cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

𝗧𝗢𝗙𝗜𝗤 𝑨/𝐑(barnoota Amantiiwwanii)☪️🆚✝️ (ቶፊቅ አባራሻድ) CHANNEL 🔊

👆Tamsaasa dhugaa itti dabalami! 👆እውነተኛ ስርጭት ተቀላቀል! 👆True broadcast join!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
6 132
Obunachilar
+2124 soatlar
+2327 kunlar
+1 08230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
Hammasini ko'rsatish...
Sagantaa Wol-dorgommii
Seenaa Mimmiidhagoo
Da'awaalee Garaa Garaa
Milkaa'ina Jireenyaa
Qur'aanaafi Hadiisa
Seenaa Rasuulaa S A W
Seenaa Sahaabotaa
Best Channel Join

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።         𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬           @Rafiqul_Islaam 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @Chaanaalii_Gurgurtaa
Hammasini ko'rsatish...
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙳𝙰'𝙰𝚆𝙰𝙰𝙻𝙴𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙲𝙾𝙼𝙿𝙰𝚁𝙰𝚃𝙸𝚅𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙽𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙸𝚂𝙿𝙾𝙾𝚁𝚃𝙸𝙸
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾
𝙹𝙴𝙲𝙷𝙾𝙾𝚃𝙰 𝙷𝙰𝚈𝚈𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙶𝙾𝚁𝚂𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝙼𝙸𝙻𝙺𝙰𝙰'𝙸𝙽𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝚀𝚄𝚁'𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙵𝙸𝙸 𝙷𝙰𝙳𝙸𝙸𝚂𝙰
𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐉𝐎𝐈𝐍

jiraachudha. Keesumatti wantoota godaanisa kaleessaa san kaasuu fi kaasuuf sababa ta'an kan  akka gocha Finxaaleyyii Ortodoksii Amaaraa yeroo dhiheenya deemaa jiru irraa fagachuun  garee lammanii fu baay'ee mirteessaadha.Ta'uu baannaaan dabaree wal haadhaa jiraachuun  waan hafuu miti. Inni kun akka hin taaneef namni hundi ga'ee keenya haa banu jechaa Seenaa  darbe irraa akka fakkeenyatti muraasa kaafne haa ilaallu . Barnoota amantii Islaamaa fi Kiristaanaa walbira qabdanii barachuu yoo barbaaddan Chaanaalii keenya armaan gadii join godha! 👇👇👇👇 @Saahibuddiin28
Hammasini ko'rsatish...
👍 3 1
S J: Amantiin Kiristaanaa Yoomii fi akkamitti Biyya Itiyoophaa gale? Amantaan Kiristaanaa DH.K.B Bara 42itti Biyya  Sooriyaatti hundeeffame.Yeroo hundeeffama isaa irraa kaasee  gidiraa(muddama)baay'ee qunnamaa ture. Namoonni amantaa kana fudhatanis isumaa  wajjin rakkachaa turan. Gariin isaani yoo ajjeefamaan, gariin isaanii immoo baqatanii iddoo  adda addaa jiraataa turan. Yeroo baqatan kanas bakka deemanitti namoota biroo amantaa kana  barsiisaa turan. Biyya keenyas yeroo jajqaba bifuma kanaan dhufe. Gosti amantaa Kiristaanaa  Ortoodoksii jedhamu Gaafa Afirkaa keessatti jalqabuma amantiin Kiristaanaa jalqabe irraa  dhawata dhawaatan babal'ataa deeme yaadni jedhu jiraatus akkaataa barreeffamni hedduun  muldhisutti DH.K.B jaarraa 4ffaa baroota Mootii Aksuum Izaanaa (320_360) dhufe jedhutu irra  amansiisaadha. Namtichi Mootii Izaanaa fudhachiise nama Siiriyaa Firaaminaaxos  jedhamuudhaGaruu namoonni caalaatti Kaaba biyyatti keessa babal'isan kabajamtoota salgan  jedhamuun namoota beekaman Kan jaarraa 