱት ብሔራዊ በዓላት የመንግስት እና መንግስታዊ ያልሆኑ ተቋማት ለሕዝብ አገልግሎት ክፍት ይሆናሉ፡፡ 📎የሚከተሉት በዓላት በሀገርአቀፍ ደረጃ የሚከበሩ ኃይማኖታዊ በዓላት ናቸው ፡- 1. መስከረም አስራ ሰባት ቀን የመስቀል በዓል 2. በየአራት አመቱ የሚመጣው ልዩነት እንደተጠበቀ ሆኖ ታህሳስ ሃያ ዘጠኝ ቀን የሚውለው የገና ወይም የልደት በዓል 3. ጥር አስራ አንድ ቀን የጥምቀት በዓል 4. የስቅለት በዓል 5. የትንሳኤ (ፋሲካ) በዓል 6. የኢድ-አልአድሃ (አረፋ) በዓል 7. የመውሊድ በዓል 8. የኢድ አልፈጥር በዓል 📎በተጠቀሱት ኃይማኖታዊ በዓላት የመንግስት እና መንግስታዊ ያልሆኑ ተቋማት ለሕዝብ አገልግሎት ዝግ ይሆናሉ። 📎ይህ ገና ረቂቅ አዋጅ ሲሆን ገና በህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አልጸደቀም። ረቂቅ አዋጁ በም/ቤት ሲጸድቅና በነጋሪት ጋዜጣ ላይ ታትሞ ከሚወጣበት ቀን ጀምሮ ነው የጸና የሚሆነው። 📎ከላይ በተያያዘው ፋይል ሙሉውን ያንብቡ።
إظهار الكل...
የሕዝብ_በዓላት_እና_የበዓላት_አከባበር_ረቂቅ_አዋጅ_.pdf4.20 KB
Qajeelfama Keessummeessa Qabiyyee Lafa Magaalaa Ragaa Hin Qabnee fi Ijaarsa Seeraan Alaa Sirna Qabsiisuuf Bahe,Lakk.05/2008
إظهار الكل...
5-08 (2).pdf7.44 KB
Qajeelfama keessummessa garaagarummaa bal'inna lafaa qabiyyee seera qabeessa ta'e sirna qabsiisuu fi gatii caalbaadlsii wayitawaa lafaa Magaaloota Naannoo Oromiyaa Murteessuuf bahe lakk 02/2016
إظهار الكل...
QAJEELFAMA HAARAYA Lakk. 2.2016 (1).PDF2.45 MB
22.Balleessaa yoo ta'e immoo adabbii barsiisu ykn eeggannoon ni murteessa,sdfy keewwata 177(1). 🙏Adabbii_ilaalchisee : A .Tarkaanfiiwwan daa'imman irratti yeroo fudhatamu,nageenyi daa'immanii dursa ilaalamuu qaba,heera mootummaa keewwata 36(2). B.Murtii daa'imman(ijoollee) fayyadu kennuuf,Manni Murtii amalaa fi balleessaa duraanii gaafachuuf dhaabbata kamiyyurraa nama kamiiyyuu ykn bakka bu'aa waamuu ni danda'a,sdfy keewwata 177(2). C .Namoonni armaan olitti ibsaman jecha erga kennaniin booda,himatamaa waa'ee adabbii jechaan gaafachuu ni danda'a,sdfy keewwata 177(3). D .Manni Murtii adabbii erga kenneen booda akkasumas himatamaan ibseen booda amala fuulduraa akka sirreeffatu akeekkachiisuu qaba,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 177(4). E.Bu'uura seera deemsa falmii yakkaa keewwata 173 jalatti caqafameen yakka cimaa(ol'aanaa) yoo hin raawwanne mucaa balleesse irratti mirga namaa fuulduraaf akka dhabu Manni Murtii murteessuu hin danda'u,sdfy keewwata 177. F.Manni Murtii,murtii ijoollee gaa'ila hin geenye umrii waggaa 9-15 irratti murteessan ilaalchisee beeksisa baasuun ibsuu hin qabu,sdfy keewwata 179. G .Mucaan gaa'ela hin geenye balleessaa raawwateef Mana yaalaa fi amala fooyyeessuu(sir reessuu) adabbii guddisaa yoo irratti murtaa'e akka adabbii yakkaa adabamanitti hin lakkaawaman,sdfy keewwata 169. 📎Balleessaan yoo mirkanaa'e kan irratti murteessan bu'uura keewwattoota 161_173 tiin murtii adabbiilee fi akeekkachiisaawwan jiran qofaadha,Seera yakkaa keewwata 53. 📎Ijoolleen kunniin adabbii ga'eessotaaf(beekaaf) tumamaniin hin adabaman. 📎Manni Murtii yeroo hunda murtii akeekkachiisaa yeroo filatu umrii mucaa balleessaa raawwate,amala,fi haala guddina sammuu fi hamilee isaa bu'uura godhachuudhaan,akkasumas amala gaarii guddisuuf akka ta'u yaaduun qajeelfamuu qaba,seera yakkaa keewwata 54 fi 55. 