cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

𝐈𝐅𝐀 𝐇𝐀𝐐𝐀𝐀 🌄ضياء الحق

Stand for the truth, with justice & evidence! Haqaan haqaaf haa dhaabbannuu! በሀቅ ለሀቅ እንቁም!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
6 507
Obunachilar
+1024 soatlar
+2357 kunlar
+1 00030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

1ffaa- ‘#Garbicha’  jecha jedhu jecha ‘#hojjata’ jedhuun akka bakka buufamuu danda’u hubanna. Kanaafuu ‘#Yesuusiin #hojjeta #Waaqaa’ jechi jedhu, jecha ‘#Yesuus #garbicha #Waaqaa’ jedhu akka argisiisu nuuf hima. Fkn ragaa Macaafa Isaayaas Raajichaa 42:1 ....... #garbicha... jedhe ibsi Maatewos 12:18 irratti ammoo ..... #hojjetaa .... jedhee ibsee jechu. 2ffaa- Yesuus #Garbicha Waaqaa ka Waaqni ergaa isaa akka Worra Israa’eliitti geessuuf ergate, ka ajaja Rabbiin bakkaan gahuuf dhufe yookaa hojjatuuf dhufe yookaa raawwatuuf dhufe malee akka Waaqa yookaa Ilma Waaqaa hin taane hubannaa jechu. Namni Yesuus garbicha Waaqaatii mitii yookaa hojjeta Waaqaatii mitii jedhee mormu kamuu ragaawwan asii olitti argaman hunduu (ragaawwan Macaafa Qulqulluu) kijibaa worra jedhee mormuu jechu. Worroonni ragaa kitaaba isaanii keessattuu argamu hin dhugoomsine, wonti isaan hordofaa jiran #fedhii #lubbuu isaaniitii fi #seexana ta’uun shakkii hin qabu jechu. Fedhii lubbuu hordofuu fi seexana hordofuu irraa Rabbiin nu haa baraaru🤲🤲 AKKUMA MACAAFA WARRI KIRISTAANAA FAYYADAMANUUTTII AMMAS YESUS TOKKICHUMMAA RABBII HIN MORMINE AKKA ISAA BEEKANUUS BARSIISEE JIRA. [Yohannis: 20:17 Yesus immoo, "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee ishee abboome.] Hubadhu akkuma suuraa maida(5 17) irratti jedhe Macaafa jeraa irrattis Waaqayyo kooti fi keessaan ...jedhe YESUUS(A S) ABBOOMMIIN JALQA GUUTAMUU QABU KAMI JEDHAMEE GAAFATAMEE DEEBIIN ISA ANA WAAQESSA OSOO HIN TAANE TOKKICHUMMAA RABBII MIRAKANEESSUU AKKA TA'E HIME . [Maarqos: 12:28 Barsiisota seeraa keessaa tokko yeroo isaan waliin morkatan dhaga'ee, Yesus deebii gaarii akka deebiseef yommuu arge gara isaatti dhi'aatee, "Abboommiin inni hundumaa irra caalu isa kam?" jedhee, gaaffii isa gaafate., YESUUS GARUU ERGAMA YKN BARSIISAA ISRAA'EL YEROO SANAA WAAN TA'EEF AKKA LAMMAFFAA GAAFFII HIN TAANEEF ISRAA'ELOOTA HUNDAAN AKKAS JEDHE. 👇👇 Maarqos: 12:29 Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha. ] EEYYEEN WAAN HUNDA DURSA TOKKICHUMMAA RABBII RAGAA BAHUU QABDA✍ Akkasumas yesuus (A s) Guyyaa tokko osoo Rabbiin kadhatuu akkas jedhee tokkichummaa Rabbii Ragaa bahe Akkasumas namni jennata ykn jireenya bara baraa argachuuf tokkichummaa Rabbii amanuu akka qaban dubbate. 