5ffaa keessa biyyoota Baha Meediteraaniyaa irraa  dhufaniidhaa. Dhimma kana irratti Ustaaz Ahmaddiin Jabal akkas jedha: "Namoonni amantii Kiristaana  Kaaba Itoophiyaa keessatti barsiisaa turan kabajamtoota salgan jedhamuun beekaman  baqattoota biyya Soriyaa walgahii qaalkidaan 451 booda dhufaniidha. Isaanis: Abbaa  Aftsee, Abbaa Aleef, Abbaa Garimmaa, Abbaa Gubaa, Abbaa Liqaanis,Abbaa  Pheenxeliyon, AbbaaTsahamaa, Abbaa Yemaataafi Abbaa Zemikaa'el Argaawii  jedhamu"(Kitaaba Ahmaddiin Jabal, "Seenaa Muslimoota Itiyoophiyaa" jedhu, Fuula 35 fi Fuula  170 irraan fudhe ). Inni armaan olitti ilaalle kun jalqaba dhufiinsa isaati. Eega biyya keessa galee booda immoo  akka salphaatti ummata biratti fudhatama argachuu hin dandeenye.Barsiisni amantichaa  baay'een aadaa fi amantii ummata biyyattiitiin (naannaa Gaafa Afirkaatiin)waan wal faallesseef  ummatichi fudhachuuf qophii hin turre. Kanaaf abbootiin amantichaa abbootii Siyaasaatiin  arka wal qabatanii amanticha dinqiin ummatatti fe'aa turan. Keesumattuu dameen Ortoodoksii  dirqiin ummata irratti fe'amuuf gaafa jedhu diddaan ummanni yeroo adda addaafi bakka adda  addaatti geggeessaa ture yoo ilaalle baay'ee nama suukkanneessa,Sammuu nama  madeessa. Jarri sun namuma amantii qabu ? Inumaa dhala namaati ? nama jechisiisa. Seenaa  biyya keenyaa keessatti lolli guddaan adeemsifame, Kan guddina biyyatti Quucarse, Kan  Saboota adda addaa gidduutti ibidda diinummaa qabsiise, Kan Saboota baay'ee dhabama  godhee fi Iddoowwan Turizimiif oolan baay'ee mancaase lola dirqiin Kiristaanessuu amantaa  Ortoodoksiiti. Garuu namoonni tokko tokko lolli geggeeffamaa ture sun kan Siyaasaa akka ta'ee  fi kan amantaa akka hin taane dubbatu. Dhugaan jiru kan Siyaasaa qofa osoo hin taane kan  amantaas akka ta'e namatti argisiisa. Inumaa kan amantii qofa jechuu ni dandeenya. Kanaaf  immoo ragaa baay'ee kaasuun ni danda'ama. Fkn Minilik yeroo ummata Harargee lolaan cabsu  gama Magaalaa Harar deemuun Masjiidatti ol bahee itti fincaanee,akka diigame Bataskaanni  iddoo isaatti ijaaramu godhee ture. Osoo Siyaasaaf qofa ummata sanaan lole ta'e eega  ummaticha injifatee maaliif Masjiida diiguun bakka isaatti Bataskaana ijaarsisa?Kun waanta  nama hunda irraa dhokatu miti. Mootoleen Kiristaanaa isaan dura turanis kanuma godhaa  turani. Kanaaf lolli godhamaa ture kun kan amantii Ortoodoksii baballisuuf godhame ta'uun  hubatamuu qaba. Garuu kana jechuun Kiristaanoni hardha jiran Kanneen yaadaan cubbuu kana  hin deeggarre itti gaafatamaa ta'u jechuu miti. Kun waan isaan isaan ilaallatu miti. Sababni  isaas isaan gocha kana hin deeggarre, biras hin jiranu. Akkamitti itti gaafatamaa ta'u ree?  Muslimootas ta'ee Kiristaana irra amma Kan eegamu Seenaa darbe irraa barachuun fuunduraaf  badiin akkanaa akka hin uumamneef ofegannoo chimsuun waljaalalaa fi kabajaan
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