📎Raawwattoota yakkaa dargaggoota_waggaa 15 ol,waggaa 18 gadi ta'an:- &Raawwatichi yakka yommuu raawwatetti umurii waggaa 15 caalu qabaatee,garuu immoo waggaa 18 kan hin guunne yoo ta'e,dhimmichi kan ilaalamu bu'uura tumaalee idilee seericha keessatti ibsamaniin ta'a. 📎Ta'us,Manni Murtichaa adabbicha kan murteessu haala dubbichaa madaaluun keessumattuu,ha mma umrii dargaggummaa himatamtichaas irraa'uu kan hin dandeenye ta'uu isaa fi balaafamummaa isaa,carraa amalli isaa fooyya'uu danda'uu kan isa qunnamu ta'uu fi ta'uu dhabuu isaa hubachuun tumaalee idilee adabbii salphisan bu'uura godhatee qabachuun ykn fooyya'aa ta'ee yoo itti mul'ate sirna murtii adabbii addaa yakkamtoota gaa'elaaf hin geenyeef ramadame hordofuunidha,seera yakkaa keewwata 56(2).
إظهار الكل...
📎Raawwattoota_Yakkaa_Daa'immanii fi Dargaggoota Gaa'ela Hin Geenye: 📎Daa 'imman:- 1.Daa'imman umuriin isaanii waggaa 9 hin guunne seera yakkaatiin itti gaafatamtoota ta'anii hin lakkaa'aman. 2.Seerri yakkaa daa'imman irratti raawwatiinsa akka hin qabne,seera yakkaa keewwata 52 jalatti ifa taasiseera. 3.Daa'imman yakka yommuu raawwatan maatiin,barsiisonni,bulchitoonni isaanii ykn qaamoleen biroo eeggannoowwan barbaachisaa ta'an ni taasisuuf. 📎Raawwattoota_yakkaa_ijoollee_umriin_isaanii_waggaa 9 hanga 15 jiran:- 1.Ijoolleen umriin isaanii waggaa 9-15 jidduu jiran ga'eessota waliin hin himataman,hin hidhamanis,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 5 fi seera yakkaa keewwata 53(1). 2.Ijoolleen umuriin isaanii waggaa 9-15 guute yakka yommuu raawwatan adabbii fi tarkaanfileen eeggannoo isaan irratti murtaa'an,seera yakkaaa keewwattoota 157 hanga 168 jalatti kanneen tumaman qofaadha. 3.Tumaaleen adabbiilee idilee balleessitoota ga'eessotaaf tumaman raawwattoota yakkaa dargaggootaaf raawwatiinsa hin qaban. 4.Himanni ijoollee umrii waggaa 9-15 ta'an irratti dhihaatu,dhimmichi bakka isaan hin jirretti hin ilaalamu,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 160(1). 5.Sirni kan adeemsifamu bu'uura tumaalee seera deemsa falmii yakkaa keewwata 171 hanga 177 jiraniin ta'uu qaba. 6.Ijoolleen ykn mucaan yakka raawwataniiru yoo jedhame poolisiin,Abbaan Alangaa,abbaan ykn guddisaan Mana Murtii dhihoo jirutti battalumatti qabee dhiheessuu akka qabu,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 172(1) irraa ni hubatama. 7.Nama mucaa Mana Murtii dhiheesse waa'ee yakka mucichi shakkamee fi ragoolee tokko tokkoon akka ibsu Manni Murtii ni ajaja. 8.Dhimmichi iyyannoo dhuunfaan kan dhihaatu yoo ta'e,iyyataan akka dhiheessu ajaja,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 172(2). 9.Haalaa fi akkaataa poolisiin qorannaa raawwatu(gaggeessu) ilaalchisee Manni Murtii qajeelfama kennuu ni danda'a. 10.Haala himannaa idileetiin adda ta'een yakka ijoolleen umrii waggaa 9-15 jiran raawwatan jedhamanii shakkaman irratti Manni Murtii qorannoo keessatti gala. 11.Abbaan Alangaa himannaa akka qopheessu kan ajajamu,himanni dhihaate waggaa 10(kudhan) ol kan adabsiisu yoo ta'e hidhaa cimaa ykn du'aan kan adabsiisu yoo ta'e qofaadha.Seera deemsa falmii yakkaa keewwata 172(3). 