👇👇 [Yohannis: 17:3 Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti., Yohannis: 17:4 Ani lafa irratti ulfina siif kenneera, hojii akka ani hojjedhuuf ati anaaf laattes raawwadheera. ] YOO KAN MACAAFA KEESSAN KAN DHUGOOMSITAN TA'E KIRISTAANONNI JIREENYA BARA BARAA ARGACHUUF RABBII TOKKICHATTI AMANUU QABDU✍. Obboleewwan keenya kiristaanaa kottaa muslima ta'a tokkichummaa Rabbii Ragaa bahaa isiiniin jechuun barbaada ✍✍ Yesuus akkas jedhee 👇👇👇 Nama fedhii Abbaa koo isa samii irraa raawwatu malee namni, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa’ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu.✍ Guyyaa sana namoonni hedduun, ‘Yaa Gooftaa, yaa Gooftaa, nu maqaa keetiin raajii dubbanneerra mitii? Maqaa keetiin hafuurota hamoo baafneerra mitii? Maqaa keetiin dinqii hedduu hojjenneerra mitii?’ naan jedhu. 👉Ani immoo, ‘Narraa fagaadhaa! Isin warra hammina hojjettan, ani gonkumaa isin hin beekne’ jedhee ifaan ifatti isaanitti nan hima. Maatewos 7:21-23 (Hwdh) Adaraa guyyaa dhumaa akka hin gaabbine Dhaamsa kiyya jecha Rabbiitiinin gabaabsa ﴿رُّبَمَا يَوَدُّ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ لَوْ كَانُوا۟ مُسْلِمِينَ﴾ Isaan kafaran (Guyyaa Qiyaamaa) odoo Muslimoota ta’anii baay’ee hawwu! ----------------------------------------- [ الحجر]-(2 : 15) Rabbiin jallattoota hundaa haa qajeelchu nuuf sabaata haa kennu🤲🤲 Wassalaamualeykum Obboleessa keessan Toofiq Abarashaad Share and join 👇👇👇 https://t.me/Tofik_Abarashad_channel https://t.me/Tofik_Abarashad_channel
Hammasini ko'rsatish...
𝗧𝗢𝗙𝗜𝗤 𝑨/𝐑(barnoota Amantiiwwanii)☪️🆚✝️ (ቶፊቅ አባራሻድ) CHANNEL 🔊

👆Tamsaasa dhugaa itti dabalami! 👆እውነተኛ ስርጭት ተቀላቀል! 👆True broadcast join!

𝗧𝗢𝗙𝗜𝗤 𝑨/𝐑(barnoota Amantiiwwanii)☪️🆚✝️ (ቶፊቅ አባራሻድ) CHANNEL 🔊: MAQAA RAABBIITIININ EEGALA Nb Isaan ykn yesuus As Garbicha Rabbiiti Innis Ani garbicha Allaah ti jedhe Allaahnis garbicha Kiyya jedhe lammiiwwan keenya kiristaanaa maalumatu Rakkise laata? Raagaan kiyya jalqabaa Qur'aana isa keessa shakkiin hin jirreedha ✍ ﴿إِنْ هُوَ إِلَّا عَبْدٌ أَنْعَمْنَا عَلَيْهِ وَجَعَلْنَٰهُ مَثَلًۭا لِّبَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ﴾ Dhugumatti, Inni (Iisaan) gabricha Nuti isa irratti tola oollee, Ilmaan Israa’iliif fakkeenya isa taasifne malee waan biraa miti. ----------------------------------------- [ الزخرف]-(59 : 43) 👆👆Rabbiin SW akka inni garbicha isaa ta'e mirkaneessee jira✍🙏 ✍Yesuus (A S )hoo ni morma moo ni qeebalee gaaffii jedhuuf ayaata armaan gadii ilaalaa👇👇 ﴿قَالَ إِنِّى عَبْدُ ٱللهِ ءَاتَىٰنِىَ ٱلْكِتَٰبَ وَجَعَلَنِى نَبِيًّۭا﴾ Innis (daa’imichis) ni jedhe: “Dhugumatti, ani gabricha Rabbiiti, Inni kitaaba naaf kenneera; nabiyyiis na taasisee jira. ----------------------------------------- [ مريم]-(30 : 19) 👆👆 waan nama ajaa'ibu jecha kanan afaan banate Nabiyyichi kabajamaan yesuus ykn ISAAN (A S) ﴿لَقَدْ كَفَرَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓا۟ إِنَّ ٱللهَ هُوَ ٱلْمَسِيحُ ٱبْنُ مَرْيَمَ ۖ وَقَالَ ٱلْمَسِيحُ يَٰبَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ ٱعْبُدُوا۟ ٱللهَ رَبِّى وَرَبَّكُمْ ۖ إِنَّهُۥ مَن يُشْرِكْ بِٱللهِ فَقَدْ حَرَّمَ ٱللهُ عَلَيْهِ ٱلْجَنَّةَ وَمَأْوَىٰهُ ٱلنَّارُ ۖ وَمَا لِلظَّٰلِمِينَ مِنْ أَنصَارٍۢ﴾ Isaan ’’Rabbiin Masiih Ilma Maryami’’ jedhan dhugumatti kafaranii jiru Masiihis(iisanis) ni jedhe: ’ ’Yaa Ilmaan Israa'iil! Rabbii Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan ta’e gabbaraa Dhugumatti, dubbiin namni Rabbitti waa qindeesse(isa biratti waan biraa waaqesse), Rabbiin isa irratti jannata haraama taasiseera, Teessoon isaas ibidda, Miidhaa raawwattootaafis tumsitoonni hin jiranu.’’ ----------------------------------------- [ المائدة]-(72 : 5) OSOO RABBIIN GARBICHA KIYYA JEDHUU YESUUS AMANEE FUDHATUU NANNI MORME ISUMATU KIJIBE🙏 ﴿لَّقَدْ كَفَرَ ٱلَّذِينَ قَالُوٓا۟ إِنَّ ٱللهَ هُوَ ٱلْمَسِيحُ ٱبْنُ مَرْيَمَ ۚ قُلْ فَمَن يَمْلِكُ مِنَ ٱللهِ شَيْـًٔا إِنْ أَرَادَ أَن يُهْلِكَ ٱلْمَسِيحَ ٱبْنَ مَرْيَمَ وَأُمَّهُۥ وَمَن فِى ٱلْأَرْضِ جَمِيعًۭا ۗ وَلِلهِ مُلْكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا ۚ يَخْلُقُ مَا يَشَآءُ ۚ وَٱللهُ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍۢ قَدِيرٌۭ﴾ Warri “Rabbiin isumatu Masiih ilma Maryami” jedhan dhugumatti kafaraniiru Jedhi: ’’sila yoo Inni(Allaan) Masiih ilma Maryam, haadha isaatii fi namoota dachii irra jiran hunda balleesuu fedhe eenyutu Rabbi irraa isin tiksa?’’ Mootummaan samii, dachii fi wantoota gidduu isaan lamaanii jiran hundaatuu kan Rabbiiti Waan fedhe uuma Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha. ----------------------------------------- [ المائدة]-(17 : 5) MEE MACAAFA WARRI KIRISTAANAA FAYYADAMAN IRRATTI YESUUS GARBICHA RABBII TA'U FI DHABUU WALIIN HAA ILAALLU ⤵️ 1️⃣ ↪️ Hojii Ergamootaa 3:13👇🏻 " Isin, Yesusin Philaaxositti dabarsitanii laattan; yeroo inni isa gad dhiisuuf murtoo godhettis, fuula yaa'ii isaa dura dhaabattanii isa gantan; Waaqayyo inni kan Abrahaam kan Yisihaq kan Yaaqoobis, Waaqayyo abaabilii keenyaa, garuu #hojjetaa isaa kana ol ol qabeera." 2️⃣ ↪️ Maatewos 12:18👇🏻 " innis, "Ilaa #hojjetaa koo isa ani fo'adhe,isa jaallatamaa kan koo tii,isa lubbuun koo itti gammade;hafuura koo isa irra nan bulcha,inni saba hundumaaf firdii qajeelaa in labsa." 3️⃣ ↪️ Macaafa Isaayaas Raajichaa 42:1 👇🏻 " Waaqayyo itti fufee, "Kunoo, #garbichi koo inni ani ol ol qabu, inni ani fo'adhe, inni ani jaalladhu isa kana! Ani hafuura koo isaaf kenneera, inni firdii qajeelaa saba lafa irraatiif in baasa;" Arabic Bible 👇👇garbicha kiyya jedhe اشعياء 42 : 1 هُوَذَا عَبْدِي الَّذِي أَعْضُدُهُ، مُخْتَارِي الَّذِي ابْتَهَجَتْ بِهِ نَفْسِي. وَضَعْتُ رُوحِي عَلَيْهِ لِيَسُوسَ الأُمَمَ بِالْعَدْلِ. Amharic Bible እንሆ፥ደግፌ የያዝሁት ባሪያዬ ነፍሴ ደስ የተሠኘችበት ምርጤ በርሱ ላይ መንፈሴን አድርጌያለሁ፥ርሱም ለአሕዛብ ፍርድን ያወጣል። Qabxii ijoo ragaawwan armaan olii 3 irraa argannu Itti fufii👇👇👇
Hammasini ko'rsatish...
