uz
Feedback
BUSINESS & PD CHANNEL

BUSINESS & PD CHANNEL

Yopiq kanal

Ilaalchakee jijjiiruun jireenyakee jijjiiruu ni dandeessa. Carraa Biizinesii argachuuf Barumsaa gahumsaa dhuunfaa (Person development Training) ✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️ @Bacha1439

Ko'proq ko'rsatish
4 721
Obunachilar
-924 soatlar
-477 kunlar
-16530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyul '26
Iyul '26
+10
0 kanalda
Iyun '26
+11
0 kanalda
Get PRO
May '26
+22
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+41
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+92
3 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+62
2 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+257
76 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+115
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+158
81 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+299
90 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+641
100 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+464
103 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+43
84 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+34
84 kanalda
Get PRO
May '25
+60
104 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+45
116 kanalda
Get PRO
Mart '25
+51
113 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+79
123 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+160
125 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+201
131 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+763
114 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+390
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+1 794
0 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+245
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+2
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+13
1 kanalda
Get PRO
May '24
+71
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+26
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+157
1 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+170
1 kanalda
Get PRO
Yanvar '24
+585
3 kanalda
Get PRO
Dekabr '23
+947
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '230
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '230
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+777
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
17 Iyul0
16 Iyul0
15 Iyul+1
14 Iyul+1
13 Iyul+1
12 Iyul0
11 Iyul+1
10 Iyul+2
09 Iyul+1
08 Iyul+1
07 Iyul0
06 Iyul0
05 Iyul+1
04 Iyul0
03 Iyul0
02 Iyul+1
01 Iyul0
Kanal postlari
Jalqabneerra daqiiqaa 10 qofaf tura link kun.