⚠️ Khamrii (Dhugaatii Nama Macheessu Dhuguu) Allahuun Akkas Jedha:- [ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِنَّمَا الْخَمْرُ وَالْمَيْسِرُ وَالْأَنصَابُ وَالْأَزْلَامُ رِجْسٌ مِّنْ عَمَلِ الشَّيْطَانِ فَاجْتَنِبُوهُ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ إِنَّمَا يُرِيدُ الشَّيْطَانُ أَن يُوقِعَ بَيْنَكُمُ الْعَدَاوَةَ وَالْبَغْضَاءَ فِي الْخَمْرِ وَالْمَيْسِرِ وَيَصُدَّكُمْ عَن ذِكْرِ اللَّهِ وَعَنِ الصَّلَاةِ ۖ فَهَلْ أَنتُم مُّنتَهُونَ [المائدة: ٩٠ ٩١] «Yaa warra amantan! akka milkooftaniif jecha dhugumatti farsoon (khamriin), qumaarri, taaghuunni, xiyyaan carraa ilaallachuun (raaggachuun) najasa dalagaa sheyxaanaa irraayyii isa irraa fagaadhaa. Wanti sheyxaanni fedhu dhugaatii macheessaniifi qumaaraan gidduu keessanitti diinummaafi wal jibbaa buusuun Rabbiin yaadachuufi salaata irraa isin dhorguudha hin dhorkamtanii?» Imaamu Turmuziy Akka Odeessanitti Ergamaan Rabbii ﷺ khamrii irratti namoota kudhan abaaraniiru:- «قال: لعن النبي ﷺ في الخمر عشرة: «عَاصِرَهَا, وَمُعْتَصِرَهَا, وَشَارِبَهَا, وَحَامِلَهَا, وَالْمَحْمُولَةُ إِلَيْهِ, وَسَاقِيَهَا, وَبَائِعَهَا, وَآكِلَ ثَمَنِهَا, وَالْمُشْتَرِي لَهَا, وَامُشْتَرَاةُ لَهُ». «Isa naqe, isa naqachiise, isa dhuge, isa baate(fe'e), isa baachisiise, isa buuse, isa gurgure, isa qarshii isaa nyaate, isa bite, isa bichisiise» namoonni kunniin hundu abaaramaniiru. Imaamu Muslim Akka Odeessanitti Ergamaan Rabbii ﷺ Akkas Jedhaniiru:- «كُلُّ مُسْكِرٍ حَرَامٌ, إِنَّ عَلَى اللهِ عَزَّ وَجَلَّ عَهْدًا لِمَنْ يَشْرَبُ الْمُسْكِرَ أَنْ يَسْقِيَهُ مِنْ طِينَةِ الْخَبَالِ», قَالُوا: يَا رَسُولَ اللهِ، وَمَا طِينَةُ الْخَبَالِ؟ قَالَ: «عَرَقُ أَهْلِ النَّارِ, أَوْ عُصَارَةُ أَهْلِ النَّارِ». «Wanti nama macheessu hunduu haraama dha. Allaahuun waadaa seene jira nama dunyaa irratti waan nama macheessu dhugeef 'Xiinatil Khabaal' isa obaasuuf . Sahaabotni 'Xiinat Khabaal' jechuun maal jechuudha yaa ergamaa Rabbii ? Jedhanii gaafatan ”Dafqa warra ibiddaati" jedhanii deebisan. 🚫 Gariin namaa wantoota sammuu hadoochan kan akka hashiishaa fayyadama. kunis Khamrii dha kan nama macheessu dha. Ergamaan Rabbii ﷺ Hadiisa armaan oliitti eerame keessatti akkas jedhaniiru:- «كُلُّ مُسْكِرٍ حَرَامٌ» «Wanti nama macheessu hunduu haraama dha.» Gariin namaas maqaa isaa jijjiiruun maqaa biraa itti moggaasee itti fayyadama fakkeenyaaf "dhugaatii nama bohaarsu" ykn "dhugaatii nama gammachiisu" jedhee moggaasee halaala godhatee dhuga. Imaamu Adaarimiy Akka Odeessanitti Ergamaan Rabbii ﷺ Akkas Jedhaniiru:- «يسمونها بغير اسمها؛ فيستحلونها». «Maqaa biraa itti jijjiiranii halaala godhatu» 💥Eenyuun gowwoomsuuf? "أَلَا يَعْلَمُ مَنْ خَلَقَ وَهُوَ ٱللَّطِيفُ ٱلْخَبِيرُ" «Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa ta'e, (iccitii isaanii) hin beekuu!» Haraama ta'uu dabalataan Khamrii (Dhugaatii Nama Macheessu) Dhuguun miidhaawwan baay'ee of keesatti qaba qisaasama qabeenyaa, qisaasama yeroo,maatii diiguu, rakkoo fayyaa fi kkf. ******* 🤲 ﴿رَبَّنا وَآتِنا ما وَعَدتَنا عَلى رُسُلِكَ وَلا تُخزِنا يَومَ القِيامَةِ إِنَّكَ لا تُخلِفُ الميعادَ﴾ 🤲 ✍ Abu Asiyah Abdallah 🛰 @DAARU_SALAAM
Hammasini ko'rsatish...
👍 4
Repost from Dhugaan Dhufe

BOQONNAA 2FFAAA( B) YESUUS YEROO BIYYA LAFAA IRRA TURE AKKAM TURE?
