Al-Kawsar
Gain Islamic Knowledge anywhere, anytime.
Ko'proq ko'rsatish5 453
Obunachilar
-1024 soatlar
-307 kunlar
+52030 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Repost from Walaloon Jaalala
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffala. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu
ððððððððððð
https://t.me/Utopet_bot?start=r0427620562
"اÙÙÙÙÙÙÙ
ÙÙ ØšÙÙ٠أصÙØšÙØÙÙÙØ§Ø ÙØšÙÙ٠أÙ
ÙسÙÙÙÙÙØ§Ø ÙÙØšÙÙÙ ÙÙØÙÙÙØ§Ø ÙÙØšÙÙÙ ÙÙÙ
ÙÙتÙØ ÙØ¥ÙÙÙÙÙ٠اÙÙÙÙØŽÙÙرÙ."ðð§ââïž
Repost from Al-Bayyinah
-Jumu'aa: Guyyaa Jumu'aa malaa'ikaan fuuldura balbala Masjidaatti si eegu.
-ع٠أؚ٠ÙرÙرة رض٠اÙÙ٠عÙÙ Ùا٠Ùا٠رسÙ٠اÙÙ٠صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙسÙÙ
: إذا Ùا٠ÙÙÙ
اÙجÙ
عة Ùا٠عÙÙ Ù٠ؚاؚ Ù
٠أؚÙاؚ اÙÙ
سجد اÙÙ
Ùا؊ÙØ© ÙÙتؚÙ٠اÙØ£ÙÙ ÙاÙØ£ÙÙØ Ùإذا جÙس اÙØ¥Ù
اÙ
Ø·ÙÙا اÙصØÙ ÙجاءÙا ÙستÙ
عÙ٠اÙØ°Ùر.
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: Guyyaa Jumu'aa yoo ta'e cufa balbala masjidaa irraa ta'e irratti malaa'ikaan ni ta'u ka galmeessan namoota akkaataa walduraa duubaan Masjiida seenaniin, Yoo Imaamni taa'e (gorsaaf teessorra) barreessuu dhiisuun (kitaata walitti cufuun) gorsa dhageeffatuuf dhufu. {Al Bukhaari: 3211}
اÙصÙاة عÙ٠اÙÙؚ٠صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙسÙÙ
ÙÙÙ
اÙجÙ
عة Ø£Ùض٠Ù
Ù ØšÙÙØ© اÙØ£ÙاÙ
Ø ÙÙÙÙتÙا Ø£Ùض٠اÙÙÙاÙÙØ Ùا٠رسÙ٠اÙÙ٠صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙسÙÙ
: Ø¥Ù Ù
٠أÙض٠أÙاÙ
ÙÙ
ÙÙÙ
اÙجÙ
عة ÙØ£ÙثرÙا عÙÙ Ù
٠اÙصÙاة ÙÙÙ.
-Rasuula (Sallallaahu aleeyhi wasallam) irratti nagayaa fi rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (Halkan kamisaa) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:"Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati; isii keessa nagayaa fi rahmatarraa narratti buusuu heddummeessaa."
  -Sheikh Abdul Aziiz At-Tarifii.
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni akka itti dorgomtan isin dhibe Yoo jiraate.
Akkuma fakkii 1 irratti argitan chaanaalii San mara join taasifta.
Sanaan booda check isa jedhu cuqaasta.
Bonasii waan qabuuf qarshii 500-1000 hojjachuu dandeessu.
100% dhugaa waan taheef osoo carraan kun isin hin darbin hojjadha.
Jalqabuufðð
https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
âIrra caalaan Mahrii, irraa laafaa isaati.â
Nabi Muhammadï·º
[Sahiihul-Jaamiâ 3279]
- Akka Shariâaatti Mahriin dubartiif kennamu hin daangeeffamne. Gurbaan intala jaalatee fuudhuuf deemuuf hanga barbaade kennuu dandaha. Garuu fuudhaa-heerumni gaariin ka Mahrii xiqqaan jaarame. Intalti gurbaa isii fuudhuu barbaaduuf Mahrii haa laaffiftu. Bultiin Mahrii laafaan gad dhaabbatte Barakaa qabdi. Gaafa baasiin cidhaa laafte badiin ni hafti, lafti nagaya.
â* Ø®Ùر٠اÙصÙÙداÙ٠أÙسÙرÙÙ*
âاÙراÙÙ : عÙÙؚة٠ؚÙ٠عاÙ
رÙ.