2
https://t.me/+1jrhKY-R1AU0YjU0
https://t.me/+1jrhKY-R1AU0YjU0
41
3
𝘚𝘗𝘌𝘊𝘐𝘈𝘓 𝘗𝘙𝘖𝘋𝘜𝘊𝘛𝘐𝘝𝘌 𝘌𝘝𝘌𝘕𝘛 Sagantaa Guddaa Bizinasaa Namoota bizinasa barbaadaniif! Har'a galgala sa'atii
𝘚𝘗𝘌𝘊𝘐𝘈𝘓 𝘗𝘙𝘖𝘋𝘜𝘊𝘛𝘐𝘝𝘌 𝘌𝘝𝘌𝘕𝘛 Sagantaa Guddaa Bizinasaa Namoota bizinasa barbaadaniif! Har'a galgala sa'atii 3:00 kaasnee dhangaa Bizinasaa namoota bizinasa barbaadaniif qabannee dhiyaannee jirra. Dhangaa kana irratti leenjii ga'umsa sammuu fi muuxannoo bizinasaa kan keessatti qooddattanidha. Dhangaan kuni namoota bizinasa kana eegalanii jiraniif beekumsa, ogummaa, cichoomina kan itti horatan yoo ta'u Namoota haarawaaf immoo guyyaa jalqabbii abbaa bizinasummaa isaanii itti mirkaneeffatanii gara imala jijjiiramaa itti qajeelanidha. Jijjiirama dhamdhamachaa qaama jijjiiramaa fi bu'aa jijjiiramaa haa taanuun dhaamsa keenya! Milkaa'inni kan warra qophaa'anitti. Galgala toora telegram live chat irratti wal argina link/ garee leenjii👇 http://👉t.me/Bacha1439
75
4
Gatiin lakkoofsaan osoo hin taane qulqullinaan madaalama.
Gatiin lakkoofsaan osoo hin taane qulqullinaan madaalama.
85
5
Aduu si gubu malee Aduun mul'ata kee gubu hin jiru waan ta'eef jabaadhu!
Aduu si gubu malee Aduun mul'ata kee gubu hin jiru waan ta'eef jabaadhu!
109
6
Matn yo'q...
115
7
Matn yo'q...
116
8
Jalqabneerra daqiiqaa 10 qofaf tura link kun.
166
9
https://t.me/+JkBeGF3W1CtkOTBk
163
10
Business presentation. Galgala har'aa sharp sa'aatii 3:00pm tti ibsa dinagdee qabn
Business presentation. Galgala har'aa sharp sa'aatii 3:00pm tti ibsa dinagdee qabn
169
11
Matn yo'q...
199
12
Matn yo'q...
271
13
📌 Mata-duree: Fooddaan walitti bu'uu dhiisi! 🪰 Tisiisni xinnaan tokko mana keessaa ba'uu barbaadde. Gara foddaa balaliitee, irra deddeebitee daawwiticha (glass) irratti walitti bu'uu jalqabde. Ciminaan yaalte, baay'ee dadhabde; garuu karaa itti baatu hin arganne. Jabaattee hojjechuun ishee guddaa ture; bu'aan garuu duwwaa ture. Isheen waan hin beekne tokko ture: dugda ishee duubaan, xinnoo gara cinaatti yoo garagalte balballi banamaan tokko akka jiru! Garuu isheen amma illee irra deddeebitee foddaa sana waliin walitti bu'aa jirti. 💭 Michuu koo, atis akka xinnaa sanaa taatee jirtaa laata? Jireenya kee keessatti cimtee hojjechaa, carraaqaa jirta; garuu bu'aan si jalaa miliqaa jiraa? Rakkoon kee carraaqqii kee miti; kallattii kee ti. Hojii sirriitti siif malu fi jaallattu irra hojjechuu mannaa, foddaa dogoggoraa irratti walitti bu'aa jirta ta'a. Obboleettii koo, carraaqqii kee nan dinqisiifadha. Garuu ogummaa sirriitti siif malu fi jaallattu irratti hin hojjetin yoo ta'e, akka xinnaa sanaa foddaa waliin walitti bu'aa jirta jechuun of gaafadhu. Ciminaan hojjechuun gaarii dha; garuu ciminaan yaaduun fi balbala sirrii barbaaduun caalaatti gaarii dha. 🌟 Jireenya kee gara dinqisiisaa ta'etti jijjiiruuf, jalqaba ati ofii kee nama dinqisiisaa ta'uu kee hubachuu qabda. Har'a irraa eegalee, ganama hunda guyyaa kee dhugaa kanaan jalqabi: ✨ "Ani nama dinqisiisaa dha! Ati nama dinqisiisaa dha! Isheen nama dinqisiiftuu dha! Nuti namoota dinqisiisoo dha! Har'i guyyaa dinqisiisaa dha! Jireenyi koo dinqisiisaa dha! Itoophiyaan biyya dinqisiiftuu dha!" Dhugumatti, yeroo tokko tokko ganama yeroo dammaqxu, namoonni yookaan wantoonni naannoo kee jiran dinqisiisoo ta'uu dhiisuu danda'u . ✅ Garuu namoonni fi wantoonni naannoo kee jiran dinqisiisoo ta'anis ta'uu baatanis, guyyaa kee "Ani nama dinqisiisaa dha; har'i guyyaa dinqisiisaa dha!" jechuun yoo jalqabde, guyyaa guutuu ofii kee akkamitti nama dinqisiisaa akka taatu qofa yaadda, barbaadda, hojii irra oolchitas. Sanaanis ofii kee fi guyyaa kee "dinqisiisaa" taasifta
235
14
Matn yo'q...
200
15
https://t.me/+Iv1JV06ivio0ZDU0
https://t.me/+Iv1JV06ivio0ZDU0
213
16
𝔸ℂ𝕋𝕀𝕆ℕ 𝔾𝕃𝕆𝔹𝔸𝕃 𝕋𝔼𝔸𝕄 ( 𝘗𝘙𝘖𝘋𝘜𝘊𝘛𝘐𝘝𝘌 𝘌𝘝𝘌𝘕𝘛) Gootota keenya, miseensota Action Global Team fi keessumm
𝔸ℂ𝕋𝕀𝕆ℕ 𝔾𝕃𝕆𝔹𝔸𝕃 𝕋𝔼𝔸𝕄 ( 𝘗𝘙𝘖𝘋𝘜𝘊𝘛𝘐𝘝𝘌 𝘌𝘝𝘌𝘕𝘛) Gootota keenya, miseensota Action Global Team fi keessummoota keenya kabajamoo fi haaraa hundaaf! Har'a carraa guddaa fi sagantaa addaa jireenya keessan gara sadarkaa itti aanutti ceessisuun beekamu, (𝘗𝘙𝘖𝘋𝘜𝘊𝘛𝘐𝘝𝘌 𝘌𝘝𝘌𝘕𝘛) qabannee dhihaannee jirra. Maalif Argamuu Qabdu? ✅Mul'ata fi karoorawwan daldala keenyaa ifatti hubachuuf. ✅Akkaataa itti dandeettii keessan daldala dhuunfaa keessaniif oolchitan barachuuf. ✅Garee fi hoggantoota addunyaa daldalaa keessatti milkaa'an wajjin wal baruuf. 🌌 Milkaa'inni jireenya keessanii har'a, murtoo isin sagantaa kana irratti hirmaachuuf dhuunfaan dabarsitaniin jalqaba. ⏰ Sa'aatii: [Yeroo isaa 3:00PM] 🔗 Liinkii Hirmaannaa: [keessaan argachuu dandeessuu ] Bakki qophaa'e muraasa, dafani seenaa jireenya keessanii jijjiiraa! 𝘛𝘦𝘭𝘦𝘨𝘳𝘢𝘮 𝘊𝘩𝘢𝘯𝘯𝘦𝘭𝘴 https://t.me/+xQ247zZMmPE0MGI0 http://👉t.me/Bacha1439
224
17
💰 Mindaa tokko qabaachuun yeroo ammaa si jiraachisuu danda'a. Maddi galii hedduun garuu egeree kee jabeessuu danda'a. Hojii-
💰 Mindaa tokko qabaachuun yeroo ammaa si jiraachisuu danda'a. Maddi galii hedduun garuu egeree kee jabeessuu danda'a. Hojii-gaggeessaa kee hin sodaatin. Waan sodaachuu qabdu deeggarsa maallaqaa yeroo rakkoon dhufu si gargaaru dhabuu dha. Balaan dhugaan hojii Qacaramte hojjechuu miti; hojii sana irratti karoora biraa dhabuu dha. Furmataa isaaf namni fedhii fi kutannoo qabu 👉t.me/Bacha1439 Channels https://t.me/+xQ247zZMmPE0MGI0 Baacaa Irranaa Lelisa
286
18
Matn yo'q...
250
19
Matn yo'q...
234
20
Matn yo'q...
290