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Hammasini ko'rsatish...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄 Makkaatti ergamaa Rabbitti (S.A.W) аапее (booda) sahaabiin Qur'aana sagalee olfuudhuudhaan dubbise eenyu? Ads:👇👇 https://t.me/+wTeVbwiLiAs2MGE0
Hammasini ko'rsatish...
Abuu Bakr As-Siddiiq (RA)
Abdallaah Bin Mas'uud (RA)
Ja'afar Bin Abii Xaalib (RA)
Bilaal Bin Rabaah (RA)
Photo unavailableShow in Telegram
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇👇 https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Hammasini ko'rsatish...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐂𝐨𝐦𝐩𝐚𝐫𝐚𝐭𝐢𝐯𝐞
𝐌𝐚𝐚𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐔𝐮𝐦𝐚𝐚𝐦𝐨𝐨 𝐔𝐮𝐦𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐦𝐨𝐨 𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
👍👍👍👍👍👍
SUBHANALLAH!!! mathematical miracle of Qur'an /shallaggii ajaa'ibaa kan Qur'anaa!
👌Qorannoon kan irra gahamee fi kan isinis mirkaneessuu dandeessan. But, it needs talent and knowledge of the Quran. 🤔🤔Mee eenyutu hubataree laata? Title = 19 and multiples of 19; why 19?_ 19 fi baay’attoota 19; 19 maliif tahe? 👌 Deebii isaa argachuuf hanga xumuraa xiinxallaan dubbisaa. ✍✍✍✍✍✍✍✍✍ Please read, comment, ask, share n like 👉- Suuraawwan qur’aanaa 114= 19×6 [lakk. Bay’ina aayaa kan suuraa xumuraa(naasi)ti. 👉- Aayonni qur’aana keessaa dimshaashatti_ 6326= 19×334 [6234 kan lakk ofsi kennameef yoo ta’u, kan hin kennamiiif (basmaloottan) 112 kanaaf 6326+122=6346; 6+3+4+6=19 👉- Baay’inni aayata suuraa jalqaba bu’ee(iqra’a96ffaa)_19 * Suuraan kun Jalaa ol yoo lakkaa’amu(suratu-Naas) irraa – 19ffaa irratti argama. * Jechoonni aayota jalqaba bu’anii kan jalqaba suuraa kanaa keessatti argaman_19 * Baay’inni harfiiwwan isaanii immoo_ 76=19×4 * Harfiiwwan guutuu suuraa ‘iqraa’ keessaa _ 304= 19×16 👉- Jechoonni suuraa xumura bu’ee (suratuNasr110ffaa) baayinni isaanii_19 * Aayatni jalqaba suuraa kanaa harfii 19 qaba. 👌👌# Kanaaf aayatoonni jalqaba bu’ani fi xumura bu’an baay’ina jechootaa wolqixa ta’e 19 qabu. 👉- Hafriiwwan basmalaa keessatti argaman_19/بسم الله الرحمن الرحيم/ * Jechi ‘ism’ jedhu Qura’aana keessa bakka _ 19 jira * Jechi ‘Allah’ jedhu bakka_ 2698= 19×142 * Ida’amni lakkofsa ayataa kan aayota jecha ‘Allaah’ jedhu qabuu_118123=19×6317 * Jechi ‘Arrahman’ jedhu __57= 19×3 * Jechi ‘Arrahim’ jedhu bakka _ 114= 19×6, baay’ina suuraa qura’aanaatiin wolqixa. 👉- suuratuAttowba(9ffaa) malee suurawwan hunduu basmalaan jalqabama. Suuraan 27ffaan basmalaa lama ofkeessaa qaba. Jidduu jara lamaanii(9ffaa fi 27ffaa) suurawwan _19tu jiru * ida’amni suurawwan kanaa (9+10+11…+27)_ 342= 19×18. * Lakk.342 immoo baay’ina jechoota basmalaa lamaan suuraa 27ffaa jidduu jiruutiin wolqixa. 