ð 1
ðððŠð§ð¢ ðððððð ððð§ð ðððð¥ð¥ððð® ððšððð¢ ððð«ðšðš ððšð€ð€ðš ðð®ðªð®ð®ðð¡ððð§ ððð ððšðð¡ððð¡ðð!!
ð¹ð¹ð¹
ð¥ð¹ð¹
ð¥ ð¹ ð¥
ð¹ð¹ð¹ð¹
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹
ð¹ð¹ð¹ ð¹ ð¹
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ ð¹
ð¹ð¹ð¹ð¹ð¹ ð¹
ð¹ð¿ð¹ð¹ ð¿
ð¿ ð¿
ð¿. ðž ðž
ð¿ ð¿ð¿ð¿
ð¿. ð¿ ð¿ ð¿
ð¿. ð¿ð¿ ð¿
ð¿ ð¿ð¿ ð¿
ð¿ ð¿ ð¿
ð¿
ð¿.
ð¿.
ð¿.
ð¿
ðµðððð ð±ððððððððð ðžðððð ð®ðð
ð ð»ððððð
ðððð ð°ðððððð!!!
ð
ð«ðð ððð¯ðð«: @Rafiqul_Islaam
ððð§ ðððð¥ð¥ððð¡ðð
ðð¢ð§ ðððð¥ð¥ððð¡ð®ð®
Photo unavailableShow in Telegram
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu
Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
Sagantaa Wol-dorgommii
Seenaa Mimmiidhagoo
Da'awaalee Garaa Garaa
Milkaa'ina Jireenyaa
Qur'aanaafi Hadiisa
Seenaa Rasuulaa S A W
Seenaa Sahaabotaa
Best Channel Join
â¡â¡ 5K+ Channels! â¡â¡
âClick and join usâ
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿
ðð¿ððŸððŸððŸððŸððŸððŸððŸððŸððŸðð¿
ðð¿ððŸððœððœððœððœððœððœððœððŸðð¿
ðð¿ððŸððœððŒððŒððŒððŒððŒððœððŸðð¿
ðð¿ððŸððœððŒðð»ðð»ðð»ððŒððœððŸðð¿
ðð¿ ððŸððœ Click Here ððœððŸðð¿
ðð¿ððŸððœððŒðð»ðð»ðð»ððŒððœððŸðð¿
ðð¿ððŸððœððŒððŒððŒððŒððŒððœððŸðð¿
ðð¿ððŸððœððœððœððœððœððœððœððŸðð¿
ðð¿ððŸððŸððŸððŸððŸððŸððŸððŸððŸðð¿
ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿ðð¿
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
Waver: @Rafiqul_Islaam
ðð¢ð£ð ð£ð¥ð¢ð ð¢ð§ðð¢ð¡
ððð¯ðð«ðð¢ð¬ð¢ð§ð ððð¥ðð ð«ððŠ
ðð¡ðð§ð§ðð¥ð¬/ðð«ðšð®ð©ð¬
@hope_promotions
ððððð ðððð
#Qananii_Jannataa:
ع٠أÙس ØšÙ Ù
اÙÙØ Ùا٠رسÙ٠اÙÙ٠صÙ٠اÙÙ٠عÙÙÙ ÙسÙÙ
: (...Ù Ù؀ت٠ؚأ؎د اÙÙاس ؚ؀سا Ù٠اÙدÙÙا Ù
٠أÙ٠اÙجÙØ© ÙÙصؚغ صؚغة Ù٠اÙجÙØ© ÙÙÙا٠ÙÙ Ùا اؚ٠آدÙ
Ù٠رأÙت ؚ؀سا ÙØ· ÙÙ Ù
ر ؚ٠؎دة ÙØ· ÙÙÙÙÙ Ùا ٠اÙÙÙ Ùا رؚ...)
Nabiyyiin Rabbii keennaa Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra hiyyoomaa warra addunyaa inni ammoo warra jannataa kan ta'e guyyaa qiyaamaa fidamee jannata keessa cuuphama; Eega kanaa 'Yaa ilma Aadam takkaa cinqii argitee? takkaa cinqiin sirra dhufee?' jedhama. 'Miti Wallaahi Yaa Rabbi hin agarre' jedha..." {Sahiih Muslim: 2807}
.
Jannanni #Qananiin isii guddachuu irraa cuuphaa tokkoon cinqii addunyaa jireenya guutuu nama dagachiifti.
.
Yaa Allaah! Warra Jannataa irraa nu taasisi. Aamiin!
ð 1
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.