Hammasini ko'rsatish...
by Tofiq Abarashaad yesuus Garbicha Rabbiiti _Karaoke (1).mp349.69 MB
Repost from Dhugaa Dhokate
Rabbiif Salaatuu Iyyasuus kiristoos Macaafa qulqulluu keessatti Yesuus Gabricha Rabbii ta'uunsaa ifaan ifatti macaafa kessatti dubbatameera. Yesuus halkanii fi guyyaa keessattis kadhannaa gooftaa isaatiin akka dhaabbachaa ture macaafni ni dubbata. Haa ta’u malee, hubannoon kiristaanota hedduu faallaa kanaati.  Inni ergamaa Rabbii tokkichaati. Mee waa'ee kanaa ilaalchisee Macaafni Qulqulluun maal akka dubbate haa ilaallu. Garuu keewwattoota macaafa qulqulluutti ni amanu taanaan na mormuu fi Arrabsus hin qaban. Gaafa Dubbii arrabaa eegalan, ana odoo hin taane kitaaba arrabsutti akka jiran haa beekan... "Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule."(Luqaas 6: 12) "Tuuta sana erga gad-dhiisee booddees, kophaa isaatti kadhachuudhaaf gara gaaraatti ol ba'e; yommuu galgalaa'es kophaa isaa achi ture."(Maatiwoos 14: 23) "Yesus yommus bartoota isaa wajjin gara iddoo dhaabaa Getesemaanee jedhamu tokkoo dhaqe; bartoota isaatiin immoo, "Hamma ani achi dhaqee kadhadhutti as taa'aa!" jedhe.Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, 'Yaa abbaa, ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee" jedhee kadhate. Si'a lammaffaas achi hiiqee kadhatee, "Yaa abbaa koo! Xoofoon dhiphinaa kun utuun hin dhugin ana irra darbuun hin danda'amu yoo ta'e, jaalalli kee haa raawwatamu" jedhe.Ammas isaan dhiisee achi hiiqee si'a sadaffaa kadhatuma isaa duraa kadhate. (Maatiwoos 26:36-44) "Ganama barii amma illee utuu hin ifin ka'ee, gad ba'ee gara iddoo namni hin jirree dhaqee, achitti Waaqayyoon in kadhate." (Maarqoos 1: 35) "Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee, yoo danda'ame yerottiin kun akka isa bira darbituuf kadhatee, "(Maarqoos 14: 35) "Tuuta sanatti erga nagaa dhaamee immoo kadhachuudhaaf gara gaaraatti ol ba'e." (Maarqoos 6: 46) "Inni garuu kadhachuuf gara lafa namni hin jirreetti jalaa sokke." (Luqaas 5: 16) "Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon kadhachaa bule." (Luqaas 6: 12) "Gaaf tokko Yesus kophaa isaa utuu kadhatuu, bartoonni isaa isatti dhi'oo turan; inni immoo, "Namoonni kun eenyu anaan jedhu?" jedhee bartoota isaa gaafate." (Luqaas 9: 18) "Yesus iddoo tokkotti in kadhata ture; kadhannaa isaa erga dhaabee booddee, bartoota isaa keessaa tokko, "Yaa gooftaa, Yohannis bartoota isaa akkuma barsiise kadhachuu nu barsiisi!" jedheen." (Luqaaas 11:1) "Yeroo hundumaa kadhachuun akka isaaniif ta'u, kadhachuus akka hin dadhabne isaan barsiisuudhaaf, Yesus fakkeenya tokko isaanitti hime."(Luqaas 18: 1) "Inni hamma darbannaa dhagaa tokkoo isaanittii fagaatee, jilbeenfatees kadhachaa ture;" (Luqaas 22: 41) Gaaffiin qaba...Iyyasuus kiristoos erga Waaqayyoon ta'e, Waaqayyoon inni kadhate sun hoo eenyu?? Ragaaleen armaan olii hundi yesuus ergamaa Rabbii akka ta'ee fi Gabricha isaa akka ta'e nama hubachiisa. Gooftaan homa tokkoofuu hin salaatu, homa tokkos hin kadhatu, Waaqayyoon gaafa kadhateera, salaateera, soomeera gaafa jenne, qaamni sin Rabbiin ta'uu hin danda'u.  Inumaayyuu yesuus Rabbii tokko qofa faarsaa tureera malee, Rabbummaa mataa isaa dubbachaa akka  hin turre ifa galaadha. Qopheessaan: Xaahir Galatoo
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.