👉- Suurotni harfiin mu’ujizaa(kan akka الم حم الر ….) fa’aan jalqabaman, suuraa 2ffaa(baqraa) irraa hanga 67ffaa(qalam ykn nuuniitti) 29 yoo ta’u: harfiiwwan kunniin tokko tkkoon_14 ,/ا,ل,م,ح.../ unkaa/form/dhaanis_14 /الم,حم,ن,طه…./ kanaaf_14+14+29=57=19×3 * Baay’inni aayatootaa suuraawwan jidduu lamaan(2faa fi 67ffaa) jiruu_ 5263=19×277 * Ida’amni suuraawwan kanneenii[2+3+7+….+50+68]=822+14=836=19×44 * ,, jecha ‘Allah’ jedhu kan suuraa lamaan jidduu jiruu_ 2641= 19×139 * Bay’inni suurawwan jiduu jara lamaanii immoo_ 38= 19×2 * Baay’inni jecha ‘Allah’ jedhuu kan suurawwan biro(kan jidduu jara lamaanii hin ta’in)keessatti argamu_ 57= 19×3 * Jechi ‘Qur’an’ jedhu dimshaashatti_ 57= 19×3 👉- Lakkofsoonni garagaraa kan qur’aana keessatti dubbataman: 1,2,3,4,5,6,7,8,9,10,11,12,19,20,30,40,50,60,70,80,99,100,200,300,1000,2000,3000,5000,50000 fi 100000 ida’amni isaanii_ 162146= 19×8534 ~ Kanneen biros baay’attoonni 19 ni jiru fulduratti itti fufa………….. 👌Xumura irratti lakkofsi 19 maal mul’isa? Kan jedhuuf deebiin qorattoonni kaa’an lakkofsi kun jecha arabiffaa واحد /tokko/jedhu bakka bu’a. 👉 akkamitti? 🤔Dur qubeewwan arabiffaa lakkofsa bakka bu’u. kanaaf, و=6, ا=1, ح=8, د=4 ida’amni isaanii-6+1+8+4= 19. Ergaan isaa hoo maal? ✍✍✍✍Wolumaagalatti ergaan isaa tokkochummaa Rabbii kan haqaan gabbaramu isa qofa ta’uu kan agarsiisuudha. (A/samad Jaruu) @IFAhaqaa1
Hammasini ko'rsatish...
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Hammasini ko'rsatish...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
Hammasini ko'rsatish...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።         𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬           @Rafiqul_Islaam 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @Chaanaalii_Gurgurtaa
Hammasini ko'rsatish...
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙳𝙰'𝙰𝚆𝙰𝙰𝙻𝙴𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙲𝙾𝙼𝙿𝙰𝚁𝙰𝚃𝙸𝚅𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙽𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙸𝚂𝙿𝙾𝙾𝚁𝚃𝙸𝙸
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾
𝙹𝙴𝙲𝙷𝙾𝙾𝚃𝙰 𝙷𝙰𝚈𝚈𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙶𝙾𝚁𝚂𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝙼𝙸𝙻𝙺𝙰𝙰'𝙸𝙽𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝚀𝚄𝚁'𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙵𝙸𝙸 𝙷𝙰𝙳𝙸𝙸𝚂𝙰
𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐉𝐎𝐈𝐍
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Hammasini ko'rsatish...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.