Weedduu Voice
الذهاب إلى القناة على Telegram
827
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-37 أيام
-1330 أيام
أرشيف المشاركات
Repost from N/a
Inbox to order
we can deliver to
👉Addis Ababa
👉 Nekemte
@King_JohnJ
0924711278
Faarfanna kana seenaa daawwadhaa ittiin eebbifamaa
Achumaanis subscribe, hiriyota keessaniif share nu godhaa🙏
👇👇👇
https://youtu.be/LcHuXQdtwng?si=z8FZ_BhYt3DehApz
ZALALEM MULUGETA (Zola)
GAANFA FAYINA KOO
Mucaa manasaa ta'eera jireenyi isa faana naaf tole
Adabaa cubbuu keessa Yesustu ol na fuudhee
Mucaa manasaa ta'eera jireenyi isa waliin totolee
Si'ool keessaati ba'e mana abbaatan galee
Mirga abbaasaa gooftaan na ka'ee
Tarree kan qulqullootaatis na lakkaa'ee
Gatiin anaaf bafamee yaara miti
Isa afaaniin dubbatamuun oliitii
Dhiiga isaatiin miccee nan na qulqulleesse
Maqaa koo galmee jireenyarraati barreesse
Birmaduu ba'eera wareegama isaatiin
Mallattefameera mallattoo dhiigaatiin
(Mallattoo dhiigatiin) × 4
01
[Isa naaf hin mallee gonfoo qajeelinaa hoolaa araaraa ta'e naaf laate ulfina
Badisaa naaf maluu hiree isaa godhate har'ammoo naaf falmamii mirga abbaa dhaabbate]×2
[Darbe tarsaasee golga abaarsa jireenya kenna abbaati baasa
Salphina kootiif ofii salphaate aarfii dukkana narraa darbatee]×2
02
Gad of buuse isaan waaqessaa waa'ee kooti itti dhiise
Bifa haaraa eenyummasaa isa nati uwwisee
Yoon of kenne isaaf bara koo eenyummaa koo kana
Isa galatteessuuf hin dadhabuu baraan jiraadhuu garrumma isaan himaa
Aangoo du'aa achi caalasee
Ulfina addaati ol na baase- ana baase
Maqaan garbummaa hafeera
Ilma aboo qabu jedhameera
[Gaanfa fayyina koo Yesus] × 4
Dhadhannoo kooti inni anaaf himannaa koo
Itti hirkataa koof dawoo dhokkanna koo
Olma guddaa karaa isaa naa oolamee
Fayyisaa koon jejjadha maqaa waame

ZALALEM MULUGETA (Zola) : 𝐆𝐀𝐀𝐍𝐅𝐀 𝐅𝐀𝐘𝐈𝐍𝐀𝐊𝐎𝐎
https://youtube.com/watch?v=fQZeKvAYJ5U&si=xhps47NngsWBX4NM
Metamegnaye | Ruth Amare | Created For Worship 2025 | መታመኛዬ | Live Worship
👉Join 🎸:https://t.me/weedduuvoice
HAA TURAMU
[Iddoo jechuun bakka argama keetii achii malee maaloo filachuunii
Kan sitti baqatee in boqochistaa hammatte jaalalaan simachuunii
Iddoo jechuun bakka argama keetii si jalaati gad jechuun olka'uudha
Qabataniis homaa dhabaniis jireenyi si wajjin wal ta'uudha]×2
01
Haa turamu miilla kee jalaa waamicha biraarraa of lolaanii
Dhimma hundarra si caalchifachaa akka Maariyaam filannoo tolaanii
Haa turamu miilla kee jalaa haallii malaan barbaadaan kaasu
Sidha Yesuus Koo burqaan nagaa buddeena jireenya baasu
Haa turamu miilla kee jalaa mi'aa'aa kanaan biyyaaf kajeela
Sin alaahoo jireenyi hiika hin qabu si wajjin hundumtu qajeela
Haa turamu achuma haa turamu ~ haa turamu ×2
Bakkicha bakka argama keetii iddooti xinnaaf guddaan furamu
02
Haa turamu miilla kee jalaa gar kamittu dhiisuun baqachuu
Atu hin beektu garaa laafaa koo kan gameef itti hafaa naqachuu
Haa turamu miilla kee jalaa galaa tolcha lubbuuf galaadhaa
Yoo sitti hiqaan nagaa argatu kanaan achii addunyaan balaadha
Haa turamu miilla kee jalaa silaas si dhiisanii eessa lixuu
Barbaadanuu hin argaan akka kee yaaduma humnaaf umurii fixuu
Haa turamu achuma haa turamu ~ haa turamu ×2
Bakkicha bakka argama keetii iddooti xinnaaf guddaan furamu
03
Erga ati karaa gara Abbaa geessu taatee lubbuun koo eenyuti fiigaa feeti
Hin deemuun ani hin sokkuu argama kee jalaa dawwaan fayyuu koos dhiiga keetii
Durayyuu ofii qajeelumma qabaadhee miti hamaan takka na rafeefi
Haa haa kan ammana ta'e as ga'uuni naaf obsuu fi akka araara keetiifi
[Eessan deema×2 si dhiisee ani ×2
Gaddisaa kee jalaa hoo boqonnaani]×2 Yesuus
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 