12.Akkaataa keewwata 174 jalatti ibsameen Manni Murtii mucichaaf abukaatoo dhaabuu qaba. 13.Manni Murtii himannaa yeroo dhagahu,adeemsa himata idilee dhagahamu haala adda ta'eeniidha,sdfy keewwata 176(2). 14.Bu'uuruma kanaan: 14.1.Wanti mucichi(ijoolleen) dhagahuu hin qabne yoo jiraate,yeroo dhagahaa mucaan kutaa dhaddachaa keessaa akka bahu gochuu qaba,sdfy keewwata 175. 14.2.Falmiin kan dhagahamu dhaddachacufaatiinidhan. Ragoota,maatii ykn guddisaa fi miseensota dhaabbata tola ooltota yoo ta'e malee namni kamiyyuu dhaddacha irra argamuu hin qabu,sdfy keewwata 176(1). 14.3.Abbaan Alangaa argamuu Kan danda'u himanni Mana Murtii Ol'aanaa kan dhagahamu yoo ta'e qofaadha. 14.4.Ragoolee garee lachuu kan qoratu Mana Murtii mataa isaati.Sdfy keewwata 176(5) fi (6). 15.Eeruu yookiin himata dhuunfaa ykn iyyannoo himannaa haala isaatti ijoollee(mucaa) yakka raawwate jedhameef erga dubbifameen booda deebii kennuu akka qabu ni gaafatama,sdfy keewwata 176(3). 16.Himatamaan himata hubatee amanuun isaa ifa ta'ee yoo mul'ate,Manni Murtii battalatti murtii balleessummaa kennuu ni danda'a,sdfy keewwata 176(4). 17.Himatamaan yoo hin amanne ragooleen himata mirkaneessu akka dhihaatan Manni Murtii ni ajaja.Mucaan ykn bakka bu'aan isaa abukaatoon ragaa ittisaa akka waamsifatu gochuu ni danda'a,sdfy keewwata 176(5). 18.Ragoolee garee lameenuu jalqaba Manni Murtii ni qorata.Itti aansuun gareen himatamaa gaaffii qaxxaamuraa gaafachuu ni danda'a,sdfy keewwata 176(6). 19.Ragaan dhagahamee erga xumuramee fi gareen himatamaa yaada xumuraa taasiseen booda Manni Murtii murtii ni kenna,seera deemsa falmii yakkaa keewwata 176(7). 20.Murtiin bu'uura seera kamiitiin akka kenname murtii keessatti ibsamuu qaba. 21.Himatamaan balleessaa ta'ee yoo hin argamne bilisaan gadi lakkifama.
إظهار الكل...
Caasaa Haaraa Waajjira Milishaa Naannoo Oromiyaa.pdf1.23 MB
Labsii 251 bara 2015 (2).pdf16.64 MB
#Shororkeessummaa Manni Murtii WF Dhaddachi ijibbaataa 𝑳𝒂𝒌𝒌 𝒈𝒂𝒍𝒎𝒆𝒆 244415 irratti 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂 10/28/2015 murteesseen" Bu’uura Labsii Shororkeessummaa lakk. 1176/2012 tin nama tokko yakkamaa taasisuuf gochi shororkeessummaa kun ummata shororkeessuudhaan ykn mootummaa ykn jaarmiyaa idil-addunyaa dirqisiisuudhaan kaayyoo siyaasaa, amantii ykn ilaalcha tarkaanfachiisuuf raawwatame ta’uun isaa mirkanaa’uu qaba.'' jechuun murtii dirqsiisaa kennee jira. Credit to Negawo Midhakso
إظهار الكل...
Dambii Kafaltii Abbaa Seerummaa Mannee Murtii Naannoo Oromiyaa Murteessuuf bahe lakk 8-2016
إظهار الكل...
Dambii_Kafaltii_Abbaa_Seerummaa_Mannee_Murtii_Naannoo_Oromiyaa_Murteessuuf.pdf18.46 MB
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.