uz
Feedback
Weedduu Voice

Weedduu Voice

Kanalga Telegram’da oβ€˜tish

Subscribe to get gospel songs with lyrics 🌟 Share for others πŸ™

Ko'proq ko'rsatish
827
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-37 kunlar
-1330 kunlar
Postlar arxiv
πŸ‘‰Join 🎸:https://t.me/weedduuvoice

Repost from N/a
Inbox to order we can deliver to πŸ‘‰Addis Ababa πŸ‘‰ Nekemte @King_JohnJ 0924711278
Inbox to order we can deliver to πŸ‘‰Addis Ababa πŸ‘‰ Nekemte @King_JohnJ 0924711278

DAWIT_MORKA_OOLMAA_BULTII_New_Music_Video_2026_2018256k.mp35.30 MB

RAAJII MASARAT - TAAYYEE π˜π„π‘π”π’π€π€π‹π„πŒ πŸ‘‰Join 🎸:https://t.me/weedduuvoice

Faarfanna kana seenaa daawwadhaa ittiin eebbifamaa Achumaanis subscribe, hiriyota keessaniif share nu godhaaπŸ™ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtu.be/LcHuXQdtwng?si=z8FZ_BhYt3DehApz

ZALALEM MULUGETA (Zola) GAANFA FAYINA KOO Mucaa manasaa ta'eera jireenyi isa faana naaf tole Adabaa cubbuu keessa Yesustu ol na fuudhee Mucaa manasaa ta'eera jireenyi isa waliin totolee Si'ool keessaati ba'e mana abbaatan galee Mirga abbaasaa gooftaan na ka'ee Tarree kan qulqullootaatis na lakkaa'ee Gatiin anaaf bafamee yaara miti Isa afaaniin dubbatamuun oliitii Dhiiga isaatiin miccee nan na qulqulleesse Maqaa koo galmee jireenyarraati barreesse Birmaduu ba'eera wareegama isaatiin Mallattefameera mallattoo dhiigaatiin (Mallattoo dhiigatiin) Γ— 4 01 [Isa naaf hin mallee gonfoo qajeelinaa hoolaa araaraa ta'e naaf laate ulfina Badisaa naaf maluu hiree isaa godhate har'ammoo naaf falmamii mirga abbaa dhaabbate]Γ—2 [Darbe tarsaasee golga abaarsa jireenya kenna abbaati baasa Salphina kootiif ofii salphaate aarfii dukkana narraa darbatee]Γ—2 02 Gad of buuse isaan waaqessaa waa'ee kooti itti dhiise Bifa haaraa eenyummasaa isa nati uwwisee Yoon of kenne isaaf bara koo eenyummaa koo kana Isa galatteessuuf hin dadhabuu baraan jiraadhuu garrumma isaan himaa Aangoo du'aa achi caalasee Ulfina addaati ol na baase- ana baase Maqaan garbummaa hafeera Ilma aboo qabu jedhameera [Gaanfa fayyina koo Yesus] Γ— 4 Dhadhannoo kooti inni anaaf himannaa koo Itti hirkataa koof dawooΒ  dhokkanna koo Olma guddaa karaa isaa naa oolamee Fayyisaa koon jejjadha maqaa waame [Gaanfa fayyina koo Yesus] Γ— 4

ZALALEM_MULUGETA_Zola_𝐆𝐀𝐀𝐍𝐅𝐀_π…π€π˜πˆππ€πŠπŽπŽ.m4a5.07 MB

Gadhifameeraa Ittin ebbifamaa πŸ₯°πŸ₯°πŸ™

ZALALEM MULUGETA (Zola) : 𝐆𝐀𝐀𝐍𝐅𝐀 π…π€π˜πˆππ€πŠπŽπŽ https://youtube.com/watch?v=fQZeKvAYJ5U&si=xhps47NngsWBX4NM

Coming soon !
Coming soon !

Metamegnaye | Ruth Amare | Created For Worship 2025 | αˆ˜α‰³αˆ˜αŠ›α‹¬ | Live Worship πŸ‘‰Join 🎸:https://t.me/weedduuvoice

SINGER KENA BACHA MIILTOO KOO JCP MULTIMEDIA 2026 πŸ‘‰Join 🎸:https://t.me/weedduuvoice

πŸ‘‰Join 🎸:https://t.me/weedduuvoice

_ABBAA_OLMAKOO_YITBAREK_TAMIRU_new_oromo_gospel_music_video_2025MP3.mp37.31 MB

Mirgisa Teshome FAAYA MIIDHAGINAA .mp34.77 MB

HAA TURAMU [Iddoo jechuun bakka argama keetii achii malee maaloo filachuunii Kan sitti baqatee in boqochistaa hammatte jaalalaan simachuunii Iddoo jechuun bakka argama keetii si jalaati gad jechuun olka'uudha Qabataniis homaa dhabaniis jireenyi si wajjin wal ta'uudha]Γ—2 01 Haa turamu miilla kee jalaa waamicha biraarraa of lolaanii Dhimma hundarra si caalchifachaa akka Maariyaam filannoo tolaanii Haa turamu miilla kee jalaa haallii malaan barbaadaan kaasu Sidha Yesuus Koo burqaan nagaa buddeena jireenya baasu Haa turamu miilla kee jalaa mi'aa'aa kanaan biyyaaf kajeela Sin alaahoo jireenyi hiika hin qabu si wajjin hundumtu qajeela Haa turamu achuma haa turamu ~ haa turamu Γ—2 Bakkicha bakka argama keetii iddooti xinnaaf guddaan furamu 02 Haa turamu miilla kee jalaa gar kamittu dhiisuun baqachuu Atu hin beektu garaa laafaa koo kan gameef itti hafaa naqachuu Haa turamu miilla kee jalaa galaa tolcha lubbuuf galaadhaa Yoo sitti hiqaan nagaa argatu kanaan achii addunyaan balaadha Haa turamu miilla kee jalaa silaas si dhiisanii eessa lixuu Barbaadanuu hin argaan akka kee yaaduma humnaaf umurii fixuu Haa turamu achuma haa turamu ~ haa turamu Γ—2 Bakkicha bakka argama keetii iddooti xinnaaf guddaan furamu 03 Erga ati karaa gara Abbaa geessu taatee lubbuun koo eenyuti fiigaa feeti Hin deemuun ani hin sokkuu argama kee jalaa dawwaan fayyuu koos dhiiga keetii Durayyuu ofii qajeelumma qabaadhee miti hamaan takka na rafeefi Haa haa kan ammana ta'e as ga'uuni naaf obsuu fi akka araara keetiifi [Eessan deemaΓ—2 si dhiisee ani Γ—2 Gaddisaa kee jalaa hoo boqonnaani]Γ—2 Yesuus

HAA-TURAMU-Solomon-Alemu-2026.m4a7.23 MB

Subscribe